Egeree Post
8.13K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Forwarded from Qualitymovbot
Channel EGEREE Qabduu?

Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Baga Gammaddan Carraa Scholarship UAE warreen Milkooftan Martinuu โœ…

๐Ÿ•นMirkanaa'eera Yeroo darbee Ministeerri barnoota Carraa Scholarshipii baasuunsaa ni yaadatama gara UAE tti Warreen milkooftan baga gammaddan ammas

Galmee kanaatti Caamsaa 24, 2015 irraa eegalee Yuunivarsiitii Addis Ababaatti dorgomtootaaf af-gaaffii fi qormaanni barreeffamaa ogeeyyii

โœ… Yunaayitid Arab Emireetiin ni kennama.

1. Garee 1A fi Garee 1B Caamsaa 23, 2015
2. Garee 2A fi Garee 2B Caamsaa 26, 2015 mooraa guddichaatti akka kutaan kun jedhutti odeeffannoon bal'aan waa'ee barattoota qormaataaf dhiyaatan link armaan gadii kana Seenuun Maqaa keessan ilaalladha /Dawnload bakka jedhu tuquun buufadhaa PDF dhaan jira
โœ…๐Ÿ‘‡Liinkii Maqaa Keessanii
bit.ly/3oDo80P
bit.ly/3oDo80P
Forwarded from Egeree Post
Baga Gammaddan Carraa Scholarship UAE warreen Milkooftan Martinuu โœ…

๐Ÿ•นMirkanaa'eera Yeroo darbee Ministeerri barnoota Carraa Scholarshipii baasuunsaa ni yaadatama gara UAE tti Warreen milkooftan baga gammaddan ammas

Galmee kanaatti Caamsaa 24, 2015 irraa eegalee Yuunivarsiitii Addis Ababaatti dorgomtootaaf af-gaaffii fi qormaanni barreeffamaa ogeeyyii

โœ… Yunaayitid Arab Emireetiin ni kennama.

