Ameerikaatti hojjataan mana qulqulleessu ibsaa balleessuusaatin saamudiwwan qorannoo waggaa 25 faayidaan ala ta’e.
Hojjataan mana qulqulleessu ibsaa firiijii kutaa qorannoo keessatti argamu argamu balleessuu irraa kan ka’e qorannoon bu’aa olaanaa argamsiisa jedhamee abdatamaa ture hojiin ala ta’e.
Qulqulleesichis sagalee ibsaa ‘‘nama jeeqa’’ jedhee wayita dhaamseetti firiijin saamudawwan qorannoo bara dheeraa qabatee ture kan dhaame.
Firiijin sumudni qorannoo keessa jiru sunis sagalee attamiin balleessuun akka danda’amurratti mallattoo agarsiisuu qabaatulleen, sababii dogongora dubbisaatiin kan ka’ee hojjatichi ibsaa balleesse.
Sumudni qorannoo firiijii keessatti qorra digrii seentigireedii 80 irratti kuufamaa kan ture yoo ta'u, sababa namni mana qulqulleessu ibsaa isaa dhaamsef kasaaraan dolaara miliyoona 1 akka gahe abbaan alangaa US beeksise.
Manni baruumsa qorannoo laaboraatoorii dhaabbata qulqulleessaa sana qacare sababa leenjii gahaa hin laatiniif himata irratti banuuf jedha.
Akka gabaasa Times Uniontti dhaabbanni hojjataa mana qulqulleessu kana qacare bakka namni kun hojataa ture Rensselaer Polytechnic Institute qulqulleessuf bara 2020 keessa dolaara miliyoona 1.4n kontiraata fudhatee ture.
Qorannoon laaboraatoorii kanatti waa’ee footoosenteensisii irratti Pirofeesar KV Lakshmi dhaan gaggeeffamu bu’aa guddaa buusa jedhamee eegamaa ture.
Firiijin sumuda qorannoo qabu kun osoo hin dhaamin guyyoota muraasa dura alaarmiin dhaamun hoo’inni digrii seentigireedii 3’n olka’ee ture.
Yeroo sana sababa dhorkaa Koviditiif suphaa eegaluuf torban fa’aa fudhachuu danda’a ture abbaan seeraa dhaabbatichaa akka jedhetti.
Baay’ee osoo hin turin balbala firiijii sanaarraa barreeffamni: “Firiijin kun akka waan suphamaa jiruutti sagalee [alaarmii] kennaa jira. Maaloo hin sochoosinaa ykn irraa hin buqqisinaa. Naannicha qulqulleessun hin barbaachisu.
“Sagalichi akka dhaamu yoo feetan batanii alaarmii sakandii 5-10 gadi qabuu dandeessu,” kan jedhutu dubbifama.
Erga sagaleen alaarmii dhagahamuu jalqabee guyyoota muraasa booda namni mana qulqulleessu kun "sagaleensaa nama jeeqa" jechuun dhaamse.
Namni kun maalif akka dhaamse gaafamee balleessa raawwadheera jedhee akka hin amanneefi gargaaruf jedhee akka dhaamse dubbate.
Abokaaton dhaabbata qorannoo kanaa kampaanii nama mana qulqulleessu qacare kana himatus kampaanichi deebii homaa hin laanne.

Forwarded from Qualitymovbot
Channel EGEREE Qabduu?
Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

ኢትዮ ቴሌኮም አዲስ የስራ ማስታወቂያ
የሚያበቃበት ቀን: ሰኔ 28, 2015
አመልካቾች ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት 8 (ስምነት) ተከታታይ የስራ ቀናት ውስጥ የትምህርት እና የስራ ልምድ ማስረጃቸውን ዋናውንና የማይመለስ ቅጂ (ፎቶ ኮፒ) በመያዝ እንድትመዘገቡ እናሳስባለን።
የስራውን ዝርዝር ምስሉ ላይ ይመልከቱ
ሌሎች ዛሬ የወጡ ስራዎችን ከስር ሊንኩን ተጭነው ይመልከቱ

