Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Forwarded from Ayyuu Tube (Deleted Account)
Backup haala kamiin qabachuu dandeenya?
Application kanaafiis nu gargaaru jiraa laata?


โœ… 'Backup' jechuun daataa ykn faayilaa garaagaraa kanneen akka document, photo, Video, audio fi kkf bilbila ykn computer keenya irraa qabnu bakka biraa......

Guutuu isaaf link gadii tuquun dubbisaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://app.stmoro.com/backup-haala-kamiin-qabachuu-dandeenyaapplication-kanaafiis-nu-gargaaru-jiraa-laata/



Hiriyyaa keessaniif Share godhaa.
Telegram keenyas join Godhaa.

https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Vacancy - Building Administration Engineer
==================
The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of Building Administration Engineer.

Interested and qualified applicants should apply through CBE career website
( https://vacancy.cbe.com.et ) from August 01 - 10, 2022.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Building_Administration_Vacancy_5f41a474e7.pdf


๐ŸŒˆTelegramii Beeksisa hojiis hordofaa

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
๐Ÿ”ฐCoopretive Bank Of Oromia

Job Position
Graduate Trainee (Facilities Management)
โ€ขDuty Station: Head office
For more information
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/coopretive-bank-oromia-new-job-vacancy-job-position/


Position :Graduate Trainee (Business)
Duty Station:Branches under Bahirdar Area Relationship office
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/coopretive-bank-of-oromia-position-graduate-trainee-business-duty-stationbranches-under-bahirdar-area-relationship-office/
Job Position
Branch Manager II

Education & Experience Requirements
First Degree in Management/ Economics/ Business Administration/ Accounting or any other related
2. Job Position
Corporate Business -Customer Relationship Manager (CRM) (Re-advertised)

Education & Experience Requirements
First Degree in Management/ Economics/ Business Administration/ Marketing Management Accounting or any related field

3. Job Position
Manager- Leadership Development Team (Re-advertised)

Education & Experience Requirements
BA degree in Human Resources/ Organizational Development/ Business Management or related field with
4. Job Position
Principal Strategy Planning & Innovation Management Officer(Re-advertised)
Education & Experience Requirements
BA degree in Management/ Business Administration/ Economics or related field of study with 6years relevant experience
5. Job Position
Principal Internal Processes & Trends IT Developer

Education & Experience Requirements
Bachelorโ€™s degree in Computer Science, /Information Technology/ Computer Engineering or related field of study with 6years of related experience
6. Job Position
Senior Knowledge Management Officer (Re-advertised)

Education & Experience Requirements
BA degree in Human Resources/ Management/ Business Management/ Business Administration or related field with 4years of related experience

7. Job Position
Senior Attorney

Education & Experience Requirements
LLB Degree in Law or other relevant Field of Study with 4years of relevant experience.
8. Job Position
District Marketing Officer

Education & Experience Requirements
BA in Management/ Business Administration/ Accounting/ Marketing or any other relevant field of study with 2years of relevant experience
9. Job Position
District IT Officer

Education & Experience Requirements
Bachelorโ€™s degree in Computer Science, /Information Technology/ Computer Engineering or related field of study with 2 years of related experience

10. Job Position
Entrepreneurship Development Officer

Education & Experience Requirements
BA degree in Management/ Business Administration/ Economics or related field of study with 2years relevant experience Having TOT Certification is advantageous

โ‡๏ธHow to apply?
Open link and can apply
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/today-23-2014-new-job-at-oromia-bank-number-of-position-10%e2%81%b9/

๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
๐ŸŒˆShare & Forward For Your Beloved Friends
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Forwarded from ONNACHIIFTUU! (Deleted Account)
โคONNACHIIFTUUโค
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
โค Ganama tokko guyyaa hojii ture, Guyyaa sana biiroon akkuma banameen hojjettoonni hojii seenuuf yaa'uu eegalan. Akkuma seenaniin garuu haala kana dura hin baratamneen barreeffamni gurguddifamee barreeffame tokko seensa biiroo lafa hojii sanaarratti barreeffamee ol maxxanfamee kaa'amee argu. Yommuu dubbisan "HOJII KEE KEESSATTI GUFUU SITTI TA'EE, NAMICHI AKKA ATI GUDDINA SADARKAA HOJII FI GUDDINA MIINDAA HIN ARGANNE GOCHAA TURE BOQOTEERA." jedha barreeffamichi.
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โ™ก Itti aansee immoo "Namichi eenyu akka ta'e ilaaluu barbaannaan kutaa kanatti koottuu ilaali".. jedhee lakkoofsa kutaa gamoo mana hojii sanaa irratti argaman keessaa tokko barreesseera.
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โ™ก Yeroo kana hojjetaan tokkoo tokkoon isaa barreeffama kana ilaalee "raajiidha" jechuu eegale. Akkuma waraqaa sana dubbisaniinis kutaa namichi gufuu guddina isaanii kun jiru dhaqanii eenyummaa isaa ilaaluuf murteessan. Dhaqeen nama hamaa kana ilaaluun qaba jedhe hunduu.
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ˜†โ˜†โ˜†โ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โ™ก Yaa'anii dhaqanii akkuma achi ga'aniin nafa nafa kofinii banaa keessaa namicha hamaa jedhame sana barbaaduu eegalan. Garuu waanti argan raajii itti ta'e. Baay'ee rifatanii jecha tokko otoo hin dubbatiin bakkuma jiranitti na'anii dhaabbatan.

โ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โ™ค Kofinii sana keessa namuu hin turre. Daawwitii/ of ilaallee (mastaawotii) qofaatu ture. Daawwitii sana keessa hundumtuu fuula ofii of arge. Yeroo kana baay'ee rifatan. Daawwitii sana gara cinaadhaan barreeffamni tokko barreeffamee mul'ata. Akkas jedha.."SIIN GUFUU KAN SITTI TA'ES, AKKA GARAA KEE AKKA HIN HOJJENNE KAN SI GODHES SUMA MATAA KEETI MALEE, NAMA BIRAA MITI. ATI JIJJIIRAMNAAN GUDDINNI KEES NI DABALA. KANAAFUU EENYUMMAA KEE DUUBATTI SI HARKISU, GUDDINA KEEF GUFUU TA'U KANA ASUMATTI DAAWWITII KANA KEESSATTI DHIISIITII EENYUMMAA KEE ISA MURATAA FI JABAA GUDDINA KEE TUMSUU FI HAWWUU QABADHUU HOJII KEETTI JABAADHU" jedha.
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
โ™ก Taateen kun ergaan isaa warra biiroo keessaa hojjetuuf qofa ta'ee natti hin mul'atu. Kaaniifis ergaa qaba jedheen abdadha; kanaafuu jabaadhaa wal jabeessaa qomoo koo. Akkuma Barreeffama olii dubbistan kaayyoo, guddina, jijjiiramaa, hojii fi jireenya keessan irratti gufuu waan ta'u ammumaa kaasee ofirraa ittisaa. Ofii keessan of murteessaa.
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
Waan dubbistaniif galatoomaa
Hiriyyoota keessaniif Share godhaa. Channel keenyas join taasisaa.

โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ˜†โ˜†โ˜†โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
JOIN & SHARE OUR TELEGRAM.
https://t.me/+W2AalumjBIA5MzZk
โ™ป๏ธMana keessan #tahaa
Yaala
#Ogeessa argadhaa

๐Ÿ’ฏIlkaan kee kunuunsuun barbaachisaa dha, yoo kana hin taane, yeroo fi maallaqa baayโ€™ee ogeessa ilkaan bira dabarsuu dandeessa.

