Madda Walabu University Official
170 subscribers
118 photos
4 videos
2 links
This is the official telegram page of Madda Walabu University.
Download Telegram
dhaamaniru.
Yunivarsiiti Madda Walabuutti bakka bu’aan Pireezidanti fi Pireezindantii itti aana dhimma Akkadamiikii Dr. Bazzaabih Wondimmuu akka jedhanitti Yunivarsiittin Madda Walabuu hojii baruu fi barsiisu cinatti qo’anno fi qorannoo irratti hojjiiwwan heddu hojjacha akka jiruu ibsuun koonfiransiin amman tanaa gaggeefamaa jiru kun adda akka ta’ee ibsaniruu. Wanta adda isa taasisuu immoo tanaan dura koonfiransii gaggeessinuu irratti qorattoota Yunivarsiitii biro irraa afeerruun dhihaacha ture amma garuu qorattoota Yunivarsiitii keenyaan gaggeefammuu isaa adda isa godha jedhaniiru.
Koonfiransichaa irrattii jaarsolli biyyaa ,Abbotti Gadaa ,Haadholii sinqee fi qooda fudhattoota godinaalee sadii irraa dhufan hirmaachaa jiru.
የመደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ በውጭ ሀገር ከሚኖሩ ኢትዮጵያዊ ምሁራን ጋር አብሮ ለመስራት ስምምነት አደረገ፡፡
ሀምሌ 8/2014
------------------------------
የመደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ በውጭ ሀገር ከሚኖሩ ኢትዮጵያዊ ምሁራን ጋር በትምህርት ፣በጤናና ህክምና፣ደንና ውሃ ልማት እና ልሎች ዘርፎች ዙሪያ ለመስራት ስምምነት አደረገ፡፡
በተለይ በምስራቅ ባሌ ላይ በትምህርት ፣በጤና እንዲሁም ደንና ውሃ ዙሪያ እርዳታ በማድረግ ላይ ያለ የበጎ አድራጎት ማህበር ሰብሳቢ በአሜሪካ ኒውጀርሲ ነዋሪ እና በሮዋን ዩኒቨርሲቲ/Rowaan University/ መምህር ዶ/ር አብዱልቃድር ሀሰን በስምምነቱ ወቅት እኛ የዚች ሀገር ውለታ አለብን በመሆኑም ይህንን ማህበረሰባችንን በማገልገል እዳችንን መክፈል ይኖርብናል ሲሉ ተናገረዋል፡፡
ሌላው በስምምነቱ ላይ የተገኙት የማህበሩ አባል ዶ/ር ቶላ በየን እና ዶ/ር አስቻለው ስዩም በበኩላቸው እኛ ወገን ለወገን መደጋገፈ መረዳዳት ሲገባን ሌሎች ከውጭ እየመጡ እኛን የሚረዱበትን ሁኔታ መቀየር አለብን ለተለይ አሁን ላይ ያለው ሀገራዊ ሁኔታ ለንደዚህ አይነት ተግባራት ምቹ ነው በማለት መልእክታቸውን አስተላልፈዋል፡፡
በመደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ በኩል ስምምነቱን ያደረጉት የአካዳሚክ ጉዳይ ምክትል ፕሬዘደንት ዶ/ር በዛብህ ወንድሙ በርካታ በውጭ የሚገኙ ምሁራን ዜጎች በመማር ማስተማር እና ጥናትና ምርምር ረገድ በርካታ ስራዎችን ከዩኒቨርሲቲው ጋር እየሰሩ እንዳሉ በመግለፅ እኛ እናንተን መፈለግ ሲኖርብን ከኛ ጋር ለመስራት እናነተ ወደኛ መምጣታችሁ መመሰገን የሚገባው ተግባር እንደሆን በመግለፅ በዩኒቨርሲቲው ስም ምስጋናቸውን አቅርበዋል፡፡
ስምምነቱ በአጋርነትና በውጭ ምርምር ፈንድ ዳይሬክቶሬት አስተባባሪነት የተፈፀመ ሲሆን ማህበሩ ከዚህም በፊት ለዩኒቨርሲቲው የመፅሀፍት ድጋፍ ማድረጉ ተገልፅዋል፡፡





Yunivarsittin Madda Walabuu haayyuulee Itoophiyaa biyyaa alaa jiran wajjin hojjachuuf walii gale.
Adooleesa 8/2014
_______________________________________________________________________________________________________
Yunivarsitiin Madda Walaabuu haayyuulee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan walin dhimmoota kanneen akka Barnootaa,Fayyaa, Bosonaa fi Bishaanii fi kan biro irratti waliin hojjachuuf wali galtee raawwate.
Baalee baha irratti dhimmoolee Barnoota ,Fayyaa ,Bosonaa fi Bishaanii irratti waldichi akkaataa qarqaarsa taasisuu irratti waliqabaa waldichaa kan ta’an fi biyyaa Ameerikaa Niiwjeersiitti jiraata fi Yunivaarsitii Rowaanitti barsiisa kan ta’an Doktar Abduulkaadir Hasan akka jedhanitti hawaasa naannoo keenyaa tajaajiluun oolmaa hawaasnii nuuf oole nutis waan bahachuu qabna jedhaniiruu.
Miseensa waldichaa kan ta’an biroon Doktar Tolaa Bayyanaa fi Doktar Aschaalaw siyyuum akkaa jedhanitti osoo nutii jirruu biyyaa biro irraa dhufanii hawaasa keenyaa akkaa qarqaaran taasisuun qaanii dha. Haala mijataa ammaa jiruu fayyadamnee dhugaa kana jijjiruu qabna jechun dhaamaniruu.
