Islamic
44 subscribers
48 photos
26 videos
4 files
42 links
I'm islam
Islam means pease and love


For cross፣፣
@guteman1
@ziyadper
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA

As wr wb hordoftoonni hawaasa muslimaa hundi keessan baga gammaddan kun carraa baayyee namatti toludha manuma keessan teessanii barnoota barachuuf bashannanuuf seenaa dubbisuuf barnoota amantii keessanii sirriitti barachuuf karaa telegramiifi karaa you tube tiin kan isiniif dhufe kana ammuma filannoo keessaniin irraa fayyadamaa ta'aa 👇👇👇👇
Breaking
ሰበር

የዶከተር አብይ አህመድ መንግስት ከኮሮና በኋላ እስከ አንድ አመት እንዲመራ የፌደሬሽን ምክር ቤት ወሰነ!

የፌዴሬሽን ምክር ቤቱ ምርጫ ለማራዘም የቀረበውን የውሳኔ ሃሳብ በአብላጫ ድምጽ አጸደቀ

ስድስተኛውን ብሔራዊ ምርጫ ለማራዘም የቀረበ የውሳኔ ሃሳብ ላይ የፌዴሬሽን ምክር ቤት ባደረገው ውይይት የውሳኔ ሃሳቡን ተቀብሎ በ114 ድጋፍ፣ በአራት ተቃውሞ እና በአንድ ድምጸ ተዓቅቦ አጽድቋል።


ስድስተኛውን ብሔራዊ ምርጫ ለማራዘም የፌዴሬሽን ምክር ቤት የህገ መንግስት ትርጉምና የማንነት ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ የውሳኔ ሃሳብ አቅርቦ ውይይት ተደርጎበታል።


የኮሮናቫይረስ (ኮቪድ-19) ወረርሺኙ ስጋት ሆኖ እስካለበት ድረስ የሁሉም ምክር ቤቶች ስልጣን እንዲቀጥል፤ እንዲሁም ወረርሽኙ ስጋት አለመሆኑ አለም ዓቀፍ የጤና ተቋማት ካላረጋገጡ የህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ይህንኑ ካጸደቀ በኋላ ከ9 ወር እስከ አንድ ዓመት ባለ ጊዜ ውስጥ ምርጫ ይካሄድ የሚለው የውሳኔ ሃሳብ ላይ ነው ውሳኔ ያሳለፈው።
https://t.me/risaalaatube
Forwarded from Al-risaala tube
As.wr.wb
Inshaa allah guyyaan jimaataa dhiyaateera qophaayaa
Injifadhaa isiniin jedhaa.
Deebii keessanis @risaalaacommentbot nuf deebistan

@risaalaatube
@risaalaatube join jedha.
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Breaking news
@Gaaddisa_dhugaa irraa


Itoophiyaatti namoota dabalataa 164 irratti vaayirasiin koronaa argame; lubbuun namoota
dabalataa 5 darbe
****************************
Sa'aatii 24 darban keessatti namoota qorannoon
taasifameef 6630 keessa namoota 164 irratti
vaayirasiin kornaa waan argameef
walumaagalatti biyyattii keessatti lakkoofsi
namoota dhukkubichaan qabamanii 2670
gahuusaa ministirri Fayyaa
Dr. Liyaa Taaddasaa
beeksisan.
Kara youtube tiin nu hordofuuf
👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

Karaa telegramiitiin 👇
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
As
Wr
Wb
Gaafii fi deebiin gad dhiifameera channel @risaalaatube join godhaa hirmaadhaa badhaafamaa.deebii keessan @risaalaacommentbot deebistan
@risaalaatube
@risaalaatube
@risaalaatube
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
♥️Hinaaffaa Jaalalaa❤️

By @gaaddisa_dhugaa

Gaaf tokko abbaa manaa fi haadha warraatu taa'anii wajjiin hirbaata(hiraata) nyaachaa jiru. Jarri lachanuu baayyee wal jaalatu.

