◉Naamuusa guyyaa iidaa.◉
⓵ - faxaranii ka'anii gara iidaa deemuu.
⓶ - qaama guutuu dhiqatanii waan urgaahaa dibatanii dhaquu.
⓷ - irra gaarii uffata qabanuu uffachuu.
⓸ - wal eebbisuufii walgammachiisuu.
⓹ - waan eeyyamamaa ta'e yooqabaatan maatiidhaaf baldhisanii kennuu itti arjoomuu.
⓺ - hanga salaata iidaatti takbiiraa heddummeessuu.
⓻ - yoo iida dhaqan karaa tokkoon yoota'e yoodeebi'anii galan daandii biraatiin galuu.
⓼ - iddoon ittisalaatan yoo masjida hinta'in salaata iidaa dura salaatuu dhabuu.
⓽ - eega salaata iidaa salaatanii galanii manatti raka'aa 2 salaatuu.
Iid mubaarak
✍
Sayfuddiin
✍
Barnoota Amantii islaamaa fi Nashiidaa Babbareedaa Argachuu yoo Barbaaddan Chaanaal kiyya kana Join godhadhaa Baarakallaahu Fiikum
👇👇👇
https://t.me/shekseefuddiin

Telegram
Sh/Sayfuddiin A/nagaa j/m.🌷🌷
📢Barnoota Amantii Islaamaatiifii Nashiidaa Babbareedaa Asirraa Argattu join nuuf godhaa baarakallaahu fiikum
Forwarded from Asad Family Official (1stly)
#Harmee_baroota hedduu
➦➮➪➨➟➜➞➙➣👬👫
Utuma dhangalaanuu
Akka bishaan Alagaa
Walittuu ba'aa taanee
Ulfaannee akka dhagaa
Wal-baqannee facaanee
Akka waan diina booree
Qaawwa keenyaan nu seenee
Alagaanuu wal-sooree
Nuti waliif yaaduu
Dhiifnee wal-jibbinaa
Ormatu bal'ifatee
Nu'iif hawwa dhiphina
Ilmaan Abbaa tokkoo
Wajjin manaa baanee
Wal-dhaga'uu dhabuun
Diinatti wal-laannee
Kufaatii walii ilaallee
Itti rukunnee dibbee
Waraabo kana baree
Tokko ta'ee nu jibbee
Obboleessi inaafnaan
Argannaa Obboleessaa
Qomoo silaa wal-tumsu
Diddiigee wal-balleessa
Waa xiqqoo dogoggara
Arginee wal-hin illuu
Alatti wal-dhiibuu caala
Wal-utubuu hin filluu
Naanna'ee caccabuun ala
Bu'aan tokko illee hin dhufuu
Dhaloota ijaarre diiguudha
Walitti taanee gufuu
Gadaan Abbootii keenyaa
Nur harkatti mugee rafaa
Qananiin hoongee ta'ee
Gadadoon nu harkatti hafa
Yoonaa harmeen nu deesse
Bobbaa keenya tilmaamtii
Milkiin dhufti ilmaan koo
Jechaa karaa nu ilaaltii
Harmee baroota hedduuf
Maaf simatti Gaddaa
Iji ishee imimmaaniif
Maaliif ta'a maddaa?
Maalumaaf bar-tokko
Nuti wal-hammannee
Harmee gammachiisnee
Waliin hin gammannee?
Sana kana hin jennuu
Furmaanni illee numaa
Maddi isaa tokkummaa
Yoosuu hunduu argamaa!
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
✍️ Mujaahid Haboo'tiin
Galatoomaa!
Liinkii kanaa gadii yoo seentan
Odeeffannoofi walaloowwan mimmiidhagduu argachuu dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA

Mujahid Habo Official
Keessoon nuqunnamtanii yaada nuuf kennuu yoo feetan liinkiin https://t.me/Bareedduu_kiyya tuqaa
Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa.
Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa.
Email 💌 www.tarkanfimuje@gmail.com nuqunnamaa.

☁️🌟🌟🌟☁️
♦️Shariiknikee ykn Saahibnikee Alkan Ka'ee Rabbiif dhaabbatee
◆Atimmoo Rafaa bulteetuma Rabbiin siif Araaramuu
⭕Akkamittigaa?!
