NASHIIDA HAARAโ„ข๏ธ๐ŸŽง
2.14K subscribers
230 photos
35 videos
18 files
295 links
Baga Nagahan gara channel keenyaa Nashiida Haaratti Dhuftan!! Kabajamtoota keenyaa
Barnoota Adda adda
#Nashida Haara
#Nashida Haala Yeroo
#Nashida Durii
Odeeffanno Haala Yeroo
Ni Argattu kanaaf isiinis Channel teenya share join godha๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@nashiida_haara
Download Telegram
SALAM - Habibi Meche Yho...
SALAM
SALAM - Habibi Meche Yhon | แˆ€แ‰ขแ‰ข แˆ˜แ‰ผ แ‹ญแˆ†แŠ•? แˆ แˆ‹แˆ

Video แŠจแˆแˆˆแŒ‰ ๐Ÿ‘‡ join แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰
         https://t.me/nashiida_afaan_oromoo
โœ Nuti ummata du'aa'ii malee waa takka harkaa hin qabneedha... Rabbii koo..! hoongoo keessaa nun galchin....
#Seequun_sadaqaadha...!

โœ Osoo harka nama fuudhuuf harka kee hin diriirsineen duratti๐Ÿค sรฉequu tantee qopheeffadhu.... ๐Ÿ˜
Naga gaafiin sรฉequu uf keessaa hin qabne, ufittis nama hin kaleessu; qalbiin nama hin harkisu; gammachuus namaaf hin kennu...!
๐Ÿ‘ŒTuni nyaata sooqidda/ashaboo hin qabne fakkaatti
..
Join&share๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
โœ Aduu hardha galgala gadi seentu tanaan, kurnyan boodaa Keessaa halkan qaraadha/witrii tan leeylatulqadriin keessa kajeelamtu eegalti.
โœ Maaltu beeka halkan edaa tunis, halkan nuti eegnu sana tahuus dandeessi... Yeroo isiitti fayyadamaa; yeroo keessan salaata; qur'aanaa fi du'aa'ii dagachuudhaan uf jalaa hin balleessinaa...
โœ Gaazaa fi walloodhaan eegaluun obboleewwan keenna kan muslimaa; kan dirree hundatti dhiigni isaanii akka lolaatti dhangala'aa jirus hin dagatinaa...!
Warra islaamummaadhaaf wardiyyaa dhaabbatanii, dhiigaan islaamummaa isaanii tikfataa juraniifis kadhadhaa..!

Anas Obboleessa keessan miskiina kana... akka Rabbiin haajaa isaa laaffisuuf jidduudhaan na yaaddhaa...
Isiniifs Rabbiin waan jaalatu isiniif haa kennu...
โœ๏ธIbro...

๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
‎ุงู„ู„ู‡ู… ุฅู†ูŠ ุฃุณุฃู„ูƒ ุงู„ุนุงููŠุฉ ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ูˆุงู„ุขุฎุฑุฉ

‎[Allฤhumma inn-ฤซ สพasสพalu-k al-สฟฤfiyah fฤซ dunโ€™yฤ wal-ฤkhirah]

‎O Allฤh, I ask You for my wellbeing in this world and the next
Jawaar Muhammad fi Giifti Duree isaa Dr. ILILII ๐Ÿ’š
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
Audio
#Halkan_29ffaa...

โœ Rabbiin warra hoongoo keessaa galuu mitii, warra boojuu guddaadhaan galu isin haa taasisu....
Aamiin jedhi ๐Ÿคฒ
Ayyaana Sooma Hiikaa (Iid-Al-Faxirii) Kan Waggaa 1445ffaa Baga Waliin Nu Gahe!
-----------

Hordoftoota Amantaa Musliimaa biyya keessaafi ala jiraattan hundaan, Jiโ€™a Ramadaanaa. xumuurtanii ayyaana sooma hiikaa Eid Al-Faxirii kan bara 1445ffaan baga isin gahe, warra baranaa, kan bara hegeree nu haa taasisu jechaa, ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu, milkii, jaalalaafi Tokkummaa hunda keenyaaf akka ta'u hawwiin qabu ibsa.
Eid Mubarak Baga Ittiin nu gehe
ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุง ูˆู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุฃุนู…ุงู„

____
| __/
| |__
| __ID
| |__
|_____|

|'''''"\_/'''"|
| |\_/| UBARAK
Soomana finnee mitii?

Dandeenyu shawwaala soomanna dadhabnu leenjii leenjine itti fufsiisuuf yaalla.

Ramadaana keessa juuza sadii ol guyyatti qara'aa turree mii, yoo xiqqaate guyyatti saffaa sadii qara'uun nutti hin ulfaattu.

Ramadaana keessa Salaata taraawihaa fi tahajjuda salaataa baanee mitii, yoo xiqqaate amma salaata rawaatibaa salaatuu hin dadhabnu.

Ramadaana keessa....!
Leenjii jechuun kana. Leenjii tee bilaash if jalaa goota taanaan ifuma miite. #Khalaas
โœ Europe kana keessatti namoota hedduu Ramadaana keessa fayyaan jedhee abdii irratti horadhee ture.... barii guyyaa Iidaa sana mana dhugdoo fi shiishaatti arge.
Ani kan na dhibe namni Shawarii seenee qaama qulqulleeffate tokko... gadi bahe yeroma sana akkamitti dhoqqee keessa gangalata!?
Rabbiin isaan haa qajeelchu...!

Qaama qulqulleeffatte hin xureessinaa...!
๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
#Eenyummaa.....

โœ Waa lamatu eenyummaa kee ibsa...:
Yeroo dhabde obsa ati qabduu fi gaafa waan barbaaddu argatte amala ati muldhistu....!

.
๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
#Ramadaana_booda_hoo?

โœ Ramadaanni keessaa bahee guyyaa muraasa lakkoofsisee jira. haala keenya kan Ramadaana keessaatiin Wal bira qabnee yoo ilaallu... mee Ramadaana booda akkam jirra ?

Aaah lubbuu koo...! guyyaa ajaa'ibaa keessa turte; salaata, dhaabbata, qaraatii qur'aanaa, sooma, zikrii, du'aa'ii, sadaqaa, tola ooltummaa fi firoottan koo jajjabeessuudhaan ibaadaa gaarii dabarsaa ture...!
โœ Mi'aa Iimaanaa dhandhamnee, maalummaa soomaa hubannee, mi'aan imimmaanii nutti muldhatee, obboroo yeroo suhuuraa Rabbitti warwaachuun aadaa keenya tahee ture.
โœ Salaanni keenya salaata nama gammachuun isaa fi jireenyi isaa hundi salaata keessa jirtuu fakkaata ture. Soomni keenya sooma nama gatii isaa beekee fi mi'aa isaa dhandhamee baree fakkaata. yeroo sadaqannu sadaqaa nama hiyyummaa hin sodaannee kennataa turre.... akkas turree... akkas turree....Ramadaana keessa akka hedduu turre.
akkasitti balbala keeyrii hunda keessa gangalachaa turre... hanga hedduun keenya... osoo duuti keenya Ramadaana booda taatee hoo jennee hawwinu takka ture.... ๐Ÿ˜ข
โœ Ramadaanni nurraa fe'atee jira... erga Ramadaanni nurraa fe'atee guyyaa xiqqoodha... baatii takkaahuu hin guunne... garuu namni qara hin salaanne kan Ramadaana keessa salaataa ture.. kan bakka durii sanatti deebi'ee meeqa...!
kan dhala nyaachaa ture, yeroof uf qusate amma dhala eegale meeqa...!, kan Haraama laaluu aadeffate, kan Ramadaanaaf irraa cite, amma eegale meeqa.. kan sigaaraa aarsuuf dhiise, Ramadaanni baanaan aarsaa jiru meeqa kam...!
โœ Nuti akkuma yeroo Ramadaanaa turtan San, Ramadaana boodas addaan hin citinaa jechuu baannus... garuu yoo xiqqaate dalagaa gaggaarii tana: Sooma, dhaabbata halkanii, sadaqaa fii keeyrii dalagannu sana osoo itti jabaannee jechuu barbaade...

Join๐Ÿ‘‡โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin.

Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.


:ยจยท.ยทยจ:
 `ยท.   @jamiyye1
๐Ÿ‘‰ Hattoota kophee masjidarraa nama jalaa hataniif dhaamsa gabaabaa....biraan naaf gahaa.

โœ Akkuma beekkamu kophee masjidatti nama jalaa hatuu jechuun, karaa biraatiin keeyrii irraa nama baqachiisuu fi karaa Rabbii irraa nama deebisuu jedhama.
โœ Hattuun kopheedhaa qajeelatti duula muslimtootatti godhaa jira jechuudha... (Mana Rabbii hin seeninaa, masjida deemtanii hin salaatinaa jechaa jira).
โœ Nama meeqatu Sababa daasni ykn kopheen isaa jalaa badeef jecha salaata Masjidaa dhiise... gariin isaa inumaa isaa reef towbatee ganaa gara Masjidaa dhufaa jiruu yoo kopheen jalaa hatamu.... bakka isaatti deebi'uuf galgala sanillee hin eegu... ๐Ÿ˜
โœ Nama masjidatti azaa godhuun, qajeelatti Masjidaan loluu jechuudha... kanaafuu wantoonni akkanaa kunniin, itti yaadameefii yaadamuu baatus, masjida irraa wal dhoorkuu jedhama.
Rabbiin qur'aana isaa kabajamaa keessatti akkana nuun jedha:
๏ดฟูˆูŽู…ูŽู† ุฃูŽุธู„ูŽู…ู ู…ูู…ู‘ูŽู† ู…ูŽู†ูŽุนูŽ ู…ูŽุณุงุฌูุฏูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽู† ูŠูุฐูƒูŽุฑูŽ ููŠู‡ูŽุง ุงุณู…ูู‡ู ูˆูŽุณูŽุนู‰ ููŠ ุฎูŽุฑุงุจูู‡ุง ุฃููˆู„ุฆููƒูŽ ู…ุง ูƒุงู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ุฃูŽู† ูŠูŽุฏุฎูู„ูˆู‡ุง ุฅูู„ู‘ุง ุฎุงุฆูููŠู†ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ูŠุง ุฎูุฒูŠูŒ ูˆูŽู„ูŽู‡ูู… ูููŠ ุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉู ุนูŽุฐุงุจูŒ ุนูŽุธูŠู…ูŒ๏ดพ
"Nama akka maqaan Rabbii masjida keessatti hin dubbatamneef jecha, masjidarraa nama deebise caalaa, namni lubbuu ufii miidhe hin jiru...."
Akka Ibnu_Kasiir(Rahimahullaah) filatetti, Aayata kana kan itti baaname ijaarsa keessaati malee ijaarsa mukaa miti. fkn: itti salaatuu, zikrii keessatti godhuu fi ilmii keessatti baruudhaan. As keessa ijaarsi mukaas inuma seena, garuu ijaarsa keessaattu irra caala.
โœ Namichaan kophee masjidaa hatus, Aayata tana keessatti gahee guddaa qaba. gochi isaa Kuni, masjida irraa deebisuu fi masjida onsuu/qullaa hanbisuu uf keessaa qaba.
โœ Dalagaan isaa tuni dirree nageenyaa fi tasgabbiin beekkamte, dirree qulqullinnaa gara dirree dilii fi zulmiitti geeddaruudha.

#itti_fufa...
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.

โœ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.


๐Ÿ‘‡
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
   @nashiida_afaan_oromoo
โ”โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”โ”โ”โ”
Xummuramee Jira !

Duuti dawaa hin qabdu,dawaa takka malee,dawaan duโ€™aa; ilmoo gaariidha.
Gaafa Abbaan haqa ilmaanii eege,Gaafa ilmi haqa Abbaa beekhe,buโ€™aan isaa dhalootaaf faana faayidaa tahee hafa.

Ilmaan Abbaan guddisa isaaniitti milkaaโ€™e keessaa tokko; ilmaan Sheikh Amiin Ibrooti.
Isaan keessaa Ustaaz Ammaar Sheikh Amiin Ibrooti.

Piroojektii fakkeenya tahu,waggaa sadi dura bilookkettii isaa lafa kaaโ€™e,osoo walirraan ijaaru harโ€™a xummuree nu biraan gahuuf โ€œ Na Simattuu โ€œ jedhaa jira.

Kitaaba maqaan isaa โ€œ ABBAA HAWAASAA: SEENAA QABSOO DAโ€™AWAA WAGGAA 40 โ€œ jedhu,afaan Baabaa Sheikh Amiin Ibroo irraa,ulamootaa fi daaโ€™iiwwan,akkasuma hiriyyoota isaanii irraa walitti cobsee laga seenaa keessa yaaโ€™u gochuun hulaa qalbii keessanii rukutaa jira. Jalaa banattuu laata !?

Kitaaba garii situ dubbisa,kitaabni gariin ammoo suma dubbisa!

Ilma seenaa Abbaa balleessuu fi
Ilmi seenaa Abbaa Barreechee barreessu
Akka ifaafii dukkanaa adda fagaatu.
Reaction keessan irra dhaabbanneeti message keenya maxxansina. Isin nu hordofaa hin jirtan Yoo tahe maxxansuuf we haven't hamilee, so akka message keenya again and again isiniif maxxanfamuuf react godhaa. Tab tab argu ba telegramaachuu๐Ÿ˜…

Englishiffaa๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