😷Moa-Teach😷
356 subscribers
5 photos
2 videos
8 files
26 links
Chaanaaliin kun chaanaalii afaan saba guddaan Teknooloojii saba guddaa kanaan barsiisuuf siniif dhaabate dha.

Yaadaa fi gaaffii qabdaniifπŸ‘‡
πŸ‘‰ @moa_teachbot πŸ‘ˆ
Download Telegram
Waa'ee root

Root malidha❓

Faayidaa bilbila 'root' gochuu.
Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.

Fakkeenyaaf:
πŸ“ΆΒ°Hoteelonni mantagoo WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha darbii WiFi chaa ni jijjiiru; nuyi immoo cabsinee seenuuf ni yaalla garuu, sababa daangaan bilbila keenyarra jiruuf cabsuu hin dandeenyu.
Β°Apk tokko tokkos dalaguu diduu danda'u.
Kanaafuu 'root' gochuun barbaachisaadha.

πŸ”°Bilbila 'Root' gochuu jechuun maal jechuudha?

Gabaabaamatti daangaa dhaabbatni bilbila keenya oomishe nurra kaa'e ofirraa kaasuu fi hooggansa bilbila keenyaa kan dhaabbata bilbila keenya oomisherra ture gara mataa keenyaatti jijjiiruu jechuudha.
Fakkeenyaaf: apk warreen duraan nu didan akka dalagan gochuu, jecha darbii WiFi cabsuu, apk kanneen bilbila waliin bitne (system apks) balleessuu fi kkf gochuu nu dandeessisa!

❌Yoo 'Root' goone rakkoo nurra ga'uu danda'an.🚫

Fakkeenyaanin isin hubachiisa:
πŸ‘‰Β°Bilbila tokko dhaabbata bilbilicha oomisherraa bitne haa jennu, yeroo bitnu waabdii (guarantee) ji'a 6 qabas haa jennu, nuyimmoo bilbila kana bitnee torban 2 osoo hin guutiin 'root' goona haa jennu, yeroo kana akka tasaa bilbilli kun miidhameennaan gara dhaabbata irra bitneetti waraqaa waabdii keenya waliin geessina; dhaabbatni sun gargaarsa tokkollee nuuf hin kennu. Sababni isaas nuyi aangoo dhaabbatichi bilbila keenyarratti qabu waan mulqineefidha!
Β°Dabalataanis yeroo baayyee bilbiloonni 'root' ta'an miidhaa Saayiberiif bilisadha. Kanarrattimmoo dhaabbatni bilbila kana oomishe itti gaafatamaa hin ta'u!

✍Bilbila 'Root' gochuuf maaltu barbaachisa?

πŸ‘‰Ofeeggannoodhaan yoo dalagne malee bilbila keenya dhabuu dandeenya. Wantoota kanaa gadii guutuu qabna.
Β°Baatiriin bilbila 'root' gochuuf jirru sanaa %50+ ta'uu qaba.
Β°Mantagoon (network) amansiisaa ta'e jiraachuu qaba.

Kana hunda dalaguuf apk (Kingroot) jedhamu fayyadamna. Apk kana chaanaalii Teelegiraamii keenyarraa ni maxansinaa.

Yeroo 'root' gootan 'M.data' bantanii, apk kana bantu, erga bantanii gara gadiitti (START) kan jedhutu dhufa isa cuqaastu. Erga hamma 100'tti lakkaawee booda bilbila keessan ofiisaa 'reboot' godha.

Kana booda apk garaa garaa fayyadamtanii waan feetan dalaguu dandeessu!

🏧 @moateach
⚠️ @moa_teachbot
kingroot-5-4-0.apk
11 MB
Mossajichii kunotti busaachun itti fayyadamaaπŸ€–πŸ€– @moa_teachbot
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@moateachgroup
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Group kena keessatti gaffiwaan wa'ee teknoolojii kessati walgaffadha

Group kenyaa join gochuuf
β†’ @moateachgroup

Yadda fi gaffi yoo qabatan
βœ” @moa_teachbot
com.appsomniacs.da2-1.apk
53.9 MB
Mini militia
Geemiin kun update kan ta'eedha!

Geemii kana akka barbadanitti jijjiru dandesuu fkn:- 1 akka hin dunee gochuu
2 rasaasi keessaan xiyyitti akka hin fixne gochuu fi kkf..
πŸ€– @moa_teachbot
β€‹β€‹πŸ™ŒHar'ammoo akkaataa ittiin IMEI Number moosaajii tokko malee jijjiiran isinitti argisiisuun dhufe; na waliin turaa.

