All Position her apply
Ethiopian Airlines-Vacancies
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies/1?gad=1&gclid=EAIaIQobChMIyLju64Dr_wIVBeDVCh10sQJ0EAAYASAAEgKJhfD_BwE
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

Forwarded from Egeree Post
π¨International CV maker
Ulaagaa Hojii NGO,UNICE Ittin Iyyattan Liinkii banuun Install godha
πβ
is.gd/X1Sikh
is.gd/X1Sikh
π¨Battery Saver Appi Charjii Isiniif qusatu Kana gargaramaa
πβ
bit.ly/3oy5M17
bit.ly/3oy5M17
π¨Waa'ee Tekinolojii kana beektuu? liinkii Cuqaasuun dubbisaa
πβ
bit.ly/439xkcd
bit.ly/439xkcd
π¨Waa'ee Kaameera Manaaf bakkee Keessaa kana beektu? appi kana Yoo feetan buufadha
πβ
bit.ly/43seNHP
bit.ly/43seNHP
π¨πͺFayyaa Keessan Eeggadhaa
appi Waa'ee fayyaa keesanii isinitti himu Install godhaa
πβ
bit.ly/3MEAVrR
bit.ly/3MEAVrR
π¨βAppi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq

Taphataan kubbaa miilaa Maanchistar Siitii Benjaamiin Meendiin shamarree tokko erga gudeedeen booda, ''homaa miti, dubartoota 10,000 waliin quunnamtii saalaa raawwadhera'' jechuun dubbachuu isaa dhaddacha irratti dhihaate.
Dargaggeessi umuriin wagga 28 Meendiin Onkololeessa 2020 mana sanaa Cheeshaayariitti argamuuf paawundii miiliyoona 4 baasu keessatti shamarree waggaa 24 irratti miidhaa quunnamtii saalaa raawwachuun dhagahame.
Himatamaan kunis shamarree tanaan alattis yeroo sanatti dubartii umuriin ishee waggaa 29 taβe tokko gudeeduudhaan himatameera.
Dubartiin tunis himatamaan waggaa laman dura osoo manasaa jirtuu miidhaan irratti raawwachuu dubbattee jirti.
Taphataan kubbaa miilaa kun garuu himannaa namoota lamaaniinu irratti dhiyaate kana hin raawwanne jechuun haalee jira.
Ammaan tanattis himannaan isaa kun mana murtii Cheestar Kiraawunitti ilaalamaa jira.
Gumii murteessitootaa (jury) miseensonni hawaasaa dubartoonni jahaa fi dhiironni jaha keessatti hammataman kanaan, Benjaamiin Meendii dhimmasaa hordofaa jira.
Abbaan seeraa Isteefan Evarat gumichaan, taphataan Faransaay kunis himannaan dubartoota biraatiin irratti dhiyaateen balleessaan irratti hin argamne jechuun dubbataniiru.
Haataβu malee, gumiin yeroo sana ture himannaawwan dirqiidhaan gudeeduufi yaalii gudeeduu ittiin himatameerratti waliigaltee irra gahuu waan dadhabeef ture amma mana murtiitti akka dhiyaatu kan taasifameef.
Abbaan seeraas gumichi adeemsa haqaa kana dura ture irraa odeeffannoo gadi fagoo kamuu akka hin ilaalle akeekkachiisuun, ragaa mana murtiitti dhiyaatu qofa irratti hundaaβuun murtee akka dabarsuuf gorsaniiru.
Haati alangaa Benjaamiin Ayiinaa Keesii jedhaman wayita adeemsa mana murtichaa eegalaniitti, ββBeenjaamiin Meendii taphataa kubbaa miilaa Maanchiistar Siitiif waliin taphaa jiruudha.
ββYeroo hedduus mana isaa keessatti qophii fi waliitti dhufeenya hawaasummaa qopheessa. Qophii kanarrattis keessummoota dhiiraafi dubartootatu hirmaata,ββ jedhan.
ββYeroo tokko dirqiidhaan waliin qunnamtii saalaa raawwachuuf yaaleera. Yeroo gara biraatti ammo kutaalee ciisichaa isaa keessaa tokko keessatti dubartii biraa gudeedeera.ββ
Dubartiin UK yaaliin gudeeddii irratti raawwatame ture barattuu yoo taatu, Meendiin kan wal barte bara 2017'tti Baarseloonaa keessatti taβu manni murtii dhagaheera.
Erga hiriyyummaadhaan waggaa tokkoof waliin turanii booda dubartittiin affeerraadhaan gara mana himatamaa deemuushee, garuu ammo ganama wayita dhaqna ishee dhiqattuutti Meendiin osoo hin affeeramiin surree jalaa qofaa uffachuun ββmiira keessa taβeββ gara ishee dhaquusaa mana murtiitti himameera.
Himatamaan dubartiitti dirqiidhaan qabee gudeeduudhaaf yoo yaalu, irra deddeebiin akka dhaabu itti himulleen akka didee ittiin wal'aansoo qabe himameera.
Dubartiin gara biraa ammo hiriyoota gara biraa waliin gara mana taphataa kanaatti afferamtee deemuun dhagahameera.
Himattuun tun akka jettutti, Meendiin bilbila dhuunfaashee iccitii qabu harkaa fudhuudhaan gara mana ciisichaatti qajeela. Isheenis bilbila ishee barbaacha isa hordofte.
Abbaan alangaa akka jedhanitti, Meendiin dubartiittii ββsi argu barbaadeenββ jechuun akka uffata ishee baaftu itti hime.
Dubartittiinis akkuma inni jedheen gochuudhaan, garuu ammo uffata jalaa qofaa turti. Yeroo kanattis Meendiin bilbilicha gara sireetti darbata.
Dubartittiinis bilbilicha fudhachuuf gara sireetti wayita imaltuutti Mendiinis hordofuudhaan deemuun qunnamtii saalaa raawwachuu akka hin barbaadne osoo itti himtuu, dirqiidhaan gudeede.
ββMeendiinis βbaayyee hin yaaddaβiin. Dubartoota 10,000 faana quunnamtii saalaa raawwadheeraβ jedheen.ββ
Himatamaan kunis taateewwan himannaa ittiin himatame lamaaniin, qunnamtii kanan raawwadhe dirqiidhaan osoo hin taane, fedhiidhaan taβu poolisiitti himuun himannicha haalee ture.
Ammas adeemsi mana murtichaa akkuma itti fufeetti jira.

Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (Ameen M)
Kitaabota addunyaa kanaa koppiin isaanii baay'inaan gurguraman Macaafa Qulqulluu fi Qulqulluu Qura'ana dabalatee 10,n isaanii eenyu akka barreesse,baraa fi gosa kitaabotaa koppii hangamiin akka gurguraman dubbisuu yoo feetan link kana cuqaasaa
ππππππππππ
https://odaa.ethiojob.info/blog/2022/07/14/kitaabota-addunyaa-10n-baayinaan-gurguraman/
Dubbisaa
is.gd/C17enP
is.gd/C17enP
Hiriyoota keessaniin gahaa
https://t.me/+SAcBD9K8QSz7PAU1

UNICEF hojjettoota 2,800 qacaruuf beeksisa qacarrii baasee? Sobaa hubadhaa
UNICEF beeksisa qacarrii gosa kanaa miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru hin baafne.
Beeksisni hojii sobaa akka kanneen miidiyaa hawaasaa irratti argitan bal'inaan tamsa'aa jira.
Beeksisni kun UNICEF lammiilee Tigraay, Somaalee, Affaar, Oromiyaa, naannoo Benishaangul Gumuz jiraataniif gita hojii 3 irratti hojjattoota galmaaβan leenjisee qacaruu akka barbaadu ibsa.
Waamicha qacarrii sobaa kana keessatti; Digirii jalqabaa, damee barnootaa kamiinuu, waggaa 0 keessatti, mindaa Birrii 24,700 waliin hojjettoota 2,800 akka barbaachisu ibsa.
Wanti baay'ee nama ajaa'ibu ammoo iyyattoonni hojii akka iyyataniif teessoo sobaa kaa'amee, iyyattoonni teessoo walfakkaataa irratti argaman osoo unka iyyannoo guutanii Birrii CBE ykn Telebirrii dursanii Birrii 1,000 akka kaffalan gaafatamaniiru.
Kabajamtoota maatiin kun guutummaatti sobaa waan ta'eef dargaggoota hedduu gowwomsuuf hojjetamaa waan jiruuf of eeggannoo guddaa godhaa.
UNICEF irraa odeeffannoo dabalataa argachuun beeksisa hojii sobaa toora interneetii irratti naanna'aa jiru adda baasee jira.
Hubadhaa UNICEF carraa hojii kan beeksisu marsariitii isaa isa ofiishalaa:Ilaala
unicef.org/careers/ qofa irratti. Kana malees adeemsa qacarrii kamiyyuu keessatti maallaqa akka hin kaffallee fi odeeffannoo baankii akka hin gaafanne beeksiseera. #Share godhaa adaraa #Namni kenya akka hubataniif dirqama Obbolummaa bahaa Kan kaffalan illee jiru gowwofamanii isinitti ha dhagahamu #Share share godhaa

