muhaajirafiAnsaara❤️
4.59K subscribers
390 photos
76 videos
16 files
268 links
Aswrwb chanaliin kana irra barnoota heddu argachu dandessan
Barnot islamumma
Seena sahabota
Sena rasuula S.W.S fi k k.. f irra argachu dandessan isinis join share waliif godha
Download Telegram
Forwarded from Daandii Milkii(Jennataa)
Dr. Ahmed Abdul-aziz jedhama.  Masriitti Dr. Fayyaa beekamaa fi Muuxannee yeroo dheeraa nama  qabuudha.  Weerartuun Israa'el e obboleeta isaa Falisxeen weeraruu dhageenyaan maatii, Ilmaanii fi biyya isaatti  nagaa dhaammatee gara Gaazzaatti  imale madoo isaanii eega wal'aanuu eegalee guyyoonni 195 lakkaa'amaniiru.  Yeroo "ati du'a hin sodaattuu?" isaan jedhame ,Seeqataa  "Ani asitti du'ee jireenya isa du'a hin qabne jiraachuufan dhufe " jedha.

@Saahibuddiin28
""Osoo sirratti hin salaattamne dura saalaadhu""


@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Forwarded from Qorannoo Amantii Kiristaanaa ☪️ (Muhammad A/Duraa)
Yesuus nabiyyii Rabbii isa kabajamaa dha.


1 Maarqos 6:4
“ኢየሱስም ነቢይ ከገዛ ኣገሩና ከገዛ ዘመዶቹ ከገዛ ቤቱም በቀር ሳይከበር ኣይቀርም ኣላቸው”
"Yesus immoo, "Raajiin iddoo biraatti malee biyya isaatti, lammii isaa gidduutti, mana ofii isaattis ulfina hin argatu" isaaniin jedhe."

Yesuus yemmuu Yihudoonni dubbii isaa fudhachuu didanitti; "Siluma Nabiyyiin naannoo ofitti kabaja hin qabu" jedhe. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

2 Maatewos 13:57
“ኢየሱስ ግን ነቢይ ከገዛ ኣገሩና ከገዛ ቤቱ በቀር ሳይከበር ኣይቀርም ኣላቸው”
"Isaan kanaaf isa maman; Yesus garuu, "Raajiin iddoo biraatti malee, biyya isaatti, mana ofii isaattis ulfina hin argatu" isaaniin jedhe."

"Yesuus Nabiyyiin saba ofii keessatti kabaja hin qabu" jedhe. Eenyuun jedhe? Ofumaa jedhe. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

3 Maatewos 21:11
“ሕዝቡም ይህ ከገሊላ ናዝሬት የመጣ ነቢዩ ኢዩሱስ ነው ኣሉ”
"Tuuti isaa wajjin adeemus, "Kun raajicha, Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiiiaa ti" jedhee deebise."

Ummanni yeroo sana ture, Yesuus nabiyyii magaalaa Naazireet irraa dhufe akka ta'e dubbatani. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

4 Maatewos 21:46
”ሊይዙትም ሲፈልጉት ሳሉ ሕዝቡ እንደ ነቢይ ስላዩት ፈሩአቸው”
"Kana irratti isa qabachuu yaalan, garuu tuuta warra Yesusin akka raajiitti fudhatan sana sodaatan."

Yesuusiin qabuu barbaadanii, ummata Yesuusiin akka Nabiyyiitti fudhatan sodaatani. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

5 Luqaas 7:16
“ታላቅ ነቢይ በኛ መካከል  ተነሦቶኣል”
"Hundumti isaaniis, na'anii, "Raajiin guddaan nu keessaa ka'eera; Waaqayyo saba isaa ilaaleera" jedhanii Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessan. "

Ummanni yeroo sanaa; "nabiyyii guddaatu nu gidduu ka'e" jedhani. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

6 Luqaas 24:19
”በእግዚኣብሄርና በሕዝቡ ሁሉ ፊት በስራና በቃል ብርቱ ነቢይ ስለ ነበረው ስለ ናዝሬቱ ስለ ኢየየሱስ”
"Inni, "Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee Yesus nama Naazireet, isa gochatti dubbiittis Waaqayyoo fi namoota duratti raajii aango- qabeessa ture sana,"

Waaqayyo fi nama biratti nabiyyii cimaa akka ture dubbatani. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

7 Yohannis 6:14
”ከዚህ የተነሳ ሰዎቹ ኢየሱስ ያደረገውን ምልክት ባዩ ጊዜ ይህ በእውነት ወደ ኣለም የሚመጣው ነቢይ ነው ኣሉ”
"Namoonni sun milikkita Yesus argisiise kana yommuu argan, "Kun dhuguma raajicha isa gara biyya lafaa dhufuuf jiru sana" jedhan."

