Mustaqbal Al-Jamiil
644 subscribers
381 photos
216 videos
3 files
179 links
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ’ฅ Mee salwaata buusuu hin dagatin nama osoo sin argin jaalala โค๏ธ keetiif salaata saa hunda keessatti du'aii ๐Ÿ˜ญ๐Ÿคฒ siif godhaa ture keessaafuu Halkanฤฑ fi guyyaa jum'ataa

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Watch "Seenaa Abubakar siddiq kitaa 1ffaa" on YouTube
https://youtu.be/94ZLgGbTrEY
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Abiibakri al- siddiiq kutaa 1ffaa Bar. Abdullah Mahmoud video guutu linkii khana tuquun daawwadhaa #sher godhaa jzk
https://youtu.be/94ZLgGbTrEY
Join @mustaqbal11
Join @mustaqbal11
Join @mustaqbal11
Forwarded from รBฤŽULHAKIM JIHAAD๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ (รƒBฤรšฤนHร€รฤถรŒM JรHร‚ร‚ฤ)
SEENAA ADDAA SIN DABRIN DUBBISII


Gaaf tokko zamana khaliifaan islaama haaruna rashiida bulchu ture sanitti namtichii qushaasha xaragu kheysa tokko namni hubeyrii ja'amu itti aana khaliifa dhufe maallaqa naaf khanni ja'en khana waziirtichi ( itti aanaan) deem risqiin tee na harka hin jirtuu ja'en inninis si harka jirtii ja'eeti didee ulaa dura dhaabbatee khana waziirtichi ifirra dhiise ol seene osuma akkana jiru khaliifaan waziriticha yaamee misraaf amiira bulchu filla enyu fillaa ja'een khana akka tasaatti hubeyriin afaani bahee khana khaliifan tahee ja'en wazirtichii bar waziiri ja'a ja'eti malee hubeyri jechu feene ja'een khaliifaan dhiisi hubeyeri sanii tahe ja'en

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿค™
abdex12
abdex12
abdex12
Forwarded from Suheyba Adam(su)
Gonkuma wanti irraanfachun qabne jirenya kee keessatti duuti dingatatis jirachudha ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Kaatima nu haa tolchu Rabbiin

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
wanti lama maalummaa kee ibsiti
1. obsa kee ka yeroo waa hin qabne
2.haala kee ( akkaataa) kee ka yeroo waa argattee ๐Ÿ‘‰ @mustaqbal11
ุงู…ูŠู† ูŠุง ุฑุงุจ ุงู…ูŠู† ูŠุง ุฑุงุจ
ยซุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅู†ู‘ููŠ ุฃุณู’ุฃู„ููƒูŽ ุงู„ุนูŽูู’ูˆูŽ ูˆูŽุงู„ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ู’ูŠูŽุง ูˆูŽุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉู ุŒ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅู†ู‘ููŠ ุฃุณู’ุฃู„ููƒูŽ ุงู„ุนูŽูู’ูˆูŽ ูˆูŽุงู„ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุฏููŠู†ููŠ ูˆูŽุฏูู†ู’ูŠูŽุงูŠูŽ ูˆูŽุฃู‡ู’ู„ููŠ ูˆูŽู…ูŽุงู„ููŠ ุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุงุณู’ุชูุฑู’ ุนูŽูˆู’ุฑูŽุงุชูŠ ุŒ ูˆูŽุขู…ูู†ู’ ุฑูŽูˆู’ุนูŽุงุชููŠ ุŒ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุงุญู’ููŽุธู’ู†ููŠ ู…ูู†ู’ ุจูŽูŠู’ู†ู ูŠูŽุฏูŽูŠู‘ูŽ ูˆูŽู…ูู†ู’ ุฎูŽู„ู’ูููŠ ุŒ ูˆูŽุนูŽู†ู’ ูŠูŽู…ููŠู†ููŠ ูˆูŽุนูŽู†ู’ ุดูู…ูŽุงู„ููŠ ุŒ ูˆูŽู…ูู†ู’ ููŽูˆู’ู‚ููŠ ุŒ
ูˆูŽุฃุนููˆุฐู ุจูุนูŽุธูŽู…ูŽุชููƒูŽ ุฃู†ู’ ุฃูุบู’ุชูŽุงู„ูŽ ู…ูู†ู’ ุชูŽุญู’ุชููŠยป
๐Ÿ‘‰ @mustaqbal11
@mustaqbal11
ยซุฃุตู’ุจูŽุญู’ู†ูŽุง ูˆูŽุฃุตู’ุจูŽุญูŽ ุงู„ู…ูู„ู’ูƒู ู„ู„ู‡ู ุฑูŽุจู‘ู ุงู„ุนูŽุงู„ูŽู…ููŠู†ูŽ ุŒ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅู†ู‘ููŠ ุฃุณู’ุฃู„ููƒูŽ ุฎูŽูŠู’ุฑูŽ ู‡ูŽุฐูŽุง ุงู„ูŠูŽูˆู’ู…ู ุŒ ููŽุชู’ุญูŽู‡ู ุŒ ูˆูŽู†ูŽุตู’ุฑูŽู‡ู ุŒ ูˆูŽู†ููˆุฑูŽู‡ู ุŒ ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒูŽุชูŽู‡ู ุŒ ูˆูŽู‡ูุฏูŽุงู‡ู ุŒ ูˆูŽุฃุนููˆุฐู ุจููƒูŽ ู…ูู†ู’ ุดูŽุฑู‘ู ู…ูŽุง ูููŠู‡ู ูˆูŽุดูŽุฑู‘ู ู…ูŽุง ุจูŽุนู’ุฏูŽู‡ูยป
@mustaqbal11
@mustaqbal11
hanguma jiruufii jireenya keysatti haadha dhamdhamaa deemtuun sammuun tee umrii teetirra guddachaa deemti.

