Siif obsii daandii milkaa'inaati❤️
1.1K subscribers
1.15K photos
2 files
1.63K links
Dhugaanis karaanis jireenyiis iyesus qofa kanaf kotaa gooftaati jabanaa 🙇‍♀️🙇‍♂️🙏📖
Biyyii lafaas hawwiin isaas hundinu hin darba. Namni fedha waaqayyoo rawwaatu garuu bara baraan hin jiraata (1ffaa yoh 2:17) Ameeeeeeen 🙏❤️❤️https://youtube.com/channe
Download Telegram
Bilbiloota biyya alaa ittiin fayyadamuuf heduu nu gargaara. waan kamiinu ittiin baafannee hojii adda addaa hojjechuuf text gochuufis bilbiluuf nu gargaara, App kun barreeffama kana jala jira yoo  fayyadamuu barbaaddan iddoo install jedhu xuqaa buufadhaa👇🏿👇🏿
https://siinan.sifanoro.com/?p=26
https://siinan.sifanoro.com/?p=26
Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan.  Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyi waan yeroo dheeraaf hin turre osoo hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee fi qabattu waan siif qabaachuu malu qopheessuu ta’uu danda’a.😥👇🏾
https://obsii.com/yeroo-rakkinaa-fi-qormaata-guddaa-keessa-darbitu-jireenyi/
Erga sanyiin namaa toora isaaf kenname keessa bahee, du'a jalatti godaanee bitamaa ta'e.👇🏾👇🏾
https://shorturl.at/mzJO1
https://shorturl.at/mzJO1
Warri mul'ata isaanii milkeeffachuu dadhaban; mul'ata kee akka sin gachisiifne of eeggadhu!👇🏾👇🏾
https://obsii.com/your-victory-is-in-your-hands-your-dreams-also-have/
Qalbii guutuun waa'ee jireenyaa ofii yoo itti yaadne, maalumma jireenyaa keenya isaa sirri hubaanna.👇🏾
Website haaraan gaddii dhiifamee barreeffama gargaraa hiikuun qarshii guddaa argaachu kan dandeessan appy ajaa'iba kana buufadhaa itti fayyadama👇🏾
https://sifanoro.com/2023/09/22/namni-mulata-qabu-garuu-waan-haallii-fi-namni-isaan-jedhu-otuu-hin-taane/
Osoo dirree lolaatti hin ba'in, akka warra haala ilaalanii sodaatan sanaa sodaattee, dirree mo'ichaa keessaa ofii keen of hin baasin!👇🏾👇🏾
https://obsii.com/2024/02/06/there-is-no-winner-in-a-field-where-there-is-no-competitor/
How do I choose a Partner?
The question of how to choose a marriage partner is often heard from single people.👇🏾👇🏾👌
https://obsii.com/2024/02/08/similarly-it-is-marrying-unbelievers-or-those/
Abjuun kee orma
Si godha!😭👇🏾
Garuu ati nama abjuu
keetiif jiraatu taanaan aarsaa hamma du'aatti gatii si baasisu
keessa dabartee bakka ganama Waaqayyo sitti agarsiise sana
hinuma geessa. Jabaadhu!!!!!!
