Bagaa garaa channel kanatii dhuftanii.......chaneel kana keessaati hojjechuf qophii kenyaa xumuree jiraa....
Chaneel kana๐๐๐๐kesstii wa,ee Mobile
Computer.
Hacker garaa garaa kessatii gadhiifama..kanaf. join fi subscribe nu godhaa.
Video kenyaa guyaa guyyati gadhiifama๐๐ilalaa.......
share @moateach
Yadda fi gafiidhaf
๐๐๐๐๐๐
@Moa_teachbot

Moa teach akkamitti SMS tolaa fayyadamna Deebin isaa kunootiโ
Fayyadamtoonni bilbila 'android' jalqaba 'play store' keessaa apk 'Free message' jedhu bilbila keessan irratti feetu.
Kana booda barreefama 'Welcome to Free message!' jedhu isiniif fida 'start now' jettuun.
Lakkoofsa keessan yeroo itti barreessitan kooddii isiniif erga 'Activate' gootu.
Filannoo 'New Group' fi 'New chat' isiniif dhiyeessa isin 'New chat' filattu. Kana booda lakkoofsaa fi maqaa namoota bilbila keessan keessa jiranii tarreessee isiniif fida; isinis nama sinitti toleef ergaa barbaaddan erguu dandeessu jechuudha.
Namni ergamuuf interneetii qabaates dhabes ergaan keessan inuma ga'a.
Namni ergamuuf dirqama apk kana buufachuu hin qabu; akkuma waan maallaqa keessaniin ergitaniitti namicha qaqqaba.
Dhaabbii hin qabu nama barbaaddaniif ergaa hamma barbaaddan erguu dandeessu
Nama biyya fedhe jiruuf erguu dandeessu.
Share @moateach JOIN @moateach
For Questions๐๐โโ @moa_teachbot

How to became a beginner programmer ?
Akkamiin programmer jalqabduu ta'uu dandeenya ?
-Programing barachuuf karaalee garagaraa ni jiru.
Fknf: Barumsa idileetin
Website garagaraarraa
Kitaabolee adda addaarraa
Barumsa idilee:-Barumsa idileetin programing barachuuf
--CS(computer sciense)
--Software Enginering
hordofuu.
Website:website garagaraarraa programing barachuun ni danda'ama.
Fkn:
1. www.codecademy.com
2. www.lynda.com
3. www.udemy.com
4. www.udacity.com
5. www.coursera.org
6. www.w3schools.com
7. www.thenewboston.org
8. www.programmr.com
9. www.codeavengers.com
10. www.codeschool.com
11. www.learnstreet.com
12. www.teamtreehouse.com
13. www.sqlzoo.net
14. www.codehs.com
15. www.teamtreehouse.com
16. www.html5rocks.com
17. www.codepen.io
18. www.sitepoint.com
19. www.tutorialspoint.com
20. www.javatpoint.com
21. www.cplusplus.com
22. www.learncpp.com
23. www.tutorialspoint.com
24. www.cprogramming.com
25. www.stackoverflow.com
26. www.learncodethehardway.org
27. www.bloc.io
28. www.howtocode.io
29. www.edx.org
30. www.instructables.com
31. www.developer.apple.com
32. www.developer.android.com
33. www.developers.google.com
34. www.developer.mozilla.org
35. www.msdn.microsoft.com
๐ฏ ๐ด ๐ฎ ๐ณ @moateach

