Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®yooyyaa©)
Bilbila keessaniin suura ka’uu barbaaddanii app bilbila keessan keessa jiru sirnaan isiniif kaasuu dideeraa? Selfie camera option hedduu of keechaa qabu, mimmiidhagsituutiin faayame itti fayyadamnisaa salphaa kanaan suura ka'aa..
https://odaa.ethiojob.info/blog/2023/03/30/candy-camera-photo-editor/
For android
👇👇👇👇
https://bit.ly/43Hs67s

Forwarded from Egeree Post
Ethio Pasport
Waa'ee Paspoortii Ethiopia Kan beekuu qabdaniif akkataa baafachuu dandeessan appi Install godhaa itti gargaaramaa
✅Paspoortiin Namoota hundumaaf barbaachisadha liinkii banuun appi Install godhaa
tinyurl.com/2od7k7jo
tinyurl.com/2od7k7jo
✅✍Appi Carraa Scholarshipi bilisaa biyya Alaa yoo feetan Install godhaa liinkii banuun
bit.ly/3MvL8qq
bit.ly/3MvL8qq
🥏International CV maker
Ulaagaa Hojii NGO,UNICE Ittin Iyyattan Liinkii banuun Install godha
👇✅
is.gd/X1Sikh

✅Odeeffannoo Appi Mobile keessaniif Isin gargaaruufi Carraalle
⬇️Scholarship Bilisaa biyya alaa dabalatee Wantoota barsiisoo argachuu dandeessu Appi buufachuun Carraa Feetanitti gargaramaa Install godhachuudhaan Kana Malee Waa'ee Baatirii Mobile Keessani Charjii Dafee Fixuuf Appi liinkii Cuqaasuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa
Liinkii banuun Website irraa Odeeffannoo Feetan gargaaramaa ✅
✅Appi barbaaddan Liinkii Cuqaasuun Install godhaa
👇✅ ✅👇
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72

Hidhaan bishaani Yukireen haleellaa Raashiyaan irratti raawwate hordofee diigamuu isaatiin lolaan gandoota baayyeerra dhangala'ee namooni kuma hedduu qe'ee gadhiisanii baqachaa jiru.
Diigamuu hidhaa kanaan balaa lolaa dhufuu malu sodaachuudhaan namoonni laga kana gara gajjallaan jiraatan baqatanii bahaniiru.
Pirezidantiin Yukireen Voloodmiir Zeleniskiin akka jedhanitti, gandoonniifi safaroonni 80 ta'an lolaan luqimfamuu malu.
Hidhaan Noovaa Kakovaakaa jedhamu kan haleelame Raashiyaan ta'uun isaa ibsameera.
Raashiyaan garuu hidha kana akka hin haleelle dubbatti.
BBCn gama Raashiyaanis ta'e Yukireeniin wanta jedhame qulqulleeffachuu hin dandeenye.
Lagni Dinaapiroo jedhamu lolaa hamaa qaqqabsiisuu danda'a jedhamee sodatamaa jira.
Hidhaan kun naannawaa sanaaf faayidaa guddaa qaba ture. Qonnaan-bultootaaf madda bishaanii ta'uun dabalata madda ibsaas ture.
Bishaan gara kutaa Raashiyaatiin qabamte, Kireemiyaatti bishaan kan darbu karaa kanaanidha.
Bishaan kun erga dhangala'uu jalqabee hanga guyyoota afuriifi shaniitti itti fufuu akka danda'us eerameera.
Awurooppaa keessatti madda annisaa guddicha kan ta'e Humni Nuukilara Zapporiiziihaa bishaan kana fayyadamuun ture kan akka qabbanaa'u ta'u.
Ammaaf garuu Humna Nukilarichaarratti balaan uumama yaaddoon jedhu akka hin jirre dhaabbanni Humna Atoomii Addunyaa ibseera.
Magaalonni hedduun amumarraa lolaan liqimfamaa kan jiran yoo ta'u, jirattonni osoo konkolataafi baaburaan naannwaa gadhiisanii bahaa jiranii mul'ataniiru.
Balaa uumame kanaan namoonni kuma 40 ol buqqa'uu akka danda'an himamaa jira.
Hangi bishaan dhangala'uu dabalaa dhufuu isaatiinis bakkawwan abuudaarra miidhaa geessisuu mala sodaan jedha dabaleera.
Namni Andirii jedhamu hidhaa kanatti dhiyoo jiraatu "Raashiyaan Yukreen akka liqimfamtu barbaaddeetti" jedhe.
Keerson kan jiraattu Lodiimiyaan ammoo "Lolaan akka nu fudhataa laata jechuun sodaatti jirra," jette.
"Warri Raashiyaa as keessaa bahuu qabu. Nutti dhukaasaa jiru. amma ammoo bishaaniin akka liqimfamnu gochaa jiru," jechuun itti fuftee ibsiti.
Namni biraa jiraataan Sherlii ta'e ammoo, "waan hunda dhabna. Wanti lubbuu qabu martinuu ni bada," jedhe.
Kantiibaan naannoo sanaa Raashiyaatiin aangoon kennameef Vilaadmiir Leentevii magaalichi bishaan kan irra jigeefi namoonni 900 akka bahan taasifamuu dubbate.
Bishaan kun hanga meetira 11 ol baheera.
Bakki bineensota tursiisan Kaazikov Diiviroov, bishaan lolaan guutamee beeyladoonni 300 du'aniiru.