Forwarded from Egeree Post
🚨International CV maker
Ulaagaa Hojii NGO,UNICE Ittin Iyyattan Liinkii banuun Install godha
👇✅
is.gd/X1Sikh
is.gd/X1Sikh
🚨Battery Saver Appi Charjii Isiniif qusatu Kana gargaramaa
👇✅
bit.ly/3oy5M17
bit.ly/3oy5M17
🚨Waa'ee Tekinolojii kana beektuu? liinkii Cuqaasuun dubbisaa
👇✅
bit.ly/439xkcd
bit.ly/439xkcd
🚨Waa'ee Kaameera Manaaf bakkee Keessaa kana beektu? appi kana Yoo feetan buufadha
👇✅
bit.ly/43seNHP
bit.ly/43seNHP
🚨💪Fayyaa Keessan Eeggadhaa
appi Waa'ee fayyaa keesanii isinitti himu Install godhaa
👇✅
bit.ly/3MEAVrR
bit.ly/3MEAVrR
🚨✍Appi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq

Ethio Pasport
Waa'ee Paspoortii Ethiopia Kan beekuu qabdaniif akkataa baafachuu dandeessan appi Install godhaa itti gargaaramaa
✅Paspoortiin Namoota hundumaaf barbaachisadha liinkii banuun appi Install godhaa
tinyurl.com/2od7k7jo
tinyurl.com/2od7k7jo
✅✍Appi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq
bit.ly/3MvL8qq
🥏International CV maker

🚨Antivayireesii Mobile Keenyaaf gargaaru
Liinkii banuun Install godhaa
tinyurl.com/2fmy28o2
tinyurl.com/2fmy28o2
Liinkii banuun Install godhaa
tinyurl.com/2fmy28o2
tinyurl.com/2fmy28o2
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (Ameen M)
✍Otoo jecha tokko hin dubbatiin mallattoo agarsiisuu qofaan jaalala keenya ibsachuu dandeenya.
✍Akka jaalattu otoo hin dubbatiin dura mallattoo namni tokko agarsiisu qofa ilaaluun jaalala/miira akkamii akkanni qabu/qabdu salphaatti baruu ni dandeessa. mee mallattoo akka nama tokko jaalattee jaalala kee jechaan otoo hin ibsiin mallattoo agarsiisuudhaan qofa jaalalakee ibsachuu dandeessu haa ilaallu
Guutuusaa dubbisuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://odaa.ethiojob.info/blog/2022/08/26/sin-jaalladha-otoo-hin-jedhiin-mallattoo-qofaan-jaalala-keenya-akkamitti-ibsachuu-dandeenya/
Kanaan dubbisaa
tinyurl.com/29xft6gv

