๐Ÿ˜ทMoa-Teach๐Ÿ˜ท
356 subscribers
5 photos
2 videos
8 files
26 links
Chaanaaliin kun chaanaalii afaan saba guddaan Teknooloojii saba guddaa kanaan barsiisuuf siniif dhaabate dha.

Yaadaa fi gaaffii qabdaniif๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @moa_teachbot ๐Ÿ‘ˆ
Download Telegram
Bagaa garaa channel kanatii dhuftanii.......chaneel kana keessaati hojjechuf qophii kenyaa xumuree jiraa....
Chaneel kana๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜kesstii wa,ee Mobile
Computer.
Hacker garaa garaa kessatii gadhiifama..kanaf. join fi subscribe nu godhaa.
Video kenyaa guyaa guyyati gadhiifama๐Ÿ˜™๐Ÿ˜™ilalaa.......


share @moateach

Yadda fi gafiidhaf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Moa_teachbot
Moa teach akkamitti SMS tolaa fayyadamna Deebin isaa kunootiโ†“

Fayyadamtoonni bilbila 'android' jalqaba 'play store' keessaa apk 'Free message' jedhu bilbila keessan irratti feetu.

Kana booda barreefama 'Welcome to Free message!' jedhu isiniif fida 'start now' jettuun.

Lakkoofsa keessan yeroo itti barreessitan kooddii isiniif erga 'Activate' gootu.
Filannoo 'New Group' fi 'New chat' isiniif dhiyeessa isin 'New chat' filattu. Kana booda lakkoofsaa fi maqaa namoota bilbila keessan keessa jiranii tarreessee isiniif fida; isinis nama sinitti toleef ergaa barbaaddan erguu dandeessu jechuudha.
Namni ergamuuf interneetii qabaates dhabes ergaan keessan inuma ga'a.

Namni ergamuuf dirqama apk kana buufachuu hin qabu; akkuma waan maallaqa keessaniin ergitaniitti namicha qaqqaba.

Dhaabbii hin qabu nama barbaaddaniif ergaa hamma barbaaddan erguu dandeessu

Nama biyya fedhe jiruuf erguu dandeessu.

Share @moateach JOIN @moateach


For Questions๐Ÿ™‹๐Ÿ™‹โ€โ™‚ @moa_teachbot
How to became a beginner programmer ?

Akkamiin programmer jalqabduu ta'uu dandeenya ?



-Programing barachuuf karaalee garagaraa ni jiru.
Fknf: Barumsa idileetin
Website garagaraarraa
Kitaabolee adda addaarraa

Barumsa idilee:-Barumsa idileetin programing barachuuf
--CS(computer sciense)
--Software Enginering
hordofuu.

Website:website garagaraarraa programing barachuun ni danda'ama.

Fkn:
1. www.codecademy.com
2. www.lynda.com
3. www.udemy.com
4. www.udacity.com
5. www.coursera.org
6. www.w3schools.com
7. www.thenewboston.org
8. www.programmr.com
9. www.codeavengers.com
10. www.codeschool.com
11. www.learnstreet.com
12. www.teamtreehouse.com
13. www.sqlzoo.net
14. www.codehs.com
15. www.teamtreehouse.com
16. www.html5rocks.com
17. www.codepen.io
18. www.sitepoint.com
19. www.tutorialspoint.com
20. www.javatpoint.com
21. www.cplusplus.com
22. www.learncpp.com
23. www.tutorialspoint.com
24. www.cprogramming.com
25. www.stackoverflow.com
26. www.learncodethehardway.org
27. www.bloc.io
28. www.howtocode.io
29. www.edx.org
30. www.instructables.com
31. www.developer.apple.com
32. www.developer.android.com
33. www.developers.google.com
34. www.developer.mozilla.org
35. www.msdn.microsoft.com

๐Ÿ‡ฏ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฎ ๐Ÿ‡ณ @moateach
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘‰Akkamitti miseensa giruuppii teelegiraamii hamma feene dabaluu dandeenya kan daangaa hin qabne Moosaajii TERMUX fayyadamuun mala haaraa 2020(new methodHow to using termux
Add any telegram
Group members )