Raajii Yesuus hojjetaa ture yemmuu arganitti, "kun nabiyyii gara biyya lafaa dhufeedha" jedhani. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

8 Yohannis 4:19
”ሴቲቱ ጌታ ሆይ ኣንተ ነቢይ እንደ ሆንህ ኣያለሁ”
"Kana irratti dubartittiin, "Akka ati raajii taate nan arga, yaa gooftaa."

Dubartittiin sun; "Ati akka nabiyyii taaten si arga" jette. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.

9 Yohannis 9:17
”በመካከላቸው መለያየት ሆነ ከዚህም የተነሳ ዕውሩን ኣንተ ዓይኖችህን ስለ ከፈተ ስለ እርሱ ምን ትላለህ? ደግሞ ኣሉት እርሱም ነቢይ ነው ኣለ”
"Kana booddee warri Fariisotaa namicha isa jaamaa ture sanaan, "Waa'ee isa ija kee siif bane kanaa maal jetta?" jedhan; yommus namichi, "Inni raajii dha" jedhee deebiseef."

"Namtichi raajiin irratti hojjetame sun: "Yesuus raajii" akka ta'e dubbate. Kanaafuu; Yesuus nabiyyii Rabbiiti malee Waaqayyo miti jechuudha.




👉 Telegram channel
https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate
👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
👉 Ummalife keenya
https://ummalife.com/QorannooAmantiiKiristaana
YESUUS ILMAAN ISRAA'EL QOFAAF AKKA ERGAME MACAAFNI KAN DUBBATUUDHA 👇👇👇👇👇👇👇👇👇


“Yesus immoo, "Ani dhuguman isinitti hima, biyya lafaa ishee haaraatti ilmi namaa ulfina isaatiin teessoo irra yommuu taa'u, isin warri na duukaa buutan immoo, teessota kudha lamaan irra teessanii, gosa lsraa'el kudha lamaan keessatti firdii in kennitu.”
— Mat. 19:28

👆👆akka keeyata kanaatti barattoni yesuus gosa israael qofa keessatti firdii kan keenaanidha

Namoonni kuuwaan hoo maal tahuu laata???
barsiisni yesuus erga kgosa israael keesatti dhaabbate namooni kuuwan hoo maaf yesuusin hordofu???

Mat. 10
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵ Isaan kudha lamaan kana Yesus ergee, "Karaa saba Waaqayyoo warra hin ta'initti isin geessu irra hin gorinaa, mandara warra Samaariyaa tokko illees hin lixinaa!
⁶ Kanaa mannaa gara warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badanii dhaqaa!


👆👆👆👆

yesuus baraatoota isaa yeroo gorsu barsiisini isaan barsiisaanifi yesuus barsiisu akka israaiil qoofa keessa tahe kan itti dubbatuudha .

Macaafa qulquullu afaanoota heddutti jijjiruun maaf barbaachise???

silaafuu yesuus ummata israael qofaaf ergame

“Inni immoo deebisee, "Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badan duwwaaf malee hin ergamne" jedheen.”
— Mat. 15:24

👆👆👆yesuus ummata israael qofaaf akka ergame dubbataa jira warrota awroopa ameerika kirstaanota biyyoota biroo jiraatan maaltu isaan galche yesuusin hordoofu???


As-Saf 61:6

وَإِذْ قَالَ عِيسَى ٱبْنُ مَرْيَمَ يَٰبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ إِنِّى رَسُولُ ٱللَّهِ إِلَيْكُم مُّصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَىَّ مِنَ ٱلتَّوْرَىٰةِ وَمُبَشِّرًۢا بِرَسُولٍ يَأْتِى مِنۢ بَعْدِى ٱسْمُهُۥٓ أَحْمَدُۖ فَلَمَّا جَآءَهُم بِٱلْبَيِّنَٰتِ قَالُوا۟ هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ

Yeroo Iisaa Ibni Maryam "yaa Banii Israa'iil! Ani Ergamaa Rabbii kan waan Tawraatiin keessatti na dura bu'e dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad ta'een (isin) gammachiisu ta'ee gara keessan ergame" jedhe [yaadadhaa]Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufes "kun 'sihrii' (falfala) ifa galaa dha" jedhan.

Share👇👇👇👇
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Eegoo

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Eegootti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 11/04/2024 or 03/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , leenjii fi sochii barnootaa kanaan wal qabateen namoonni sagal (9) tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin kennamuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
Bbn
G ♡ISLAAMUMMAAN AMANTII DHUGAATI
Waliin marii
MACAAFNI QULQULLUUN DHUGUMA JECHA WAAQAYYOOTII?

Toofiq Abarashaad and ibnAdnan.

🆚

Maraa Tafese

توفيق ابارشاد𝐓𝐨𝐨𝐟𝐢𝐪 𝐀𝐛𝐚𝐫𝐚𝐬𝐡𝐚𝐝:
Kataa macaafa qulqulluu keessa kitaabota 13 ol kan barreesse phawulos ergaan sheyxaanaa anaaf kenname jedhe‼️‼️

👇👇👇👇👇
👉https://t.me/muhaajirafiAnsaara
👇👇👇👇👇
👉https://t.me/Tofik_Abarashad_channel
Addunyaa kanarra kaa naa gaammachisu ani amantaa islaama hordofuu kiyya🥰🥰🥰🥰🥰🥰

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️

Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️

https://t.me/Xaaliburidallah
Yesuus kirstoos / nabi iisaan a s yeroo dhufetti maal barsiisaa ture??👇👇

Rabbin tokkocha tahuu isaa kan inni barsiuseedha👇👇👇

“Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule.”
— Luq. 6:12
👆yesuus kirstoos akkuma asii ol garru kanatti waaqayyon akka kadhachaa jiru kaa nuti hubaanuudha gaafa dhufuulle waaqayyoma kana namni akka waaqeessan kaa inni barsiisaa tureedha👇👇👇

“Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe.”
— Mat. 19:17

“Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru.”
— Mar. 10:18

Mar. 12
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ Barsiisota seeraa keessaa tokko yeroo isaan waliin morkatan dhaga'ee, Yesus deebii gaarii akka deebiseef yommuu arge gara isaatti dhi'aatee, "Abboommiin inni hundumaa irra caalu isa kam?" jedhee, gaaffii isa gaafate.
²⁹ Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.
³⁰ Atis Waaqayyo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, jireenya kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta'a'!
👆👆 namni yesuus kirstoos ni jaaladha jedhu 🥰🥰 waaqa yesuus waaqeessu waaqa yesuus waaqeessa jedhu waaqeessun nama sanarratti dirqama .

Al-Ma'idah 5:116

وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ

Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'uYoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteettaWaan lubbuu kiyya keessaa ni beektaAni waan nafsii kee keessaa hin beekuDhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti.

Share👇👇👇👇
@MuhaajirafiAnsaara🥀
@MuhaajirafiAnsaara🥀

Barnoota heddu argachu dandeessan join godha👇👇👇👇👇👇
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹
🌹🌹@MuhaajirafiAnsaara🌹🌹
🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋🎋
"Rabbin tokko qofa nabi muhaamad s a w ergamaa Rabbiti"

"Rabbin tokko qofa yesuus a s ergamaa rabbiti"

join👇👇👇

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
"waa'ee Biyyo falasxeen keessatti muslimni rahe Rabbin haa dubbatu"😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

yaa rabbi nasrii nui garsiisi😭😭

@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Forwarded from muhaajirafiAnsaara❤️
Amantiin Islaama Amantoota kaawan irra maalin adda tana beeytu??👇👇👇👇👇


1 Amantiin Islaama uumaa / Rabbin biraa dhufte Ragaan isaa👇👇👇👇👇👇👇

Aal-e-Imran 3:19

إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ وَمَا ٱخْتَلَفَ ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْكِتَٰبَ إِلَّا مِنۢ بَعْدِ مَا جَآءَهُمُ ٱلْعِلْمُ بَغْيًۢا بَيْنَهُمْۗ وَمَن يَكْفُرْ بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَإِنَّ ٱللَّهَ سَرِيعُ ٱلْحِسَابِ

Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofaIsaan kitaabni kennameef erga beekumsi isaaniif dhufee booda jibbaa gidduu isaanii jiruuf jecha malee [san dura] wal hin dhabneNamni keeyyattoota Rabbiitti kafare dhugumatti Rabbiin ariifataa qormaataati.

Erga Islaammulman Rabbin biraa dhufte mee ammatoota kaniin essa akka dhufe gaafadha👇👇👇👇

1 kirstaanni eessa dhufe???
2 kaatoolikin eessa dhufe????
3 pheexeen eessa dhufte???
4 ortodoksiin eessa dhufe???
5 joovaan eessa dhufe???

👆👆 Tari hordooftootumla ammantaa kanattu moggase laata

share👇👇👇
@MuhaajirafiAnsaara
@MuhaajirafiAnsaara
"nabi muhamad s a w ergamaa addunya guutuuti akkasumas alaama hundaaf rahamata🥰🥰🥰🥰🥰"

@MuhaajirafiAnsaara
👆👆👆koott ustaaz A/Ramaan xaalibu ridallah wajjin turaa