๐๐ฌ๐ฌ๐ข ๐ช๐ต๐ต๐ช xumurte ๐ฒ๐ฐ๐ง๐ข ๐ฐ๐ด๐ฐ๐ฐ ๐ฉ๐ช๐ฏ ๐ตa๐ข๐ฏ๐ฆ ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ข ๐ช๐ต๐ต๐ช eegaltes ๐บ๐ข๐ข๐ฅ๐ข๐ฅ๐ฉ๐ถ.
Liinkii Cuqaasuun Appi Mobile Kessaniif mijata yoo feetan buufadhaa
๐CV international ta'e Appi mobile irratti #Install godhachuudhaan
liinkiin Isin ittin argattan kunoo
๐โ ๐โ ๐โ ๐โ ๐โ
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐๐
https://t.me/michujobs

#Beeksisa #qacarrii
โDhaabbata: Mana murtii Waliigalaa Oromiyaa
โBaay'ina: hojjeetoota 99
โBakki hojii: Anaalee Naannoo Oromiyaa hundatti.
โGita hojii: Gargaaraa Abbaa seeraa.
โMiindaa: 7408
โGalmeen: 22/12/2015 hanga 26/12/2015
โBakki galmee:Manneen murtii O'laanaa godinaeetti.
๐Ogeessonni ulaagaa guuttan beeksisa dorgommii armaan gadii dubbifachuun akka dorgomtan.
Ijoolleen Baay'een beeksisni ati maxxansitu kan business fi economics qofa jettanii komattaniif, kunoo carraa kana fayyadamaa.
#File Mobile Kessan irratti #Duplicate ta'ee iddoo mobile Kessanii qabatee jiru balleesuf #appi Install godhaa liinkii asii gadii banuun #Remove duplicate file and Install app

Site Keenya Seenuun bakka Agarsiifamaa jiru irraa Waan heedduu argattu
โ Catagory : Mobile App๐
๐ yoo Seentan Wantoota Mobile Keessaniif Mijatoof Isin barbaachisu heedduu ni argattu liinkii Asii gaditti argamu banuun Mobile of harkaa qabdaniin Waan feetan gargaramaa
Liinkii asii gadii
๐๐๐๐๐๐
http://bit.ly/445EiyL
http://bit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
โ Catagory : Mobile App๐
๐ yoo Seentan Wantoota Mobile Keessaniif Mijatoof Isin barbaachisu heedduu ni argattu liinkii Asii gaditti argamu banuun Mobile of harkaa qabdaniin Waan feetan gargaramaa
Liinkii asii gadii
๐๐๐๐๐๐
http://bit.ly/445EiyL
http://bit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Data Eye saver app
Data Fayadamtan kan Isiniif qusatuuf to'atuudha appichi
๐๐liinkii Cuqaasun
https://egeree.com/dataeye-is-the-best-way-to-save-and-manage-your-data-battery/
Study for student planner App
Sagantaa dubbisaa Appi isiniif qindeessu namoota barataniif
๐๐Liinkii Banuun
https://egeree.com/timmer-and-planner-for-studies/
Virus Remover app for Mobile Install Open link
๐๐
https://egeree.com/virus-remover-fast-secure-mobile-security-antivirus/
South africa jobs Only app
Online Work & find jobs Capetown & Pretoria
๐๐
https://egeree.com/find-online-jobs-in-south-africa-jobs-in-durban-cape-town-and-pretoria/

