Milkiin lafaa garaa ofii ga'uu! Sanaaf, jabaatanii hojjachuun filannoo maleessa.
Garuu, karaan milkii akka yaadnu diriiraa miti. Bu'aa bayii. Finna danuu qabaachuu mala.
Ta'us, seexaaf obsi keessoo (internal) kee haalota alarraa (external) dhufan qolachuuf si tumsu.
Gaafa akkas ta'u, jabaatanii hojjaachuun wabii milkaa'inaa kan ta'u!👇👇👇👌
Sifanoro.com
Sinanor.com
Obsii.com

Ofii kee namoota biroo waliin hin madaalin. Barfachuun kufuu jechuu miti.Tarii eebba guddaaf qophaa’aa jechuudha! Amala kee hin jijjiirin👌
Kaayyoo kee galmaan ga’uu keessatti sammuu tokkicha qabaachuudha. 👇🏾
https://obsii.com/2024/01/22/dont-change-your-behavior-because/
Kaayyoo kee galmaan ga’uu keessatti sammuu tokkicha qabaachuudha. 👇🏾
https://obsii.com/2024/01/22/dont-change-your-behavior-because/
Faayidaan hojii kee gonkumaa waa’ee soorama kee akka dagattu si hin godhin. Faayidaan hojii yeroo yeroon socho’u akka boqottu, akka xumurtu qofaaf kan yaadamedha. Yeroo soorama baatu namni daldala hojiirra ooluu danda’u yoo hin qabaanne namni hoogganaa siin jedhu hin jiru yaadadhu. Soorama bahuu hin jibbiin sababni isaas gaaf tokko fedhii keetiin yookaan fedhii malee soorama baata. Kun jireenya akka gaariitti akka ilaaltu akka si gargaaru abdii qaba.☝️👇👇👇👌
https://sifanoro.com/2023/06/01/kkk/
https://sifanoro.com/2023/06/01/kkk/
Jaalalli manca'ee
Gabaan jibbaas ho'u
Hangamuu baay'atu
Jibbi jaalala hin mo'u💔
Sinanor.com
Sifanoro.com
Obsii.com
Gabaan jibbaas ho'u
Hangamuu baay'atu
Jibbi jaalala hin mo'u💔
Sinanor.com
Sifanoro.com
Obsii.com
Wanti hunda caalaa barbaachisaa ta'e of jaallachuudha. Wanti ati ta'uu dandeessu inni hunda caalaa barbaachisaa ta'e ofii keetii. Waan darbe jijjiiruu hin dandeessu. Irraa barachuu qofa dandeessu.
Fuuldura tilmaamuun hin danda'amu. Uumuu qofa dandeessa.☝️👇👇👇👌
https://sifanoro.com/2024/07/09/there-is-no-hidden-truth-that-you-need-to-understand/
Fuuldura tilmaamuun hin danda'amu. Uumuu qofa dandeessa.☝️👇👇👇👌
https://sifanoro.com/2024/07/09/there-is-no-hidden-truth-that-you-need-to-understand/
Namni jibbeef si jibbee
An darbadhee sin gatuu
Hidda na keessa qabdaa
Yoo muranis kan latuu....!
~
Seenaa kan kee jajachuu
Na dhorkuu yaalus biyyuu
Maqaa kan kee lagachuu
Hin danda'u yoomiyyuu...
~
Jecha namaan gowwomee
Ololaaf bakka hin laadhuu
Rakkoon yoo natti cimtes
Si dhiisee qofaan kaadhuu...!
~
Qixxeen kee naaf hin jiruu
Kumniyyuu si naan caaluu
Bakka miidhama kootii
Si qofaa kan naaf yaaluu...!!
“Anaaf Kiristoos jireenya koo ti, du'uun immoo bu'aa koo ti.”
Filiphisiiyus 1:21📖🙏💔

Namummaan of aarsaa taasisanii kaaniif dhaabachuudha. Eenyummaan sirriin namummaa keen madaalama.
Namummaan inni sirriin dhalootaaf dungoo ta’anii darbuudha. Nama gatii hin beekneef imimmaan kee hin cobsin. Bidiruu mataa keen gaafa sochootu dacheetu jannata siif ta'a👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/12/keeping-our-promise-here-is-the-first-part/

