Funny house
70 subscribers
47 photos
15 videos
1 link
Funny house Share &join
Download Telegram
Obboollootta lamaa turaan

Lamaan isaanii waliin ittuu jiraatanii obbeelleesii innii tokkoo nagaaha siwaliin jiraachu nan nufee wantaa hangaa har'attii horanee hirmanee addaa banaa jedhaa.

Obboolleesii innii jechaa kanaa dhagaahee nahee gadde lakkii obboollee koo dhisii jedhaa.

Obboolleesii innii lamaaffa du'een argaama malee an siwaliin hin jiraadhuu addaa bannaa nahirrii gaheeko jedhee.

Obboolleesii innii hubaata sif hin hirruu qabeenya Kenyaa hundaa isaa fudhuu najalaa hin demiin maloo jedhaan obboolleesaa isaattin.

Obboolleesii innii lamaafaas nididdaa kanaa nahirrii qabenyaa Kenyaa jedhee ittii mufaattaa.

Obboolleesii innii hubataas akkaas jedhan ati hin jirtuu tanaan anii hin jiruu yaddaannoo siwaliin qabuu hundaa gatii fudhatee demtuuf maloo Hindemiin qabenyaa Kenyaa hundaa isaa fudhuu nawaliin jiradhuu jedheeni


Yaddaanoon wantaa guddaa akkaa ta'ee meqaan keenyaattuu beekaa ???

@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
❤️Yeroon si yaade fagoo deemuun na hin barbaachisu. Onnuma koo keessaan si ilaala. Sababni isaas achi keessa akka jiraattuun barbaada waan ta'eef.

❤️Onnee takka qabaachuun koo dhugaadha. Amma garuu gara kee imaltee jirti. Pls naaf kunuunsi b/c I have no heart and U have two.

@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
❤️❤️❤️💚💚❤️❤️❤️
Iftii kee addeessaa
Mul'atni kee adduu
Jallalii kee yommuu
Keessaa kiyyan baduu
An sifan ummame kaan
birraan hin barbaduu

@onlyfunnylink
Namoota wal hin jaalanne tokkootu gaafa tokko akka carraatti karaan wal afaan isaan fide.inni tokko saree qabatee deemaa jira.

Inni kaan gaafa bira gahe, "Aboo osoon sin arginiin saree arge" jedhee itti qoosnaan,
Inni kaan maal jedhuun gaariidha.....
.
.
.
.

"Maal rakkoo qabaree sareetu saree argee"

Hin jedhuun seetanii😂😂

@onlyfunnylink
@onlyfunnylink

Baga Jala Bultii Ayyaana FAASIKAAN isin gahe!
👉Ayyaanni kun:
Kan gammachuu
Kan jaalalaa
Kan tokkummaa
Kan nagaa

Isiiniif haa tahu!

AYYAANA GAARII!

@boniwalalo
@boniwalalo
@olnyfunnylink
Dubbisaa/📖📖📖/

Ani addunyaa kana irra waanin dhabe hin jiru. jechuun Koo waan kan koo ture garuu amma immoo ani hin qabne hin jiru. Sababni isaa wantoonni ani dura qabu garuu amma immoo kan koo hin taane dura iyyyu kan koo natti fakkate malee kan koo hin turre waan nama biraan kan kooti jechaa ture malee kan koo miti jechuu dha kanaafuu kan kees akkanuma

@boniwalalo
@onlyfunnylink
Duuba Koo Namoonni Hedduun Jiru! Ani Garuu Duubatti Deebi'ee Isaan ilaaludhaaf Yeroo Hin Qabu!! Suuta Jedhee Tarkaanfii Koo Fula duratti Itti Fufaan Jira.
•••°°°•••°°°•••°°°•••°°°•••°°°•••
♡♡HUBADHU!!♡♡
°°°°••••°°°°••••°°°°••••°°°°••••
☆Nama cimaa ta'i jechuun, hin kufin jechuu miti! kuftee ka'uu danda'u qabda jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Gammadaa ta'i jechuun, hunda qabaadhu jechuu miti! waan qabdutti gammadi jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Diina kee jaalladhu jechuun, diinni gaariidha jechuu miti! jibba caala jaalalatu hunda caala jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Hojii Hojjettu jaalladhu jechuun, hojiin amma ati hojjechaa jirtu gaariidha jechuu miti! boru akka hojii gaariin si eeggatu beekii, hojii har'a hojjechaa jirtu jaaladhu jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti! garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti! kan biraa dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Abbaa garaa hin ta'iin jechuun, hin nyaatin jechuu miti! haqa nama biraa hin nyaatin jechuudha malee.
°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•°•
☆Hin dallaniin jechuun miira hin qabdu jechuu miti! dallansuu kee irraa dafii deebi'i

@boniwalalo
@boniwalalo
#jaalala_online

Hey jetta jedheen
Text keen eega
Ni dhufta deebitee
Jedheen chat eega
Garaa jabaachuu kee
Ani maalittan beeka!

Tarii na balleessee
Jedheen of gaafadha!
Ofii of gaafadheen
Ofii deebii laadha.
Gaafii deebii qabneef
Mataan dhukkubsadhaa?

Abdiitiin si eeguuf
Hedduun si iyyaafadhe
Deebi'ee ni dhufa?
Jedheetan gaafadhe!
deebii tokkoo dhabnaan
Garaa koo muraadhe!

Maaliif dhufuu didee?
Yeroonoo shan ta'e.
Baay'ee si eegeen
Dadhaabnaani ba'e!

😭❤️💔😭

@boniwalalo
@boniwalalo
@boniwalalo