muhaajirafiAnsaara❤️
6.08K subscribers
452 photos
87 videos
16 files
279 links
Aswrwb chanaliin kana irra barnoota heddu argachu dandessan
Barnot islamumma
Seena sahabota
Sena rasuula S.W.S fi k k.. f irra argachu dandessan isinis join share waliif godha
Download Telegram
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Eegoo

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Eegootti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 11/04/2024 or 03/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , leenjii fi sochii barnootaa kanaan wal qabateen namoonni sagal (9) tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin kennamuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
Bbn
G ♡ISLAAMUMMAAN AMANTII DHUGAATI
Waliin marii
MACAAFNI QULQULLUUN DHUGUMA JECHA WAAQAYYOOTII?

Toofiq Abarashaad and ibnAdnan.

🆚

Maraa Tafese

توفيق ابارشاد𝐓𝐨𝐨𝐟𝐢𝐪 𝐀𝐛𝐚𝐫𝐚𝐬𝐡𝐚𝐝:
Kataa macaafa qulqulluu keessa kitaabota 13 ol kan barreesse phawulos ergaan sheyxaanaa anaaf kenname jedhe‼️‼️

👇👇👇👇👇
👉https://t.me/muhaajirafiAnsaara
👇👇👇👇👇
👉https://t.me/Tofik_Abarashad_channel
Addunyaa kanarra kaa naa gaammachisu ani amantaa islaama hordofuu kiyya🥰🥰🥰🥰🥰🥰

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️

Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️

https://t.me/Xaaliburidallah
Yesuus kirstoos / nabi iisaan a s yeroo dhufetti maal barsiisaa ture??👇👇

Rabbin tokkocha tahuu isaa kan inni barsiuseedha👇👇👇

“Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.”
— Luq. 6:12
👆yesuus kirstoos akkuma asii ol garru kanatti waaqayyon akka kadhachaa jiru kaa nuti hubaanuudha gaafa dhufuulle waaqayyoma kana namni akka waaqeessan kaa inni barsiisaa tureedha👇👇👇

“Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe.”
— Mat. 19:17

“Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.”
— Mar. 10:18

Mar. 12
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ Barsiisota seeraa keessaa tokko yeroo isaan waliin morkatan dhaga'ee, Yesus deebii gaarii akka deebiseef yommuu arge gara isaatti dhi'aatee, "Abboommiin inni hundumaa irra caalu isa kam?" jedhee, gaaffii isa gaafate.
²⁹ Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.
³⁰ Atis Waaqayyo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, jireenya kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta'a'!
👆👆 namni yesuus kirstoos ni jaaladha jedhu 🥰🥰 waaqa yesuus waaqeessu waaqa yesuus waaqeessa jedhu waaqeessun nama sanarratti dirqama .

Al-Ma'idah 5:116

وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ

Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'uYoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteettaWaan lubbuu kiyya keessaa ni beektaAni waan nafsii kee keessaa hin beekuDhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti.

Share👇👇👇👇
@MuhaajirafiAnsaara🥀
@MuhaajirafiAnsaara🥀

Barnoota heddu argachu dandeessan join godha👇👇👇👇👇👇
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹
🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
"Rabbin tokko qofa nabi muhaamad s a w ergamaa Rabbiti"

"Rabbin tokko qofa yesuus a s ergamaa rabbiti"

join👇👇👇

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
"waa'ee Biyyo falasxeen keessatti muslimni rahe Rabbin haa dubbatu"😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

yaa rabbi nasrii nui garsiisi😭😭

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Forwarded from muhaajirafiAnsaara❤️
Amantiin Islaama Amantoota kaawan irra maalin adda tana beeytu??👇👇👇👇👇


1 Amantiin Islaama uumaa / Rabbin biraa dhufte Ragaan isaa👇👇👇👇👇👇👇

Aal-e-Imran 3:19

إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ وَمَا ٱخْتَلَفَ ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْكِتَٰبَ إِلَّا مِنۢ بَعْدِ مَا جَآءَهُمُ ٱلْعِلْمُ بَغْيًۢا بَيْنَهُمْۗ وَمَن يَكْفُرْ بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَإِنَّ ٱللَّهَ سَرِيعُ ٱلْحِسَابِ

Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofaIsaan kitaabni kennameef erga beekumsi isaaniif dhufee booda jibbaa gidduu isaanii jiruuf jecha malee [san dura] wal hin dhabneNamni keeyyattoota Rabbiitti kafare dhugumatti Rabbiin ariifataa qormaataati.

