MIJUU SAMMUU
15.6K subscribers
1.35K photos
51 videos
306 files
1.13K links
•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Cryptonews
https://t.me/major/start?startapp=1383688538
🖤♥️🤍@Mich3853bot
💵CEO @Mich3853
Download Telegram
Mijuu Sammuu!

👉Lafa kanarraa bakki qabeenya guddaa qabu dirree boba’aa, albuuda warqee ykn daayimandii osoo hin taane...bakka awwaalchaati”
----------Myles Munroe-------------
👉Sobni osoo dhugaan kophee isaa uffachaa jiruu walakkaa addunyaa irra deemuu danda'a.
               --- Chaarlis Isparjiin-----
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Dubbisi hindhiisin;dhiisuuf hindubbisin.

👉.Maraataa maraatee marmaaruu caala maraataa utuu hin maraatin Uffata keessatti maraatee marmaaruutu danuudha.
👉.Rakkinni leensii qabu,leenjii hindhabu; rakkinni leenjii qabus,leensii hindhabu.Rakkinni leensiifi leenjii qabun leellifama.
👉Barachuun karaa Wallaalummaa ofi ittin argatanifi baratanidha.Waan beekan akka beekan beekuufi yaadachuudhas.waan wallaalaan akka wallaalaan beekuufi baruudha.
👉.Iyyi simbirroota lafa barii akka barii'uuf gahe hinqaban! Halkan dheerate jechumaaf malee,fooricuun fala fi furmaata hintahu.garuu,,yaaluufi yaadachifachuuf nita'a.
👉Badduu baasuufi bahuuf yootahe malee; bilchinaafi bilisummaaf,pilaaneetii fi pilaatoon diriraan hinjiru.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
"""""""""""""""""""""""""""""""'""""
"""""" MIJUU SAMMUU""""""
•Sababni kufaatii namaa fidu tokko qofa. Sunis namni Ofii isaa isa dhugaa irratti amantii dhabuudha.          
•Jireenya namootaa jijjiiruuf: Hatattamaan jalqabi.hojii fakkeenyummaan gaarii tahe raawwadhu.
•Jireenyi kun waan nuti hojjennu waan ta’eef jiraachuuf gatii qaba jechuu dandeenya.               
•Hojii hin xumuramne bara baraan fannifamuu akka nama dadhabsiisu hin jiru.             
•Jireenyi jiraachuun gatii qabaa? Kun hundi kalee irratti hundaa'a.          
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
Forwarded from MIJUU SAMMUU (Michuu Galaan)
Irbuu shinnigaa fi Ebla!.pdf
369.2 KB
Share 'Irbuu shinnigaa fi Ebla!.pdf'
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Join us !
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
👉Garbummaa biyyee jalaa bilisa bahuun mukaaf bilisummaa miti.
               --- Raabindranaat Taagoor
👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
1.Namni du'a durse du'e du'a hinsodatu.du'a dursi du'i
2.Namni Imala Imalu tokko galaa jireenya Isaaf tahu qopheeffachuu qaba.Galaan jireenya jireenyaafi jireenyatti sif jiraatu tokko jira.innis macaafa qulqulluudha.Qabi qabadhu imalakee imali.
3.Addunyaa kanarra namni waanjiraatuf hinqabne ; waan du'uuf hinqabu; waan du'uufis hinqabne waan jiraatuuf hinqabu.du'i jiraadhu;Jiraattus amma du'i.
4.Kufaatin  Guddaan dhala nama gaafa waan gadhee hojjete utuu hintaane ; gaafa waan gaarii hojjechuu dhaabeedha.Gaariin ilaalcha tole; Ilaalchi tole gaariidha.
5.Namni Akka warqiitti calaqqisuufi qaalii tahu barbaadu; Abiddaa seenuunkee dirqama.
6. Dirreen dhalli nama eebbaa guddaa irra argatu lafa lalisa mijaatu miti lafa onaadha.Lafti onaa burqaa eebbaati.
https://t.me/Mijuusammuu
Join godhadha! Ni argattu!
Asoosamoota Afaan Oromoo fi Walaloowwan bifa PDF tin ni argattu!
Waa’ keessa ‘waa’ jira
‘Waa’ keessaa ‘waa’ baasi ‘Waa’ keessaa ‘waa’ dhabdu
“Waa!” jedhii asaasi
Ceephoon summii jireenya fuulduraati. Of ilaaluun garuu
sirreeffama irratti isa fuuldura hiriirudha. Waan darbeef of
ceepha'uun fuuldura ofii dukkanaaf badhaasa kennuudha. Cedhedha ceephoofi funcaa rakkinaatiin gara duubaatti
harkifamuu jechuudha. Of ilaaluun garuu ammaaf jireenya;
fuulduraaf ifadha. Karaa! Kan of ilaale of arga; kan of argate
immoo of faana jiraata. Dhamdhamni jireenyaas of faana walii
galanii jiraachuu keessaa madda! Of arguun dirree waraanaatti
bahanii diina injifachuu ni caala. Sababni isaas, yeroo baay’ee nu
dhala namaatti diinni olaanaan ofuma keenya. “Akkamitti?”
jechuun hin oolu. Yaaduma sammuu keenya irraa burqutu diina
nutti ta’uu mala. “Ilaalcha” ofiif qabnu jechuudha. Eeyyeen
ilaalcha! 
Waa’ keessa 'waa' jiraaf 'waa' keessaa waa barbaade; ‘waa’ keessaa waa dhabnaan, dhumarratti
'waa' jedhee ‘waa’ keessaa ‘waa’ arge!” Eeyyeen, yoo hubatanii
ilaalan ‘waa’ keessaa ‘waa’ jira! “Gubataa marqaa hubataatu
arga.” Akkuma jedhamu, kan hubateef ‘waa’ keessaa ‘waa’ hin
dhabamu.
Madda: Rakkinni haa rakkatu( asoosama)
    ABDIISA
EJJETA (2020)
@Mijuu_sammuu
👉.Hiriyyaan dhugaan daawiti qulqulluudha(real friend is a clear mirror).