Magaalaan Shaggar magaalota naannoo Finfinnee kanaan dura Godiina Addaa Naannawa Finfinnee jedhamu walitti qabuun baruma kana kan hundaa’edha.
Kaayyoo hundeeffama magaalichaa keessaa misoomaafi jireenya hawaasa magaalichaa hawwataa gochuu kan jedhu tokkoodha. Magaalli kun kutaalee magaalaafi aanaalee garaa garaa of jalatti diriirsun waajjira muummee isaa magaala Finfinnee godhachuun hojiitti seenera.
Haata’u garuu saamichi, doorsisniifi murtee seeraa malee mana hidhaa namaa kaa’uun baramaa dhufuu jiraattonni BBCtti himan.
Gochaan kun ammoo addumatti qaamolee nageenya: poolisii, milishaa, qorattoota yakkaafi qaamolee tikaatin kan raawwatu akka ta’e himatu jirattoonni.
Jiraattonni BBCn dubbise kunneen nageenya isaaniif jecha maqaan isaanii jijjiirameera.
Buraayyuu keessa waggoota 15 oliif kan jiraate Nagaasan, qaamolee nageenyan qabamee si’a lama qarshii kaffalee mana hidhaatii akka bahe BBCtti hime.
Magaala Shaggar naannnoo Dirree jedhamuun beekamutti baruma kana ji’a Sadaasaa keessa humna poolisiin qabamee mana hidhaatti akka geeffame dubbata.
“Ji’a Sadaasaa gaafa 12 naannoo Dirree jedhamutti bakka jireenya kootii na qaban. Tibba sana balaan konkolaataa na mudatee ture. Anaa mana yaalaa seenudhaa jedhuu natti marsanii na qaban,” jedha Nagaasan.
Jalqaba milishaan naannoo sanaa dhufee akka barbaadamu kan dubbatu jiraatan kun, boodarra poolisoonni konkolaataa paatoroolin fuudhanii gara waajjira poolisii Aanaa Sadaffaa jedhamuun beekamutti akka isa geessan dubbata.
“Ji’a lamaafi torban lama na hidhanii gadi na lakkisan,” jechuun baleessaa tokko malee hidhamee akka tureefi maallaqa kaffalee bahu dubbata.
“Gaafan bahu kuma digdama kaffaleen bahe; kuma kudhan ammoo ergan baheen kaffale,” jechuun walumaa galatti birrii 30,000 kaffaluun mana hidhaatii bahuu dubbata.
Sababa qabameef yoo himu Nagaasan: “Balleessa tokko malee ana nama hojii humnaa hojjatee bulu na qaban. Magaala keessa teessee ‘Shaneedhaaf’ lojistikii dhiyeessita naan jedhan.”
Gamtaa namni jedhamus jiraataa magaala Shaggar yoo ta’u, rakkoon wal-fakkaatan isa mudachuufi doorsifniifi sodaachisanii namarraa maallaqa fudhachuun baay’ee baramaa akka ta’e BBCtti hime.
Qaamoleen nageenyaa kanneen akka poolisii, humnoota tikaa fa’aa gochaa kanarratti kan hirmaatan ta’anis heddumminaan kan irratti bobba’e milishoota akka ta’an hima.
“Qaamoleen nageenyaa wal-ta’anii nama nagaa qabanii hidhanii maallaqa kaffalchiisuu hojiidhuma idilee godhatan. Namni yakka godhe kamiyyuu qabamee yoo itti gaafatame isa kana nullee hin morminu. Garuu, saniin ala wanti kun ta’aa kan jiru,” jedha Gamtaan.
Gamtaan hojjataa mootummaa yoo ta’u, osoo hojiidhaa bahee galaa jiruu ji’oota muraasa dura Buraayyutti humna nageenyan to’atamuu hima.
“Yeroon isaa ayyaana waggaa ture. Osoodhuma hojii baanee galaa jirruu qaamoleen nageenyaa na qabanii naan deeman,” jedha.
Waanta waajjira poolisiitti isa mudate keessaa “namoonni maallaqa kaffalanii mana hidhaatii akka bahan qorattoonni yakkaafi poolisoonni koodii [mallattoo] ittiin namatti himan qabu” jedha. Namoonni hedduu qarshii kaffalanii bahanis hima.

