Wow, Oduu Guyyaa arraa haala kanaan Yaaluun Mlkaa'e. 😃
Note Kana Qabadhaa!!👌
Akkaan Hubadhetti, Osoo Oduun hin seenne dura Strategy keen yoo qophoofte, maarkenni Humna ( Volatile ) haa tahu malee, tilmaamni kee sirrii taanaan akkasumatti humnaan deema. 🫶
Garaagarummaan Jiru, High Volatile thuu qofa.
NFPiis Yaalee Laala. 😆
Have a good Day!

❤2🔥2
Kanneen haga ammaa warra Pi Network List Hin godhin jiran.
Kana keessaa KRAKEN fedhii List godhuu agarsiisee jira. 🤠
KRAKEN booda Hundi isaanii Walduraa Duubaan list godhu.
Wahuma hundaafuu Guyyaa 3 qofaatu hafa. 😎
Qophiin akkami? 💥😤😃✌✌✌✌
#piDay #March14 #cryptoDays

❤4👍2
Forwarded from Live GoldNews 24/7
⚠️ Iran now regards US company infrastructure as legitimate targets, including those of Microsoft, Palantir, Google, Oracle, Nvidia, and IBM.
@Goldnews
@Goldnews
Forwarded from MurreFx 📈👁
🛑 CPI (CPI (Consumer Price Index) Jachuun maali?
CPI (Consumer Price Index) jechuun meeshaa Infireeshinii (Inflation) ittiin madaalanidha. Gabaasni kun gatiin meeshaalee guyyaa guyyaatti itti fayyadamnu (akka aannanii, boba’aa, kiraa manaa fi kkf) dabalaa yookaan hir’achaa jiraachuu isaa nuuf gabaasa. 👌🏾
Oduun Guyyaa arraa baha, Daqiiqaa Muraasaatu hafa waan taheef Chaartii keessan irratti Teessanii maal akka tahu daawwachuu qofa.
👉High CPI : Jireenyi qaaliidha $\rightarrow$ Baankiin dhala dabala $\rightarrow$ USDn ni jabaata 🚀 (Gatii Warqee gadi Bu'uu danda'a).
👉Low CPI: Infireeshiniin qabbanaa’aa dha $\rightarrow$ Baankiin dhala hir’isa $\rightarrow$ USD ni deebiya $\rightarrow$ Warqeen (Gold) Baayee Balali'a
Stay Safe, Stay Learn!!

❤3🥰1