Laafina kee osoo hin taane cimina kee irratti xiyyeeffadhu. Maqaa kee osoo hin taane amala kee irratti xiyyeeffadhu. Badii kee irratti osoo hin taane eebba kee irratti xiyyeeffadhu.” – Rooyi T. Beeneet
Of duubatti hin deebi'in. Abjuu kee hammadhu sodaa tokko malee hordofi. Milkaa'ina fi gammachuun YEROO hunda siif mala kun immoo waan jirtuuf qofa. Sababni biraa hin barbaachisu." ☝️👇👇🏾👌
https://sifanoro.com/2023/06/21/ani-shaampiyoona-moachuuf-nan-fiiga/

Ija qalbiin dubbii ilaalla
Keenya qaroon fagootti arga
Biqiltuun dhugaa hin cooligu
Ibidda keessatti marga☝️👇👌
Sifanoro.com
Sinanor.com
obsii.com
Keenya qaroon fagootti arga
Biqiltuun dhugaa hin cooligu
Ibidda keessatti marga☝️👇👌
Sifanoro.com
Sinanor.com
obsii.com
Jireenyi saayikilii fakkaatti
Jireenyi saayikilii fakkaatti,abdii kutannaan gara kufaatitti si geessa! Altokko kaatee ofii hoofuu hin dandeessu tumsa/qajeelcha namoota hoofaani itti milkaa’anii si gaafata. saayikilii hoofuun garuu wanta salphaadha garuu hanga qajeelcha hin arganneefi hin yaalletti wanta cimaadha. Of fuuldura yoo ilaalte malee bitaa fi mirga ilaallan ni kufta irra deddebitees naanneessu qabda,yeroo hunda yaali sii gaafata,kana ta’uu baannaan ni kufta.jireenyis kanuma!☝️👇👇👌
https://sifanoro.com/2022/08/10/jireenyi-saayikilii-fakkaatti/

Namaf gaarii godhi malee gaarummaa nama irraa hin egiin. Hanguma namoota sirrii siif hin yaanneef deebii deebisuu dhiiftu, jireenyi kee nagaa argataa deema.
Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanni, rakkoo ofii waliin du'uun fafa. Carraa argattetti fayyadamii nama gargaari malee, carraa argattetti fayyadamtee nama hin miidhin.👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/12/keeping-our-promise-here-is-the-first-part/
Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanni, rakkoo ofii waliin du'uun fafa. Carraa argattetti fayyadamii nama gargaari malee, carraa argattetti fayyadamtee nama hin miidhin.👇🏾👇🏾👌
https://sinanor.com/2024/05/12/keeping-our-promise-here-is-the-first-part/
Yeroo hunda rakkoo irratti yoo xiyyeeffattu, rakkoo dabalataa qabaatta. Garuu yeroo waan danda’amu irratti xiyyeeffattu, carraawwan hedduu ni qabaatta. 🙌👇👌 gaaffii namoota baay'ee website kana gaafacha turtaan☝️👇👇👌
https://heylink.me/siinan4
https://heylink.me/siinan4
https://heylink.me/siinan4
https://heylink.me/siinan4
HeyLink.me | Siinan4
Ulfinni Waaqayyoo amaloota isaa hundaan kan mul’atu fi kan bara baraati. Ulfinni namaa kan yerooti yeroo gabaaba keessatti darbaa. Namni bara dargaggummaa isaatti akka fardaa fi gaangee warra luugama hin qabnee ta'u hin qabu.😭👇🏾☝️👇👌
https://sinanor.com/2024/07/12/the-suffering-of-christ-this-is-love/
https://sinanor.com/2024/07/12/the-suffering-of-christ-this-is-love/
Wal’aansoo jireenyaa salphaatti gadi buustee injifattee irra taa’uu hin dandeessu. Ifaajjii
guddoo si gaafata. Si’a tokkoon kan utaalee ji’a irra qubate jira jechuun soba dubbiiti. Injifannoo gonfachuuf dursa dhamaatii si gaafata. Ciminaa fi dadhabina kee addaan baastee beekuu qabda. Waaqa, dhugaa, laphee qulqulluu, hubannaa, ogummaa fi beekumsaan jireenya kee hoogganuu qabda. ☝️👇👌💪
https://sifanoro.com/2023/03/04/jajjabinaa-koo-ilaalani-hunduu-na-jibbuu-akkamitti-jireenyaa-koo-jijjiruu-dandaaa-jettee-beekta/