📚Ka'abul Ahbaar Namni jedhamu Akkana jedhe:
"Danuudha Namni halkan Rabbiif dhaabbataa bulee Rabbiin isarraa jaallatee saahibasaa kan Rafaa buleefimmoo Rabbiin kan araaramuuf
Sababni Rabbiin saahibasaatiif araaramummoo
Nama lamatu kan Rabbiif jecha wol jaallatan jiru
Jara kana lamaan keessaa namni tokko halkan ka'ee Rabbiif salaatee Rabbiin Salaata isaatiif Du'aa'ii isaa erraa qeebala du'aa'iinsaa tokkollee duraa hin hafne hunduma isaa Rabbiin isaaf qeebale
Innimmoo du'aa'iisaa keessatti obboleessa isaa kan Rabbiif jecha wol jaallatan sanaaf isanni Manasaatii Rafaajiru innimmoo yaadatee
Yaarabbi Obboleessakoo kan siif jecha wol jaallannu ebeluu sanaaf araarami jedhee Rabbiin Siif kadhata Achumaan Rabbi qeebalee utuu Ati Raftuu siif Araarama"
Fakkeenyaaf
Ati Yeroo tokko tokko cinqamaa Mataan sidhukkubaa Yaadda'aa Rafteetu
Mataan sun sidhiisee cinqiin suniifi yaaddoon sun sirraa deemee Gammachuudhaan Hirribarraa kaata
Beeki Yowwana halkan sana obboleessikee kan Rabbiin sodaatu wohii du'aa'ii siif kadhataa bulee du'aa'iisaa Rabbiin siif qeebale ta'a
🕋Yaarabbi Obboleeyyan gaggaarii kan kayirii woliif kadhannu kan diinii keerratti kan kayiriirratti wolgargaarru
Nuuf kenni
Yaa Allaaah🤲
🌹 Wol jaalladha Du'aa'ii Woliif kadhadhaa 🌹
☁️🌟🌟🌟☁️
◎Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa isiniif dabarsinaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://t.me/joinchat/AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
◈Abdulwaahid bin zayid Rabbi Rahmata isaaniif hagodhu Akkana jedhan-:
◉Namni Xaa'aa Rabbiirratti ofsuurratti Niyyate Rabbiin ofsa sanirratti isa gargaara,
◉Namni Badiirraa Of qabuurratti badiirraa ofsuurratti Murate Rabbi isa gargaara Rabbi isa tiksa.
حلية الأولياء وطبقات الأصفياء 📚

📮Ibnussamaak Rabbi Rahmata isaaniif haagodhu Akkana jedhu:-
ــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــ
◈"Nammi Du'e tokko Isa du'eef jecha hin boo'u
➲Garuummoo isa utuu Waan tokko hin ojjatatin yeroon jalaa gubattee duuti itti dhufte gaabbii kanaa boo'a malee
➲Amaas isa duniyaa kanarraa Galaa tokko utuu hin fudhatin deemeefi
➲Isa Ammas Sinqii tokko Utuu hin fudhatin arka duwwaa aakiraa dhaqe boo'a"
➠Mee Anaafi isinoo Umrii keenyarraa Hangam Nujalaa dhumee jira
Hangamtummoo Nuuf Hafe Gama Rabbii keenyaa hin deebinuu?
Waan inni Nu'ajaje Hojjannee Waan inni Nudhowwerraa hin dhowwamnuuree?ــــــــــــــــــــــــــــــ
◉Adaaraa Aakiraan keenya Nuyaaddessuu qaba deebi'een sirreeffadhaan hin jiru Arruma of hayaadannu
📚[ العاقبة في ذكر الموت ].
ــــــــــــــــــــــــــــــــــــ
◎Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa isiniif dabarsaa waan jirruuf

Forwarded from 🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
🎙 Sh/Alii jimmaa.
Gorsa ajaa'ibaa kana Rabbiin warra irraa fuyyadamu nu haa taasisu.
⏳ MB 1 gadi. 🎵 Daqiiqaa 3
◉Barnoota babbareedaa isiniif dabarsaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://t.me/joinchat/AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Gorsa ajaa'ibaa kana Rabbiin warra irraa fuyyadamu nu haa taasisu.