Dhimmi kaโumsa miinda hojjettootaa (minimum wage) akka qoratamu Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangawoota mootummaaf kallattii kaaโan.
Roobii darbe (Hagayya 30, 2023) Ministirri Muummee Abiy Ahimed bakka buutota hojjettoota Itophiyaa waliin yeroo wal arganii mari'achuu Pirezidantiin Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa Obbo Kaasahuun Foolloo BBCโtti himaniiru.
Qaala'iinsa jireenyaa biyyattii keessatti hammaateen hojjetaan mindaa argatee jiraatu daran miidhamaa jiraachuu fi dhimmoota rakkoo kana furuu danda'anirratti xiyyeeffachuun Ministira muummee Abiy waliin akka dubbatan himan Obbo Kaasahuun.
''Gibirri miindaa hojjetaarraa muramu akka gadi xiqqaatu fi miindaan ka'umsaa (minimum wage) akka biyyaalessaatti akka jiraatu kan jedhurratti mari'anneerra,'' jedhan.
Mindaan ka'umsaa akka jiraatu kanaan dura labsiin ba'uu kan ibsan Obbo Kaasahuun, ''akka labsii kanaatti boordiin dhaabbateetu kana murteessa. Boordiin kun ammoo labsii manni maree ministeerotaa baasuun dhaabbata. Kunis hanga yoonaa hin dhaabbatin jira,'' jechuun hanqina jiru ibsan.
''Boordiin kun dhaabbatee gara hojiitti akka seenuu fi qorannoorratti hundaa'ee miindaan ka'umsaa akka murtaa'u, kallattiin akka kaa'amu dhiheessine.''
Gareen hojjetaa, hojjechiisaa fi mootummaa irraa ijaaramuun walitti dhufee dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa irratti yeroo yeroon maria'atu- Advisory Board jedhamu waggaa lamaaf addaan citeeti kan ture jedhan Obbo Kaasahuun.
''Gareen rakkoo hojjetaa ilaalee mariin sirreessu kun akkanni itti fufu mari'anneerra.''
Gaaffilee fi yaadota isaan dhiheessan Ministirri muummee Abiy deebii abdachiisaa ta'e kennuufii dubbatan qondaalli konfedereeshinii waldaalee hojjettootaa kun.
Gibirri hojjetaarraa citu akka hir'atuu fi ka'umsi miindaa akka murtaa'u gaaffii dhiheessan irratti Ministirri Muummee kallattii kaa'uus himan Obbo Kaasahuun.
Rakkoo qaala'iinsa jireenyaa hojjettoota mindeeffamanii jiraatan mudatu gaafachaa turuu kan dubbatan Obbo Kaasahuun, ''haala kanaan carraa Ministira muummee fi ministiroota kaan waliin mari'achuu argachuun rakkoon kun furmaata akka argatu abdii namatti hora,'' jedhan.

Jaarmiyaan Obbo Kaasahuunfaa guyyaa dafqaan bultootaa addunyaa akka biyyaatti kabajamu irratti miseensota isaanii waliin ba'uun gaaffilee rakkoo hojjettootaan walqabatan gaafachuuf karoorfatanii sirnicha dhorkamee akka ture BBCtti himanii turan.
Yeroo sana gaaffii isaanii qabatanii qaama dhimmi ilaallatutti deemuun akka gaafatanis ibsanii turan.
Haaluma kanaan gaaffilee kunneen Ministira Muummee Abiyyiif wayita dhiheessan gaaffichi sirrii ta'uu fi irratti hojjetaa jiraachuu akka itti himan kaasan Obbo Kaasahuun.
''Achuma walga'ii sanarratti dhimmi kun akka irratti hojjetamu qondaaltota mootummaaf hoji-manee kennaa turan. Ka'umsi miindaas, dhimmi gibiraas ammoo qorannoo barbaachisa, waltajjiima tokkorratti kan deebii argatu miti. Garuu deebii abdii namaaf kennu nuuf deebisan.''
Obbo Kaasahuun akka jedhanitti ka'umsi miindaa sirrachuu qaba yeroo jedhamu, miindaan argamu haala qabatamaa biyyattii keessa jiruun jiraachisuu danda'aa? kan jedhuudha.
''Haalli gabaa jiru qoratamee isarratti hundaa'uun mindaan kana waliin deemuu danda'u ka'umsi isaa hanga kana jedhamee taa'a.''
Haalli gabaa ilaalamee mindaan sana madaalu yoo murtaa'e hojjechiisaan (kubbaaniyyaan) kamuu sanaa gaditti hin qacaru, ka'umsa mindaa murtaa'ee fi sanaa oliin qacara jedhan.
''Kana murteessuu jechuun hojjetaaf carraa guddaadha.''
Konfedereeshiniin waldaalee hojjettoota Itoophiyaa waldaalee 2300 kan of keessaa qabu yoo ta'u miseensota miiliyoona 1 ol qaba jedhan Obbo Kaasahuun.
Konfedereeshiniin kun kanaan dura Guyyaa Hojjetoota Addunyaa (May Day) Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti kabajuudhaaf sagantaan qabatee ture dhorkamuu isaatiin haqamuu beeksisee ture.
Konfedereeshinichi miindaan akka dabalamu, ka'umsi miindaa hojjetootaa isa gadi aanaa akka foyyaa'uufi murtaa'u guyyaa kanarratti gaafachuuf karoorfatee ture.
Gaaffilee kunneen amma ministira muummee Abiyyiif dhiyeessuu fi kallattii qabsiisuu ibseera jaarmiyaan kun.