Jireenya keessatti lolli cimaan of loluudha, ofitti himuudha – “yeroo wanti hundinuu kufe fakkaatu cimtee turuu qabda”. Keenya har'a Lola Dirree lolaatti baanee Lollu hin Qabnu Garuu Waan Jireenya Keenya hundumaa Mo'achuuf👇🏾👌👇👌
https://obsii.com/jireenya-keenya-kalee/
https://obsii.com/jireenya-keenya-kalee/
Jireenyi waan barbaadan hundumaa argachuu mitii waan nu barbaachisu hundumaa guutee isa nuuf kennuu Waaqayyoon beekuudha malee Namni Waaqayyo akka Abbaa isaaf ta'ee beekuu waan hundumaatti gammadee jiraataa, nagaa fi tasgabbii guddaas qabaa, namni akkasii akka muka qarqara bishaanii dhaabatee yeroo hundumaa guddachaa ija gaariis godhataa.! Jireenyi addunyaa galaanaadha yoo jenne, riqichi ittin ce'an immoo obsadha☝️👇🏾👌👇
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
https://obsii.com/counsel-on-how-to-preach-to-young-people/
Har'aa of jaalachuun kee ofittummaa miti,kanaafuu yeroo hunda gammachuu kee dursa gatii kennii, sirritti of kunuunsii sababnisaas gammachuun dhugaa kan argaamuu nama biraa irraa miti keessoo ofitti jalqabaa akkasumaas hanga atii keessaa keetti gammachuu hin qabatiin namni ykn wanti kamiyyuu si gammachiisu hin danda'u.👆👇👌
https://sifanoro.com/2023/04/02/goromsi-harree-wajjin-oolte-dhuufuu-bartee-galti-hiriyyaan-baayyee-murteessaadha/
https://sifanoro.com/2023/04/02/goromsi-harree-wajjin-oolte-dhuufuu-bartee-galti-hiriyyaan-baayyee-murteessaadha/
Mul'ataa keef xiqii qabadhu.
Mul'anni kee jabaa taanan namoota yaada xiqqaa qaban waliin walii galuu hin dandeessu. Mul'ata kee namatti hin amanin Mul’atni kee simalee fira hin qabu. Ottuu lubbuun jirtuu dammaqii☝️👇👌👇
https://sifanoro.com/2022/08/17/mulata-kee-namatti-hin-amanin/

Nama kaayyoo ta'i, waan adeemtuf beeki!
• Nama mul'ataa ta'i, waan hojjettuuf bu'aa isaa dursii argi!
• Nama karooraa ta'i, waan kaayyoof mul'ata kee ta'e tooran hojjedhu! Ejjennoo Cimaa fi Guddaa ta'e kan addunyaa kana injifattee ittiin addunyaa kana irra jiraattu qabaadhu!☝️👇👌👇
https://sifanoro.com/2024/07/15/love-yourself-and-be-a-purposeful-person/

Nama miidhuuf maastarsiin sin barbaachisu dadhabaa ta'uun qofti gahaadha. Waan hin beekne dubbachuurra, Waan beekan iyyuu callisuun Beekumsa! Dubbii baay’isun dhukkubaa arrabaa keessa isa tokkoffaa dha; namoonni baay’een garuu kana akka dhukkubaatti hin ilaalani.☝️👇👌👇
https://sifanoro.com/2022/06/27/dubbii-haasaa-baayisuun-balaa-qaba/
https://sifanoro.com/2022/06/27/dubbii-haasaa-baayisuun-balaa-qaba/
𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐟𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐩𝐡𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐢!
Jireenyi bu’aa bahiidha. Mijatee akka garaa namaaf hinta’u. Badhaasni fiigicha booda mormatti namaaf godhama. Jiraachuuf kaachuun dirqama. 👇🏾👇🏾
https://sifanoro.com/2023/03/07/yaada-injifataan-dirree-taphaa-seeni/