⏳ MB 1 gadi. 🎵 Daqiiqaa 3
◉Barnoota babbareedaa isiniif dabarsaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://t.me/joinchat/AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Islamicbot
Islamicbot:
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Obbola via @IbnawolBot
Obbola via @IbnawolBot
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
◉Obboleewwan Islaamaa
➲Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa
waan isiniif dabarsaa jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu dhaan Nuhordofaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
➲Nashiidaaleefi
Barnoota babbareedaa
waan isiniif dabarsaa jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu dhaan Nuhordofaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
Obbola via @IbnawolBot
✺Uweyis Alqaraniin Rabbi Rahmata isaaniif hagodhuu Akkana jedhu:
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
=⊱Utuu Amma Namni tokko ka'ee Aduwwii isaatiin wolloluuf Utuu deemuu
Kaabbaan ykn kobbortaan lolaa ittii ulfaannaan Ofirraa baasee darbee ykn gatee!!
=⊱Sayifiinsaas itti ulfaannaa isas darbee gatee!!
=⊱Nyaataafi dhugaatiin inni qabatee deemaa jirus itti ulfaannaan isas gatee!!
=⊱Harka duwwaa kan sayifii hin qabne
kan kobbortaa woraanaa hin qabne
kan nyaataa dhugaatii hin qabne beela'aan dheebotaan kun Aduwwii ykn Xalaata isaatiin wol qunnamee Xalaata isaa kana ni injifataa?!!
👌Akkuma kanagaa
Namni
=⊱Zikrii jechuun itti ulfaannaan Ofirraa dhiise
=⊱Ibaadaa Sunnaan waajiba boodaan hojjatan itti ulfaannaan Ofirraa dhiise!!
=⊱Salaata Waajibaa yeroodhaan Salaatuu dhiisee yeroo erraa dabarsee salaatu!!
=⊱Waan sheri'aan erraa Nama dhowwiturraa dhowwamuu kan dadhabe!!
➲Waan Amma dubbanne kana hunda Eega woliin dhahee baballeessee booda
➠Jiruun Hammaatte
➠Qalbiin Nuggoggogde ➠Nafsiyyaafi sheyixaanni Numohatte jedhee kan dubbatu
◉Namni Akkanaa kun Nama faayidaa hin qabne
=⊱Nama
Utuu xalaannisaa lafaan dhahee isa hin kuffisi Ofii isaatiif Lafatti Of Kuffise jedhama jedhu!!
✿Obbooleewwan koo
Nutimmoo Akkamitti jirra Laata Haalli keenyaoo Akkam Fakkaata Adaraa of ha'ilaallu
◉Obboleewwan Islaamaa
➲Barnoota babbareedaa

👉Nama yeroo qalbiin isin cinqamtee duniyaan kun isinitti dhippatte isin bira dhaabbatanii Qalbii keessan isiniif tasgabbeessaniifi isin bohaarsanitti saahiboomaa
💎Kan Halkan ka'anii Rabbi isiiniif kadhatan Kan hanga gammachuu keessan Arganitti gammachuun isaanitti hindhufne
💎Nama dhugaa dubbatu Nama Qalbiinsaa gaariitti saahiboomaa Waan dingata isin jidduutti Argamturratti woliif obsaa
👌Abadan Nama Akkanaa kanatti Saahiboomuu keessaniif Hingaabbitan
Worri Akkanaa kun jannata duniyaati Gammachuu qalbiiti Hirkoo jabduu kan isin jalaa hinlaafne isiniif ta'u
Utuma isin bira hin jiraanneellee!
🌹 أسعد الله أوقاتكم بكل خير 🌹
☁️🌟🌟🌟☁️
◉Barnoota babbareedaa isiniif dabarsaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://t.me/joinchat/AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
👉Nama yeroo qalbiin isin cinqamtee duniyaan kun isinitti dhippatte isin bira dhaabbatanii Qalbii keessan isiniif tasgabbeessaniifi isin bohaarsanitti saahiboomaa
💎Kan Halkan ka'anii Rabbi isiiniif kadhatan Kan hanga gammachuu keessan Arganitti gammachuun isaanitti hindhufne
💎Nama dhugaa dubbatu Nama Qalbiinsaa gaariitti saahiboomaa Waan dingata isin jidduutti Argamturratti woliif obsaa
👌Abadan Nama Akkanaa kanatti Saahiboomuu keessaniif Hingaabbitan
Worri Akkanaa kun jannata duniyaati Gammachuu qalbiiti Hirkoo jabduu kan isin jalaa hinlaafne isiniif ta'u
Utuma isin bira hin jiraanneellee!
