Murre Tips๏ธ
2.17K subscribers
3.3K photos
104 videos
4 files
1.19K links
Entrepreneur | Content Creator
CEO & Founder of "Tipulse"
๐Ÿ”— Explore what I do at the link Below
Download Telegram
600+ Pips, OMG๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜
โค2
Hh, ๐Ÿ˜…

Nama Shakkisiisa.

Dhugaa taanaan Dubbiin Garam.

Wahuma hundaafuu Haga guyyaa 14 Obsaan eegna. ๐Ÿ˜คโœŒ
โค4๐Ÿ‘2
Good Morning Pioneers. ๐Ÿ’ฅโœŒ๐Ÿ˜

Akkam Bultan Family's ๐Ÿ’› ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ’› ๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ’› ๐Ÿ‘‹
โค2
Stay Safe Trader
Forwarded from MurreFx ๐Ÿ“ˆ๐Ÿ‘
of eeguu barbaachisa
Kanneen haga ammaa warra Pi Network List Hin godhin jiran.

Kana keessaa KRAKEN fedhii List godhuu agarsiisee jira. ๐Ÿค 

KRAKEN booda Hundi isaanii Walduraa Duubaan list godhu.

Wahuma hundaafuu Guyyaa 3 qofaatu hafa. ๐Ÿ˜Ž

Qophiin akkami? ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ˜ค๐Ÿ˜ƒโœŒโœŒโœŒโœŒ

#piDay #March14 #cryptoDays
โค4๐Ÿ‘2
Forwarded from Live GoldNews 24/7
โš ๏ธ Iran now regards US company infrastructure as legitimate targets, including those of Microsoft, Palantir, Google, Oracle, Nvidia, and IBM.

@Goldnews
Forwarded from MurreFx ๐Ÿ“ˆ๐Ÿ‘
๐Ÿ›‘ CPI (CPI (Consumer Price Index) Jachuun maali?

CPI (Consumer Price Index) jechuun meeshaa Infireeshinii (Inflation) ittiin madaalanidha. Gabaasni kun gatiin meeshaalee guyyaa guyyaatti itti fayyadamnu (akka aannanii, bobaโ€™aa, kiraa manaa fi kkf) dabalaa yookaan hirโ€™achaa jiraachuu isaa nuuf gabaasa. ๐Ÿ‘Œ๐Ÿพ

Oduun Guyyaa arraa baha, Daqiiqaa Muraasaatu hafa waan taheef Chaartii keessan irratti Teessanii maal akka tahu daawwachuu qofa.

๐Ÿ‘‰High CPI : Jireenyi qaaliidha $\rightarrow$ Baankiin dhala dabala $\rightarrow$ USDn ni jabaata ๐Ÿš€ (Gatii Warqee gadi Bu'uu danda'a).

๐Ÿ‘‰Low CPI: Infireeshiniin qabbanaaโ€™aa dha $\rightarrow$ Baankiin dhala hirโ€™isa $\rightarrow$ USD ni deebiya $\rightarrow$ Warqeen (Gold) Baayee Balali'a

Stay Safe, Stay Learn!!
โค3๐Ÿฅฐ1
Daqiiqaa 6 Qofaatu hafa. โ˜ 

Stay Safe ๐Ÿ‘Œ๐Ÿป
๐Ÿ”ฅ1
Daqiiqaa ๐Ÿ‘‰3โƒฃ Qofaatu hafa. โ˜ 

StaySafe ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜Ž
๐Ÿ™ˆ3
1โƒฃ Minute. ๐Ÿ˜Žโ˜ โ˜ โ˜ 
Forwarded from MurreFx ๐Ÿ“ˆ๐Ÿ‘
akkuma argitan CPI Gama Kamiinuu Maallaqa isaa Sassaabatee bahe ๐Ÿ˜„

warri akka carraa Milkaa'uu danda'an kanneen Capital Guddaa Qaban Yoo tahu, namoota biraaf Hin Barbaachisu.

StaySafe Family!!!!!!! ๐Ÿซถ
โค2๐Ÿ’ฏ2๐Ÿ™1
Good Morning Family's โœŒ ๐Ÿ˜

Akkam Bultan!
โค2
Pi Network Miira addaa Keessa jira. ๐Ÿ˜…๐Ÿ’ฅ

March 23, 14, 15 Guyyaa addaati.

Say Tuned. ๐Ÿ˜Šโ˜บ
โค4
โœŒ๐Ÿ˜…
โค1
Hhhh, Isiniif Himren ture. ๐Ÿ˜

Laalaa, Pi Network OKX, Bybit... irratti List tahee fi kan Pi Browser adda.

Amma OKX dhugaa jirtu lafa kaaye.

Warroonni pi keessan Pi Browser irraa qabdan Carraa qabdu.
Kuniis maal akka tahu walumaan eegna.

Passphrase keessan Jabeeffadhaa!! ๐Ÿฆง๐Ÿ”ฅ
โค3
Good Morning Pioneers โœŒ ๐Ÿ˜ ๐Ÿ’ฅ
โค3
+31% ๐Ÿ˜Žโ˜ 

Pi = $3.14. ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅ2
๐Ÿ”ฅโ˜ ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค


3/14/2026= (3.14)


โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ โ˜ 
๐Ÿ˜ฑ2๐Ÿคฏ1
Ethiopia keessaa namni Balance hagana yookaan kanaa ol qabu ni jiraa?? ๐Ÿ˜‘

Pi Network Nicolas wajji Ka Hundeesse ana tahuu hin oolu. ๐Ÿ˜Ž

Anyway, Waan ifii hin goonetti isin hin ajaju.
Beekumsa mara kaniin isiniif qoodu, Dura ifii waaddameeti. ๐Ÿ˜Š

Trust the Process ๐Ÿ™‚
Enjoy the Pain.
Stay Discipline ๐Ÿ‘Œ๐Ÿป
๐Ÿ’ฏ4๐Ÿคฏ3