✅Itti fufeera Guyyaa Guyyaan Bu'aa DV Keessanii Ilaallachuu akka dandeessan beektuu?
🚨Namni heeddun altokko qofaa Ilaallachuun #Ani Hin Milkoofne jedha garuu Hanga guyyaan Xumura DV Result jedhu Xumuramutti Namni Kam Ilaallachuu danda'aa Kanaaf Appi bilisa kanaan Ilaalladha Mana Computera dhaquu Isin hin gaafatu Mobile Of Harkaa qabdan qofaan
Entrant Status Check Instructions
Please be sure to have the Entrant's
✅Confirmation Number
✅Last/Family Name
✅and Year of Birth to check the entrant status online.
✅ Appi Update ta'e Kanaan Firii keessan Check godhadhaa liinkii Banuun Install bakka jedhu tuquun buufadha
👇✅
tinyurl.com/2k47pqjd

✅Odeeffannoo Appilikeeshinii Mobile Hundaaf Isin gargaaru bakka tokkotti argattu✅
⬇️Scholarship Bilisaa biyya alaa dabalatee Wantoota barsiisoo argachuu dandeessu Appi buufachuun Carraa Feetanitti gargaramaa Install godhachuudhaan Kana Malee
👇👇
✅Waa'ee Baatirii Mobile Keessani Charjii Dafee Fixuuf Appi liinkii Cuqaasuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa waan Isin gargaaru Website Keenya irraas argattu
Liinkii banuun Website irraa Odeeffannoo Feetan gargaaramaa ✅
✅Appi barbaaddan Liinkii Cuqaasuun Install godhaa
👇✅ ✅👇
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
⬇️Scholarship Bilisaa biyya alaa dabalatee Wantoota barsiisoo argachuu dandeessu Appi buufachuun Carraa Feetanitti gargaramaa Install godhachuudhaan Kana Malee
👇👇
✅Waa'ee Baatirii Mobile Keessani Charjii Dafee Fixuuf Appi liinkii Cuqaasuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa waan Isin gargaaru Website Keenya irraas argattu
Liinkii banuun Website irraa Odeeffannoo Feetan gargaaramaa ✅
✅Appi barbaaddan Liinkii Cuqaasuun Install godhaa
👇✅ ✅👇
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
bit.ly/3MvfR72 bit.ly/3MvfR72
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (®yooyyaa©)
https://youtu.be/Bc_kt3RZBxE
Subscribe godhaa
Subscribe godhaa
YouTube
Africa Funny tiktok videos
#funnytiktokvideos #oromotiktok , #funnyvideos, #afrotiktok,
#tiktokvideos
#orotiktok
#tiktokvideos
#orotiktok
Forwarded from Egeree Post
🥏LinkedIn is one of the largest social networking apps.
Jobs All Country UNICEF&NGO at One Place ✅
Grow your network companies, and follow industry thought leaders
✅Kampany hojii Idil Addunyaa Linked gargaaramaa
Pleas open link her & can apply
👇👇
https://apk.3fnews.com/find-part-time-freelance-or-full-time-local-or-remote-jobs-alerts/
✅UK FREE VISA 2023
Great opportunities to click the link below to get a job for the educational opportunity
👇👇
https://apk.3fnews.com/find-the-visa-you-need-to-study-in-the-uk/
✅All scholarship at one place
click the link below to get a job for the educational opportunity
👇👇
https://apk.3fnews.com/all-scholarships-at-one-place/
✅New Canada Visa 2023
It is a very helpful app to open links and use it has a lot of opportunities to click the link below
👇👇
https://apk.3fnews.com/canada-visa-apply-online/
✅Free internation calls & find jobs with chats appi
It is a very helpful app to click the link below to get a job for the educational opportunity
👇👇
https://apk.3fnews.com/over-a-billion-people-with-calls-chats-and-more/
Omishaalee fi waliigalteewwan hordoftoota miidiyaa hawaasaa hawwatan beeksisuudhaan toora interneetii irratti maallaqa hanga hojjettan argadha✅
👇👇👇👇
https://apk.3fnews.com/make-money-online-by-sharing-products-influence-earn-passive-income-from-home/

Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Interneetii irraa galii argachaa jirtumoo baasiidhaaf saaxilamaa jirtu? Egaa galii argachaa hin jirtan taanaan ammuma hojii kana eegalaa. aappii kana fayyadamuun torbanitti qa*rshii 4000 ol ittiin hojjechuu dandeessu. Akkamiin akka hojjetamuu fi itti fayyadamuudhaaf appii isaa liinkii gadiin seenuun iddoo install jedhu tuquun buufadhaa.
👇👇👇LIINKII👇👇👇
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/

Dashen Bank is one of the most renowned leading financial giants in the industry. Dashen Bank has received several accolades for its operation and financial achievements. Dashen is also known for introducing breakthrough technologies to the financial industry.
Click Here To See Current Fresh Graduate Jobs From Dashen Bank.
Position 1: Contact Center Agent
Academic & Professional Qualification
Bachelor’s degree in Marketing Management, Business Administration, Management, Accounting, Banking, finance or related fields.
Fluency in English (speaking and writing) is required
Experience
· At least four (4) years relevant experience
The Contact Centre Agent is responsible for receiving customer calls, address concerns or quires via phone or social media platforms. In addition, the role holder is responsible for prioritizing customer issues to resolve or escalate to the Senior Contact Center Agents to ensure that quality customer service is maintained at all times with the established service standards.

Place of work: For Addis Ababa> Application Form
Tigrigna Language – Addis Ababa
Position 2: Corporate Relationship Officer-IFB
Academic & Professional Qualification
Bachelor’s Degree in Business Administration, Marketing Management, Management, Banking, Finance, Management, Information Technology, or related fields.
Trainings and courses in banking operations (IFB, domestic, credit and international banking operations)
Experience
Minimum of four (4) years relevant experience.
The Corporate Relationship Officer-IFB is responsible to participate in growing and maintaining a portfolio of clients within assigned sector and market segment by recommending or selling Corporate Banking/ Corporate IFB products and cross selling other Bank products and services so as to enhance value-add relationship with existing customers.
Place of work: for Addis Ababa
Position 3: Loan Provisioning Officer
Academic & Professional Qualification
Bachelor Degree in Business Administration, Economics, Accounting and Finance, Management or other related fields.
Experience
At least four (4) years relevant banking experience.
The Loan Provisioning Officer is responsible for assisting in the follow-up of the loan provision capacity of the Bank in line with capital adequacy, asset quality, management soundness, revenue and profitability, liquidity, and sensitivity analysis.
Place of Work: Addis Ababa
Position 4: Senior Customer Service Officer – Cash I
Academic & Professional Qualification
Bachelor Degree in a business related field e.g. Marketing Management, Accounting, Management, Economics, Business Administration, Information Technology or any other equivalent fields
Experience
· At least four (4) years of banking experience
The Senior Customer Service Officer Cash/ Accounts will provide front office customer service support at the branch. S/he will handle account management transactions, respond to customer enquiries, handle cash and non-cash transactions and all customer requests at the branch.
Place of Work: for Robe Area
Position 5: Senior Corporate Performance Planning, Monitoring and Evaluation Officer
Academic & Professional Qualification
Bachelor Degree in Economics, Business Administration, Management and/or related fields.
Experience
At least five (5) years’ post qualification experience similar role.