1. Garee 1A fi Garee 1B Caamsaa 23, 2015
2. Garee 2A fi Garee 2B Caamsaa 26, 2015 mooraa guddichaatti akka kutaan kun jedhutti odeeffannoon bal'aan waa'ee barattoota qormaataaf dhiyaatan link armaan gadii kana Seenuun Maqaa keessan ilaalladha /Dawnload bakka jedhu tuquun buufadhaa PDF dhaan jira
โœ…๐Ÿ‘‡Liinkii Maqaa Keessanii
bit.ly/3oDo80P
bit.ly/3oDo80P
Indiyaatti aangaโ€™aa olaanaan naannoo tokkoo, Rajesh Vishwas silikiin harkaasaa bishaa keessa jalaa buunaan bishaan hidha guutuu keessaa akka waraabamu taasise.
Aangaโ€™aan kunis bilbilli harkaasaa kan hidhicha keessa jalaa buโ€™e osoo ofee kaโ€™aa jiruu taโ€™un gabaafame.
Waan aangaโ€™aa olaanaan kun raawwates biyyattii keessatti ijoo dubbii taโ€™aa jira.
Bilbilli harkaa aangaโ€™aa kanaa baayyee qaaliidha jedhames โ€˜Samsungโ€™ yoo taโ€™u, gatiin isaa ammaan tana gabaarratti doolaara 1,200 baasa jedhameera.
Maallaqni kunis maallaqa biyyattii Ruuppiitti kuma 100 akka taโ€™e tilmaamama.
Bilbilli harkaa aangaโ€™aa kanaatis kan bishaan keessa akka tasaa jalaa buโ€™e hidha Karkaataa jedhamuun beekamu keessatti ture.
Hidhi Kaarkaataa jidduu gala HIndiyaa bulchiinsa Chaatiisigaarii keessatti argama.
Bilbilli aangaโ€™aa kanaa erga bishaan hidha guddaa kana keessatti harkaa kufee boodas namoonni ogummaa bishaan daakuu qaban waamamuun akka bishaanicha keessa lixanii bilbilicha baasaniif baayyee yaalan illee osoo hin milkaaโ€™in hafeera.
Kanaan booda ture aangaโ€˜aan kunis bishaan hidhichaa guutuun akka keessaa waraabamuuf kan ajaja dabarsan.
Hidhicha keessaa bishaan ujummoodhaan waraabsiisee fixuuf guyyoota sadii kan itti fudhate yoo taโ€™u, dhumarratti bilbillisaa argamulleen deebiiโ€™ee hojjachuu akka hin dandeenyeetu himame.
Aab Vishwas bilbillisaa odeeffannoo cimaa mootummaa ilaallatu waan qabateef bishaan hidhicha keessaa waraabsiisuuf akka dirqme himuun falmate.
Haataโ€™u malee aangaโ€™aan ittigaafatamaa Abbaa Taayitaa Toโ€™annoo Nyaata naannichaa taโ€™e kun, aangoosaatti haala malee fayyadameera jedhamuun aangoorraa kaafameera.
Inni garuu bishaanicha waraabsiisuun dura hogganaa isaa irraa jechaan hayyama argachu miidiyaa biyyattiitti himeera.
Bilbila nama kanaa baasuudhaaf bishaan liitira miiliyoona lamaa ykn jerikaanii kuma 440 qisaasameera jedhame.
Ammi bishaan qisaasamee kunis yoo xinnaate lafa qonnaa heektaara 600 misoomsuuf kan gahuudhas jedhameera.
Aangaโ€™aan kunis gochaa isaa kanaan akka itti gaafatamaniifi ammattis hojiirraa dhorkamu miiidiyaaleen Indiyaa gabaasan.
Namni siyaasaafi Ittaanaa Pirezidantii paartii mormituu biyyattii BJP gochaan aangaโ€™aa kanaa aarsee tokkos, toora tiwitara irratti, โ€˜โ€˜bona kanaan namoonni dheebuu bishaaniitii wayita rakkatan, bishaan taankara keessaa qaban yaaddoon ilaalaa jiran kanatti, aangaโ€™aan mootummaa kun bishaan lafa heektaara hedduu misoomsu yoo qisaaseessu callisanii ilaalamaa?โ€™โ€™ jechuun barreessaniiru.

Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Update โœ…
International Rescue Committee - IRC vacancy announcement

Location: Dassenech, SNNPR

Positions:-


1. Position: Hygiene Promotion Officer

Education: BSc in Sanitary Science, #Public_Health, #Environmental_health; with relevant experience (2 years minimum experience)

Required No: 1


2. Position: Hygiene Promotion Assistant

Education: BSc/ Diploma in #Environmental_Health, #Public_Health and Social science field; with relevant experience ( #0_year - 2 years minimum experience)

Required No: 2


โŒDeadline: May 30, 2023



How To Apply:
Candidates meeting the above qualifications are encouraged to apply only through the


below IRC On-line recruitment website:



External: https:https://rescue.csod.com/ux/ats/careersite/1/home/requisition/42050?c=rescue


Internal: https://rescue.csod.com/ux/ats/careersite/2/home/requisition/42050?c=rescue

Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Forwarded from Promoter
Walaloo eenyuu dubbisuu barbaaddu?

