MIJUU SAMMUU
15.3K subscribers
837 photos
24 videos
285 files
825 links
•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
åYaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Personal_Development_training
@Mich3853bot
π.Yaadaafigaaffii @Mich3853
Download Telegram
Jechoota beekamoo 10nan daandii milkaa'ina
1.Injifachuuf keessa jiraachuu qabda.-Tony Robbins
2.Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa gara kufaatiitti gufachuudha." -Winston Churchill
3.Namoonni yeroo baayyee kaka'umsi hin turu jedhu. Kanaafidha guyyaa guyyaan akka jajjabatanif kan gorsuuf. -Zig Ziglar"
4.Abjuu kee dhugoomsuu yoo barbaadde wanti jalqaba gochuu qabdu dammaquudha.-J.M.
5.Aangoo Boruu  dhugoomsuudhaaf daangaa shakkii keenya har'aa qofa ta'a.Franklin D. Roosevelt
6.Mo'amuu hedduu nu mudachuu danda'a garuu mo'amuu hin qabnu. -Maya Angelou"
7.Jiladhu malee abdii gonkumaa hin dhiisin. -Joorji Luukaas

8.Daandiin milkaa'ina yeroo hunda ijaaramaa jira. Lily Tomlin
9."Ani nama of tolche miti. Gargaarsa baay'ee argadheera." - Stan Lee"
10.Abjuu kee yoo hin ijaarre namni biraa akka isaan kan isaanii sin ijaaran  gargaara." -Tony Gaskins"
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
1. 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐥𝐚 𝐪𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮.:-𝐇𝐞𝐧𝐫𝐲 𝐃𝐚𝐯𝐢𝐝 𝐓𝐡𝐨𝐫𝐞𝐚𝐮
____

2. 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐝𝐚𝐥𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐨𝐟𝐭𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐥𝐥𝐞.:- 𝐂𝐡𝐚𝐫𝐥𝐞𝐬 𝐃𝐚𝐫𝐰𝐢𝐧
___


3. 𝐘𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐞𝐞𝐲𝐲𝐚𝐦𝐢𝐧.
__

4. 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐪𝐧𝐢 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮. 𝐆𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐲𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐮.
__

5. 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐧; 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐛𝐧𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐞𝐞𝐱𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Wantoota 10 kan Lukkuu irraa Barachuu Dandeenyu:
   @Nan_Baradha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Utuu killee ishii irra oolmaa hin taa'in duratti killee gahaa hanqaaqxi/buusti.
⁃ KAROORA GAARII QABAACHUU/GOOD PLANNING

➋. Erga killee irra oolmaa taa'uu eegaltee, sosochii ni xiqqeessiti!
⁃ NAAMUSA/DISCIPLINE

➌. Yeroo Killee irra teessu sana kiiloo/ulfaatina ni hir'ifti. Sababni isaatiis nyaata ni xiqqeessiti.
⁃ WAREEGAMA KAFALUU FI FEDHII OFII DHIISUU

➍. Killee lukkuun biraa hanqaaqxe irra oolmaa hin teessu!
⁃ LOOGII DALAGUU DHABUU fi ARJUMMAA

➎. Guyyaa 21f obsaan eegdee killee irra teessi! Yoo killee san irraa ilmooleen uumamuu baatanis ammas deebitee killee hanqaaqxi.
⁃ AMANTII, ABDII FI JAGNUMMAA

➏. Killee ilmoo ta'uuf hin adeemne adda baaftee keessaa darbiti.
⁃ SALPHAATTI WAA HUBACHUU

➐. Killee tortore/shame dhiiftee, kunuunsa killee gara cuuciitti jijjiiramteef gooti.
⁃ OGUMMAA, DAMMAQIINSA FI QABATAMA JIRUU HORDOFUU

➑. Abbaan fedhe ilmoo ishii tuquu hin danda'u!
⁃ JAALALA EEGUMSAA FI GAGGEESSUMMAA

➒. Ilmoolee ishii hanga gurguddatanii of danda'anitti hin dhiiftu!
⁃ GORSA KENNUU/BARSIISUU

➓. Ilmaan ishii hunda walitti qabdee deemtiini!
⁃ TOKKUMMAA KAAYYOO

@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
"Yeroo qormaatni sitti cimu, kaayyoo kee duubatti deebitee yaadachuun cimtee akka keessa baatu si gargaaraa'' jedhe Dr.Busha Hiikaa
Madda:BBC

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
An empty stomach is not a good political adviser.
By : Albert Einstein
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
#Duuti Eebba dhala namaa isa hunda keessa isa angafa( guddaa)tahu danda'a!
#SO.....
#Dhandhanraas
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Akka waan boru #duututti jiraadhu;akka waan bara baraan jiraattutti baradhu( hojjedhu).
#Ma.G
#Dhandhanraas
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Namoonni baayyeen du'aafi du'aa ,du'aafijireenya jidduu jiru; Namoonni muraasni garuu jireenyaafi jireenya jidduu jiru.ati isa kam??
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Kirkirteef,du'a hin ooltuu inuma duutaa;Of yaadadhu!
#Dhandhanraas
👉Nu waliin turaa, mee biyya kana keessa turaatii saba tokkummaa sabaa irratti hundaa’e ijaaraa.” ~ Roobart Mugaabee

@Mijuu_sammuu
©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan.
1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan.
2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan.

@Mijuu_sammuu
👉Dubbisi hindhiisin; dubbisi hindhiisin.

"Mana dhugaatitti namoota akaakuu sadiitu(3)na qunname" jedhe namichi....
1.Utuu ani hin macha'iin warra macha'e.
•Machaa'uuf jedha garuu,warra machaa'an machooftota argeera.
•Machaa'uf machooftoota machaa'an argeera.
•Machiin machooftoota macheessuuf
2.Ani macha'ee warra hin macha'iin.
•Machooftuu machaa'ee warra hin machoofne arge.
•Machaa'e garuu,hin machoofne;garee machooftootaati.machooftuu machaa'a arguuf jirtu.
3.Ani macha'ee warra macha'an........
•Machaa'a machooftoota machaa'anin machaa'e.
•Machaa'eera hinmachoofne;machaa'eera machii machooftootaatin.
•Machooftuu machaa'an keessaa kan hinmachoofne
•Machaa'a machooftoota machaa'ani macheessan keessaa akka macha'eefi machaa'an arge.
•Akka machaa'e beeka garuu,hinbeeku,,beeka.kanaafuu,Sadan caala.
•Machooftuu machaa'ummaa hinqabu;machaa'ummaa machooftuu hindhabu!

Sammuun hinsoomin; sammuun samii yaadaati
.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Lammi Dajane
pro miratu shanqo.pdf
38.4 MB
Forwarded from Michuu Galaan Offical
RAKKINNI HAA RAKKATU!.pdf
574.3 KB
Forwarded from Michuu Galaan Offical
SIIFAN.pdf
792.1 KB
Forwarded from Kitaabota-books
DHUNGOO.pdf
1.2 MB