🌹 أسعد الله أوقاتكم بكل خير 🌹
☁️🌟🌟🌟☁️
◉Barnoota babbareedaa isiniif dabarsaa waan jirruuf
Chaanaal keenya join godhachuu hin dagatinaa
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://t.me/joinchat/AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Obbola via @IbnawolBot
❂:::::::::::::❁❂﷽❂ ❁:::::::::::❂
Seenaa Ajaa'ibaa kana Gorsa Bareedaa erraa arraa Argattu
👌Dubbiftan malee Bira Hindarbinaa
❂:::::::::::::❂:::::::::::❂::::::::::::::::❂
Biyyoofi Farda
•═══════════•
✺Guyyaa tokko fardi Namicha lafa qotuu ykn dachii Akaafuu tokko eela ykn biirii gadi fagoo keessa bu'e garuu biiriin sun bishaan hin qabu ture
Sa'atii dheeraaf eega achi keessa turee booda Abbaan fardaa kun akkamittin fada kiyya kana askeessaa baasa jedhee cinqama?
✺Xiqqoosii eega itti yaadee booda waan tokko Murteeffate
Amma fardi kunis dulloomeera dadhabee jira kana booda utuman keesaa baasees waan nafayyadu hinqabu
Kanuma biraa bitachuutu erra naaf caala
✺Ammas biiriin ykn eelli kunis bishaan hin qabu gogaadha waan ta'eef wonni gaariin farduma kanaa woliin biirii kana duuchuudha jedhee Murteeffate
✺Biirii sana duuchuurratti akka isa gargaaraniif
Sagaleesaa olfuudhee lallabee ummata naannoosaa jiranu waame
✺Ummannis dhufanii biyyoo qoqqotanii boolla sana duuchuuf qoshaashaa adda addaas wolitti qabatan
✺Rakkoo lamatti yeroo tokkicha furmaata gochuuf
Inni tokko biirii goge duuchuu
Inni 2ffaan farda dadhabaa kan biiricha keessa bu'e Awwaaluudha
✺Fardi kun waan godhamuuf deemu kana enna hubatu
akka isa gargaaranii keessaa baasanuuf yaadee
sagaleesaa olfudhatee iyye
Garuu eega yeroo xiqqoo iyyee booda iyyuusana dhiisee callise
✺Ummannis inni callifnaan baqqaa du'eera jedhanii Amma biyyoofi qoshaashaa garaagaraa ittii gad darbachuu eegalan
✺Utuma biyyoo Asiigad itti Naqaa jiranuu jidduudhaan Abbaan fardaa kun dhufee gadi jedhee biirii keessa enna gadi ilaalu
Uuuu jedhee iyye waan arge kanatti Rifatee
✺Enna inni biirii keessa gadi ilaalu fardi biirii keessa jiru kun enna biyyoofi qoshaashaan Asiigad itti darbatamee dugdda isaarra bu'u duddasaa urgufatee biyyofi qoshaashaa dudda isaarra bu'e kana lafatti ofirraa gadi naqee ofii isaatii ol ba'ee erra dhaabbata
✺Ummanni asii gadi biyyo itti naqu innis ofirraa urgufate urgufatee ol ba'ee erra dhaabbata
utuma akkana goggodhanuu fardis utuma ofirraa harchaasee ol ba'ee erra dhaabbatuu biiriin guutamuuf oldhihaate
Enna biiriin guutamee gara afaan biiriitti oldhihaatu fardis humna jabeeffatee (of cimsee) utaalee Nagaadhaan keessaa ba'e jedham
✺Kanarraa womti nuti hubannu✺
──━━━━━❪✺❫━━━━━──
❂Jireenyis Akkuma kana Hadhaa isii cinqii isii laalaa isii ulfina isii hunda olfuutte sirratti fe'uu barbaaddi
❂Ennati Rakkoosii kana hunda erraanfachuudhaaf yaalte isiin garuu sin erraanfattu
❂Kanaafuu Rakkoon kara jireenyaatiin sitti dhuftu hundi akka biyyoo fi farda amma dubbannee kanaati
❂Urgufattee jalaa olba'aa olba'aa deemuu qabda hanga injifattee guutuun guutuutti jalaa olbaatutti
❂Abbaan fedhe Lubbuudhaan utuu ati jirtuu si'awwaaluu yoobarbaadellee
Hin dhaabbatin hin dadhabin Harka hinkennin
❂Qalbiikee yaaddoorraa Qulqulluu godhi
Cicinqamuu ofirraa dhiisi
Gammachuudhaan jiraadhu
Rabbiinkee yeruma hunda Akka siwojjiniin jiru yaadadhu
──━━━━━❪✺❫━━━━━──
Barnoota Babbareedaa Argachuuf
Chanaal keenya 👇join👇 godhaa

Mana tokko ijaaraa
Maqaan mukaa gargarii
Falaxaadhaafi tuu'oo
Dagaleedhaafi marii
Bakka isaaf malu dhaabneef
Mana nuuf ta'e bari!