Kan eenyuus dhaggeeffachuu feetu


Mee filadhaatii dubbisaa,dhaggeeffadhaa.๐Ÿ‘
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Akkam jirtu! Har'a odeeffannoo addaa tokkon qabadhee isiniif dhufe, Innis maali yoo jettan karaalee ammaan dura hin baramneen dhaabbanni #google namoota hojii #website hojjechuu barbaadaniif #appii ajaa'ibaa tokko qopheessera. Kanaanis guyyaatti qa*rshii 500 Hamma 3000 hojjechuu dandeessu. Appiicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaatii ittiin hojii eegalaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/create-your-own-website-and-earn-money-from-it-by-using-this-app/
#Gammaddanii Gadduu ?
Namichi lootarii Ameerikaa Powerball jedhamu doolaara biiliyoona lama mo'achuun reekardii qabate tikeetiin lootarii ittin mo'ate ''na jalaa hatameeti'' nama jedhuun himatame.
Edwiin Kaastiroon jiraataa bulchiinsa Kaalifoorniyaa yoo tahu, lootorii isaaf bahe al tokkotti doolaara miiliyoona 997.6 fudhachuuf murteesse.
Haa tahu malee amma jiraataan Kaalifoorniyaa biraa Joos Riveeraan qarshii sun kan koo tahuu qaba ture jechuun himannaa dhiyeesse.
Kaastiroon dhimma kanarratti yaada hin kennine. Dhaabbati Lotorii Kaalifoorniyaa garuu akka injifataa isa sirrii tahe shakkii hin qabnu jedhe.
Ibsa Guraandhala keessa baaseen dhaabbatichi yeroo hundumaa iyyannaa namoota qarshii mo'anneerra jedhanii akka mirkaneessu himuun, ''adeemsa kana raawwachuunis ofitti amanamummaa guddaa qaba,'' jedhe.
Riveeraan Mana Murtii Olaanaa Alhaambiraatti dha kan himannaa bane.
Akka inni jedhutti tikeetiin inni gaafa Sadaasa 7, 2022 bite gaafuma sana yeroo muraasa booda nama biraan jalaa hatame.
Namni himannaa dhiyeesse kuni tikeetiin lotorii mo'atte kuni akkamiin harka Kaastroo akka galte odeeffannoo guutuu hin kennine.
Tikeetiin Powerball doolaara 2'n kan bitamu yoo tahu, injifattoonni qarshicha fudhachuuf filannoo lama qabu.
Namni tokko hamma qarshii isaaniif bahe guutummaasaa waggaa waggaan, ganna 29f fudhachuu yoo tahu, garuu namni hundi sadarkaa jedhamuu danda'uun qarshii hanga xiqqaa takkaatti fudhachuuf murteessu.
Taphni lotoriin bara 1992tti jalqabe yeroo ammaa bulchiinsota Ameerikaa 45 keessatti taphatamuurra darbee daangaawwaan Ameerikaa Pootaa Rikoo fi Odoloota Varjin fa'is gaheera.
Namni lotorii kana mo'ate gibira moootummaa %24-37 kaffala. Kaalifoorniyaa fi bulchiinsota 10 biroo keessatti garuu gibira lotorii hin kaffalani.
Nuuw Yoorkii fi iddoowwan biroo kaanitti garuu lotorii irraa gibirri bulchiinsa magaalaas ni fudhatama.
dabalataaf join godhaaโœ…๐Ÿ‘‡

โœ…Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Egeree Post pinned ยซ#Gammaddanii Gadduu ? Namichi lootarii Ameerikaa Powerball jedhamu doolaara biiliyoona lama mo'achuun reekardii qabate tikeetiin lootarii ittin mo'ate ''na jalaa hatameeti'' nama jedhuun himatame. Edwiin Kaastiroon jiraataa bulchiinsa Kaalifoorniyaa yoo tahuโ€ฆยป
Assistant Teacher for Kindergarten
#bisrate_gebriel_international_school
#education
#Addis_Ababa
Bachelor's Degree or Diploma in Education Planning & Management, Early Childhood Education, Teaching or in a related field of study
Duties & Responsibilities:
- Responsibilities include cleaning and organizing after classes and maintaining student records
- Assist with lessons and help the children participate in classroom activities
Quanitity Required: 1
Minimum Years Of Experience: #0_years
Deadline: June 2, 2023
How To Apply: Submit your applications in person to Bisrate Gebriel International School, located around Gofa Mebrat Haile, in east west Hall, in front of Nigist Hotel

โœ…Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
vacancy announcement from #Oromia regional health bureau


โœ…Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Egeree Post pinned a photo
๐Ÿ‘‰ Badhaasa kana irratti kan hirmaatu chaanaalii Telegramii keenya 
is.gd/qhq6Dp is.gd/qhq6Dp
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Awash_bank_official kana kan #like fi #share godhe qofa!