๐ŸŽฅ Viidiyoo barbaachisaadha ilaalaa

๐Ÿค  HACK EVERYTHINGโ˜ฃ
๐Ÿ“ข @moateach
๐Ÿค– @moa_teachbot
โšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ ๐Ÿค” AKKAMITTI BILBILA TOKKORRAA GARA BILBILA BIRAATTI CHAARJII DABARSUU DANDEENYA??๐Ÿ‘๐Ÿ’ข. โ™จ๏ธ WANTOOTA BARBAACHISANโ™จ๏ธ ๐Ÿ›‘ OTG CONNECTOR. ๐Ÿ›‘ CABEL (Keebilii). ๐Ÿ›‘ Bilbiloota Andirooyidii lama ๐Ÿ’ข Tartiiba. โšœ 1โƒฃ Jalqaba bilbila isa OTG fayyadamuu danda'u fudhachuun OTG cha itti galchi. โšœ 2โƒฃ Amma immoo keebilicha gara OTG isa hafeen walquunnamsiisi. โšœ 3โƒฃ keebilicha immoo bilbila isa chaarjessuu barbaadde sanatti galchi. SHARE
@moateach
Akkam jirtu hordooftota moa teach, Har'aa botiwan babaredoo isiin qabaane dhi'anera kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


๐Ÿ‘‰Gruupi keessaan keessati utuu enyuuman kessan hin bekkamin haasa'uf isiin fayyada ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ@Anonymous_telegram_bot

๐Ÿ‘‰ barrefama gafaa itti ergitaan gift isiin jijjiraa ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @text2gifBot

๐Ÿ‘‰Lakkofsaa barbadaan yoo itti ergitan gara geez'ti isiini jijjiraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ฐ @GeezNumberBot

๐Ÿ‘‰sa'aa itti bishaan dhuguun isiin barbachisu isiiniti hima๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @WateryBot

๐Ÿ‘‰barrefaam gafa itti ergitan barreche barresee isiini debisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @TextMagicBot ๐Ÿ˜ฒ

๐Ÿ‘‰ Taphaa kubaa mila ilaluf kan isiin fayyadu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @LiveRobot

๐Ÿ‘‰afaan ingilifa bekuf kan isiin fayyaduu The Best ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @AndyRobot๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰ gafii barnoota isiin gafatee fillanoo isiinif Kena Isaa kesaa fillatuu bot kanan๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ฏ @TriviaBot

๐Ÿ‘‰ inni kunimo barrefama gafa itti ergitan gadi galagalche isiinif debisa๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ฐ @iFlipTextBot

๐Ÿ‘‰ nu qunnamuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ˜Ž @moa_teachbot


@moateach โค๏ธ
Waa'ee root

Root malidhaโ“

Faayidaa bilbila 'root' gochuu.
Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.

Fakkeenyaaf:
๐Ÿ“ถยฐHoteelonni mantagoo WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha darbii WiFi chaa ni jijjiiru; nuyi immoo cabsinee seenuuf ni yaalla garuu, sababa daangaan bilbila keenyarra jiruuf cabsuu hin dandeenyu.
ยฐApk tokko tokkos dalaguu diduu danda'u.
Kanaafuu 'root' gochuun barbaachisaadha.

๐Ÿ”ฐBilbila 'Root' gochuu jechuun maal jechuudha?

Gabaabaamatti daangaa dhaabbatni bilbila keenya oomishe nurra kaa'e ofirraa kaasuu fi hooggansa bilbila keenyaa kan dhaabbata bilbila keenya oomisherra ture gara mataa keenyaatti jijjiiruu jechuudha.
Fakkeenyaaf: apk warreen duraan nu didan akka dalagan gochuu, jecha darbii WiFi cabsuu, apk kanneen bilbila waliin bitne (system apks) balleessuu fi kkf gochuu nu dandeessisa!

โŒYoo 'Root' goone rakkoo nurra ga'uu danda'an.๐Ÿšซ

Fakkeenyaanin isin hubachiisa:
๐Ÿ‘‰ยฐBilbila tokko dhaabbata bilbilicha oomisherraa bitne haa jennu, yeroo bitnu waabdii (guarantee) ji'a 6 qabas haa jennu, nuyimmoo bilbila kana bitnee torban 2 osoo hin guutiin 'root' goona haa jennu, yeroo kana akka tasaa bilbilli kun miidhameennaan gara dhaabbata irra bitneetti waraqaa waabdii keenya waliin geessina; dhaabbatni sun gargaarsa tokkollee nuuf hin kennu. Sababni isaas nuyi aangoo dhaabbatichi bilbila keenyarratti qabu waan mulqineefidha!
ยฐDabalataanis yeroo baayyee bilbiloonni 'root' ta'an miidhaa Saayiberiif bilisadha. Kanarrattimmoo dhaabbatni bilbila kana oomishe itti gaafatamaa hin ta'u!