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
๐Akkamitti miseensa giruuppii teelegiraamii hamma feene dabaluu dandeenya kan daangaa hin qabne Moosaajii TERMUX fayyadamuun mala haaraa 2020(new methodHow to using termux
Add any telegram
Group members )
๐ฅ Viidiyoo barbaachisaadha ilaalaa
๐ค HACK EVERYTHINGโฃ
๐ข @moateach
๐ค @moa_teachbot
Add any telegram
Group members )
๐ฅ Viidiyoo barbaachisaadha ilaalaa
๐ค HACK EVERYTHINGโฃ
๐ข @moateach
๐ค @moa_teachbot
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ ๐ค AKKAMITTI BILBILA TOKKORRAA GARA BILBILA BIRAATTI CHAARJII DABARSUU DANDEENYA??๐๐ข. โจ๏ธ WANTOOTA BARBAACHISANโจ๏ธ ๐ OTG CONNECTOR. ๐ CABEL (Keebilii). ๐ Bilbiloota Andirooyidii lama ๐ข Tartiiba. โ 1โฃ Jalqaba bilbila isa OTG fayyadamuu danda'u fudhachuun OTG cha itti galchi. โ 2โฃ Amma immoo keebilicha gara OTG isa hafeen walquunnamsiisi. โ 3โฃ keebilicha immoo bilbila isa chaarjessuu barbaadde sanatti galchi. SHARE
@moateach
@moateach
Akkam jirtu hordooftota moa teach, Har'aa botiwan babaredoo isiin qabaane dhi'anera kuno๐๐
๐Gruupi keessaan keessati utuu enyuuman kessan hin bekkamin haasa'uf isiin fayyada ๐
๐ฐ@Anonymous_telegram_bot
๐ barrefama gafaa itti ergitaan gift isiin jijjiraa ๐
๐ฐ @text2gifBot
๐Lakkofsaa barbadaan yoo itti ergitan gara geez'ti isiini jijjiraa
๐๐
๐ฐ @GeezNumberBot
๐sa'aa itti bishaan dhuguun isiin barbachisu isiiniti hima๐๐๐
๐ฐ @WateryBot
๐barrefaam gafa itti ergitan barreche barresee isiini debisaa๐๐
๐ฐ @TextMagicBot ๐ฒ
๐ Taphaa kubaa mila ilaluf kan isiin fayyadu๐๐
๐ฐ @LiveRobot
๐afaan ingilifa bekuf kan isiin fayyaduu The Best ๐๐
๐ฐ @AndyRobot๐๐
๐ gafii barnoota isiin gafatee fillanoo isiinif Kena Isaa kesaa fillatuu bot kanan๐๐
๐ฏ @TriviaBot
๐ inni kunimo barrefama gafa itti ergitan gadi galagalche isiinif debisa๐
๐ฐ @iFlipTextBot
๐ nu qunnamuf๐๐
๐ @moa_teachbot
@moateach โค๏ธ

Waa'ee root
Root malidhaโ
Faayidaa bilbila 'root' gochuu.
Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.
Fakkeenyaaf:
๐ถยฐHoteelonni mantagoo WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha darbii WiFi chaa ni jijjiiru; nuyi immoo cabsinee seenuuf ni yaalla garuu, sababa daangaan bilbila keenyarra jiruuf cabsuu hin dandeenyu.
ยฐApk tokko tokkos dalaguu diduu danda'u.
Kanaafuu 'root' gochuun barbaachisaadha.
๐ฐBilbila 'Root' gochuu jechuun maal jechuudha?
Gabaabaamatti daangaa dhaabbatni bilbila keenya oomishe nurra kaa'e ofirraa kaasuu fi hooggansa bilbila keenyaa kan dhaabbata bilbila keenya oomisherra ture gara mataa keenyaatti jijjiiruu jechuudha.
Fakkeenyaaf: apk warreen duraan nu didan akka dalagan gochuu, jecha darbii WiFi cabsuu, apk kanneen bilbila waliin bitne (system apks) balleessuu fi kkf gochuu nu dandeessisa!
โYoo 'Root' goone rakkoo nurra ga'uu danda'an.๐ซ
Fakkeenyaanin isin hubachiisa:
๐ยฐBilbila tokko dhaabbata bilbilicha oomisherraa bitne haa jennu, yeroo bitnu waabdii (guarantee) ji'a 6 qabas haa jennu, nuyimmoo bilbila kana bitnee torban 2 osoo hin guutiin 'root' goona haa jennu, yeroo kana akka tasaa bilbilli kun miidhameennaan gara dhaabbata irra bitneetti waraqaa waabdii keenya waliin geessina; dhaabbatni sun gargaarsa tokkollee nuuf hin kennu. Sababni isaas nuyi aangoo dhaabbatichi bilbila keenyarratti qabu waan mulqineefidha!
ยฐDabalataanis yeroo baayyee bilbiloonni 'root' ta'an miidhaa Saayiberiif bilisadha. Kanarrattimmoo dhaabbatni bilbila kana oomishe itti gaafatamaa hin ta'u!
โBilbila 'Root' gochuuf maaltu barbaachisa?
๐Ofeeggannoodhaan yoo dalagne malee bilbila keenya dhabuu dandeenya. Wantoota kanaa gadii guutuu qabna.
ยฐBaatiriin bilbila 'root' gochuuf jirru sanaa %50+ ta'uu qaba.
ยฐMantagoon (network) amansiisaa ta'e jiraachuu qaba.
Kana hunda dalaguuf apk (Kingroot) jedhamu fayyadamna. Apk kana chaanaalii Teelegiraamii keenyarraa ni maxansinaa.
Yeroo 'root' gootan 'M.data' bantanii, apk kana bantu, erga bantanii gara gadiitti (START) kan jedhutu dhufa isa cuqaastu. Erga hamma 100'tti lakkaawee booda bilbila keessan ofiisaa 'reboot' godha.
Kana booda apk garaa garaa fayyadamtanii waan feetan dalaguu dandeessu!
๐ง @moateach
โ ๏ธ @moa_teachbot