Erga Islaammulman Rabbin biraa dhufte mee ammatoota kaniin essa akka dhufe gaafadha👇👇👇👇

1 kirstaanni eessa dhufe???
2 kaatoolikin eessa dhufe????
3 pheexeen eessa dhufte???
4 ortodoksiin eessa dhufe???
5 joovaan eessa dhufe???

👆👆 Tari hordooftootumla ammantaa kanattu moggase laata

share👇👇👇
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
"nabi muhamad s a w ergamaa addunya guutuuti akkasumas alaama hundaaf rahamata🥰🥰🥰🥰🥰"

@MuhaajirafiAnsaara
👆👆👆koott ustaaz A/Ramaan xaalibu ridallah wajjin turaa
يقول أحدهم  : ڪنت أسير مع طفلي ومررنا بتمثال للمسيح قرب الڪنيسة فسألني ابني :  من هذا يا بابا ؟
قلت له :  هذا ابن الله وهو إلهنا
فقال لي : لماذا هو مصلوب ؟
وعلى جسده الجروح ومنظره ضعيف لقد شفقت عليه!
فقلت له : هو مصلوب لأن المجرمين الذين لايؤمنون به فعلوا به هذا ..
فقال لي ولدي : ولماذا لم يدافع أبوه عنه ؟!
أو هو دافع عن نفسه ڪونه إلها قويا ؟!
قلت له : الإله اختار ذلك حتى يڪفر عنا ذنوبنا !!
لأنه حينما رضي بصلب أبنه ڪان صلبه فداء لنا وتڪفيرا لذنوبنا ..
فقال لي : يا أبي هل ترضى أنت أن يصلبوني ؟
وأتعذب من أجل أحد ، وانت تقدر أن تدافع عني ؟ !!
قلت : طبعًا لا
فقال ولدي :  ڪيف رضي الله أن يفعل ذلك بابنه ؟!!
وهو القادر أن يغفر لنا ذنوبنا من غير ان يعذب ابنه ويجعله ذليلًا منڪسرًا بين يد البشر !!
ڪان هذا الحوار .. !!.أول طريق هداية الوالد للإسلام !!
أسئلة الطفل بالفطرة !! دلت الوالد على الحق !!
ڪيف لعقل بشري يرضى بهذه القناعة ؟
وڪيف يؤمن بها ؟!
فالحمد الله على فطرة الإسلام ..
ربنا آمنا فاغفر لنا وارحمنا برحمتك ..
وأدخلنا برحمتك الجنة مع عبادك الصالحين

@MuhaajirafiAnsaara
‏الحمدُ للهِ الذِي أَذِن لنَا بيومٍ جَديد لِنعبده ونشكره ونَتوب إليه..🥺💚

@MuhaajirafiAnsaara
كتاب التوحيد 13
الشيخ عبد الكريم أحمد
📚 KITAABA TAWHIIDAA
DARSII 13FFAA



•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•

🎙الشيخ عبد الكريم أحمد حفظه الله ورعاه

🎙SHEIKH ABDULKARIIM AHMAD - HAFIZAHULLAAH

•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•

═════ ≪ °📓🖇📓° ≫ ═════
📚 Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii
Armaan Gadii Fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/sheyk_abdulkarim/525
"irra caalaan namaa nama umriin dheerate dalagaan isaa tolte" jecha rasuulati s a w 🥰🥰🥰


@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Tuni Ajaaiba maal hedu warri pheexoota laata???


amantaa mana barnoota seensiisuun maaf barbaachise???

Barnoota amantaa pheexe qofa moo kan biraas itti barsiifama???

Mana barnoota Ifaa boruu bultii Adda sadarka 2 ffaa beddelleti ijoolle keenya amantaa isaani jijjiruuf pheexen yeroo amma kana qophoofte jirti hawaasni muslima dammaquu qaba

umanni muslimaa bakka jirtuu dammaqi fuula kee gara quraanatti hadiisa rasuulaatti s a w deebisi oduun amma dhagahamaa jiru maneen barnoota keessatti akka shabaaba muslimaa amantaa fixraa irra gara amantaa ofii isaaniti uumatanitti kan isaan jiijjiraa jiranidha biron barnoota oromiyya dubbi kanaaf daddafitti deebi keennu qaba rabbin diin keenyarratti gadi nuu haa dhaabu.

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara


Share walif godha jzk 🥰🥰