www.unicef.org
UNICEF Careers
Explore life-changing career opportunities with UNICEF
Forwarded from Egeree Post
Forwarded from Egeree Post
β
Paspoortiin qarshii 600 ture 2500 Galeera liinkii banuun appi Install godhaa Online baafadhaa Utuu ammas hin dabalin
tinyurl.com/2od7k7jo
tinyurl.com/2od7k7jo
πAntivayireesii Mobile Keenyaaf gargaaru
Liinkii banuun Install godhaa
tinyurl.com/2fmy28o2

Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Bilbila keessaniin Suura qulqullina guddaa qabu ka'uuf kan isin gargaaru, appii camera premium ta'e, kan qa*rshiidhaan gurguramu kana asirraa bilisaan buufachuun, suura qulqullina guddaa qabu ittiin ka'uu dandeessuu. Appiin kun suura akka bilbila iPhone itti isin kaasa. Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, itti fayyadamaa.
ππππππππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
ππππππππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=18
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Umuriin kee meeqa jedhanii nama gaafachuun hafee jira, suura Isaa qofa galchuun umurii namaa isa sirrii beekuun ni danda'ama. Umurii Kan nama barbaaddanii ilaaluuf liinkii gadiin seenuun iddoo install jedhu tuquun appiicha buufachuun ittiin ilaalaa.
πππLIINKIIπππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=15
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=15
πππLIINKIIπππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=15
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=15
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Website mataa keessanii karaa salphaadhaan uummachuun ji'aan yoo xiqqaate qa*rshii Ethiopia 25,000 hamma 100,000 fi sanaan ol ittiin dalaguu dandeessu, Kanas application fayyadamuunidha, appichi website mataa keessanii isiniif uuma. Ammuma liinkii gadiin tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaatii, hojii ittiin eegala. Carraa Gaarii!
πππππππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=22
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=22
πππππππ
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=22
https://kakuu.kbibleverse.com/?p=22
Forwarded from Qualitymovbot
Channel EGEREE Qabduu?
Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
πππππππππ
Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
πππππππππ
Forwarded from Egeree Post
β
Odeeffannoo Appi Mobile keessaniif Isin gargaaruufi Carraalle
β¬οΈScholarship Bilisaa biyya alaa dabalatee Wantoota barsiisoo argachuu dandeessu Appi buufachuun Carraa Feetanitti gargaramaa Install godhachuudhaan Kana Malee Waa'ee Baatirii Mobile Keessani Charjii Dafee Fixuuf Appi liinkii Cuqaasuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa
Liinkii banuun Website irraa Odeeffannoo Feetan gargaaramaa β
β Appi barbaaddan Liinkii Cuqaasuun Install godhaa
πβ β π
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72

oolmaa keenya guyyaa guyyaa barreessuun waan baratamaa taβaa dhufeera. Duraan inni kobbee waraqaa irratti boochisan hafee bilbilarratti app diary qofaaf hojjetame argameera.Namni kanan barreesse iccitii kiyya na jalaa dubbisa jedhamee akka hin yaaddaβamne password ofirraa qaba kan barreessite dhoksachuu akka dandeessutti.
πππππππ
v.gd/TITwu3
v.gd/TITwu3
πππππππ
v.gd/TITwu3
v.gd/TITwu3