๐Ÿ‘‰ Dorgomtoota dursanii deebii sirrii deebisan sadiif (3) kennaa addaa Baankiin keenya qopheesse ni badhaafamu!

 ๐Ÿ‘‰Yaadachiisa- Hirmaattonni kanaan dura badhaafaman dorgommii kana keessatti hin hammataman!
 โœ…Carraa Gaarii! ๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (ยฎyooyyaaยฉ)
๐Ÿ’ชApplication TIKTOK maallaqa qusatuu fi beeksisa adda addaatiin nama hin jeeqne haalli itti fayyadama isaas salphaa fi mijataa ta'e kanaan guyyaa keessa bareechadhaa.
Asiin argattu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/40rDhQb
https://bit.ly/40rDhQb
Forwarded from Egeree Post
Ariifachiisaa #Share godhaa

Baga Gammaddan Carraa Scholarship UAE warreen Milkooftan Martinuu โœ…

๐Ÿ•นMirkanaa'eera Yeroo darbee Ministeerri barnoota Carraa Scholarshipii baasuunsaa ni yaadatama gara UAE tti Warreen milkooftan baga gammaddan Isiniin jechaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โšก๏ธ
#Share gochuun Ijoollota keenya qaqqabsiisaa adaraa

Galmee kanaatti Caamsaa 24, 2015 irraa eegalee Yuunivarsiitii Addis Ababaatti dorgomtootaaf af-gaaffii fi qormaanni barreeffamaa ogeeyyii UAE waan Kennamuuf qopha'aa
#Share Hiriyoota Keessaniif godhaaโœ…

1) Garee 1A fi Garee 1B Caamsaa 23, 2015

2) Garee 2A fi Garee 2B Caamsaa 26, 2015 mooraa guddichaatti akka kutaan kun jedhutti odeeffannoon bal'aan waa'ee barattoota qormaataaf dhiyaatan.. link armaan gadii kana Seenuun Maqaa keessan ilaalladha /Dawnload bakka jedhu tuquun buufadhaa PDF dhaan jira
โœ…๐Ÿ‘‡Liinkii Maqaa Keessanii
bit.ly/3oDo80P
bit.ly/3oDo80P
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Lakkoofsa Bilbilaa qofaa itti guutuun, Bakka jaalalleen kee yookaan ijoolleen keessan jiran hordofuu fi beekuu dandeessu. Kana gochuuf kan isin gargaaru application dhiyeenya gadhiifame kana fayyadamuun salphaatti beekuu dandeessu. Appicha argachuuf link gadiin seenaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa.
        ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LINK๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/lakkoofsa-bilbilaa-qofa-galchuun-bakka-jaalalleen-jirtu-baruuf-appii-kana-buufadhaa/
Recep Tayyip Erdogan irra deebiin preezdaantii Turkii ta'uun filataman
******

Recep Tayyip Erdogan filannoo preezdaantummaa Turkiyaatti gaggeeffame marsaa 2ffaa injifachuun ammas preezdaantii biyyattii taโ€™uu isaanii mirkaneessaniiru.

Waggoota 20 oliif Turkii kan hoogganan Erdogaan, filannoo marsaa lammaffaa har'a gaggeeffameen morkataa isaa cimaa Kemaal Kilidaroglu injifachuun waggoota shanan dhufaniif biyyattii akka hoogganu mirkaneesse jechuun Aljaziiraan miidiyaa biyyattii wabeeffachuun gabaaseera

โœ…Our Website:- egeree.com


๐ŸŒˆTelegram:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs