😷Moa-Teach😷
356 subscribers
5 photos
2 videos
8 files
26 links
Chaanaaliin kun chaanaalii afaan saba guddaan Teknooloojii saba guddaa kanaan barsiisuuf siniif dhaabate dha.

Yaadaa fi gaaffii qabdaniifπŸ‘‡
πŸ‘‰ @moa_teachbot πŸ‘ˆ
Download Telegram
πŸ”° Marsariitiin kun baayyinaan Hacker namoota ta'an hedduu fayyada πŸ”°

1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr

╔═════════╗
β–’ @moateach β–’
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
Forwarded from Deleted Account
πŸ‘‰Chaanelii youtube subscribe baayyee argachuuf dursa chaanalii kana subscribe gochuu qabda youtuber9 isa booda yoo xinnaate nama 30 subscribe gochisiisuu qabda. ⚑️Haaluma baayyina nama sabscribe gochisiiste irratti hundaa'uun nama 30'f 1k subscribers. Nama 60'f 2k subscribers. πŸ‘ Akkasuma jechaa itti fufa. 😜 ENJOY IT. πŸ—£ Yaadaaf contact @moa_teachbot
β€‹β€‹β€‹β€‹πŸ”°Akkamitti bilbiloota aandirooyidii Huawei Samsung fi kkf Osoo kompiwuutera hin fayyadamin mala salphaa daqiiqaa 5 hin caalleen PATTERN ykn PASSWORD isaa πŸ”“kutuu dandeenyaπŸ˜²πŸ”°

β™»Barumsa qofaafβ™»

πŸ”Ίjalqaba bilbilicha πŸ‘‰power offπŸ‘ˆgodhi ykn dhagaan(baatiriin) isaa keessaa ba'uu danda'a taanaan keessaa baasii itti deebisi
πŸ”Ίisa booda furtuu(hardware) ittiin cufanii fi sagalee olkaasan(yeroo baayyee bukkeerraan hojjaa bilbilichaarratti argama) walduukaa gadi qabi
πŸ”Ίisa booda iskiriinii bilbilichaarratti filannoo hedduu agarta
πŸ”ΊπŸ‘‰factory recoveryπŸ‘ˆ kan jedhu yeroo baayyee sadaffaarratti kan argamu furtuu isa sagalee ittiin gadi qabaniin irra geeffadhu
Yoo akka tasaa irra dabartemmoo furtuu isa sagalee ol kaasaniin ol itti deebi'i
πŸ”Ίisa booda furtuu isa bilbila power off godhaniin akka #ok tti si fayyaduu gadi qabi
πŸ”Ί isa booda barreeffama garagaraa ol adeemu sii fida bilbiloota biroo irratti immoo #droid keessa naannessa
πŸ”Ίisa booda bilbilicha akka haaraa jalqaba bitameetti siif bana

πŸ€”Hubadhu faayilli bilbilicharra ture hundinuu ni badaa

@moateach
@moateach
Akkamitti telegram hack gochuu dandenyaa link gadii xuquun ilaala
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
SDATA(SD_expander).rar
294.2 KB
AVG.Internet.Security.v16.13-@TLSoftwares.zip
467.7 MB
πŸ‘‰βš Antivirus ajaayibaa dhugaaa kan kompiwuuteraa
Wi-MANsetup.exe
4.4 MB
πŸ’» Kompiwuytera irraa hotspot banuuf kan fayyaduudha
m3rawdriverecovery.exe
3.5 MB
🎲 FILEESHII YKN MEEMORII KAARDIIN KEENYA YOO HOJJECHUU DIDE SIRREESSUUF MOOSAAJII FILATAMAADHA
AROMA-SuperSUConfig-v1.00.zip
964 KB
πŸ‘‰ BILBILA KEENYA YOO JECHA DARBII DAGANNE UTUU FAAYILLI IRRAA HIN BADIN JECHA DARBII KUTUUF
HD DISH BOT

Hey guys akkam jirtu? Harra qophii bareedaa tokko qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Innis Chaneloota Television adda addaa Ethiopia keessa jiran. Fkn Isportii, nyaata,Oduu,amantii fi kan kana fakkaatan hedduu bot qabatee jiru kanarraa argachuu dandeessu.

ETHIOPIA TELEVISION CHANEL

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@HDDISHBOT
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Kanarraa argattu.

HD DISH BOT


✍ @mikom8
de.resolution.yf_android.apk
5.5 MB
Your Freedom VPN Client by Applied Wizardry GmbH
de.resolution.yf_android
Version: 20200807-01(2020080701)
Updated:
Size: 5.54MB

VPN kana buufadhaa mootummaan kun connection cufuu mala waan taeef yoo cufame akka step armaan gadiitti fayyadamtu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Appicha erga buufattanii suuraa kanas save godhadhaa ilaalaa hojjechuuf isin fayyada.
Hordoftoota jallatoota channel Moa-Teach hundaaf!

πŸ‘‰Akkuuma beekamu kanani duraa waa'ee teknolojii baruumsa 1 1 sinif kennaa tureera ammaa garuu video's hojeecha waan jiruuf channel youtube kenya subscribe godhaπŸ‘‡