👉Walitti dhufeenyi addunya kana inni caalaa gaariin hiriyyummaadha.The best relation in the world is friendship).
👉murtoo jireenya koo keessatti godhe kamiyyuu hin gaabbu sababiin isaas filannoo ani godhu hundumaa wajjin waan haaraa baradha.

@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Nama tokko umurii isaa guutuu qurxummii nyaachisuu irraa gaaf tokko laga geessanii akka itti qurxummii qaban barsiisuu wayya jedhu". Chaayinoonni.
👉Jaalalli nama fira yoo sif tahes, fireenii dhugaa kan hincinne sif hintahu.bakka itti sirra citu fi sin citu qaba.Waaqayyoon gadiitti firri dhugaan of firoomfachuudha.fira ofiif taanan of firoomfatte firakee caala.Of firoomfadhu fira ofiif tahi.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👉Jiraachuun jirraa utuu hintaane jirraatu jiraachuudha.
👉Rakkinni rakkina caalu fira rakkinaa tahuudha.
""""" Pro.Mihiretu Shanqo


@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👉•Ani Faransaay barbaadukoo caalaa faransaayiin  na barbaaddi.
👉 •Gorsa tokko qofa siif qaba - gooftaa ta'i.               
👉•Daandiin dandeettiif banaa haa ta'u.     
"""""""""""""" Napoleon Bonaparte """"""" sayings
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
*Kufaatikee caalaa wanti akka kuftuu si taasisee#Ilaalcha ati ka'uuf hinqabneedha.
*Namoota yaada gadhee deeggaran caala
a#yaada gadhee ofirra tiksi.
*Jireenya hamma qabnu kana keessatti wanti nuti hojjenne akka waan hin hojjenneeti.
*Wanti aarsaa nama hinkaffalchifne yoo aarsaa tahu Caalaa wanti gatii qabuu hinjiru.
.Karaan kufaati hinqabne hinjiru,hinjiraatus.
*Har'a jireenyatti jiraachaa yoo hinjirree boru jireenyatti akka jiraattu ammuma akeeka jireenyaa bocadhu.
*Karoora dhabuu caalaa wanti karoora hinqabne hinjiru.Karoorri imala gochaati.
*Addunyaa kanarra namoota bifan nama fakkaatan baayyee ta'aanis,namummaan nama kan ta'aan
#muraasa.Namummaan fakkaachuun utuu hintaane nama ta'aani argamuunidha.
*Ammayyummaa ilaalcha sammuu nama dhuunfaati.Ilaalchi gaariin hundaarra ilaalcha gaariidha.
*Lafa oolmaakeeti caalaa wanti sitti dhiyoon hinjiru.Lafa oolmaakee hinfakkaatin
#Ofikee fakkaadhu of ta'i jiraadhu.
*Nama bira ta'uuf yaaluun of wallaaluu irra darbee of awwaaluudha.Ani anuma yoontahe anuman ta'a.
*Ilaalcha gaarii ofiif qabdu haala fi halaalatti ofirra hin ittisin.Ilaafi ilaamee walta'iinsa waloo yaada sammuu keenyati.
*Hariiroo
#Horizontal namoota waliin qabdu caalaa hariiroo #Vertically uumaa waliin godhattu cimsi jabeeffadhu.
*Wanti Biiftuu gaditti bifa bareeduu hundi biiftuma gadi.Yaadni keenya yaada keenyan ol haa tahu
.

Viv:-M²
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM