Matti buriqa isporiti Ethiopia
146 subscribers
17 photos
3 videos
9 links
Isport
Download Telegram
Channel photo updated
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Eloon Maask Maanchister Yunaayitid bituuf jedha.

Eloon Maask ergaa fuula twitter isaaratti dabarseen Maanchister Yunaayitid maatii Gileezar irra bituuf qophaa’e jira.

Akkuma beekamu yeroo amma deggertoonni maatii Gileezar iratti mormii guddaa dhageessisaa jiru.

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Maanchister Yunaayitid jijjirraan Adriyaan Rabiyoot dhimma miindaan osoo waliigalteerra hingahiin hafuu isaan fuula isaanii gara Kaasimiroo godhaniru jedha.

Ana miti kan jedhe #Fabrizio Romanodha

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
πŸ‘1
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Oduun Eloon Maask fuula Twiterii isaaratti Maanchister Yunaayitid bituuf akka barbaadu maxxansee qoosaa akka ta'e ibseera.

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Channel photo updated
Channel photo updated
Channel name was changed to Β«Olma isporti guyya guyyanπŸ€Έβ€β™‚πŸ€ΈπŸ€Έβ€β™€Β»
Channel name was changed to Β«πŸ€ΈπŸ€Έβ€β™€Β»
Channel name was changed to Β«Matti buriqa isporiti EthiopiaΒ»
Forwarded from Burqaa Ispoortii (ObsaanMilli)
βœ…Akka AS gabaasetti Maanchister Yunaayitid Joo'a Fleeks fudhachuuf Yiroo miliyoona 130 dhiheessus Atleetikoo Maadriid kufaa taasiseera.

Youtube Burqaa Ispoortii
πŸ‘‡πŸ‘‡
http://bit.ly/3ovsQLl

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from α‹¨α‹ˆαˆ²α‰₯ ቀቡ (Δ”αˆšΨ±)
Yeroo ammaa deggertoota yunaaytid πŸ₯Ίβ€οΈ
Forwarded from α‹¨α‹ˆαˆ²α‰₯ ቀቡ (Ameks)
Maanchister Yunaayitid jijjirraa Kaassimeeroo xumuraa jiru taphatichi Yunaayitid itti makamuuf waliigaleera.

[Telegraph]

@Ispoortii433 @Ispoortii433