Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πAkkamitti miseensa giruuppii teelegiraamii hamma feene dabaluu dandeenya kan daangaa hin qabne Moosaajii TERMUX fayyadamuun mala haaraa 2020(new methodHow to using termux
Add any telegram
Group members )
π₯ Viidiyoo barbaachisaadha ilaalaa
π€ HACK EVERYTHINGβ£
π’ @moateach
π€ @moa_teachbot
Add any telegram
Group members )
π₯ Viidiyoo barbaachisaadha ilaalaa
π€ HACK EVERYTHINGβ£
π’ @moateach
π€ @moa_teachbot
β‘οΈβ‘οΈβ‘οΈβ‘οΈβ‘οΈβ‘οΈβ‘οΈβ‘οΈ π€ AKKAMITTI BILBILA TOKKORRAA GARA BILBILA BIRAATTI CHAARJII DABARSUU DANDEENYA??ππ’. β¨οΈ WANTOOTA BARBAACHISANβ¨οΈ π OTG CONNECTOR. π CABEL (Keebilii). π Bilbiloota Andirooyidii lama π’ Tartiiba. β 1β£ Jalqaba bilbila isa OTG fayyadamuu danda'u fudhachuun OTG cha itti galchi. β 2β£ Amma immoo keebilicha gara OTG isa hafeen walquunnamsiisi. β 3β£ keebilicha immoo bilbila isa chaarjessuu barbaadde sanatti galchi. SHARE
@moateach
@moateach
Akkam jirtu hordooftota moa teach, Har'aa botiwan babaredoo isiin qabaane dhi'anera kunoππ
πGruupi keessaan keessati utuu enyuuman kessan hin bekkamin haasa'uf isiin fayyada π
π°@Anonymous_telegram_bot
π barrefama gafaa itti ergitaan gift isiin jijjiraa π
π° @text2gifBot
πLakkofsaa barbadaan yoo itti ergitan gara geez'ti isiini jijjiraa
ππ
π° @GeezNumberBot
πsa'aa itti bishaan dhuguun isiin barbachisu isiiniti himaπππ
π° @WateryBot
πbarrefaam gafa itti ergitan barreche barresee isiini debisaaππ
π° @TextMagicBot π²
π Taphaa kubaa mila ilaluf kan isiin fayyaduππ
π° @LiveRobot
πafaan ingilifa bekuf kan isiin fayyaduu The Best ππ
π° @AndyRobotππ
π gafii barnoota isiin gafatee fillanoo isiinif Kena Isaa kesaa fillatuu bot kananππ
π― @TriviaBot
π inni kunimo barrefama gafa itti ergitan gadi galagalche isiinif debisaπ
π° @iFlipTextBot
π nu qunnamufππ
π @moa_teachbot
@moateach β€οΈ

Waa'ee root
Root malidhaβ
Faayidaa bilbila 'root' gochuu.
Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.
Fakkeenyaaf:
πΆΒ°Hoteelonni mantagoo WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha darbii WiFi chaa ni jijjiiru; nuyi immoo cabsinee seenuuf ni yaalla garuu, sababa daangaan bilbila keenyarra jiruuf cabsuu hin dandeenyu.
Β°Apk tokko tokkos dalaguu diduu danda'u.
Kanaafuu 'root' gochuun barbaachisaadha.
π°Bilbila 'Root' gochuu jechuun maal jechuudha?
Gabaabaamatti daangaa dhaabbatni bilbila keenya oomishe nurra kaa'e ofirraa kaasuu fi hooggansa bilbila keenyaa kan dhaabbata bilbila keenya oomisherra ture gara mataa keenyaatti jijjiiruu jechuudha.
Fakkeenyaaf: apk warreen duraan nu didan akka dalagan gochuu, jecha darbii WiFi cabsuu, apk kanneen bilbila waliin bitne (system apks) balleessuu fi kkf gochuu nu dandeessisa!
βYoo 'Root' goone rakkoo nurra ga'uu danda'an.π«
Fakkeenyaanin isin hubachiisa:
πΒ°Bilbila tokko dhaabbata bilbilicha oomisherraa bitne haa jennu, yeroo bitnu waabdii (guarantee) ji'a 6 qabas haa jennu, nuyimmoo bilbila kana bitnee torban 2 osoo hin guutiin 'root' goona haa jennu, yeroo kana akka tasaa bilbilli kun miidhameennaan gara dhaabbata irra bitneetti waraqaa waabdii keenya waliin geessina; dhaabbatni sun gargaarsa tokkollee nuuf hin kennu. Sababni isaas nuyi aangoo dhaabbatichi bilbila keenyarratti qabu waan mulqineefidha!
Β°Dabalataanis yeroo baayyee bilbiloonni 'root' ta'an miidhaa Saayiberiif bilisadha. Kanarrattimmoo dhaabbatni bilbila kana oomishe itti gaafatamaa hin ta'u!
βBilbila 'Root' gochuuf maaltu barbaachisa?
πOfeeggannoodhaan yoo dalagne malee bilbila keenya dhabuu dandeenya. Wantoota kanaa gadii guutuu qabna.
Β°Baatiriin bilbila 'root' gochuuf jirru sanaa %50+ ta'uu qaba.
Β°Mantagoon (network) amansiisaa ta'e jiraachuu qaba.
Kana hunda dalaguuf apk (Kingroot) jedhamu fayyadamna. Apk kana chaanaalii Teelegiraamii keenyarraa ni maxansinaa.
Yeroo 'root' gootan 'M.data' bantanii, apk kana bantu, erga bantanii gara gadiitti (START) kan jedhutu dhufa isa cuqaastu. Erga hamma 100'tti lakkaawee booda bilbila keessan ofiisaa 'reboot' godha.
Kana booda apk garaa garaa fayyadamtanii waan feetan dalaguu dandeessu!
π§ @moateach
β οΈ @moa_teachbot

