-Tumaan Guddoon Diina Koo Tumu
-Ajjeechaan Hamtuun Diina Koo Ajjeesu
-Gumaan Dansaan Diina Koo Kafalchiisu;
โ Kaayyoo Koo Irratti Jabaadhe Hujjadhee, Milkeessudha----Milkaawudha! Siin jedha laal๐
.................
Milkii koottu isaan ajjeesa
@Ramiiz1l

โค6
Rakkinnoota Mooโadhu!
~โขโขยป Namni tokko Wiilcherii irra taaโee yoo arginu jalqaba wantii yaada keenna keessa dhufu namichii nama guutuu taโuu dhabuu isaati. isumaayyuu haala innii keessa jiruuf gadduu keenna agarsiisuu yaalla. Namoota arguu hin dandeenne, Harkii isaanii naafa taโe, Warra okkolan, Namoota harka tokko qofa qabaniifi kan qaama hirdhuu jedhaman Akka waan isaanii nama guutuu taโaniitti hin ilaallu. Gaโumsa dhokataa isaan irra daangaa keenya. Dhaabbii isaaniin namoota madaalla. Ati garuu nama dhaabbiin madaalamuu miti. Addunyaa irratti namoonni Sammuu gurguddaa qaban tokko tokko Wiilcherii irratti argamu.
Wiilcherii irra kan turan pirezidaantii Ruusiveltiin isan yaadachiisa.
Namoonni qaamaan miidhama taโan hoogganaa biyyaa guddaa ta'uu danda'u jettanii yaaddanii beektuu?! dhiโoo kana seenaa dargaggeesa tokkoo dubbiseen jira. Dargaggeessi kun hayyuu Herregaa Guddaa taโullee dhukkuba lafee namaa miidhuun gidirfamaa jira. Namni kun qaamii isaa baayyee miidhamaa ture.
Ulaagaa nuti Bareedinna jennee keennuun yoo madaalame gaddisiisaadha. fuulii isaa miidhamaa waan tureef fuullee ijaa(ilaa) yoo godhatu irraa buโa; Funnaan isaa irra hin jiru jechuuttuu salphata. Ilkaan isaa mancaโeera. Walumaa galatti bocii qaama isaa babbadeera. Barreeffama barreessuu hin danda'u. Garuu dargaggeessi kun hayyuu Herregaa Guddaa akka taโe ni dubbatamaaf. Piroofeeseroonni gara Mana isaa deemuun waan innii dubbatu barreessu. Beekumsa Sammuu nama kanaa keessaa madduunis kitaabonnii Yuunivarsiitiiwwan keessatti barattoonnii irraa baratan ni qophaaโu.
โขโข~ilaali; Dhukkubni nama kana qabate sun gaโumsa dhokataa keessa isaa jiru balleessuu hin dandeenne. Dandeettiin Sammuu isaa innii guddaan miidhama qaama isaan hin miidhamne. Wantoota waaqii keessa isaa kaaโe fayyadamuudhaan rakkinnoota isa mudatan moโate.
(Kitaaba; Understanding your potential) Jedhu kana Ebisa Bayissa hiike irraatii.
Atis rakkinnii fedheeyyuu gaโumsa dhokataa kee si keessatti hin ijjeesin. Daayyaa teetillee hin maseensin. haalota kamiiyyuu keessattis jabaadhu.... Jabaadhu!
https://t.me/of_uum

Telegram
๐๐ฐ๐ฐ๐ถ๐ถ๐๐ถ ๐
๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐ก
Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi
You are going to be successful one day and make your parents proud๐ฏ

