Itiyoophiyaan Imbaasii ishee Eertiraa jiru cufuun dippiloomaatota Eertiraa 10 Finfinnee jiran sa'aa 48 keessatti Itiyoophiyaa gadhiisanii akka baahan ajajjee jirti.
🤷♂7❤5👍4🔥2👏2
Humnoonni Wayyaanee Maqalee gadhiisanii kan bahan ta'uu maddoonni walaba ta'an gabaasan.
👍7❤3👏2😍2🥰1