kingroot-5-4-0.apk
11 MB
Mossajichii kunotti busaachun itti fayyadamaaπ€π€ @moa_teachbot
ππππππ
@moateachgroup
ππππππ
Group kena keessatti gaffiwaan wa'ee teknoolojii kessati walgaffadha
Group kenyaa join gochuuf
β @moateachgroup
Yadda fi gaffi yoo qabatan
β @moa_teachbot

com.appsomniacs.da2-1.apk
53.9 MB
Mini militia
Geemiin kun update kan ta'eedha!
Geemii kana akka barbadanitti jijjiru dandesuu fkn:- 1 akka hin dunee gochuu
2 rasaasi keessaan xiyyitti akka hin fixne gochuu fi kkf..

ββπHar'ammoo akkaataa ittiin IMEI Number moosaajii tokko malee jijjiiran isinitti argisiisuun dhufe; na waliin turaa.
1β£ Jalqaba Dialer banna..
2β£ Kooddii kana barreessinee bilbilla ##0000##
3β£ Barreeffama Write IMEI jedhu fida..
4β£ Lakk. IMEI kan feene irratti barreessina..
5β£ Erga galchinee booda Start write IMEI kan jedhu cuqaasna..itti fufuunis bilbila keenya Reboot goona.
Bilbila hundarratti dalagauu dhiisuu danda'a; bilbila isiniif dalage irratti fayyadamaa.
πShare and Supportπ
π’ @moateach
π₯ @moateachGroup
π€ @moa_teachbot
πShare waliif godhaaπ

β‘οΈGaafa daawwattan subscribe gochuu hin dagatinaaπ
π° Marsariitiin kun baayyinaan Hacker namoota ta'an hedduu fayyada π°
1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr
βββββββββββ
β @moateach β
βββββββββββ
1. Censys.io
2. Shodan.io
3. Viz.Greynoise.io/table
4. Zoomeye.org
5. Fofa.so
6. Onyphe.io
7. App.binaryedge.io
8. Hunter.io
9. Wigle.net
10. Ghostproject.fr
βββββββββββ
β @moateach β
βββββββββββ
Forwarded from Deleted Account
πChaanelii youtube subscribe baayyee argachuuf dursa chaanalii kana subscribe gochuu qabda youtuber9 isa booda yoo xinnaate nama 30 subscribe gochisiisuu qabda. β‘οΈHaaluma baayyina nama sabscribe gochisiiste irratti hundaa'uun nama 30'f 1k subscribers. Nama 60'f 2k subscribers. π Akkasuma jechaa itti fufa. π ENJOY IT. π£ Yaadaaf contact @moa_teachbot
ββββπ°Akkamitti bilbiloota aandirooyidii Huawei Samsung fi kkf Osoo kompiwuutera hin fayyadamin mala salphaa daqiiqaa 5 hin caalleen PATTERN ykn PASSWORD isaa πkutuu dandeenyaπ²π°
β»Barumsa qofaafβ»
πΊjalqaba bilbilicha πpower offπgodhi ykn dhagaan(baatiriin) isaa keessaa ba'uu danda'a taanaan keessaa baasii itti deebisi
πΊisa booda furtuu(hardware) ittiin cufanii fi sagalee olkaasan(yeroo baayyee bukkeerraan hojjaa bilbilichaarratti argama) walduukaa gadi qabi
πΊisa booda iskiriinii bilbilichaarratti filannoo hedduu agarta
πΊπfactory recoveryπ kan jedhu yeroo baayyee sadaffaarratti kan argamu furtuu isa sagalee ittiin gadi qabaniin irra geeffadhu
Yoo akka tasaa irra dabartemmoo furtuu isa sagalee ol kaasaniin ol itti deebi'i
πΊisa booda furtuu isa bilbila power off godhaniin akka #ok tti si fayyaduu gadi qabi
πΊ isa booda barreeffama garagaraa ol adeemu sii fida bilbiloota biroo irratti immoo #droid keessa naannessa
πΊisa booda bilbilicha akka haaraa jalqaba bitameetti siif bana
π€Hubadhu faayilli bilbilicharra ture hundinuu ni badaa

Akkamitti telegram hack gochuu dandenyaa link gadii xuquun ilaala
ππππππππππ
https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
ππππππππππ
https://youtu.be/RlkfIrj2d-A
AVG.Internet.Security.v16.13-@TLSoftwares.zip
467.7 MB
πβ Antivirus ajaayibaa dhugaaa kan kompiwuuteraa
Wi-MANsetup.exe
4.4 MB
π» Kompiwuytera irraa hotspot banuuf kan fayyaduudha
m3rawdriverecovery.exe
3.5 MB
π² FILEESHII YKN MEEMORII KAARDIIN KEENYA YOO HOJJECHUU DIDE SIRREESSUUF MOOSAAJII FILATAMAADHA
AROMA-SuperSUConfig-v1.00.zip
964 KB
π BILBILA KEENYA YOO JECHA DARBII DAGANNE UTUU FAAYILLI IRRAA HIN BADIN JECHA DARBII KUTUUF