Otuma nyaachaa jiranii haati warraa gidduun gaaffii gaafatte!!

🙋H,W, Habiibii ati yeroo na fuutu sana onnee keetirraa najaalattee turte mitii??

🙋‍♂Eeka, onneema koo irraan sijaaladhee si fuudhe, habiibtii!

🙋Garuu ana malee dubartii biraa hin beektu mitii??

🙆‍♂Iiih iih , akka rifachuu tahee
Dhugaa dubbachuuf..
.
.dubartii tokkotu jirti kanan eenyumayyuu caalaa jaaladhu, kanan bakka guddaa kennuuf..

🤦‍♀Maaaaaaal 😁😁😁
Ati Rabbumallee hin sodaattuu?

Eenyuma isheen

🤷‍♂Innis suuta tasgabbaayee, isheen
..
.Harmee(Haadha,Ummaa, Aayyoo) tiyya jedheen,😄😄😄😄😄😄😄😄

👩‍⚖Uuuuuuh Maaluman sitti balleesse, an immoo waan ati dubartii biraa na gubbaan jaalatten sehee🙏🙏🙏

🙅‍♂Lakki ati kennaa Rabbiin natti arjoomedha, maalumaaniyyuu sihin jijjiiru, jedheenii nyaata isaanii wal guurshaa itti fufan!


🌹Nuti immoo jara kanaaf gorsa sadi daballaaf
1, Nyaata irratti hin haasa'inaa, keessumattuu haasaa keessa rifaatuun jirtu ka akkanaa!!
2, Dhiirri dandeettii biological fi economically qabu hanga afuriitti fuudhuu Rabbitu heyyameefii kanaaf jettanii hamma kana nahuun(rifachuun) aad-maleedha,


3, Jaalala keessan kana namni hedduun asi irraa dubbisee akka ija hinaaffaan isin hin ilaalle, galgala galgala du'aa'ii godhadhaa rafaa😍😍

👉Kan hin fuudhin fuudhaa, kan Fuutan jaalalaan wajjiin jiraadhaa 👍

youtube keenya subscribe nuuf godhaa👇👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I

@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa

share godhaa
Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Breaking news
@gaaddisa_dhugaa irraa


Guyyaa Itoophiyaatti duunis ta'e lakkoofsi namoota qabamanii guddaatu galmaa'e

Ministeerri Fayyaa akka ibsetti namoota 268 irratti vaayirasichi argameera namoonni du'an immoo 8

8 du'an keessaa 4 isaanii reeffi erga qoratamee booda vaayirasichaan du'uun isaanii kan barame.
Duuni saddeettanuu Finfinneetti galmaa'e.

Namoota haaraa 268 qabamuun isaanii qoratamee barame keessaa 232 Finfinneeti yoo ta'an 12 Oromiyaa, 8 Amaara, 6 tigraay, 5 haraarii, 2 naannoo uummattoota kibbaa, 2 affaar, 1 gumuz irraati.

Wolumaa galatti namoonni vaayirasichaan qabaman 3,166
ga'eera
👇👇join 👇👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
AS WR WB EENYUTU MIIDIYAAN ISLAAMAA AKKA GUDDATUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

Gaaffii kana ana kan jedhutu deebisuu danda'a
obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana adaraa ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa subscribe godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nutti agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu Like comment gochuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa Isin jaalanna

Watch "QUR'AANAA FI FAAYIDAA ISAA" on YouTube

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Vidiyoon kun Baayyee nama gammachiisa daawwadhaa, dhaggeeffadhaa, hubadhaa
https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Forwarded from HOJII KEE via @Feysal_bot
TOOHIDA KUTAA 1️⃣7️⃣FFAA
                 By
   Ibnu_surur
DURA KUTAA 1️⃣6️⃣FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU👇
https://t.me/ibnutemiya6/635