Malee jiguu hin oolu
Yoo bakka wol jijjiirre
Marii dagalee dhoofnee
Utubaan yoo hin jirre!
Mana tokko ijaaraa
Citaa wol saamuun fafaa
Kaayyoof galma keenyatu
Osoo-n milkaayin hafaa
Garaa tokkoo dhalannee
Wol sakaallaan gamanaa
Worri gamaa nu nyaachuuf
Hamuummataam namana!
Oromummaa inni dhugaa
Qomoo kufe kaasuudha
Lubbuurra wol jaalachuun
Woreegama baasuudha
Walaloowwan mimmiidhagduu argachuuf chaanelii armaan gadiitti seeni
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
@Saanduqa_Yaadaa💌
Maqaan mukaa gargarii
Falaxaadhaafi tuu'oo
Dagaleedhaafi marii
Bakka isaaf malu dhaabneef
Mana nuuf ta'e bari!
Malee jiguu hin oolu
Yoo bakka wol jijjiirre
Marii dagalee dhoofnee
Utubaan yoo hin jirre!
Mana tokko ijaaraa
Citaa wol saamuun fafaa
Kaayyoof galma keenyatu
Osoo-n milkaayin hafaa
Garaa tokkoo dhalannee
Wol sakaallaan gamanaa
Worri gamaa nu nyaachuuf
Hamuummataam namana!
Oromummaa inni dhugaa
Qomoo kufe kaasuudha
Lubbuurra wol jaalachuun
Woreegama baasuudha
Walaloowwan mimmiidhagduu argachuuf chaanelii armaan gadiitti seeni
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
@Saanduqa_Yaadaa💌
Telegram
Mujahid Habo Official
Keessoon nuqunnamtanii yaada nuuf kennuu yoo feetan liinkiin https://t.me/Bareedduu_kiyya tuqaa
Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa.
Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa.
Email 💌 www.tarkanfimuje@gmail.com nuqunnamaa.
Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa.
Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa.
Email 💌 www.tarkanfimuje@gmail.com nuqunnamaa.
Haacaalu Hundessa •
ilmaa nama ✰@MUSIC_ETHIOPIAN✰ Telegram channel
Sirba Hacaaluu Albamii Maali Mallisaa
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Mara dandeessuu!
Madda eenyummaa koo
Wiirtuu lafee dugdaa
Mara dandeessuu koo
Caaltuu nama hundaa
Galatni kee adda
Deessee na guddiftee
Oolmaan kee kitila
Deegdee na mul'iftee
Guutuu walalochaa dubbisuuf
Chaanelii kanatti seenaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Madda eenyummaa koo
Wiirtuu lafee dugdaa
Mara dandeessuu koo
Caaltuu nama hundaa
Galatni kee adda
Deessee na guddiftee
Oolmaan kee kitila
Deegdee na mul'iftee
Guutuu walalochaa dubbisuuf
Chaanelii kanatti seenaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Telegram
Mujahid Habo Official
Keessoon nuqunnamtanii yaada nuuf kennuu yoo feetan liinkiin https://t.me/Bareedduu_kiyya tuqaa
Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa.
Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa.
Email 💌 www.tarkanfimuje@gmail.com nuqunnamaa.
Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa.
Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa.
Email 💌 www.tarkanfimuje@gmail.com nuqunnamaa.