The Senior Corporate Performance Planning, Monitoring and Evaluation Office is responsible for planning and executing all activities related to the Bank’s strategic and long-range goals. In addition, the job holder is responsible for conducting organizational analysis; Identifying strengths, weaknesses, and opportunities, and recommending areas for improvement.
Place of Work: Addis Ababa
Position 6: Customer Service Manager I
Academic & Professional Qualification
Bachelor degree in a business related field e.g. accounting, management, economics, business administration
Experience
Minimum of Six (6) years banking experience
The Customer Service Manager will support the Branch Manager in coordinating all activities of Customer Service Officers (Maker/Checkers) and Senior Customer Service Officer (Cash/Accounts) within the Branch and ensure operational excellence to deliver exemplary services for high customer satisfaction levels, supporting the Bank’s growth.
Place of Work: For Robe Area
Position 7: Pool Senior Customer Service Officer
Academic & Professional Qualification
Bachelor Degree in a business related field e.g. Marketing Management, Accounting, Management, Economics, Business Administration, Information Technology or any other equivalent fields
Experience
At least four (4) years of banking experience
The Senior Customer Service Officer Cash/ Accounts will provide front office customer service support at the branch. S/he will handle account management transactions, respond to customer enquiries, handle cash and non-cash transactions and all customer requests at the branch.
Place of work: For Branches Under Wolaita District
Position 8: Pool Branch Relationship Office
Academic & Professional Qualification
Bachelor Degree in business administration, banking, finance, management or related fields.
Trainings and courses in banking operations (IFB, domestic, credit and international banking operations)
Experience
At least five (5) years’ post qualification experience in a similar role.
The Branch Relationship Officer will be responsible for achieving business growth for Retail & MSME/ IFB Banking by providing quality relationship management to new and existing customers at assigned branch. This will entail sustaining customer satisfaction so as to retain existing and potential customers thereby generating additional business through cross-sell opportunities
Place of work: for Branches under Wolaita District Office
Position 9: Alternate Channels Engineer-Online
Academic & Professional Qualification
Bachelor’s degree in Information Technology, Computer Science, Computer Information System, Software Engineering or any other equivalent field.
Experience
At least Six (6) years’ experience in system engineering.
Alternate Channel Engineers is responsible for installation, configurations and make available and ready the internet/mobile banking applications for customer over an established network and infrastructure. He/she recommends, designs, implements, and test solutions for the Bank’s digital channel products including online Banking.
In addition he/she is responsible for ownership of customer problems or incidents until the situation has been resolved to the customer’s satisfaction and or in compliance with agreed upon Service Level Agreements. The engineer collaborates with other software engineers on interfacing different channels with other third party systems (CBS, ERP, etc.)
Place of Work: Online
Position 10: Digital Business Innovation Officer
Academic & Professional Qualification
Bachelor’s Degree in Information Technology, Computer Science, Computer Information System, Software Engineering
Business Management, Marketing Management Accounting, Finance, Business Administration or any other equivalent field.
Hands-on experience in digital technology and marketing of Digital product/service is an added advantage.

Minimum of four (4) years relevant work experience on similar roles.
The Digital Innovation Officer is responsible for assisting in the creation of the innovation framework, which includes the generation, selection and implementation of value adding ideas for digital business. S/he also assists in instilling products and services beyond the traditional banking to develop new services and business models.
Place of Work: Head Office
Position 11: Senior Digital Business Innovation Officer

Minimum of five (5) years relevant work experience on similar roles.
The Senior Digital Business Innovation Officer is responsible for creating an innovation framework that includes generating, selecting, and implementing value-adding ideas for the Bank’s digital business. In addition, the role holder is responsible for instilling products and services to develop new services and business models beyond traditional banking.
Place of Work: Head Office
Position 12: District Relationship Officer
Qualification: Bachelor Degree in business administration, banking, finance, management or related fields.
Trainings and courses in banking operations (domestic, credit and international banking operations).
Experience: At least five (5) years successful experience in banking or customer contact role.
Place of Work: – Dashen Bank Robe Branch
Deadline: Jun 17, 2023
🚨Telegram✅
👇👇
https://t.me/michujobs

Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

ዳሽን ባንክ በሚከተሉት የስራ መደቦች በርካታ ሠራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
Position:
1: Contact Center Agent
2: Corporate Relationship Officer-IFB
3: Loan Provisioning Officer
4: Senior Customer Service Officer – Cash I

5: Senior Corporate Performance Planning, Monitoring and Evaluation Officer
6: Customer Service Manager I
7: Pool Senior Customer Service Officer
8: Pool Branch Relationship Office
& Other 4 Postions
✅Qualification
ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Bachelor’s degree in Information Technology, Computer Science, Computer Information System, Software Engineering or any other equivalent field,
Bachelor Degree in Business Administration, Economics, Accounting and Finance, Management or other
Join Our telegram
Deadline: Jun 17, 2023
✅How to apply? her join Our telegram and see details

Bilbila keessaniin Suura qulqullina guddaa qabu ka'uuf kan isin gargaaru, appii camera premium ta'e, kan qa*rshiidhaan gurguramu kana asirraa bilisaan buufachuun, suura qulqullina guddaa qabu ittiin ka'uu dandeessuu. Appiin kun suura akka bilbila iPhone itti isin kaasa. Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://best.3fnews.com/suura-qulqullinaa-ajaaibaa-qabu-kauuf-appii-kana-buufadhaa/