https://sifanoro.com/2023/05/01/abjuun-kee-orma-si-godha/
Jireenyi kee kanarraa adda kan ta'u, yeroo ati adda tahuuf murteeffattu qofa. Guddinni ofumaan hin ta'u akkasumas akka tasaa hin ta'u. Guyyaa guyyaan kaatee fooyya'uu abjoochuun, si hin godhu gochaan agarsiisuu qabda
https://obsii.com/guddina-sirrii/
Forwarded from Sinan jobs.com
Yoom iyyuu Joobira ol kaʼee qarqara galaanaa ykn muka gubbaa taaʼee yoo argitan, sirriitti ilaalaa, simbirroon sun hammam xiyyeeffannaa akka kennitu ilaalaa.Baruumsa guddaa akka irraa argattan abdii guddaan qaba Waa’ee Joobiraa guutummaa isaa dubbisuuf 👇🏾👇🏾

https://siinan.sifanoro.com/?p=16
Yoo isinitti tole Hiriyyoota keessaniifis share godha
Jireenya keessatti haloota jijjiraaman baay'ee keessa kan darbinuu yemmuu ta'u muraasni isaa salphaa ta'u illee baay'een isaa ulfaataadha.👇🏾👇🏾👌
https://obsii.com/2024/02/09/be-blessed-to-be-led-by-the-holy-spirit-as-your-life-guide/
Waan xixxiqqoo irratti yeroo kee hin qisaasiin. Umrii si haftee keessatti jireenya gammachuu qabu jiraachuuf wantoota jijjirama fiduu danda’an hojjadhu.👇🏾
Application kana buufadhaa itti fayyadama hojii akka gaariit isin hojaachisaa 👌👇🏾
https://sifanoro.com/2023/02/28/yoo-joobirri-tole-jedhe-lukkuun-gaggeessaa-joobiraa-tauuf-hin-saalfattu/
Jireenya kee jijjiiruuf namni dandeettii qabu si qofa;  namni homaa siif gochuu hin danda'u sababni hammam  siif gochuu hin danda'u illee,  Karaan salphaan of jijjiiruu dandeessu wantoota guyyaa guyyaan  ati hojjettu jijjiiruudha.👇🏾👌
https://obsii.com/dhugaawwan-soba-fakkaatan-garuu-si-jabeessan/
Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'iin!👌
namootni ati waliin jiraachaa jirtu baay'ee si miidhan iyyuu obsiif!👇🏾👇🏾
https://obsii.com/2024/02/12/be-strong-and-win-life-but-dont-let-life-win-you/
Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.👇🏾👌
https://obsii.com/2024/02/12/dont-hate-failure-failure-is-the-path-to-success/
Ulfinni Waaqayyoo amaloota isaa hundaan kan mul’atu fi kan bara baraati. Ulfinni namaa kan yerooti yeroo gabaaba keessatti darbaa. 👇🏾👌
https://obsii.com/ulfinni-waaqayyoo-mudaa-kan-hin-qabne/
Ofi jijjiramtee nama biras jijjiru barbadaa ykn jireenyaa hiikaa qabu jiraachuu hin barbadaa? hojiiti amani ok🙄
Namoota ofii isaanii irrattis ta'e hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada ykn miira isaanii  ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneeni😭👇🏾app kunni baay'ee isin gargara buufadhaa👇🏾
https://sifanoro.com/2023/04/12/ofitti-amanamummaan-jiraachuu-living-with-self-confidence/
Qorumsa keessa akka hin seenne dammaqaatii kadhadhaa.  Hafuurri dhimaadha, foon garuu dadhabaadha.👇🏾👌
https://shorturl.at/nuvSZ
https://shorturl.at/nuvSZ
milkaa’aa namaa gaafa taatu hiriyoota fakkeessitoota fi diinota dhugaa oomishatta ta’ullee milka’aa namaa ta’uu irraa if duuba hin deebi’in😭👇🏾
https://sifanoro.com/2022/06/04/ergaa-darbee-gabbuu-duraa-yeroo-hundaa-of-qopheessi/
Dheekkamsakoo dandeesse. Isan barootaaf kuufadhe madaan kulkulfadhe hunda sitti futtaafadhe.  Gurrakee, eenyummaakee guutuu naaf kennitee ofirraa baate. 🤔👇🏾
https://obsii.com/2024/02/15/it-was-invented-she-appeared-in-my-mind/
Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'iin!👌
namootni ati waliin jiraachaa jirtu baay'ee si miidhan iyyuu obsiif!👇🏾👇🏾
https://obsii.com/2024/02/12/be-strong-and-win-life-but-dont-let-life-win-you/