Funny house
70 subscribers
47 photos
15 videos
1 link
Funny house Share &join
Download Telegram
Warshaan nyaataa tokko
Hojjettoota hedduu qacaree hojjisiisa ture🏭🏭.guyyaa tokko hojjettoota keessaa hojjatuun 💃💃
Tokko kutaa qabbaneessituu keessa akkuma jirtutti itti cufanii hundumtuu hojiidhaa
Ba'an🪟🪟.hojjattuun Kun iyyitus namni dhaga'u hin argamee
Balbalicha banuuf yaaltus
Keessaan banuun tasumaa hin danda'amu ture.filannoon isheen qabdus amma kuticha keessaa baatutti abdii'n eeguu yookan amma qabbaneessituun sun ishee diilaleessee ajjeesutti eeguu qofa ture🙏🙏🙏🙏🙏🙏.

Daqiiqaa muraasa booda waardiyyaan yookan eegduun warshichaa kutaa qabbaneessituu sana bane hojjattuu kana baase. Hojjattuun Kun nama kana akka ergamaa rabbirraa ishee fayyisuuf ergameeti ilaalaa
"Akkamitti gara kana dhufuu dandeesse garuu ?"jechuun gaafatte. Namichis deebisee
"Hojjattoota warshaa kanaa hunda keessaa ganama yeroo seenu fi galgala yeroo ba'u kan
Nagaa na gaafatu si qofa.
Har'a ganama seenuu kee nan yaadadha. Guyyaas akka ati hin baane nan beeka. Ammas namoonni hundi yeroo ba'an ati hin baane. Kanaaf rakkoon tokko uumamuu isaa shakken garana dhufe". Jedheen👌👌👌👌

Yaa nama seenaa kana dubbistuu; hojiin gaarii ati hojjattu miti fuullii gaarii ati namatti agarsiistu gaafa Inni siif kanfalu ni jiraatii amma dandeessetti gaarii hojjachuu fi gaarii ta'uuf yaali👍👍👍👍👍👍


@onlyfunnylink
@boniwalalo Join&share
godhaa
Obboollootta lamaa turaan

Lamaan isaanii waliin ittuu jiraatanii obbeelleesii innii tokkoo nagaaha siwaliin jiraachu nan nufee wantaa hangaa har'attii horanee hirmanee addaa banaa jedhaa.

Obboolleesii innii jechaa kanaa dhagaahee nahee gadde lakkii obboollee koo dhisii jedhaa.

Obboolleesii innii lamaaffa du'een argaama malee an siwaliin hin jiraadhuu addaa bannaa nahirrii gaheeko jedhee.

Obboolleesii innii hubaata sif hin hirruu qabeenya Kenyaa hundaa isaa fudhuu najalaa hin demiin maloo jedhaan obboolleesaa isaattin.

Obboolleesii innii lamaafaas nididdaa kanaa nahirrii qabenyaa Kenyaa jedhee ittii mufaattaa.

Obboolleesii innii hubataas akkaas jedhan ati hin jirtuu tanaan anii hin jiruu yaddaannoo siwaliin qabuu hundaa gatii fudhatee demtuuf maloo Hindemiin qabenyaa Kenyaa hundaa isaa fudhuu nawaliin jiradhuu jedheeni


Yaddaanoon wantaa guddaa akkaa ta'ee meqaan keenyaattuu beekaa ???

@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
❤️Yeroon si yaade fagoo deemuun na hin barbaachisu. Onnuma koo keessaan si ilaala. Sababni isaas achi keessa akka jiraattuun barbaada waan ta'eef.

❤️Onnee takka qabaachuun koo dhugaadha. Amma garuu gara kee imaltee jirti. Pls naaf kunuunsi b/c I have no heart and U have two.

@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
@onlyfunnylink
❤️❤️❤️💚💚❤️❤️❤️
Iftii kee addeessaa
Mul'atni kee adduu
Jallalii kee yommuu
Keessaa kiyyan baduu
An sifan ummame kaan
birraan hin barbaduu

@onlyfunnylink