Egeree Post
8.35K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Forwarded from Qualitymovbot
Channel EGEREE Qabduu?

Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Egeree Post
Odeeffannoo Appi Mobile keessaniif Isin gargaaruufi Carraalle
⬇️Scholarship Bilisaa biyya alaa dabalatee Wantoota barsiisoo argachuu dandeessu Appi buufachuun Carraa Feetanitti gargaramaa Install godhachuudhaan Kana Malee Waa'ee Baatirii Mobile Keessani Charjii Dafee Fixuuf Appi liinkii Cuqaasuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa

Liinkii banuun Website irraa Odeeffannoo Feetan gargaaramaa

Appi barbaaddan Liinkii Cuqaasuun Install godhaa

👇 👇
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (Ameen M)
oolmaa keenya guyyaa guyyaa barreessuun waan baratamaa ta’aa dhufeera. Duraan inni kobbee waraqaa irratti boochisan hafee bilbilarratti app diary qofaaf hojjetame argameera.Namni kanan barreesse iccitii kiyya na jalaa dubbisa jedhamee akka hin yaadda’amne password ofirraa qaba kan barreessite dhoksachuu akka dandeessutti.
👇👇👇👇👇👇👇
v.gd/TITwu3
v.gd/TITwu3
"Hanga dhimmi haala jireenya hojjettootaa furmaata argatutti hin callisnu" - Pirezidaantiin ISEMACO Obbo Kaasahun Folo

Konfedereeshiniin Gamtaa Hojjetoota Itiyoophiyaa (ISMACO) boordii mindaa lafa mindaa xiqqaa murteessu akka hundeeffamu waggootaaf gaaffii dhiyaachaa turus dhimmicha Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf dhiyeessuu beeksise.

Pirezidaantiin ESMACO Kasahun Folo akka ibsanitti labsiin hojjechiisaa fi hojjetaa 1156/2011 mindaa xiqqaa murteessuuf "boordii mindaa" hundeeffamuu akka qabu kan tumame yoo ta'u, labsiin waggoota dheeraaf "boordii mindaa" hundeessuuf bahe garuu ammallee gurra gurri isaa hin dhageenye irratti kufaa jira yeroo haala jireenyaa hojjettoota mindaa xiqqaa argatan ni fooyyessa jedhamee eegama.

Ato Kasahun akka ibsanitti, ISMACO dhimma kana Ministeera Hojjetaa fi Ogummaa fi Waajjira Muummee Ministiraatti dhiheessuuf yaalus ammallee dhimma hojjettoota ogummaa gadi aanaa qabaniif deebii argachuu hin dandeenye.

Itti dabaluudhaanis, ISAAMAKOON ajaja barbaachisaa hordofuun xiyyeeffannoo dhaabbilee mootummaa dhimmi ilaallatu akka argatu gaaffii dhiyeessus, deebii waan hin arganneef garuu iyyata Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf dhiyeessee jira jedhan.

Gaaffiin kun miseensota koree dhaabbii Paarlamaa dhimmi ilaallatuuf dhiyaachuu isaa ibsuun, "deebii isaanii eegaa jirra" jedhan.

ISEMACOn hiriira nagaa guyyaa Caamsaa waggaa waggaan kabajamu dhiheessuuf karoorfatee ture, kunis dhiibbaan sababa baasii jireenyaa ol’aanaatiin hojjettoota irratti uumamu furmaata argachuu fi safartuun mindaa xiqqaan fooyya’uu akka danda’uuf, garuu hin milkoofne.

Gaaffileen yeroo hiriira nagaa ka’uu qaban qaamota dhimmi ilaallatuuf dhiyaatanis, gaaffiin murteessaan lubbuun jiraachuu hojjettootaa boordii gorsaa hojjechiistotaa fi hojjettoonni hojiitti akka deebi’an hayyamuu bira darbee furmaata akka hin arganne pirezidaantichi ibsaniiru.

This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
👇 Itti fufaa dubbisaa
''Hanga dhimmi jireenya hojjettootaa furmaata argatutti hin callisnu,'' jedhan pirezidaantichi, ''Filannoo seeraa biroo fayyadamuun furmaata argachuuf ni hojjenna,'' jedhan.

Hojii gaggeessaan Ministeera Hojjetaa fi Ogummaa Dooktar Tekilaanii Ayyaalee gama isaaniitiin boordii mindaa hundeessuun gama gadhee fi gaarii mataa isaa qaba jedhan.