โœBilbila 'Root' gochuuf maaltu barbaachisa?

๐Ÿ‘‰Ofeeggannoodhaan yoo dalagne malee bilbila keenya dhabuu dandeenya. Wantoota kanaa gadii guutuu qabna.
ยฐBaatiriin bilbila 'root' gochuuf jirru sanaa %50+ ta'uu qaba.
ยฐMantagoon (network) amansiisaa ta'e jiraachuu qaba.

Kana hunda dalaguuf apk (Kingroot) jedhamu fayyadamna. Apk kana chaanaalii Teelegiraamii keenyarraa ni maxansinaa.

Yeroo 'root' gootan 'M.data' bantanii, apk kana bantu, erga bantanii gara gadiitti (START) kan jedhutu dhufa isa cuqaastu. Erga hamma 100'tti lakkaawee booda bilbila keessan ofiisaa 'reboot' godha.

Kana booda apk garaa garaa fayyadamtanii waan feetan dalaguu dandeessu!

๐Ÿง @moateach
โš ๏ธ @moa_teachbot
kingroot-5-4-0.apk
11 MB
Mossajichii kunotti busaachun itti fayyadamaa๐Ÿค–๐Ÿค– @moa_teachbot
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@moateachgroup
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Group kena keessatti gaffiwaan wa'ee teknoolojii kessati walgaffadha

Group kenyaa join gochuuf
โ†’ @moateachgroup

Yadda fi gaffi yoo qabatan
โœ” @moa_teachbot
com.appsomniacs.da2-1.apk
53.9 MB
Mini militia
Geemiin kun update kan ta'eedha!

Geemii kana akka barbadanitti jijjiru dandesuu fkn:- 1 akka hin dunee gochuu
2 rasaasi keessaan xiyyitti akka hin fixne gochuu fi kkf..
๐Ÿค– @moa_teachbot
โ€‹โ€‹๐Ÿ™ŒHar'ammoo akkaataa ittiin IMEI Number moosaajii tokko malee jijjiiran isinitti argisiisuun dhufe; na waliin turaa.

1โƒฃ Jalqaba Dialer banna..
2โƒฃ Kooddii kana barreessinee bilbilla ##0000##
3โƒฃ Barreeffama Write IMEI jedhu fida..
4โƒฃ Lakk. IMEI kan feene irratti barreessina..
5โƒฃ Erga galchinee booda Start write IMEI kan jedhu cuqaasna..itti fufuunis bilbila keenya Reboot goona.
Bilbila hundarratti dalagauu dhiisuu danda'a; bilbila isiniif dalage irratti fayyadamaa.
๐Ÿ”„Share and Support๐Ÿ”„
๐Ÿ“ข @moateach
๐Ÿ‘ฅ @moateachGroup
๐Ÿค– @moa_teachbot
๐Ÿ™Share waliif godhaa๐Ÿ™
โšก๏ธGaafa daawwattan subscribe gochuu hin dagatinaa๐Ÿ™
๐Ÿ”ฐ Marsariitiin kun baayyinaan Hacker namoota ta'an hedduu fayyada ๐Ÿ”ฐ

1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr

โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
โ–’ @moateach โ–’
โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ‘‰Chaanelii youtube subscribe baayyee argachuuf dursa chaanalii kana subscribe gochuu qabda youtuber9 isa booda yoo xinnaate nama 30 subscribe gochisiisuu qabda. โšก๏ธHaaluma baayyina nama sabscribe gochisiiste irratti hundaa'uun nama 30'f 1k subscribers. Nama 60'f 2k subscribers. ๐Ÿ‘ Akkasuma jechaa itti fufa. ๐Ÿ˜œ ENJOY IT. ๐Ÿ—ฃ Yaadaaf contact @moa_teachbot