👍3❤1🥰1👏1
Barana qormaatni kutaa 12ffaa karaa marsariitii qofa kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Sport | Online Works | Facebook
Sport | Online Works | Facebook
❤7👍4🥰2🙏2👏1
❤3👍3👏3🥰1
Magaalaa Dirree Dawaa irraa daa'ima umuriinsaa waggaa 2 ta'e hatuun magaalaa Haramayaa keessa dhoksuudhaan qarshii miiliyoona lama maatii gaafatan.
Poolisiin hordoffii taasiseen namoota yakka kanarratti hirmaatan, kanneen suura irratti mul'atan sadan to'annoo jala akka oolche beeksisee jira.
@officdrops @sportoda
Poolisiin hordoffii taasiseen namoota yakka kanarratti hirmaatan, kanneen suura irratti mul'atan sadan to'annoo jala akka oolche beeksisee jira.
@officdrops @sportoda
❤13🙏4👏3🥰2
Paartiin Badhaadhinaa mallattoon filannoo ittiin dorgomu qamadii ta'uu ifoomse.
Sport | Online Works | Facebook
Sport | Online Works | Facebook
❤6👌5👍4🥰2👏1
BEEKSISA HOJII
Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa
Galmeen karaa Email ykn qaamaan
Sport | Online Works | Facebook
Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa
Galmeen karaa Email ykn qaamaan
Sport | Online Works | Facebook
❤5🥰3👍2👏2
Namooti Lootorii Arbaa bittanii jirtan carraa keessan ilaalladhaa.
Sport: https://t.me/sportoda
Sport: https://t.me/sportoda
❤8👏3👍2🥰2
Komiin Itiyoo Telekoom irratti ka'u dabalaa jira.
Komiin kun neetworkiin harkifataa ta'uu fi kaffaltiin tajaajilaa madaalawaa ta'uu dhabuu ilaallata.
https://t.me/officdrops
Komiin kun neetworkiin harkifataa ta'uu fi kaffaltiin tajaajilaa madaalawaa ta'uu dhabuu ilaallata.
https://t.me/officdrops
❤12💯9👍6🙏3🥰2