Mobile Kiyya Storage isaa guute jechuun hafeera app qofaa buufachuun gargaaramaa
Application Addaa Kan Storage Bilbila Keenyaa Nuuf Guddisuu Danda'u Hojjatamee Hojii Irra Oolee Jira.
Namoota Miiliyoonotaan lakkaaโamantu addunyaa kana irraa itti fayyadamaa jiru.
1TB storage Bilasaan Install godhaa
๐๐
https://egeree.com/bilisaan-1tb-storage-cloud-application-install-godhaa/

โ
Carraawwan daldalaa 10
kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโaa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
๐๐
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa

๐จkanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne barbaadaniif Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโaa argamsiisu jalqabuuf abdataniif gargaaraa taโuu dandaโan Bizineesiin kun
Itti gargaaramaa
1.โ Tajaajila/Mana Barumsaa Kunuunsa Daaโimmanii Tajaajilli Kunuunsa Daaโimmanii, ykn akkuma tajaajila kunuunsa guyyaa jedhamuunis beekamutti, yeroo tokkotti daaโimman hedduu toโachuu fi kunuunsuudha. Umriin isaanii daa'ima torban 6 irraa kaasee hanga daa'ima gara waggaa 13tti argama. Qulqullinni giddugala kunuunsa daaโimmanii Itoophiyaa keessatti argamu guddina waliigalaa daaโimaa irratti dhiibbaa guddaa ni qabaata; kanaaf, kaayyoon ergama mana barumsichaa ifa taโe maxxanfamee agarsiifamuu qaba.
2.โ Cilee Hojjechuu Ijaarsi manneen, waajjiraalee, mall, gamoo mootummaa fi kkf Itoophiyaa keessatti dhohinsa dhugaa argee jira. Garuu eebba damee ijaarsaa keessatti argamu kun dhaabbilee gurguddoo qabeenya maallaqaa guddaa qaban caalaa balโaadha. Daldaltoonni xixiqqaa hanga giddu galeessaas guddina ijaarsaa Itoophiyaa keessatti mulโachaa jiru irraa qooda fudhachuu fi buโaa baayโee gaarii argachuu dandaโu.
3.โ Gurgurtaa fi Tajaajila Paanaalii Aduu Gatiin Paanaalii Aduu sadarkaa gadi aanaa irra kan jiru yoo taโu, guddina ariifataa teeknooloojii kuusaa baatirii waliin walqabatee, moodeela daldalaa buโaa guddaa argamsiisu Itoophiyaaf mijaaโina qabdu. Namni dhuunfaa kamiyyuu amma haala kana fayyadamee akkaataa istaandaardii haaraa kanaan paanaalii aduu galchuu dandaโa.
4.โ Tajaajila Qulqullinaa Tajaajila Qulqullinaa ykn Tajaajilli Kontiraaktii Qulqullinaa Itoophiyaa keessatti fedhiin isaa dabalaa dhufeera. Keessumaa Addis Ababa keessatti waajjiraalee hedduu ta'uu irraa kan ka'edha. Lakkoofsi N.G.O., dhaabbilee idil-addunyaa, fi daldala biyya keessaa dabaluu isaatiin barbaachisummaan dhaabbilee tajaajila qulqullinaa dabalaa dhufeera.
5.โ Buna bilcheessuun Waa'een buna yoo ilaalle Itoophiyaan baqalaa Arabaa jedhamuun beekamti. Baqalaa kun lafa olkaโaa keessatti kan biqilu yoo taโu, qilleensi qabbanaaโaa fi oomisha bunaatiif mijataa dha.
6.โ Uffata Hodhuu fi Uffata Hojjechuu Kunneen daldala Itiyoophiyaa keessatti dagaagaa jirudha. Kanaaf sababoonni hedduun, gita giddu galeessaa uffata mimmiidhagoo barbaadu guddachaa dhufuu fi daldaltoonni gurguddoon tokko tokko qofti uffata qophaaโe gurguraa jiraachuu isaanii dabalatee.
7.โ Oomisha Meeshaalee Gogaa Industiriin gogaa Itiyoophiyaa industirii biyyattii keessatti dullooman keessaa tokko yoo taโu, milkaaโina al-ergii bara dheeraa qaba.
8.โ Qopheessuu fi Paakeejii Nyaataa Itiyoophiyaan damee qonnaa balโaa waan qabduuf, qopheessuu fi paakeejii nyaataa qaama diinagdee barbaachisaa taasiseera.
9.โ Tajaajila Supha Biskileetii Daldala xixiqqaa hedduu Itoophiyaa keessatti dagaagaa jiran keessaa isa tokkodha. Tajaajilli suphaa biskileetii biyyattii keessatti lakkoofsi namoota biskileetii oofan baayโee taโuu fi geejjibni ummataa amanamaa taโe dhabuu irraa kan kaโe taโuu hin oolu.