kingroot-5-4-0.apk
11 MB
Mossajichii kunotti busaachun itti fayyadamaa๐ค๐ค @moa_teachbot
๐๐๐๐๐๐
@moateachgroup
๐๐๐๐๐๐
Group kena keessatti gaffiwaan wa'ee teknoolojii kessati walgaffadha
Group kenyaa join gochuuf
โ @moateachgroup
Yadda fi gaffi yoo qabatan
โ @moa_teachbot

com.appsomniacs.da2-1.apk
53.9 MB
Mini militia
Geemiin kun update kan ta'eedha!
Geemii kana akka barbadanitti jijjiru dandesuu fkn:- 1 akka hin dunee gochuu
2 rasaasi keessaan xiyyitti akka hin fixne gochuu fi kkf..

โโ๐Har'ammoo akkaataa ittiin IMEI Number moosaajii tokko malee jijjiiran isinitti argisiisuun dhufe; na waliin turaa.
1โฃ Jalqaba Dialer banna..
2โฃ Kooddii kana barreessinee bilbilla ##0000##
3โฃ Barreeffama Write IMEI jedhu fida..
4โฃ Lakk. IMEI kan feene irratti barreessina..
5โฃ Erga galchinee booda Start write IMEI kan jedhu cuqaasna..itti fufuunis bilbila keenya Reboot goona.
Bilbila hundarratti dalagauu dhiisuu danda'a; bilbila isiniif dalage irratti fayyadamaa.
๐Share and Support๐
๐ข @moateach
๐ฅ @moateachGroup
๐ค @moa_teachbot
๐Share waliif godhaa๐

โก๏ธGaafa daawwattan subscribe gochuu hin dagatinaa๐
๐ฐ Marsariitiin kun baayyinaan Hacker namoota ta'an hedduu fayyada ๐ฐ
1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr
โโโโโโโโโโโ
โ @moateach โ
โโโโโโโโโโโ
1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr
โโโโโโโโโโโ
โ @moateach โ
โโโโโโโโโโโ
Forwarded from Deleted Account
๐Chaanelii youtube subscribe baayyee argachuuf dursa chaanalii kana subscribe gochuu qabda youtuber9 isa booda yoo xinnaate nama 30 subscribe gochisiisuu qabda. โก๏ธHaaluma baayyina nama sabscribe gochisiiste irratti hundaa'uun nama 30'f 1k subscribers. Nama 60'f 2k subscribers. ๐ Akkasuma jechaa itti fufa. ๐ ENJOY IT. ๐ฃ Yaadaaf contact @moa_teachbot
โโโโ๐ฐAkkamitti bilbiloota aandirooyidii Huawei Samsung fi kkf Osoo kompiwuutera hin fayyadamin mala salphaa daqiiqaa 5 hin caalleen PATTERN ykn PASSWORD isaa ๐kutuu dandeenya๐ฒ๐ฐ
โปBarumsa qofaafโป
๐บjalqaba bilbilicha ๐power off๐godhi ykn dhagaan(baatiriin) isaa keessaa ba'uu danda'a taanaan keessaa baasii itti deebisi
๐บisa booda furtuu(hardware) ittiin cufanii fi sagalee olkaasan(yeroo baayyee bukkeerraan hojjaa bilbilichaarratti argama) walduukaa gadi qabi
๐บisa booda iskiriinii bilbilichaarratti filannoo hedduu agarta
๐บ๐factory recovery๐ kan jedhu yeroo baayyee sadaffaarratti kan argamu furtuu isa sagalee ittiin gadi qabaniin irra geeffadhu
Yoo akka tasaa irra dabartemmoo furtuu isa sagalee ol kaasaniin ol itti deebi'i
๐บisa booda furtuu isa bilbila power off godhaniin akka #ok tti si fayyaduu gadi qabi
๐บ isa booda barreeffama garagaraa ol adeemu sii fida bilbiloota biroo irratti immoo #droid keessa naannessa
๐บisa booda bilbilicha akka haaraa jalqaba bitameetti siif bana
๐คHubadhu faayilli bilbilicharra ture hundinuu ni badaa

Akkamitti telegram hack gochuu dandenyaa link gadii xuquun ilaala
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
AVG.Internet.Security.v16.13-@TLSoftwares.zip
467.7 MB
๐โ Antivirus ajaayibaa dhugaaa kan kompiwuuteraa