♻️ GOSOOTA KUFRII GUDDAA
▪️Kufrii guddaan bifa Shan of keessatti qabata.
  1. Kufrii kijibsiisuu Rabbiin Qur’aana isaa keessatti akkana jedha Nama Rabbi Irratti soba uumee odeesse yookiin dhugaan itti dhufnaan sobsiise caalaa namni miidhaa hojjete (tokkolleen) hin jiru Sila teessoon kaafirootaa Jahannam hin taanee? Suuratul Ankabuut

2. Kufrii Diddaa fi Booninsaa dhogoomsuu
waliin Ragaan jecha Rabbii ol-taheeti Yeroo nuti Malaa’ikootaan Aadamiif Sujuuda  godhaa jennees (yaadadhu) Ibliisa malee Isaan sujuuda godhan (Inni) ni dide ni boones  Kaafiroota irraayis taye Suuratu Al-Baqaraa 34

3. Kufrii Shakkii ykn Mamii innis sehuu dha: Ragaan jecha Rabbii ol-taheeti Haala lubbuu isaa miidhaa ta’een ooyruu isaa seenee ni jedhe Isiin kun gonkumaa ni baddii hin yaadu (35) Qiyaamaanis ni dhaabattii hin yaadu Dhugumatti yoon gara gooftaa kiyyaa deebifameef iddoo deebii kan isa caalun argadha (36) Hiriyaan  isaas kan isaan haasa’u ta’ee ni jedhe sila ati Isa  biyyee irraa ergasii bishaan saalaa irraa si uumee ergasii nama guutuu si godhetti kafartee? (37) Ani  garuu Inni Gooftaa kiyyatti tokkollee hin dabalu   Suuraa Kahfii 35-38

4. KUFRII GARAGALIINSAA:
Ragaan jecha Rabbii ol-taheeti Isaan kafaran waan ittiin sodaachifaman irraa garagaloo dha Suuraa Al- Ahqaaf 3

5. KUFRII NIFAAQAA:
Ragaan jecha Rabbii ol-taheeti Kunis sababa isaan amananii ergasii kafaraniifi Waan onnee isaanii irratti cufameef isaan hin hubatanu

KUFRII  XIQQAA
Kufrii xiqqaa jechuun dilii (ma’asiyaa) hunda kan
hadiisaa fi qur’aana keessatti dubbatame kan kufrii guddaa hin geenye jechuu dha.
Murtiin isaa Haraama dilii gurguddaa irraayi Garuu Islaamummarraa Nama hin baasu Fakkeenyi isaas Ni’amatti ykn qananitti kafaruu
Tan tola Rabbiitti kafarte Suuraa An-Nahlii 112
Muslimni tokko obboleessa Muslimaa isaatin
loluu (waraanuu) Muslima arrabsuun fusuuqa
(jallina) isa waraanun (loluun) kufrii dha Bukhaarii fi Muslimtu gabaase Gosa nama tokkoo arrabsuu ykn dubbii badaan waraanuu Nama du’e irratti iyyuu wantooni lama kufritti nama geessu nama kessa jiru gosa nama tokkoo arrabsuu fi nama du’e irratti iyyuu Bukhaarii fi Muslimtu gabaase.

ANNIFAAQ (MUNAAFIQUMMAA)
Akka lugaatti (Nifaaqa) jechuun waa dhoksuu ifa
baasuu dhabuu jechuu dha Akka shari’aatti ammoo nifaaqa jechuun Islaamummaa mul’isuun kufrii fi shirkii dhoksuu jechuu dha.
Gosoota ‘Munaafiqummaa’:
1. Nifaaqa yaadaa guddaa
2. Nifaaqa dalagaa xiqqaa
Nifaaqa yaadaa guddaa Jechuun munaafiqummaa isa guddaa kan jedhamu kan nama san Islaamummaa mul’isee kan garaa isaatti kufrii qabatu jechuu dha Akka islaamummaatti Murtiin isaa kan gonkummaa
Islaamummaa keessaa baasu akkasumas kan ibidda jahannam keessatti sadarkaa gadii isa teessisu dha.
Gosoota Isaa Bifni munaafiqummaa kun gosoota jaha of keessatti qabata.
1. Rasuula صلى الله عليه وسلمsobsiisuu.
2. Garii (cinaa) waan Rasulli صلى الله عليه وسلم ittiin
ergamanii sobsiisuu.
3. Rasuula صلى الله عليه وسلمJibbuu.
4. Waan Rasuulli صلى الله عليه وسلم ittiin ergaman hamma tokko garii jibbuu.
5. Namoonni diin Islaamummaa yeroo
xiqqeessan (gadi qaban) gammaduu
6. Tumsama Diinii (Amantii) Rasuulaatiif jibbuu.. ✍️ Itti fufa insha'allaah