Linkii banuun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/ilkaan-keenya-haala-salphaadhaan-utuu-baasii-hin-baasin-akkataa-eeggachuu-dandeenyu-mala-salphaa/


๐ŸŒˆTelegram join gochuun
#Beeksisa hojii wayitawaafi kanneen biroos argadhaa
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
๐Ÿ”ฐแ‹จแŠ แˆ›แˆซ แ‰ฃแŠ•แŠญ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‰ แ‰ต แ‰€แŠ• July 29/2022

แ‰  16 แŠญแแ‰ต แ‰ฆแ‰ณแ‹Žแ‰ฝ

โ‡๏ธOnlie Registration

แ‰ แ‰€แˆ‹แˆ‰ แ‰ แŠฆแŠ•แˆ‹แ‹ญแŠ• แˆแŒฅแŠ“แ‰ฝแˆ แŠ แˆ˜แˆแŠญแ‰ฑแข แ‰ แŠ แŠซแˆ แˆ›แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แŠ แ‹ญแ‰ปแˆแˆแข

For more information about vacancy and other detail information, please use the following link:
แ‹แˆญแ‹แˆญ แˆ˜แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘
Click here๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/july-29-amhara-bank-new-job-vacancy-number-of-position-16-deadline-august-2-2022/

๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ๐Ÿญ

๐Ÿ”ฐแ‹จแŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‰ แ‰ต แ‰€แŠ• july 29/2022

แŠจ 11 แŠญแแ‰ต แ‰ฆแ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แŒ‹แˆญ

แ‹จแˆ›แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆต แ‹จแˆ›แˆ˜แˆแŠจแ‰ป แ‹ฐแ‰ฅแ‹ณแ‰คแฃ แˆฒแ‰ช แŠฅแŠ“ แ‹ฐแŒ‹แŠ แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆ›แˆตแˆจแŒƒ แ‰…แŒ‚ แŠฆแˆญแŒ…แŠ“แˆ‰แŠ• แ‰ แˆ˜แ‹ซแ‹ แ‰ฆแˆŒ แŠ แแˆชแŠซ แŒŽแ‹ณแŠ“ แ‰ แˆšแŒˆแŠ˜แ‹ แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ แˆ…แŠ•แƒ แ‰ แˆšแŒˆแŠ˜แ‹ แ‹จแˆฐแ‹ แŠƒแ‹ญแˆ แŠฆแ•แˆฌแˆฝแŠ• แ‹ณแ‹ญแˆฌแŠญแ‰ถแˆฌแ‰ต

For more information about vacancy and other detail information, please use the following link:
แ‹แˆญแ‹แˆญ แˆ˜แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ˜แˆ˜แˆแŠจแ‰ต แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘
Click here๐Ÿ‘‡
โ‡๏ธHow to apply?
Open link and can apply
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/today-23-2014-new-job-at-oromia-bank-number-of-position-10%e2%81%b9/

๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

๐Ÿ”ฐToday July 31 New Vacancy Awash Bank For fresh graduates & Exp

แˆฐแˆˆ แˆฐแˆซแ‹ แˆ™แˆ‰ แˆ˜แˆจแŒƒ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒ แ‰€แˆ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/awash-bank-new-job-vacancy-no-of-position-6-post-date-july-31-2022/

๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Irra caalaan keenya waa'ee CPU kompitara keenyaa beekumsa xiqqaa qabna.
Fakkeenyaaf, gosoota CPU Core i3, Core i5 fi Core i7 yeroo ilaallu lakkoofsa isaan irra jiran qofa irratti hundaaโ€™uun wal bira qabnee ilaalla. Garuu har'a booda maqaa sirrii ta'een gamaaggamna.

โ– Maqaawwan CPU kompiitara keenyaa irratti arginu qubee irratti barreeffame qaba. Maaliif taa'an? Kanaafuu qubeewwan sun aduu keessatti barreeffamanii jiruu?
Qubeewwan kun achi qofa osoo hin taane, hiika mataa isaanii qabu.

๐Ÿ–ฑMaqaan CPU kompitara keenyaa qubeewwan kana yoo of keessaa qabaate:

"K" - Unlocked: Unlocked CPU Kun salphaatti CPU Overclocked jechuudha.
Fakkeenyaaf Core i7-6700k fi Core i7-5820k dhuma lakkoofsa moodeela irratti waan overclock ta'aniif unlock ta'u. Kana jechuun Unloc Processors saffisa warshaa core caalaa saffisaan overclock gochuun ni danda'ama. Proosesaroonni cufaman overclock ta'uu hin danda'an.
Kanaafuu, gosootni CPU qubee "K" isaan irratti hin qabne carraan overclock ta'uu isaanii guddaadha.