Forwarded from Egeree Post
โ
Carraawwan daldalaa 10
kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโaa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
๐๐
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
kanneen deeggarsa maallaqaa Xiqqaa qabaniif ykn kanneen qusannoo hin daangeffamne argachuu qabaniifi Itoophiyaa keessatti daldala hiika qabuu fi buโaa argamsiisu jalqabuuf abdataniif kan gargaaru
๐๐
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Forwarded from Egeree Post
๐ฏFile akka Suura ; Muziqaa ;Vidiyoo ; Audio Duplicate ta'e/lamaaf isaa ol ta'e altokko Click gochuun appi remove isiniif godhu/ballessu buufadhaa.
โ Duplicate file remover app bakka jedhu tuquuun install godhaa
๐๐
is.gd/XKZX7S
โ Appi Daandii Qilleensaa Ethiopia Kan Beeksisa namoota haala haaraan qacaraa jiru mana kessan ta'uudhaan Mobile Of harkaa qabdan qofaan dorgomuuf liinkii asii gadii banaati bakka ๐๐
Ethiopian Airlines Vacancy Application
jedhu banuun buufadha liinkiin kunooti Carraa Qacarrii Guyya guyyaan bahuus hordofaa ammallee Sadarkaa levelii irraa kaasee hanga Namoota muuxannoo qabaniitti Qacarriin itti fufeera
๐๐
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
โ Duplicate file remover app bakka jedhu tuquuun install godhaa
๐๐
is.gd/XKZX7S
โ Appi Daandii Qilleensaa Ethiopia Kan Beeksisa namoota haala haaraan qacaraa jiru mana kessan ta'uudhaan Mobile Of harkaa qabdan qofaan dorgomuuf liinkii asii gadii banaati bakka ๐๐
Ethiopian Airlines Vacancy Application
jedhu banuun buufadha liinkiin kunooti Carraa Qacarrii Guyya guyyaan bahuus hordofaa ammallee Sadarkaa levelii irraa kaasee hanga Namoota muuxannoo qabaniitti Qacarriin itti fufeera
๐๐
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐๐
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
โ
Verified
Close the Screen App and Secretly Record Video/Audio without anyone knowing
๐๐
http://bit.ly/45NNetI
http://bit.ly/45NNetI
โ แแตแฅแซแ แแจแป แชแฒแฎ/แตแแฝ แแฐแแ แชแซแ แแแแจแต แฅแแ แ แ แซแตแญแ
๐๐
http://bit.ly/45NnetI