Yaada Qabdanuuf 👉 @ibnu_surur
Wolaloo baayyee nama gaddisiisuu fi namatti tolu affeerraa koo isiniif gochuun barbaada

Watch "Wolaloo gabaabaa Kanaaf Rabbi erge kan jedhu" on YouTube
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Wolaloo baayyee nama gaddisiisuu fi namatti tolu affeerraa koo isiniif gochuun barbaada

Watch "Wolaloo gabaabaa Kanaaf Rabbi erge kan jedhu" on YouTube
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ajaa'iba Ilma Namaa
By. https://youtu.be/sHluKXhJHoo

➦Ilma namaa irraa nama baay’ee hin haasofnetu jira,garuu yoo dubbate jechi isaa mi’aawaa yoomuu hin dagatamne!.
➦Nama akka malee haasawa heddummeessutu jira,garuu haasofni isaa hunduu Oduu yoomuu hin yaadatamne!.
➦Nama yeroo baay’ee hin muldhannetu jira,garuu kan yoomuu hin dagatamne!.
➦Kan guyyaadhaan hin dhokannetu jira,garuu ka uf duuba deebi'ee hin yaadatamne!.
➦Nama waan xiqqoo dalagee gochi isaa yoomuu hin dagatamnetu jira.
➦Nama waan guddaa dalagee,waan dalage hundaa namatti himu,garuu kan dalagaan isaa hin yaadatamnetu jira.
➦Nama waa xiqqo dogoggoree dogoggorri isaa madaa yoomuu hin qoorre ta’ee hafutu jira.
➦Nama hedduu dogoggoree garuu dogoggorri isaa Gaarummaa isaatiin dagatamutu jira.
Share godhaa👇👇👇
Itti fufa..

Karaa youtube tiin nu hordofuuf👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo

👇Karaa telegramiitiin nu hordofuuf
@gaaddisa_dhugaa
@B_Islaamummaa
@bashashaa

Telegram.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Al-risaala tube
በጣም ትንሽዬ ቀንድ አውጣ ውሀ ስትጠጣ በከፍተኛ ደረጃ የማጉላት ችሎታ ባለው ካሜራ የተነሳ ድንቅ ፎቶ።

👉 @risaalaatube
Forwarded from Keyralumma
❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁

❁ waan namni haajaaf si gaafate tole jette hajaa namaaf baasuun gaariidha.

Garuu, Nama haajaan itti jirtu kan haajaa isaa saniif si gaafachuu hin dandeenye rakkoo isaa beekteefii yookaa hubbatteefii haajaa isaa baasuutu irra gaariidha.
---------------------------------------------------
❁ Atiin kun! Jireenya amma keessa jirtu kana hin jaalanne ta'a, garuu yaaddee beektaa akka namoonni hedduun jireenya akka ati keessa jirtuu kana kan hawwee argachuu dadhabe akka jiru. Kanaaf shukrii heddummeessi.
---------------------------------------------------
Ibrahim 14:7
« وَإِذْ تَأَذَّنَ رَبُّكُمْ لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِى لَشَدِيدٌ »
{Gaafa rabbiin keessan beeksise yaadadhaa, yoo wantan an isiniif kenne irratti na galatoomfattan isiniif dabala, Ammoo yoo galata galchuu diddan isin qixaata.}
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