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡
๐Ÿ‘‰SUBHII GALGALA SALAATAN
jecha khana irra guddaan kheenya dhageenye jirra garuu hikkan saa nu galuu hin dandeenye an Akka mataa khiyyaatti duraan naaf galuu dide hangaa deeme biyya tiyyaa baadiyya dhaqutti baadiyya teenyatti abbootti teenya osoo hin rafnee dura bishaan wusatti naqatanii mana khaayyatan san booda subhii galgala salaatu hiikkan sii naaf galtee
Ergamaan rabbi saw hadiisa bukhaarifi muslim gabaasan kheessatti akkana ja'a
ุนู† ุนู…ุฑ ุจู† ุงู„ุฎุทุงุจ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุŒ ยซู‚ุงู„: ุณู…ุนุช ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ูŠู‚ูˆู„: ุฅู†ู…ุง ุงู„ุฃุนู…ุงู„ ุจุงู„ู†ูŠุงุช ูˆุฅู†ู…ุง ู„ูƒู„ ุงู…ุฑุฆ ู…ุง ู†ูˆู‰
Dalagaan ilma namaa hundii niyyaa saatini namuu waanuma niyyate argata
Hbb subhii jamma wajji salaatuf waan bira takka godhuun sirra hin eeggamtu amma niyyaa qulqulluu qofa sirra eega jirti niyyadhu rafii fadhii rabbii kheenyati subhii jamma wajji masjiidatti if agarta

@mustaqbal11
@mustaqbal11
dhugaan tanuma qabadhu!
nama lama malee kaan si hin hubatu.
1.ka rakkina ati keysa dabrte san keysa dabare
2.nama akkaan si jaalatu

@mustaqbal11
@mustaqbal11
Abdallah binu umar irra odeyfame ergamaan rabbi saw ni gaafatee sahabaa isaa ni ja'en " mukaarra muka tokkotu jira mukni san muka baala hin buufanne mukni san akka muslimaati mukni san muka kamii ????

Hadiisa khana enyu naaf guutaa....

Join ???????
@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11
kaayyoo hin qabdu taanaan kaayyoo namoottan biraatiif #gabra tahuu kee hin dagatin.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11
kaayyoon kee waan isaan yaadanii ol yoo tahe moraalii si keysatti daakan , hoggaa kaayyoo teettitti dhiyaatte sitti hinaafanii si arrabsan , hoggaa ati kaayyoo teettii geyse ammoo si beekuudhaan boonan
#dhugaa_hadhoytuu

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from รBฤŽULHAKIM JIHAAD๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ (รƒBฤรšฤนHร€รฤถรŒM JรHร‚ร‚ฤ)
Gaafii fi deebii

Sahaabarra namni osoo takka rabbii hin gabbarin amanee shahada qofa je'e du'e jannata seenee enyu???????



Join โœโœโœโœ
abdex12
#nama collee (akkan gaarii ) jechuun nama hoggaa saahibde hamtuu tee sattaree gaarii tee dubbatu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11
namuma #mi'aa Qur'aanaa dhamdhameetu maalummaa isaa siif hima warra dhamdhamu #rabbi nu haa godhu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Dawaalee tolinsa khaatimaa

1. ~Towhiida dhaabu
2 ยค rabbi sodaachuu
3. โ˜† Dhugaa dubbachuu
4. โ—‡ Istiqaama qabaachuu
5 # towbaa gara rabbi deebi'u
6. ๐Ÿค” Hamilee dheeratuu dhabuu
7 ๐Ÿ˜ญ du'a yaadachuu
8 ๐Ÿคฒ du'aii godhachuu

Join โ˜•โ˜•โ˜•
@mustaqbal11
@mustaqbal11
@mustaqbal11

โœโœ