1⃣ Jalqaba Dialer banna..
2⃣ Kooddii kana barreessinee bilbilla ##0000##
3⃣ Barreeffama Write IMEI jedhu fida..
4⃣ Lakk. IMEI kan feene irratti barreessina..
5⃣ Erga galchinee booda Start write IMEI kan jedhu cuqaasna..itti fufuunis bilbila keenya Reboot goona.
Bilbila hundarratti dalagauu dhiisuu danda'a; bilbila isiniif dalage irratti fayyadamaa.
πŸ”„Share and SupportπŸ”„
πŸ“’ @moateach
πŸ‘₯ @moateachGroup
πŸ€– @moa_teachbot
πŸ™Share waliif godhaaπŸ™
⚑️Gaafa daawwattan subscribe gochuu hin dagatinaaπŸ™
πŸ”° Marsariitiin kun baayyinaan Hacker namoota ta'an hedduu fayyada πŸ”°

1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr

╔═════════╗
β–’ @moateach β–’
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
Forwarded from Deleted Account
πŸ‘‰Chaanelii youtube subscribe baayyee argachuuf dursa chaanalii kana subscribe gochuu qabda youtuber9 isa booda yoo xinnaate nama 30 subscribe gochisiisuu qabda. ⚑️Haaluma baayyina nama sabscribe gochisiiste irratti hundaa'uun nama 30'f 1k subscribers. Nama 60'f 2k subscribers. πŸ‘ Akkasuma jechaa itti fufa. 😜 ENJOY IT. πŸ—£ Yaadaaf contact @moa_teachbot
β€‹β€‹β€‹β€‹πŸ”°Akkamitti bilbiloota aandirooyidii Huawei Samsung fi kkf Osoo kompiwuutera hin fayyadamin mala salphaa daqiiqaa 5 hin caalleen PATTERN ykn PASSWORD isaa πŸ”“kutuu dandeenyaπŸ˜²πŸ”°

β™»Barumsa qofaafβ™»

πŸ”Ίjalqaba bilbilicha πŸ‘‰power offπŸ‘ˆgodhi ykn dhagaan(baatiriin) isaa keessaa ba'uu danda'a taanaan keessaa baasii itti deebisi
πŸ”Ίisa booda furtuu(hardware) ittiin cufanii fi sagalee olkaasan(yeroo baayyee bukkeerraan hojjaa bilbilichaarratti argama) walduukaa gadi qabi
πŸ”Ίisa booda iskiriinii bilbilichaarratti filannoo hedduu agarta
πŸ”ΊπŸ‘‰factory recoveryπŸ‘ˆ kan jedhu yeroo baayyee sadaffaarratti kan argamu furtuu isa sagalee ittiin gadi qabaniin irra geeffadhu
Yoo akka tasaa irra dabartemmoo furtuu isa sagalee ol kaasaniin ol itti deebi'i
πŸ”Ίisa booda furtuu isa bilbila power off godhaniin akka #ok tti si fayyaduu gadi qabi
πŸ”Ί isa booda barreeffama garagaraa ol adeemu sii fida bilbiloota biroo irratti immoo #droid keessa naannessa
πŸ”Ίisa booda bilbilicha akka haaraa jalqaba bitameetti siif bana

πŸ€”Hubadhu faayilli bilbilicharra ture hundinuu ni badaa

@moateach
@moateach
Akkamitti telegram hack gochuu dandenyaa link gadii xuquun ilaala
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
SDATA(SD_expander).rar
294.2 KB
AVG.Internet.Security.v16.13-@TLSoftwares.zip
467.7 MB
πŸ‘‰βš Antivirus ajaayibaa dhugaaa kan kompiwuuteraa
Wi-MANsetup.exe
4.4 MB
πŸ’» Kompiwuytera irraa hotspot banuuf kan fayyaduudha
m3rawdriverecovery.exe
3.5 MB
🎲 FILEESHII YKN MEEMORII KAARDIIN KEENYA YOO HOJJECHUU DIDE SIRREESSUUF MOOSAAJII FILATAMAADHA
AROMA-SuperSUConfig-v1.00.zip
964 KB
πŸ‘‰ BILBILA KEENYA YOO JECHA DARBII DAGANNE UTUU FAAYILLI IRRAA HIN BADIN JECHA DARBII KUTUUF
HD DISH BOT

Hey guys akkam jirtu? Harra qophii bareedaa tokko qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Innis Chaneloota Television adda addaa Ethiopia keessa jiran. Fkn Isportii, nyaata,Oduu,amantii fi kan kana fakkaatan hedduu bot qabatee jiru kanarraa argachuu dandeessu.

ETHIOPIA TELEVISION CHANEL

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@HDDISHBOT
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Kanarraa argattu.

HD DISH BOT


✍ @mikom8