Fakkeenyaaf: Intelยฎ CoreTM i5-8600K jedhamuun beekama

"H" โ€“ High Performance Graphics: - CPUn kun taphoota kompiitaraa (Gaming) fi adeemsa suuraa fi viidiyoodhaaf kan filataman yoo taโ€™u, i.e. CPU humna baayโ€™ee fayyadamanii fi dandeettii fooyyaโ€™aa qaban dha.

โ€œQโ€ โ€“ Quad Core:- Quad Core ykn CPU kan hojii tokko qaama afuritti qoodu.

๐Ÿ–ฑHaaluma kanaan gosoota CPU qaala'oo fi gaarii ta'an keessaa isa qubee "HQ" jedhu qabudha.

Fakkeenyaaf: Intelยฎ CoreTM i7-7700HQ jedhamuun beekama

"M" - Mobile CPU:- Kompitara socho'aa irratti kan argannu yoo ta'u humna xiqqaa fayyadamee salphaatti qabbanaa'a. Dandeettii haala hirribaas qaba.

"Y" - Humna garmalee gadi aanaa

"U" - Humna ultra gadi aanaa

Garaagarummaan jiru lamaan isaanii CPU humna qusatan ykn dandeettii xiqqaa qaban agarsiisu.

Fakkeenyaaf: Intelยฎ CoreTM i5-7200U jedhamuun beekama
Forwarded from Health info & vacancy news (HIVN) (michu Bright)
โœ…Today New Job Vacancy

๐Ÿ”ฐแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แ‹จแˆฅแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‹Žแ‰ฝ
แ‰ แ‹šแˆ… แˆŠแŠ•แŠญ แ‹Œแ‰ฅแˆณแ‹ญแ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแ‰ต๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ฐ
https://egeree.com/consultant-information-technology-at-save-the-children-new-job-vacancy/


๐Ÿ”ฐ
https://egeree.com/intern-finance-at-management-sciences-for-health-msh-new-job-vacancy/

แˆฐแˆˆ แˆฐแˆซแ‹ แˆ™แˆ‰ แˆ˜แˆจแŒƒ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Apply Online:-

แ‰ แ‹šแˆ… แˆŠแŠ•แŠญ แ‹Œแ‰ฅแˆณแ‹ญแ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแ‰ต๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ฐ
https://egeree.com/lifewater-international-new-job-vacancy-2022/

แ‰ แ‹šแˆ… แˆŠแŠ•แŠญ แ‹Œแ‰ฅแˆณแ‹ญแ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแ‰ต๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”ฐ
https://egeree.com/today-august-1_2022-abyssinia-bank-new-job-vacancy/

๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Abay Bank New job Vacancy
https://egeree.com/abay-bank-new-job-vacancy-post-date-august-1-2022/


๐ŸŒˆOur Telegram
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Forwarded from michu Bright
โ‡๏ธAkkaawuntii Fias 777 namoota hedduu gowwomse addaan citee qorannoon gaggeeffamaa jira

โ‡๏ธBaqataan Afrikaa gidduugala Italiitti guyyaa walakkaa haleelamee ajjeefamuun dheekkamsa kaaseera.

โ‡๏ธAjjeechaa miseensota maatii ofii irratti garee Awel Arbaa gammoojjii Affaar dararaa jiruun raawwatame ifa ta'eera.

โ‡๏ธShaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20 gadii har'a irraa eegalee Kolombiyaatti gaggeeffama

โœ…Guutummaa
#Oduu 4nu kana dubbisuuf/Odeeffachuuf #liinkii cuqaasun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Oduu24
https://t.me/Oduu24
โ‡๏ธNew Job at Gasuna #Coffee

Click the link below for details
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/new-job-vacancy-at-gashuna-coffee-2022/

๐ŸŒˆShare & Forward For Your Beloved Freinds
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0