Nabil Walaloo
42.6K subscribers
88 photos
24 videos
14 links
Baradhu dubbisi !
Hubadhu dubbadhu !
Download Telegram
Osoon
Rabbii haadhaaf abbaa caalaa
Na jaalatu qabu
Rakkoo duniyaatiif
Wallah qalbiin cabu

Abadan ๐Ÿฅฐ
๐Ÿ‘13๐Ÿฅฐ12โค8๐Ÿ˜˜4๐Ÿ˜3
โœ๏ธ Wantoota lama ati guyyarraa dagachuu hin qabne :

( Aqsaan cufamuu fi hidhamtoonni Palestine mana hidhaa ziyoonistootaa keessatti ajjeefamuu murtee jedhu..๐Ÿ˜ข)

โœ๏ธ Haasaa kee, maxxansa kee/ post keessatti, sochii guyyaa guyyaa kee keessattis wantoota lamaan kanaaf dursa kenni.

ุงู„ู„ู‡ู… ุฅู†ุง ู†ุจุฑุฃ ุฅู„ูŠูƒ ู…ู† ุฎุฐู„ุงู† ุงู„ู…ุณุฑู‰ ูˆุงู„ุฃุณุฑู‰.
โค12๐Ÿ˜5๐Ÿ˜˜5๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ3
ุฒูˆุฌูˆู†ุงุงุง๐Ÿ™„
โค10๐Ÿ˜˜6๐Ÿ˜5๐Ÿ‘3๐Ÿฅฐ3๐Ÿ˜3
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†
๐Ÿ˜ญ13๐Ÿ‘6๐Ÿ˜˜6๐Ÿฅฐ5โค4๐Ÿ˜3
Dhiirti takka yeroo bilchaatte tapha jaalalle jaalallee ja'u itti dhiistee jireenya isaa jijjiruuf tattaaffata.
โค20๐Ÿ‘9๐Ÿฅฐ5๐Ÿ˜˜5๐Ÿ˜4
Ummaa waaye keeti
Waan hedduudhaan yaade
An barreesssuuf kaanaan
Qubni koo na dide

Silaa akka kiyyaan
An waan hedduun ja'a
Garuu
Osoon hin jalqabne
Imimmaan koo ya'aa......
๐Ÿ˜˜17๐Ÿฅฐ8๐Ÿ˜ญ7โค6๐Ÿ‘5๐Ÿ˜3
Uumaa Rabbii keessaa
Qaalii hunda olii
Kan khaadimni isaa
Maleeykaa Jibriilii

Abbaa Faaximaati
Michuu Sahabootaa
Dhalootaan quxusuu
Duree Ambiyootaa

Caalaa cuunfa nadhii
Yaa deeyma walalalaa
Yaa barsiisaa gaarii
Ergamaa jaalalaa

Quranaan dubbatee
Rahmaani si faarse
Maqaa isaa cinatti
Maqaa kan kee aanse

Kanaaf si jaalanna
Faaya nuura qalbii
Garaa laafaa uumaa
Yaa Ergamaa Rabbii

Sallu Ala Nabii
โค24๐Ÿ˜˜12๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ4๐Ÿ˜3
Arra Harargee Lixaa Magalaa Baddeessa Jirra. ๐Ÿฅฐ
โค18๐Ÿ‘6๐Ÿฅฐ5๐Ÿ˜˜5๐Ÿ˜3
"Arsenal geeba afuriif morkata! " ja'an deeggartoonni isaani. Garuu isaan quban qaban ๐Ÿ˜ญ ๐Ÿ˜…
๐Ÿฅฐ11๐Ÿ˜6๐Ÿ‘5๐Ÿ˜4๐Ÿ˜˜4โค3
แŒ‹แ‹› แˆ†แ‹ญ แŠ แ‰ฅแˆฝแˆช ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ

แŠ แŠ•แ‰บ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆแ‹ตแˆญ  แ‹จแŒ€แŒแŠ–แ‰ฝ แˆ˜แ‰ฅแ‰€แ‹ซแฃ
แ‹จแ…แŠ“แ‰ต แ‰ฐแˆแˆณแˆŒแ‰ต แŠ แˆญแˆ›แАแˆฝ แˆ›แˆณแ‹ซแฃ
แŠ แˆˆแˆ แ‰ขแŒˆแ‹แˆฝแˆ แŠจแŒŽแŠ•แˆฝ แ‰ฃแ‹ญแ‰†แˆแฃ
แˆ…แƒแŠ“แ‰ต แˆฒแˆžแ‰ฑ แˆฒแˆแˆต แ‹จแˆฐแ‹ แ‹ฐแˆแฃ
แŠ แˆˆแˆ แ‰ฃแ‹ญ แ‰ขแŒ แ‹ แŠจแŒŽแŠ•แˆฝ แ‹จแˆšแ‰†แˆแฃ
แ‰ แ…แŠ“แ‰ตแˆฝ แ‰†แ‹ช แ‹ซแˆแ‹แˆ แŠ แ‹ญแ‰€แˆญแˆแข
แŒ‹แ‹› แˆ†แ‹ญ แŠ แ‰ฅแˆฝแˆช แˆแˆŒแˆ แŠจแŒŽแŠ•แˆฝ แАแŠ•แฃ
แˆ€แ‹˜แŠ•แˆฝ แˆ€แ‹˜แŠ“แ‰ฝแŠ• แˆ…แˆ˜แˆแˆฝ แ‹จแˆšแˆฐแˆ›แŠ•แฃ
แ‰ แˆ€แ‰… แ‹จแˆšแˆแˆญแ‹ฐแ‹ แ‹จแˆ€แ‰ แˆปแ‹ แˆ˜แˆช แ‹จแАแŒƒแˆบ แˆแŒ… แАแŠ•แฃ
แŒ‹แ‹› แˆ†แ‹ญ แŠ แ‰ฅแˆฝแˆช แˆแˆŒแˆ แŠจแŒŽแŠ•แˆฝ แАแŠ•แข

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ด๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ด

แ€แˆ€แŠ:แˆถแŠแ‹ซ
๐Ÿ‘16๐Ÿ˜˜5๐Ÿฅฐ4๐Ÿ˜4โค3
Kofalee taphadhuus
Akka nama fayyaa
Dhukkubbii keessa koof
Kophaa baheen iyyaa


๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข
๐Ÿ˜13๐Ÿ‘8โค5๐Ÿ˜˜5๐Ÿฅฐ4
If taanee jiraannu
Carraa hedduu qabna
Maaliif fakkeessinee
Karaa gorru dhabna


โค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿฅฐโค๏ธโ€๐Ÿฉน


Of tahi !
๐Ÿ‘20โค10๐Ÿ˜˜8๐Ÿ˜6๐Ÿฅฐ2
Hoggonaa America ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ tahuuf kan barbaachisu dhiphisanii yaadu qofa !
โค16๐Ÿฅฐ8๐Ÿ‘7๐Ÿ˜5๐Ÿ˜˜4
Sallu Ala Nabii
แˆณแˆ‰ แŠ แˆˆ แŠ“แ‰ฅแ‹ญ
๐Ÿฅฐ
๐Ÿ˜14๐Ÿ‘9๐Ÿฅฐ7โค6๐Ÿ˜˜4
Salawaata buusuun
Tasgabboofti qalbiin
An isa jaaladhu
Na jaalata Rabbiin


S A W ๐Ÿฅฐ
๐Ÿฅฐ24โค9๐Ÿ˜˜7๐Ÿ˜5๐Ÿ‘4
#Aksum

#แŠ แŠญแˆฑแˆ ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข
๐Ÿ‘10๐Ÿฅฐ4๐Ÿ˜ข4โค3๐Ÿ˜3๐Ÿ˜˜3
Guyyaa hardhaa qurโ€™aanatu ciccirameโ€ฆMuslimootatu dhakaa fi dullaan qamaa seeraa warra ufiin jedhuun reebame..!

Kunis Ethiophiadhaโ€ฆ. Naannoo Tigray
Kan reebame ummata Muslimaa salaata Jumโ€™aaf walgaheedhaโ€ฆ..

Qurโ€™aannis cicciramee; muslimoonnis dullaa fi dhakaadhaan rebaman ๐Ÿ˜ข

Maali badiin isaanii..

@tafak_or
โค9๐Ÿ˜ข7๐Ÿ˜˜5๐Ÿ‘4๐Ÿ˜4๐Ÿฅฐ3๐Ÿ”ฅ1
Salaataaf Salawaata
Iimaanaaf Qura'aana
Nuuf laaffisi Rahmaan
Jiruun bareeffannaa


Aaamiin
๐Ÿฅฐ10๐Ÿ˜9โค4๐Ÿ‘4๐Ÿ˜˜3