Egeree Post
8.34K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Maddi Rakkinaa Inni Guddaa fi Hangafaa kan Uumamu, Namoota Sirrii Iddoo Dogoggoraa Taa'aniini dha. |
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
༄ Namoota abjuu nama biraa keessa jiraatan yookiin jiraachuun ofii isaanii dadhabsiisan. Rakkinni rakkoo tahee umurii akka dheeratu kan taasisu isaan ofii isaanii ilaalcha nama biraan of bocani dha. Ofii isaanii dhiisuu nama biraa ta'anii namoota ofii isaanii dibamaniin dha.

༄ Namni ati mootii taata, ati doktora taata fi kkf jedhamani yeroo tahetti waan jedhaman sana tahuuf ni yaalu. Kallattii kamiinis tahu wanta jedhaman sana tahanii ni argamu. Namoonni akka kanaa madda rakkinaa ijoo tahuun ni beekamu.

༄ Abjuu nama biraa fiixaan baasuuf jireenya isaanii boqonnaa malee jiraatu. Gaaffii keessi isaanii isaan gaafatu deebisuu irra wanta namni biraa isaanii hawwe sana keessatti ofii isaanii ilaalanii kallattii namni biraa boceef irra ofii isaanii deemsisuu filatu. Galma ofii dhiisanii galma namaa irra deemu. Galma nama biraa galmaan gahuuf yaadu.

༄ Yeroo kanatti madda rakkinaa tahuun argamu. Ofii isaanii madda rakkinaa tahuu hubachuu hin dandahamu maalifii abjuu nama biraa keessa waan ofii isaanii dhoksaniif dhokatanii jiraachuu filatu.

༄ Abjuu nama biraa keessa ofii kee keessee adunyaa tana balleessuu, faaluu, rakkisuu irra abjuu dhabuu wayya. Maaliif? Waan hin qabne waan beektuf waan qabaachuu qabdu sana immoo guyyaa tokko qabaachuuf barbaaduu ni eegalta. Haala kanaan ofii keenyas dhabnee, dhalootaa dhabaa deebna. Nama falaa tahuu irra adunyaa faalaa jiraanna. .

༄ Abjuu kee haatii fi abbeen kee siif hin beekani. Mul'ati kee eenyummaa bira hin jiru. Abjuun hin dhaalamu. Abjuun hin hatamu. Abjuun yaada wanta hin qaqqabamne gara wanta qaqqabamuutti jijjiiru dha.

༄ Abjuun beeluun fi dheeboo keessaa kan nama baasu dha. Abjuun dhalootaaf faloo ta'uu, rakkina ija furmaataan ilaalu tti karaa nu baasu nu agarsiisa.

༄ Abjuun kee eenyummaa kee ti. Eenyummaa kee sirrii keessa jiraa dhu. Eenymaan kee sirriin dhalootaaf fala siif abjuu dha.

Abdii kutuun Diina milkaa’inaati

"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."
  • Maalifan milkaa'uu dhabee?
  • Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?
  • Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti, nama irrattii fi Waaqayyo irratti hin kaasin!

⩩ Wantoonni jireenya dhala namaa jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'iin kan hafan abdii kutannaa dhala namaa irraa kan ka'edha. Namni mo'u abdii hin kutatu, namni abdii kutatu immoo hin mo'u....!
Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa

Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
👇👇👇👇👇
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇
https://t.me/michujobs

