Odaa Tarbii
24.9K subscribers
197 photos
27 videos
8 files
461 links
International Spokesperson of the Oromo Liberation Army
Download Telegram
Godina Bunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaatti haleellaa diroonii mootummaan Uummata fayyaalessaa irratti raawwateen lubbuun namoota 25 olii ba'uufi konkolaattota dabalatee qabeenyaan heedduun barbadaa'uu gabaasnee turuun keenya ni yaadatama.

Namoonni heedduunis madaa'uun kaan ammoo qaamaa kan hir'atan yoo ta'u, suuraan kun daa'imman haleellaa kanaan miidhamanidha.
Akeekkachiisa!

Sirni faashistii adeemsa WBOn akka rifatee fi duula diroonii isaa cimsuuf akka yaadu odeeffannoo arganneerra. Kanneen armaan gadii yaada keessa galchuun barbaachisaadha:

⁃ Tokkoon tokkoon diroonii kanaa misaa’ela 4 dhukaasu akka danda’u.
⁃ Dirooniin kun sa'aatii 27f qilleensa keessa turuu danda'a.
⁃ Dirooniin kun buufata to'annoo isaanii Bishooftuu fi Asoosaa irraa hanga kiiloo meetira 300 deemuu danda'a.
⁃ Dirooniin kun fageenya km 15 irraa bakka tokkotti misaa'ela dhukaasuu danda'a.
⁃ Dirooniin halkan illee ho'a qaamaa arguu danda'a. Garuu bosonaa fi gamoo keessaa darbee arguu hin danda’u.
⁃ Kallattii misaa’ela diroonii erga dhukaafamee booda operetera dirooniitiin jijjiiramuu danda’a.
⁃ Sirni faashistii humni isaa erga injifatamee booda naannoo namoonni nagaa jiraatan irratti xiyyeeffatee hojjechaa jira. Kanaaf lola booda of eeggannoo gochuun barbaachisaa dha.
⁃ Dhohinsi misaa’ela diroonii kanaa bal’ina meetira 25 kan uwwisudha. Kanaaf gareen namoota 3 ta’uun meetira 30 walirraa fagaachuun barbaachisaa dha.

Sirnichi ammallee dirooniin waraana keenya miidhuu hin dandeenye. Ummata keenya shororkeessuu fi adabuuf namoota nagaa irratti xiyyeeffatee jira. Haleellaa diroonii madda isaa irraa dhaabuu akka dandeenyuuf tarsiimoo amma qabnu eeggachuun barbaachisaa dha.
Mariin araaraaf torban darbe geggeeffame bu'aa wareegamtoota WBO fi qeerrooti. Dhugaan jiru kanuma. Galatni keessan bilisummaa haa ta'u!
OSG Report 64.pdf
1.2 MB
Over 5300 killings of Oromo civilians have now been recorded by OSG since Abiy Ahmed began his campaign at the end of 2018 to wipe out the Qeerroo movement and then the Oromo Liberation Army (OLA) and its support base.

FULL REPORT
Oromiyaan ni bilisoomti, hin shakkinaa!
Hubadhaa: Facebook irratti namni maqaa kiyyatti fayyadamee burjaajii uumaa akka jiru dhaga'eera. Peejiin maqaa "Odaa Tarbii" fayyadamu kamiyyuu soba. Fuula Facebook kan koo isa kana:
facebook.com/Sagalee.Gaachana
This Facebook account is impersonating me and creating a lot of confusion. Please click the link below and report it:

https://www.facebook.com/OdaaTarbii?mibextid=LQQJ4d
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024)

https://www.olf-olahq.org/post/news-graduation-ceremony-of-new-trainees-in-the-ola-central-zone-february-2024
“A secretive committee of senior officials in Ethiopia’s largest and most populous region, Oromiya, has ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency there, a Reuters investigation has found.

Reuters interviewed more than 30 federal and local officials, judges, lawyers and victims of abuses by authorities. The agency also reviewed documents drafted by local political and judicial authorities. These interviews and documents for the first time shed light on the workings of the Koree Nageenyaa – Security Committee in the Oromo language - which began operating in the months after Prime Minister Abiy Ahmed came to power in 2018. The committee’s existence has not been previously reported.”

https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
"Akka qorannoo Rooyitars gaggeessetti koreen dhoksaa kan Shimelis Abdisaa, Awalu Abdu, Ararsa Mardasaa, Fiqaaduu Tessemaa fi qondaaltota nageenyaa fi siyaasaa biroo 6 kan maqaan isaanii hin dhahamne of keessaa qabu jira.

Koreen kun yeroo yerootti walga’ee eenyu akka ajjeefamuu fi eenyu akka hidhamu irratti mari’ata. Ajaja isaanii malee ajjeechaan Oromiyaa keessatti hin raawwatamu. Abiy Ahmad walga'iiwwan kanneen irratti hirmaachuu baatus koreen kun ajaja isaatin bara 2018 uumame.

Rooyitars akka gabaasetti ajjeechaan namoota Oromiyaa keessati hiriira bahanii rasaasaan rukkutaman ajaja koree kanaan raawwatame. Dabalataanis jaarsoliin Karrayyuu akka ajjeefaman kan ajajes koree kana."

https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
"Gorsaan Shimelis duraanii Rooyitarsiif akka himanitti, “dhimma barbaachisoo, kan akka ajjeechaa namoota beekamoo” keessatti ajajni kan dhufu Shimelis Abdisa ykn Ararsa Mardasa, komishinara poolisii Oromiyaa, hanga bara darbe itti gaafatamaa nageenyaa ta’ee guddatutti."

https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
On February 22nd, a young woman and 4 young men were summarily executed in front of the public by regime forces in Qarsa Malima, Southwest Shawa.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
★  #Gadda😥😥

Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti
1). #Geetuu
2). #Dajanee
3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina.

መረጃ፦አሁን በደረሰን መረጃ ይህ ድርጊት የተፈጸመው በቀርሳ ማሊማ ወረዳ በ22/02/24 እንደሆነ ታውቀዋል የተያዙትም 4 ወንዶችና 4 ሴቶች ሲሆኑ አንደኛዋን ሴት ህዝብ እያየ አደባባይ ላይ ሲረሽኗት ለአሁን ስማቸው የደረሰን
1- #ጌቱ
2- #ደጀኔ
3- #ሽቶ
ይባላሉ የሁለቱ ስም ለጊዜው አልደረሰንም.....ለቤተሰቦቻቸው መጽናናትን እየተመኝን.....
የናንተን ደም በደም ለመበቀል ዛሬም ወንድሞቻችሁ በደጅ አለን!!!!