โค2๐2
Dhugaa dha, ilmi namaa gammachuu dhugaa yoo argachuu fedhe, Rabbiin waliin walitti dhiyaachuudha. Namni Rabbiin irraa fagaate, qabeenya, sadarkaa, beekumsaa fi wanta addunyaa hunda qabaatus, qalbii isaa keessatti dhugaan tasgabbii hin argatu.
Yeroo namni Rabbiin irraa fagaatu, gadda fi dhiphina hedduu keessatti kufa. Sababni isaas, jireenya dhugaa fi ibsa qalbii kan kennu Rabbiin qofa waan taโeef. Kanaaf, namni gammachuu barbaadu, kaayyoo jireenya isaa keessa milkaaโuu barbaadu, Rabbiin irraa dhiibamu osoo hin taโin itti dhiyaachuu qaba.
Hojiin cimaan kamuu, nama Rabbitti amananiif fi akka Rabbiin isaan dhagahu beekanif salphaadha. Sababni isaas, hojiin sun akka hojii isaa miti, akka hojii Rabbiitti ilaala. Akkuma Qurโaana keessatti jechi:
"Dhugumatti, namoota Rabbiin sodaatan irratti hojii isaanii salphifna." (Qurโaana, Al-Aโraaf 7:96)
Kanaaf, waan hundaa keessatti Rabbiin waliin jiraachuu, hojii keenya Rabbiif taasisuu fi dhugaan Isatti hirkachuu, gammachuu fi milkaaโina dhugaa namaaf fida.Ilmi nama osoo Gammachuu Rabbiin Wal arkuu Fi itti dhiyaachuu ni beeka tahe, silaa gaddaa fi dhippinatuu itti dhagahama Rabbiin isaatin Wal gahuu dhabuudhaf.
March-19:2025
https://t.me/of_uum
Yeroo namni Rabbiin irraa fagaatu, gadda fi dhiphina hedduu keessatti kufa. Sababni isaas, jireenya dhugaa fi ibsa qalbii kan kennu Rabbiin qofa waan taโeef. Kanaaf, namni gammachuu barbaadu, kaayyoo jireenya isaa keessa milkaaโuu barbaadu, Rabbiin irraa dhiibamu osoo hin taโin itti dhiyaachuu qaba.
Hojiin cimaan kamuu, nama Rabbitti amananiif fi akka Rabbiin isaan dhagahu beekanif salphaadha. Sababni isaas, hojiin sun akka hojii isaa miti, akka hojii Rabbiitti ilaala. Akkuma Qurโaana keessatti jechi:
"Dhugumatti, namoota Rabbiin sodaatan irratti hojii isaanii salphifna." (Qurโaana, Al-Aโraaf 7:96)
Kanaaf, waan hundaa keessatti Rabbiin waliin jiraachuu, hojii keenya Rabbiif taasisuu fi dhugaan Isatti hirkachuu, gammachuu fi milkaaโina dhugaa namaaf fida.Ilmi nama osoo Gammachuu Rabbiin Wal arkuu Fi itti dhiyaachuu ni beeka tahe, silaa gaddaa fi dhippinatuu itti dhagahama Rabbiin isaatin Wal gahuu dhabuudhaf.
March-19:2025
https://t.me/of_uum
Telegram
๐๐ฐ๐ฐ๐ถ๐ถ๐๐ถ ๐
๐๐ง๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐ก
Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi
You are going to be successful one day and make your parents proud๐ฏ
You are going to be successful one day and make your parents proud๐ฏ
โค2๐1
โค5
Seenaa Ayyo Makoo
Ayyo Makoon naannoo Oromiyaa keessatti argamu keessaa tokko yoo taโu, seenaa fi aadaa hawaasa Oromoo waliin walitti dhufeenya qaba. Seenaa isaa keessatti jireenyi hawaasaa, qonna, horsiisa beeyladaa, aadaa fi duudhaan Oromoo gahee guddaa qabu.
Duraan, uummanni naannoo Ayyo Makoo irra jiraatu baayโinaan qonnaa fi horsiisa beeyladaa irratti hirkataa ture. Hawaasni wal gargaarsaa fi hariiroo cimaa qabaachuun jireenya isaa gaggeessaa ture. Afaan Oromoo, aadaan, duudhaan, akkasumas sirni bulchiinsa aadaa hawaasaa keessatti bakka guddaa qabu.
Yeroo keessa jijjiiramoonni hawaasummaa fi bulchiinsaa gara naannichaa dhufan. Barnootni, tajaajilli mootummaa, gabaan, daandiin fi tajaajiloonni biroon guddachaa dhufuun jireenya uummataa irratti dhiibbaa qabaatan. Haa taโu malee, aadaan fi eenyummaan hawaasaa ammallee bakka guddaa qabu.

๐4โค1
Yeroo tokko tokko, namoonni tokko tokko jireenya kee keessatti boqonnaa qofa; seenaa kee guutuu miti.
Nama tokko gadi fagoo jaallachuu dandeessa, garuu nagaa sammuu keetiif irraa fagaatuun sirrii taโuu dandaโa.
Waan darbe dagachuun fayyuu miti. Waan si mudate yaadachuu dandeessa, garuu yaadni sun akka si hin miine barachuun fayyuu dha.
Guyyaa tokko ni hubatta: wanti garaa kee cabsuun si keessaa baโe, dhuma osoo hin taane, ofii kee deebitee argachuuf jalqaba ture. โค๏ธโ๐ฉน

โค4
Dogoggora waggaa 5 na gaafate tokko: qophii adeemsa fuulduraa jechuun guddina yaaduu.
Kitaaba hunda dubbisuu.
Koorsii hunda fudhachuu.
Waan hunda dursanii sirriitti karoorsuu.
Yeroo sana hundaa, nama na caalaa dandeettii xiqqaa qabu tokko garuu jalqaba irratti dogoggora hojjechaa, deemsa keessatti barachaa ture.
Qophiin waan buโa qabeessa hojjechaa jirru fakkaata; garuu yeroo baayโee sodaadha โ tooftaa fakkaatee uffatee dhufu.
Daakuu barachuuf bishaan qorachuu qofa hin gaโu. Bishaan keessa seenuutu si barsiisa.
Dhuma irratti, waa hojjechuun, dogoggoruun, sirreessuun fi irra deebiโanii yaaluutu nama barsiisa.

โค3
NU-UMANITUU MATU matu matu moti motoTARE RE REEEEEE๏ผ_;/RE bAr BAR....BU-UM...BUM๏ผผ(^_^)๏ผKAN HIN FOKKANE KA BAREDU KAN HIN DUNE KA YOMU JIRATU LA YO FEDHE OLIN KA YO FEDHE GADIN QUBA NAMA KAWU๐ซฐBU-UM
GaDi BAnEka ka๐คจ Dhalateka Huseni kiyya bunera re
............................
โจ ANUMA RE KA HUSSEN BUNE โจ
๐ฅ KA MALHAMATI GADA Ye ๐ฅ
๐ MAMADI GADAFI ๐
๐ซ KA MATAMA GADI ๐ซ
๐ KA SH/MAMMADI RASHADI KA OLI GADI MAQA ITTI BASAN MAQA DHIBBA---BA BA BAA BABAYE KIYA-YA-YA YEE KIYAYE EE๐Kama SinQiYE Sinquye siini MaMiYe! Uuuumpha๐คจ๐๐ซฐpa
โ๏ธ๐โค๏ธ๐ฅโจ