Gama Yunivarsitti Madda Walaabuttin haasaya kan taasisan Pireezidantii itti aana dhimma akkaadaamikii Doktar Bazzaabih Wandimuu Haayyuulee Itoophiyaa biyyaa alaa jirataan waliin dhimma barnoota fi qo’anno fi qorannoo irratti hojjachaa akka jiran ibsuun nutii isiin barbaadu osoo nurra jiruu isiin nuu barbaadanii dhufuu keessaniif galataa qabdu jedhaniruu.
Waligaltichi mijeessummaa daayireekitooreeti “ Partnership and External research fund” kan taasifamee yoo ta’u kanaan dura waldichi qarqaarsa kitaabilee akka taasisees himameeraa.`
በመደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ ለአንደኛ ዓመት ተማሪዎች ለመስክ መረጣ መግቢያ ፈተና ተሰጠ፡፡
ሀምሌ 6/2014
===================================================================
በመደ ወላቡ ዩኒቨርሲቲ ለሁለት መቶ ስልሳ ዘጠኝ /269/ አንደኛ አመት ተማሪዎች ለመስክ መረጣ መግቢያ ፈተና ተሰጠ፡፡
ይህ አሁን ላይ የተሰጠው መጀመሪያ ዙር መግቢያ ፈተና ሲሆን ሁለት መቶ ስልሳ ዘጠኞቹ ለሶስት የትምህርት መስኮች ለህክምና ትምህርት መስክ 151 ተማሪዎች፣ለፋርማሲ 54 ተማሪዎች እንዲሁም ለህግ 64 ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል፡፡
ተማሪዎቹ በዩኒቨርሲቲው አንደኛ ስሚስቴር ውጤት 50 %፣ዩኒቨርሲቲ መግቢያ ውጤት 20% እንዲሁም አሁን የወሰዱት መግቢያ ፈተና 30% ድምር ውጤት መሰረት 60 ተማሪዎች ለህክምና ፣45 ተማሪዎች ለፋርማሲ እና 50 ተማሪዎች ለህግ ትምህርት መስኮች የሚያልፉ እንደሆነ የአንደኛ አመት ተማሪዎች ማስተባበሪያ ዲን ዶክተር ከፋለ ሴይፉ ገልጸው ለሴት ተማሪዎችን ልዩ ድጋፍ /Affirmative action/ በማድረግ በየትምህርት መስኮቹ 20% ድርሻ ለሴት ተማሪዎች እንደሚሰጥም ዶክተር ከፋለ ሴይፉ ጨምረው ገልዋል፡፡
Yunivarsitii Madda Walaabuutti barattooota waggaa tokkoffaaf filannoo muummeef qormaanni keenname.
Adooleesa 6/2014
===================================================
Yunivarsitii Madda Walaabuuti barattooota waggaa tokkoffaa dhiibba lamaafi jahaatamii sagaliif filannoo muummeef qormaanni keenname.
Barattoota dhiibba lamafi jahatamii sagal keessa barattoota 151 meedisiiniif,barattoota 54 faarmaasiif akkasumas barattoota 64 ammoo seeraaf qormaaticha kan fudhataan yoo ta’uu barattoonni ida’aama qabxii yunivarsitii seemisteera tokkoffaa 50%,qabxii seensa yunivarsitii 20% fi qabxii qormaata seensa amma fudhataan 30% argataniin ,barattoota 60 meediciiniif ,barattoota 45 faarmaasiif akkasumas barattoota 50 Seera kan hoordofan tahuu isaanii diinii qindeessaa barattoota wagga tokkoffaa Dr.Kafaala seyifuu Ibsanii barattooota shamaranniif qarqaarsa addaa godhuun dhibeentaan 20 shamarrannif keennamaa jedhaniiru.
Madda Walabu University
Research, Community Engagement and Technology Transfer Vice President

Call for Concept Note for 2015 EC Academic Year
Major considerations for concept note submission
 The concept note should be prepared in standard format of Max 5 pages excluding references (contact RCETT coordinators of your respective collage for additional guidance).The concept for research should concisely include: Title, Introduction, Goal and Objectives, Materials and Methods, Expected Outputs and Impact, and Reference. A concept note which doesn’t follow the format will be rejected.
 To initiate blind review system, do not write the Principal and Co-Investigators name on the concept note.
 The applicants should be academic and research staff members of Madda Walabu University.
 A staff member can only apply as a Principal Investigator for one research topic and two research topics as a Co-investigator.
 All disciplines are eligible to apply and the concept note should be in line with University thematic research areas.
 In line with the University’s 10 year strategic plan, problem-solving Applied Researches will be given more priority (60%) and Basic Researches (40%). Concept note on indigenous knowledge will also be encouraged.
 Only original and novel research/project topics are accepted. Concept note with similarity index more than 15% will be rejected.
 The area of implementation of the proposed project should be mainly in the University’s catchment area, except compelling reasons.
 A staff member who is currently on study leave is not eligible to apply.
 A staff member who has not yet submitted overdue previous research reports and who has not presented their previous research report shall not be eligible.
 Submission of the concept note should be made online through the following link in Google form only during July 12 to August 10, 2014EC.
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfP8e0wcKh5WwML43XRPVm_4D89vaOHqaL1WaxmxY1S4v6WIA/viewform?usp=sf_link
Contact Us Email: rdd.mwu@gmail.com