#Oduu Gammachuu
Baankiin Hojii Gamtaa liqaa qarshii 5000-150000 liqeessaa turuunsaa beekamadha amma garuu Waraqaa Eenyummaa qofaan qarshii hanga ittiin hojjechuu dandeessan liqeeffachui akka dandeessaniif Systema michu appi Sirreessaa jira kanaaf dhuguma namni hojii hin qabne Baankii sani deemee Odeeffannoo gaha argatuun dhaamsa keenya Coopbank naannoo keessan jiru deemaati Odeeffannoo argadha
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Egeree Post pinned a photo
Jaarmiyaan Kubbaa Miila Addunya hoogganu, Fifa'n pireezidantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ispeen Luwiis Rubiyaalees, kan Waancaa Addunyaa dubartootaarratti taphattuu biyya isaa hidhiirra dhungate irratti qorannoo eegale.
Pireezidantichi sirna badhaasaa Waancaa addunyaa irratti taphattuu Ispeen Jeenii Hermoosoo hidhiirra dhungachuun isaa tarkaanfii amala badaa irratti fudhachiisaa kan jedhu Fifa'n qorachuu eegaleera.
Pireezidantichi sirna badhaasaarratti Hermoosoo dhungachuun dura ammoo Ispeen Ingilaandiin mo'achuu mirkaneessuuf taphachiistuun wayita fiishkaa isa xumuraa afuuftu naannoo qama saalaa isaanii qabachuun gammachuu ibsatan.
Aanga'aan kun gocha sirna badhaasaarratti godhaniif dhiifama gaafatanii kan ture ta'us, Ministira Muummee biyyattii dablatee qaamolee adda addaarraa dhiifama gafachuun gaha miti jechuun dhiibbaa irratti gochaa turan.
Qondaalli kun tarkaanfii disippiliinii irratti fudhatamuuf qorannoo eegalameen cinaatti aangoo isaanii gadhiisuuf murteessuu gabaasaaleen Ispeenii bahan ni mul'isu.
Luwiis Rubiyaalees Jimaata har'aa aangoo gadhiisuu isaanii ni beeksisu jedhamee eegama. Murtee isaanii kanas waahillan isaaniitti himaniiru jedhame.
''Rubiyaalees guyyaa boruu aangoo gadhiisa. Deeggarsa taphattootaa, mootummaa, Fifa fi dhaabbilee biroo bajata fedeeshinichaarratti hirkatanii dhabeera'' jechuun xiinxalaan kubbaa miilaa Ispeen Giiyeem Balaaguu Kamisa darbe X gubbaatti maxxanseera.
''Wanti itti aanu namni Ispeen jiru kamuu wanta ta'ee fi maaliif akka ta'e xiinxaluudha'' jedhe.
Fifa'n qorannoo eegaleen gochaan Rubiyaalees labsii disippiliinii Fifa keewwata 13 waan cabsu qabaafi hin qabuu adda baasa.
Fifa'n ibsa baaseen ''kabaja dhuunfaa namootaa kabachiisuu irratti ejjennoo hin raafamneefi murannoo qaba, amala faallaa kanaa ta'e kamuu cimsee balaaleffata'' jedhe.
Akka labsii disippiliinii dhaabbatichaatti, qondaaltotni qajeeltoo feer pileey fi amanamummaa kabajuu qabu.
Arrabsoon, mallattoo arrabsoo agarsiisuun akkasumas haala maqaa Fifa balleessuun sochii gochuun nama kamuu ni adabsiisa jedha labsichi.
Rubiyaalees taphni Ispeeniifi Ingilaand wayita xumuramu bakka VIP'tti giiftii Ispeen Letiziyaa fi intala ishee ganna 16 cinaa ture.
Booda waltajjiitti bahee wayita meedaaliyaa badhaasu ammoo Hermoosoo hidhiirra dhungate.
Qondaalli kun Wiixata darbe gocha isaa kanaaf dhiifama gaafatee ture. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saanches garuu kun gahaa mitii jedhan. Ministirri Muummee Itti aantuun lammaffaa Yolaandaa Diyaaz ammoo kanneen qondaalli kun aangoo akka gadhiisu dhiibbaa godhan keessaati.
Waldaan taphattuu kanaaf dhaabatu Futpro gochaan kun osoo hin adabamiin bira darbamuu hin qabu yoo jedhu taphattuun dhungatamte ''waldaan kun fedha koof dhaabata'' jetteetti.
Taphattuun kun jalqaba Insitaagiraam gubbaatti wanta pireezidantichi raawwatan akka hin jaalanne ibsitus, boodarra ibsa maqaa isheen baheen, ejjennoo isaaf muggutuu agarsiifeetti.
Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ispeen jimaata kana yaa'ii ariifachiisaa waameera.
Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
👇👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs