Matti buriqa isporiti Ethiopia
146 subscribers
17 photos
3 videos
9 links
Isport
Download Telegram
Channel photo updated
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Eloon Maask Maanchister Yunaayitid bituuf jedha.

Eloon Maask ergaa fuula twitter isaaratti dabarseen Maanchister Yunaayitid maatii Gileezar irra bituuf qophaa’e jira.

Akkuma beekamu yeroo amma deggertoonni maatii Gileezar iratti mormii guddaa dhageessisaa jiru.

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Maanchister Yunaayitid jijjirraan Adriyaan Rabiyoot dhimma miindaan osoo waliigalteerra hingahiin hafuu isaan fuula isaanii gara Kaasimiroo godhaniru jedha.

Ana miti kan jedhe #Fabrizio Romanodha

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
πŸ‘1
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Oduun Eloon Maask fuula Twiterii isaaratti Maanchister Yunaayitid bituuf akka barbaadu maxxansee qoosaa akka ta'e ibseera.

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Channel photo updated
Channel photo updated
Channel name was changed to Β«Olma isporti guyya guyyanπŸ€Έβ€β™‚πŸ€ΈπŸ€Έβ€β™€Β»