Obbola via @IbnawolBot
➲Jajjabaannee Guyyaa kurnan Zulhijjaa kana Booji'achuu qabna👌
◎Guyyaa Kurnan Zulhijjaa kana keessa hojii kayirii hojjachuun Mindaa dachaa dachaa qaba
Fkn Qur'aana Qara'uu soomanuu Sadaqaa kennachuu Zikrii heddummeessuu
Zikriin Akkaan heddummeessuun Nurraa jaallatamu
kan akka...
➠Subhaanallaah
➠Wol_hamdulillaah
➠Wolaa'ilaaha Illallaah
➠Wollaahu Akbar
➠Wolaa hawula wolaa quwwata illaa billaah jechuudha
●ULAMOONNI
Zikrii jara amma dubbanne kana heddummeessuun hedduu jaallatama jedhu👌
➬Jajjabaannee kayirii Guyyaan kurnan kun Nuuf qabattee dhufte erraa saammachuu qabna
Guyyaan kurnan amma nuti keessa jirru kun akka waan Guyyaa tokko wohiitti Nurkaa dhumuuf teessi
◈Kan biraammoo
➠Badiin baatii kana keessa dalagan qixaaxnisaa hedduu hammaataadha waan ta'eef jecha
➠Baatii kana keessa Badii dalaguurraa of qusachuu qabna👌

Forwarded from ☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙 (AlESLAMU DEENE)
🎉Oduu Gammachiisaa🎉
🎉Oduu Gammachiisaa🎉
🎉Oduu Gammachiisaa🎉
💻Markazul ITQAAN 💻
📲Barnoota Qur'aanaa online rratti eegaluudhaaf galmee eegaluusaa kan isin beeksisu ta'a
◾️Namoota Barnoota Amantii isaanii barachuu barbaadanu hunda Kan hirmaachisuudha!!
🔹Qura'aana Haffazuudhaaf
🔹Qur'aana sirreeffachuuf (Talqiina qara'uuf)
🔹Nama Haaraatti Qura'aana Aliifirraa eegaluu barbaaduufi (Qaa'idatu nnuuraaniyyaa) qara'uuf kan barbaaddanis
🔹Akkasuma Kitaaba qara'uu kan feetanis
▪️Yeroo (Sa'atiin) Itti Barnoonni geggeeffamu
1)Ganama Sa'atii 12:00am - 1:30am || Akka sa'atii biyya keessaatti
2)Salaata Asrii booda 10:30pm - 12:00am || Akka sa'atii biyya keessaatti
3)Halkan Sa'atii 2:30pm -4:00pm || Akka sa'atii Biyya keessaatti
4Ganama Sa'atii 4:00am - 5:20am || Akka sa'atii biyya keessaatti
Gayyaan Barnoota keenyaa Sanbata Guddaarraa eegalee hanga Kamisaatti
◾️Namoonni Galmaa'uu barbaaddan hundi Galmaa'uu keessan dura wonni hubachuu qabdan
1)Qur'aana Haffazuuf kan galmooftan Yoota'e
➠Dura Ijaan ilaaltanii qajeelaan Akka gaariitti qur'aana qara'uu danda'uu qabdu
2)Yeroo(Sa'atii) Afran qur'aanaaf Asii👆olitti ka'aman kana keessaa yeroo tokko kan isiniif mijjaa'u filachuu qabdu
3)Yeroo barnoota keessanii kabajjanii sa'atiidhaan Argamuu, Eeyyamaan maletti qiraatiirraa hafuu dhabuufi k.k.f niidha
◾️Kan biraammoo ammaas Markaza keenya kanatti wonni isiniif dhihaatu akka dandeettii keessaniitiin torbaanirraa guyyaa muraasa kitaaba filannee wa'ee diinii keenyaa isin barsiifna
◾️Markaza keenya kanatti Hirmaatee kan barachuu danda'u
🔹Dhiirota,dubarootaa fi Ijoollee
Wolumaa galatti
Amata(Woggaa) 5rraa eegalee nama hunda kan hirmaachisu ta'a
🔹Ammas kan biraa Barnoota Asirratti dabarfamu hordofuudhaaf daataa ga'aa ta'e qabaachuun keessan dirqama
🔹Liinkii Asii gaditti argamu kana Tuquun seentanii galmaa'uu nidandeessu
⇊ ⇊ ⇊ ⇊ ⇊ ⇊ ⇊ ⇊
@BakkaGalmee_Bot
🔹Carraa gaarii isiniif hawwina