Murre Tips️
2.17K subscribers
3.3K photos
104 videos
4 files
1.19K links
Entrepreneur | Content Creator
CEO & Founder of "Tipulse"
🔗 Explore what I do at the link Below
Download Telegram
Forwarded from MurreFx 📈👁
🛑 CPI (CPI (Consumer Price Index) Jachuun maali?

CPI (Consumer Price Index) jechuun meeshaa Infireeshinii (Inflation) ittiin madaalanidha. Gabaasni kun gatiin meeshaalee guyyaa guyyaatti itti fayyadamnu (akka aannanii, boba’aa, kiraa manaa fi kkf) dabalaa yookaan hir’achaa jiraachuu isaa nuuf gabaasa. 👌🏾

Oduun Guyyaa arraa baha, Daqiiqaa Muraasaatu hafa waan taheef Chaartii keessan irratti Teessanii maal akka tahu daawwachuu qofa.

👉High CPI : Jireenyi qaaliidha $\rightarrow$ Baankiin dhala dabala $\rightarrow$ USDn ni jabaata 🚀 (Gatii Warqee gadi Bu'uu danda'a).

👉Low CPI: Infireeshiniin qabbanaa’aa dha $\rightarrow$ Baankiin dhala hir’isa $\rightarrow$ USD ni deebiya $\rightarrow$ Warqeen (Gold) Baayee Balali'a

Stay Safe, Stay Learn!!
3🥰1
Daqiiqaa 6 Qofaatu hafa.

Stay Safe 👌🏻
🔥1
Daqiiqaa 👉3⃣ Qofaatu hafa.

StaySafe 👈😎
🙈3
1⃣ Minute. 😎
Forwarded from MurreFx 📈👁
akkuma argitan CPI Gama Kamiinuu Maallaqa isaa Sassaabatee bahe 😄

warri akka carraa Milkaa'uu danda'an kanneen Capital Guddaa Qaban Yoo tahu, namoota biraaf Hin Barbaachisu.

StaySafe Family!!!!!!! 🫶
2💯2🙏1
Good Morning Family's 😍

Akkam Bultan!
2
Pi Network Miira addaa Keessa jira. 😅💥

March 23, 14, 15 Guyyaa addaati.

Say Tuned. 😊
4
😅
1
Hhhh, Isiniif Himren ture. 😁

Laalaa, Pi Network OKX, Bybit... irratti List tahee fi kan Pi Browser adda.

Amma OKX dhugaa jirtu lafa kaaye.

Warroonni pi keessan Pi Browser irraa qabdan Carraa qabdu.
Kuniis maal akka tahu walumaan eegna.

Passphrase keessan Jabeeffadhaa!! 🦧🔥
3
Good Morning Pioneers 😍 💥
3
+31% 😎

Pi = $3.14. 🔥
🔥2
🔥🤝🤝🤝


3/14/2026= (3.14)


😱2🤯1
Ethiopia keessaa namni Balance hagana yookaan kanaa ol qabu ni jiraa?? 😑

Pi Network Nicolas wajji Ka Hundeesse ana tahuu hin oolu. 😎

Anyway, Waan ifii hin goonetti isin hin ajaju.
Beekumsa mara kaniin isiniif qoodu, Dura ifii waaddameeti. 😊

Trust the Process 🙂
Enjoy the Pain.
Stay Discipline 👌🏻
💯4🤯3
📊 Traderootaaf Ergaa Barbaachisaa!!

Namoonni baayyeen trading irratti kan kufaniif sababni isaa yeroo hedduu teknika ykn strategy dhabuu miti. Sababni guddaan miira namaa (psychology) dha.

Trading keessatti wantoonni nama miidhan lama baay’ee beekkamoon:

1️⃣ Bololuu (Greed) 💰
2️⃣ Sodaa (Fear) 😨

Namni yeroo trading hojjatu yoo bololummaa qabaate, Profit xiqqoo argatellee dabalata barbaada.,
Risk guddaa fudhata, seera isaa (strategy) cabsa

Yeroo hedduu account isaa dhabee fixa

Fakkeenyaaf:
Trade tokko irraa $20 profit argatte. Garuu “mee $100 haa ta’u” jettee turte. Suuta suuta market deebi’ee profit kee dhabsiisa.

2️⃣ Sodaa (Fear) 😨

Sodaan immoo Trade gaarii ta’e dafanii cufuu, Setup gaarii arganiis seenuu sodaachuu fi akkasumas Market irraa carraa dhabuu faadha.

Fakkeenyaaf:
Setup sirrii argite. Garuu “mee yoo kufe hoo?” jettee hin seentu.
Yeroo sana market sun akka ati yaaddee turetti ol ka’a.

Kanaaf trading keessatti miira ofii to’achuun murteessaadha.

Dabalataan YouTube irratti Ibsisna. 😊
7
Happy #PiDay.

ByBit.
Next...?
Eeyyee , Filannoon Biraa Hin Jiru. 😊
Viidiyoon kun Jireenya nama hedduu jijjiiruu danda'a.

Link: 🫴https://youtu.be/xUjKTH33tFE?si=7I05kD2I5zLGihqM

Baayyee Galatoomi Man!!
5
Akkam Bultan Pioneers. 💛 😃👋

Guyyaa kalee Pi Network irratti Smart Contract Enabled tahee jira.
Ammas karaa Binance List tahuuf Announce qofaatu hafa.

Namoonni Validation hin xumurin seenaa xumuraa.
Bonus Validation hiramaa jira.

KYC keessan filachuun gaafii suuraan isiniif kennamu xumuruu qofa.
Screen shoot godhuun nama adabsiisa.
Of eegaa!!

Stay focused 💯 🙏
5🥰1
Akkam Bultan Guys.
Pi Network irratti Badge Fudhattanii??😃

Namoonni haga ammaa Claim hin godhin Article dubbisuun amma Claim godhaa!!

Pi Day filachuun Article dubbisuu qofa.
Dubbisuun yeroo fixuus isin hin barbaachisu, Click gootanii darbuu qofas ni dandeessan.

Pi Network Mining isaas gadi bu'eera. 😳
3
Deebi'eera. 😍

Akkumaan Yeroo Darbees Bilisaan Qabiyyeen Koorsii Afaan Oromoo akkaan Barbaachisaa tahan karaa YouTube isiniif Maxxansaa ture, Ammaas Koorsii akkaan Barbaachisaa tokko waliin akka eegallu Murteesseera.

Innis Koodingii taha. 🔥😊

Kun ammoo Qabsoo Guddaa waan Barbaaduuf Jaalachuu keessan Mirkaneessuu Barbaada.

Mee Mallattoo kana ( ) Xuquun natti agarsiisaa!!
122👍2🥰1👏1🤯1
Akkam Ooltan Family!! 👐😊
Pi Network Marsaa Lammaffaaf Migrate tahaa jira.
Haga ammaatti warri gara Wallet keessanii hin Darbin wantoota armaan gadii xumuraa!!

1ffaa. Two factor Authentication.

2ffaa. Email Verfication.

Lamaan kana warra hin cumurin xumuraa,
Kan isin dhibe immoo asiin na qunnamaa.

🫴@MurreDM

Hubadhaa, Namoonni Pi keessan gara wallet keessanij Darbe martuu Hold godhuun kaayyadhaa!!

Goonkumaa hin gurgurinaa!!
Pashphrase keessaniis jabeeffachuu hin dagatinaa!!

Abdiin eegna.
3