All Position her apply
Ethiopian Airlines-Vacancies
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies/1?gad=1&gclid=EAIaIQobChMIyLju64Dr_wIVBeDVCh10sQJ0EAAYASAAEgKJhfD_BwE
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Ethiopian Airlines-Vacancies
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies/1?gad=1&gclid=EAIaIQobChMIyLju64Dr_wIVBeDVCh10sQJ0EAAYASAAEgKJhfD_BwE
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Forwarded from Egeree Post
🚨International CV maker
Ulaagaa Hojii NGO,UNICE Ittin Iyyattan Liinkii banuun Install godha
👇✅
is.gd/X1Sikh
is.gd/X1Sikh
🚨Battery Saver Appi Charjii Isiniif qusatu Kana gargaramaa
👇✅
bit.ly/3oy5M17
bit.ly/3oy5M17
🚨Waa'ee Tekinolojii kana beektuu? liinkii Cuqaasuun dubbisaa
👇✅
bit.ly/439xkcd
bit.ly/439xkcd
🚨Waa'ee Kaameera Manaaf bakkee Keessaa kana beektu? appi kana Yoo feetan buufadha
👇✅
bit.ly/43seNHP
bit.ly/43seNHP
🚨💪Fayyaa Keessan Eeggadhaa
appi Waa'ee fayyaa keesanii isinitti himu Install godhaa
👇✅
bit.ly/3MEAVrR
bit.ly/3MEAVrR
🚨✍Appi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq
bit.ly/3MvL8qq
Ulaagaa Hojii NGO,UNICE Ittin Iyyattan Liinkii banuun Install godha
👇✅
is.gd/X1Sikh
is.gd/X1Sikh
🚨Battery Saver Appi Charjii Isiniif qusatu Kana gargaramaa
👇✅
bit.ly/3oy5M17
bit.ly/3oy5M17
🚨Waa'ee Tekinolojii kana beektuu? liinkii Cuqaasuun dubbisaa
👇✅
bit.ly/439xkcd
bit.ly/439xkcd
🚨Waa'ee Kaameera Manaaf bakkee Keessaa kana beektu? appi kana Yoo feetan buufadha
👇✅
bit.ly/43seNHP
bit.ly/43seNHP
🚨💪Fayyaa Keessan Eeggadhaa
appi Waa'ee fayyaa keesanii isinitti himu Install godhaa
👇✅
bit.ly/3MEAVrR
bit.ly/3MEAVrR
🚨✍Appi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq
bit.ly/3MvL8qq
Taphataan kubbaa miilaa Maanchistar Siitii Benjaamiin Meendiin shamarree tokko erga gudeedeen booda, ''homaa miti, dubartoota 10,000 waliin quunnamtii saalaa raawwadhera'' jechuun dubbachuu isaa dhaddacha irratti dhihaate.
Dargaggeessi umuriin wagga 28 Meendiin Onkololeessa 2020 mana sanaa Cheeshaayariitti argamuuf paawundii miiliyoona 4 baasu keessatti shamarree waggaa 24 irratti miidhaa quunnamtii saalaa raawwachuun dhagahame.
Himatamaan kunis shamarree tanaan alattis yeroo sanatti dubartii umuriin ishee waggaa 29 ta’e tokko gudeeduudhaan himatameera.
Dubartiin tunis himatamaan waggaa laman dura osoo manasaa jirtuu miidhaan irratti raawwachuu dubbattee jirti.
Taphataan kubbaa miilaa kun garuu himannaa namoota lamaaniinu irratti dhiyaate kana hin raawwanne jechuun haalee jira.
Ammaan tanattis himannaan isaa kun mana murtii Cheestar Kiraawunitti ilaalamaa jira.
Gumii murteessitootaa (jury) miseensonni hawaasaa dubartoonni jahaa fi dhiironni jaha keessatti hammataman kanaan, Benjaamiin Meendii dhimmasaa hordofaa jira.
Abbaan seeraa Isteefan Evarat gumichaan, taphataan Faransaay kunis himannaan dubartoota biraatiin irratti dhiyaateen balleessaan irratti hin argamne jechuun dubbataniiru.
Haata’u malee, gumiin yeroo sana ture himannaawwan dirqiidhaan gudeeduufi yaalii gudeeduu ittiin himatameerratti waliigaltee irra gahuu waan dadhabeef ture amma mana murtiitti akka dhiyaatu kan taasifameef.
Abbaan seeraas gumichi adeemsa haqaa kana dura ture irraa odeeffannoo gadi fagoo kamuu akka hin ilaalle akeekkachiisuun, ragaa mana murtiitti dhiyaatu qofa irratti hundaa’uun murtee akka dabarsuuf gorsaniiru.
Haati alangaa Benjaamiin Ayiinaa Keesii jedhaman wayita adeemsa mana murtichaa eegalaniitti, ‘‘Beenjaamiin Meendii taphataa kubbaa miilaa Maanchiistar Siitiif waliin taphaa jiruudha.
‘‘Yeroo hedduus mana isaa keessatti qophii fi waliitti dhufeenya hawaasummaa qopheessa. Qophii kanarrattis keessummoota dhiiraafi dubartootatu hirmaata,’’ jedhan.
‘‘Yeroo tokko dirqiidhaan waliin qunnamtii saalaa raawwachuuf yaaleera. Yeroo gara biraatti ammo kutaalee ciisichaa isaa keessaa tokko keessatti dubartii biraa gudeedeera.’’
Dubartiin UK yaaliin gudeeddii irratti raawwatame ture barattuu yoo taatu, Meendiin kan wal barte bara 2017'tti Baarseloonaa keessatti ta’u manni murtii dhagaheera.
Erga hiriyyummaadhaan waggaa tokkoof waliin turanii booda dubartittiin affeerraadhaan gara mana himatamaa deemuushee, garuu ammo ganama wayita dhaqna ishee dhiqattuutti Meendiin osoo hin affeeramiin surree jalaa qofaa uffachuun ‘‘miira keessa ta’e’’ gara ishee dhaquusaa mana murtiitti himameera.
Himatamaan dubartiitti dirqiidhaan qabee gudeeduudhaaf yoo yaalu, irra deddeebiin akka dhaabu itti himulleen akka didee ittiin wal'aansoo qabe himameera.
Dubartiin gara biraa ammo hiriyoota gara biraa waliin gara mana taphataa kanaatti afferamtee deemuun dhagahameera.
Himattuun tun akka jettutti, Meendiin bilbila dhuunfaashee iccitii qabu harkaa fudhuudhaan gara mana ciisichaatti qajeela. Isheenis bilbila ishee barbaacha isa hordofte.
Abbaan alangaa akka jedhanitti, Meendiin dubartiittii ‘‘si argu barbaadeen’’ jechuun akka uffata ishee baaftu itti hime.
Dubartittiinis akkuma inni jedheen gochuudhaan, garuu ammo uffata jalaa qofaa turti. Yeroo kanattis Meendiin bilbilicha gara sireetti darbata.
Dubartittiinis bilbilicha fudhachuuf gara sireetti wayita imaltuutti Mendiinis hordofuudhaan deemuun qunnamtii saalaa raawwachuu akka hin barbaadne osoo itti himtuu, dirqiidhaan gudeede.
‘‘Meendiinis ‘baayyee hin yaadda’iin. Dubartoota 10,000 faana quunnamtii saalaa raawwadheera‘ jedheen.‘‘
Himatamaan kunis taateewwan himannaa ittiin himatame lamaaniin, qunnamtii kanan raawwadhe dirqiidhaan osoo hin taane, fedhiidhaan ta’u poolisiitti himuun himannicha haalee ture.
Ammas adeemsi mana murtichaa akkuma itti fufeetti jira.