Diinagdeen jijjiirama gama hoji dhabdummaa fi gatii jireenyaatiin dhufu dandamachuu danda’uu fi dhiisuu isaa ilaaluuf hundeeffama boordii mindaa qoratamaa jira jedhan.

Ministeerri Hojjetaa fi Ogummaa akka ibsetti, haalli diinagdee biyyaalessaa dhiibbaa uumuu fi dhiisuu isaa adda baasuu bira darbee, galiin ji’aa namni dhuunfaa magaalaa Addis Ababa keessa jiraachuuf barbaachisus ilaalamaa jira.

"Boordii mindaa hundeessuun haala biyyaalessaa amma jiru ilaalcha keessa galchuun ilaalamuu qaba, kanaaf irra deebiin qoratamaa jira," jedhan.

Haalli amma Itiyoophiyaa rakkisaa fi walxaxaa waan ta’eef, boordii hundeessuuf jecha naannoowwan lafti mindaa xiqqaa irra deebiin itti murtaa’u adda baasuuf qorannoon gaggeeffamaa jira jedhan.

Qorannoon biyyaalessaa haala dinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa Chaayinaa yeroo ammaa keessatti boordii mindaa hundeessuuf kaayyeffate ta’uu ibsaniiru.
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
👇 Itti fufaa dubbisaa
#Beeksisa-qacarrii Haaraa

Dhaabbata :📶Baankii misooma Itoophiyaa (DBE)
🧿Muuxannoo: Zeeroofi Muuxannoodhan.
■Guyyaan Galmeen: 04/07/2023- 07/07/2023
■Baay'ina:1070
■Galmeen: online qofa.
#tooruma fb irra isiniif ka'aamera
■Eebbifamtoota bara 2020,2022fi 2023
■Qabxii 3:0 fi isaa ol warreen qaban.
■ Iyyataan/ttuun : Umurii 30 fi isaa gadi ta'uu qaba.
■Gitoota hojii armaan gadiitin
1 -Junior Officers
2 - Engineers (Civil, Electrical, Mechanical, Industrial, Agricultural, Textile And Related Fields)
3 - Attorneys
4 - IT Officers
5 - Officers
6 - Senior Officers
7 - Team Managers
■District barbaaddanitti filattanii galmaa'uu dandeessu.
#Hubachiisa: Namni tokko gitoota hojii lamaa ol galmaa'uu hin danda'u
Yoo galmaa'e dorgommiirra ni haqama.

Rakkoo Networkiitiif
#Ijoollotni arguu dhabuu dandda'u #Wal Cinaa dhaabbadhaa

#Maaloo Beeksisa kana #share godhaa.

Akkuma beekamu bara dhufa Waajjiraaleen mootummaa qacarrii akka hin geggesinee beeksiseera kanaaf apply godhaa
liinkii Beeksisichaa kunooti
👇👇👇
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02NjF8kyV5F7LKCaGDCMNshbfL97Z5AK5hbiNg3z4PNXTsxXJgeTSFsAXhoUCCQFiYl/?app=fbl

Beeksisa Baankii Awasha Haaraa liinkii Banuun dorgomaa
ባንካችን ያወጣውን አዳዲስ ክፍት የስራ መደቦች ለማግኘት ድረ ገፃችንን

New Awash Bank Jobs Vacancy July 2023

BA Degree in Accounting, Economics, Business Administration

How to Apply ?

Deadline
Jul 11, 2023

How to #Apply
Open link and can apply Online
👇👇
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid0UrqJe5oRSwEDkRo9A9LP4mWAFV42yDZZkxYnRJWGqukPuyYz13YjBvZyRMjbJEkVl/
Telegram
https://t.me/michujobs

Egeree Post pinned Deleted message
Mobile qofaaf kan fayyadudha Appin kun 👁
Appi Battery MAX Kana beektuu?

CPUn Mobile keenya akka hin Ho'iine kan taasisu ,Vaayireesii Kan ittisu

Fayyaa baatirii akka hin dadhabneef Chaarjii dafee akka hin finnef kan godhu

Faayiloota hin barbaachifnee salphaatti kan qulleessu application Mobile Keessaniif ta'u.
liinkii banuun Install godhaa
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/04/monitor-your-battery-healthjunk-file-cleaner/

Appi Beeksisa Hojii Daandii qilleensa Ethiopia Install godhaa Mana kessan ta'aati Beeksisa bahu dorgomaa

EthioAirlines Job Application
Odeeffannoo haaraa argadhaa
የኢትዮጵያ አየር መንገድ ትኬት ዋጋ
⬇️Ethiopian Airlines Job Vacancy, ካርጎ , መረጃ , ስልክ , ትምህርት
Liinkii banuun bakka Install/Dawnload jedhu tuquun buufadhaa
👇
bit.ly/3XFXcL4
bit.ly/3XFXcL4

🌈Telegrami Odeeffannoo Beeksisa Hojiis join godhaa
🚦Eebifamtoota Haaraaf
🚦Jijjirraa Gara Finfiinnee
🚦Beeksisa Haara Shaggar baasuuf
🚦Hojii Onlinef
🚦Bizinezii jalqabuufi liqa karaa ittin argattaniif join

#MiillaDeemutu Fiixeensa laaqa jedhu mitiree? Utuu hin yaaliin hin dadhabiin homaa hin eegin

Vidiyoo Daawachuun yoo Feetan Riferal link namaaf erguun karaa Salphaa galii hanga hojjettan argadha.
Paypaliin baasii godhachuu dandeessu qarshii hojjettan

🤳 Appi Buufachuun hojii egalaa liinkii appi irraa argattan kunooti
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/watch-videos-earn-money/
Maal kana qofa
#Site kanarra waan Isin gargaaru banuun Carra Hojii Online Kam yaaluu hin dagatinaa
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/watch-videos-earn-money/
Tiktok MB xiqqaaf Facebook irratti haala Salphaan gargaaramnu buufadhaa liinkii banuun
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/tiktok-lite-smaller-version/

Mobile Andiroid ta'aaniif Kan gargaaruudha

Yeroo feetanitti Software fi Appi Mobile Keenyaa irra jiru Kan nuuf haareessu appi Qarshiin gurguramu tolaan buufadha yeroo muraasa booda hayama isaa dhaaba ammaf free ta'ee jira Install godhaa.

Phone Update Apps with new Update Software Checker to keep your cellphone uptodate. Upgrade your software for all apps and stay updated with new versions available
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/update-app-software-your-phone/
Forwarded from Egeree Post
Tiktok MB xiqqaaf Facebook irratti haala Salphaan gargaaramnu buufadhaa liinkii banuun
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/tiktok-lite-smaller-version/

Mobile Andiroid ta'aaniif Kan gargaaruudha

Yeroo feetanitti Software fi Appi Mobile Keenyaa irra jiru Kan nuuf haareessu appi Qarshiin gurguramu tolaan buufadha yeroo muraasa booda hayama isaa dhaaba ammaf free ta'ee jira Install godhaa.

Phone Update Apps with new Update Software Checker to keep your cellphone uptodate. Upgrade your software for all apps and stay updated with new versions available
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/05/update-app-software-your-phone/
EthioAirlines Job Application
Odeeffannoo haaraa argadhaa
የኢትዮጵያ አየር መንገድ ትኬት ዋጋ
⬇️Ethiopian Airlines Job Vacancy, ካርጎ , መረጃ , ስልክ , ትምህርት
Liinkii banuun bakka Install/Dawnload jedhu tuquun buufadhaa
👇
bit.ly/3XFXcL4
bit.ly/3XFXcL4
Appi Harka rukutuun bakka bilbilli keenya jiru nuuf himu Install godhaa
🧿🧿Qoosaa fakkeesse namni bilbila kessan hatuu danda'aa.

🧿🧿Konkolaata Keessatti
bilbilli Keessan baduu danda'aa

🧿🧿Bakka hojitti Dagachuu dandeessu

🧿🧿 Harka keessan qofaan Appi irratti Sagalee Koodiif malu yeroo feetaniin Godhachuun bilbila keessan bakka kam taa'uun Sagalee qofaan hordofaadhaa
liinkii banuun Appi kana buufadha
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/06/find-phone-by-clapping-hands-and-find-lost-phone/

Tolaan Vidiyoo Ilaaluu dhiisaa gara qarshiitti jijjiradhaa Appi buufachuun

Vidiyoo Daawachuun yoo Feetan Riferal link namaaf erguun karaa Salphaa galii hanga hojjettan argadha.
Paypaliin baasii godhadhaa