Kitaabota addunyaa kanaa koppiin isaanii baay'inaan gurguraman Macaafa Qulqulluu fi Qulqulluu Qura'ana dabalatee 10,n isaanii eenyu akka barreesse,baraa fi gosa kitaabotaa koppii hangamiin akka gurguraman dubbisuu yoo feetan link kana cuqaasaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://odaa.ethiojob.info/blog/2022/07/14/kitaabota-addunyaa-10n-baayinaan-gurguraman/
Dubbisaa
is.gd/C17enP
is.gd/C17enP
Hiriyoota keessaniin gahaa
https://t.me/+SAcBD9K8QSz7PAU1

UNICEF hojjettoota 2,800 qacaruuf beeksisa qacarrii baasee? Sobaa hubadhaa
UNICEF beeksisa qacarrii gosa kanaa miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru hin baafne.
Beeksisni hojii sobaa akka kanneen miidiyaa hawaasaa irratti argitan bal'inaan tamsa'aa jira.
Beeksisni kun UNICEF lammiilee Tigraay, Somaalee, Affaar, Oromiyaa, naannoo Benishaangul Gumuz jiraataniif gita hojii 3 irratti hojjattoota galmaa’an leenjisee qacaruu akka barbaadu ibsa.
Waamicha qacarrii sobaa kana keessatti; Digirii jalqabaa, damee barnootaa kamiinuu, waggaa 0 keessatti, mindaa Birrii 24,700 waliin hojjettoota 2,800 akka barbaachisu ibsa.
Wanti baay'ee nama ajaa'ibu ammoo iyyattoonni hojii akka iyyataniif teessoo sobaa kaa'amee, iyyattoonni teessoo walfakkaataa irratti argaman osoo unka iyyannoo guutanii Birrii CBE ykn Telebirrii dursanii Birrii 1,000 akka kaffalan gaafatamaniiru.
Kabajamtoota maatiin kun guutummaatti sobaa waan ta'eef dargaggoota hedduu gowwomsuuf hojjetamaa waan jiruuf of eeggannoo guddaa godhaa.
UNICEF irraa odeeffannoo dabalataa argachuun beeksisa hojii sobaa toora interneetii irratti naanna'aa jiru adda baasee jira.
Hubadhaa UNICEF carraa hojii kan beeksisu marsariitii isaa isa ofiishalaa:Ilaala
unicef.org/careers/ qofa irratti. Kana malees adeemsa qacarrii kamiyyuu keessatti maallaqa akka hin kaffallee fi odeeffannoo baankii akka hin gaafanne beeksiseera. #Share godhaa adaraa #Namni kenya akka hubataniif dirqama Obbolummaa bahaa Kan kaffalan illee jiru gowwofamanii isinitti ha dhagahamu #Share share godhaa

www.unicef.org
UNICEF Careers
Explore life-changing career opportunities with UNICEF