Egeree Post
8.09K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Dubartii miixuun qabamtee gaalafi lafoon sa’atii torba imaltee hospitaalatti deesse
Moonaan yeroo miixuun ishee jalqabu, gargaartuun ishee gaalashee ture.
Moonaan manashee naannoo gaararra jiruutii hospitaala km40 fagaatu qaqqabuuf sa’atii afur caala hin fudhatu jettee yaaddee ture.
Garuu daandiin jiraachuu dhabuu, dhukkubbii miixuu, haala qilleensaa badaa wajjiin imalichi sa’atii torba itti fudhate.
‘’Hammuma gaalli gara fuulduraatti tarkaanfatu, qaamni koo gargar baha ture,’’ jetti.
Gaalli yeroo deemuu dadhabdu Moonaan irraa buutee adeemsa isa dhumaaf miilaan abbaa manaashee wajjin tirachuu jalqabde.
Kaaba-lixa Yaman, godina Mahiwiit keessatti hospitaal Baanii Saad qofatu dubartoota kumaan lakkaa’aman tajaajila.
Karaan hospitaala kana geessus gaala ykn lafoo qofa deemamuu danda’a.
Moonaan otoo imalaa jirtuu nageenya daa’imashee hin dhalanneefi ofiif yaaddofti.
‘’Daandicha dhakaatu itti baay’ata,’’ jetti qaamaafi sammuun dadhabsiisaa akka tures himti.
Gidiraa kanarraa furamuuf yerootti Waaqni anaan fudhatee, daa’ima koo akka eegu kadhadhe jira,’’ jetti.
Monaan akkatti hospitaala geesse hin yaadattu, daa‘imashee harka hakiimotaarratti boo’u dhageessee abdiin guutamuu garuu yaadatti.
Abbaa warraashee wajjin tahuun daa’ima dhiiraa argatan maqaa hakiima baqaqsanii wal’aanuu isaaniin gargaare Jaarraa jedhamuun moggaasan.
Daandiin gandoota naannoo sanaa hospitaala geessan baay’ee dhidhiphoo dha. Gariin isaanii waraana waggootii saddeetiif tureen manca’aniiru ykn cufamaniiru.
Waraanni kuni humnoota mootummaa deeggaran Saa’udiin gargaartuufi hidhattoota warraaqsa Huuttii Iraaniin gargaaraman gidduutti adeemsifamaa ture.
Yeroo baayyee dubartoota ulfaa maatiifi firatu gargaaree gaara baasee hospitaalaan geessa.
Saalmaa Abduun nama ganna 33 yoo tahu dubartii ulfaa gara hospitaalaa otoo geessuu karaa walakkaatti akka jalaa duute dubbata.
Saalmaan namoonni haadholii fi ijoolleef akka oogan gorsa.
‘’Karaa, hospitaala, faarmaasii barbaanna. Sulula kana keessatti danqamnee jirra. Warreen carraa qabeettii tahantu nagaan dahee furama. Kaan karaa irratti gidiraa argu, kaan immoo ni du’u,’’ jetti Moonaan.
Yaman keessatti dhibee yeroo dahumsaa ittisamuu danda’urraa garaagarummaa sa’atii lama keessatti dubartiin tokko duuti jedha dameen UN dhimma uummataa ilaallatu UNFPA.
Hojjetaan dhaabbaticha Hichaam Nahaaroo yeroo baayyee dubartoonni Yaman iddoowwan magaalarraa fagoo jira hordoffii ulfaa hin argatanii, kan isaan gargaarsa barbaaduu jalqaban yoo dhiiganiifi dhukkubbii hamaa itti dhgahamu dha jedha.
Seenaan Moonaa haadholii Yaman baayyee keessaa kan ishee tokko qofaa dha. Namoonni harka 80 tahan jireenyi isaanii gargaarsa irratti kan hundaa’e dha.
Deeggarsi idila addunyaarraa kennamu dhaabachuurraan kan ka’e hospitaalli Baanii Saad rakkoo maallaqaa keessa galeera.
Hojjettoonni hospitaalichaa egeree haadholiifi daa’immanii yaadda’aa ammas lubbuu jaraa baraaruuf dursa kennaa jiru.

🌈Telegramii join godha
👇 #Share
https://t.me/michujobs
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa hojjettoota haaraa qacaramaniif leenjii ji'oota 11 kennuu eegale.
=============================================================================================================
Leenjiin ti’oorii fi qabatamaa hojii fi aadaa hojii baankichaa irratti Caamsaa 15, 2015 irraa eegalee eebbifamtoota digrii lammaffaa 76 leenjifamtoota hoggansa ta’uun Baankii Daldala Itiyoophiyaatti makamaniif Caamsaa 15, 2015 irraa eegalee eegalameera.

Akka ogeessi qacarrii humna namaa fi misooma baankichaa Zeenu Kemaal jedhanitti, leenjifamtoota haaraa kanaaf imala misoomaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa kanaan dura taasise, qooda gabaa faayinaansii irratti qabu, maastar pilaanii baankichaa fi kallattii jijjiiramaa.

Ato Zeinuu itti dabaluudhaan leenjifamtoonni leenjii ti'oorii Giddugala Gahumsa Baankichaa keessatti kennamuun alatti walumaa galatti ji'oota 11f leenjiin hojii irratti akka kennamu himaniiru.

Hirmaattota leenjichaa keessaa tokko kan ta’e Birook Prinsi Seged hojii baankii irratti haaraa ta’uu ibsuun leenjiin kun waa’ee baankii beekumsa ti’oorii fi qabatamaa akka argatu akka isa gargaaru dubbataniiru.

Hirmaataan leenjichaa kan biraa Biskutee Mohaammad leenjiin kun itti gaafatamummaa hojiitti qabdu karaa sirrii ta’een akka ba’attu kan dandeessisu ta’uu ibsaniiru.
#Website
👇👇
Egeree.com
Egeree.com

👇daawadhaa yeroo dhihootti Odeeffannoo Beeksisaafi Hojiilee Ajayibaatiin dhufaa jira

👇 Egeree.com Egeree.com
Egeree.com Egeree.com

Namoota hojii barbaadaniif hojii #Online qabatee liinki Cuqaasuun
👇
Egeree.com daawwadhaa Akka maqaasaa Hojii bareedaaf qabatamaa qabatee as bahaa jira 👉Egeree.com Egeree.com
Egeree Post pinned «Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa hojjettoota haaraa qacaramaniif leenjii ji'oota 11 kennuu eegale. ============================================================================================================= Leenjiin ti’oorii fi qabatamaa hojii fi aadaa hojii…»
Kutaan Poolisii Los Angeles Hojii Poolisii Keessatti Saree Roobootii Bobbaasuuf Murteesse
******

Kutaan Poolisii Los Angeles hojii poolisii keessatti saree roobootii bobbaasuuf murteessuu isaa beeksise.

Sareen roobootii kun dhaabbata Boston Dynamics jedhamu kan dizaayinii fi hojiirra oolche yoo ta'u, naannoo fi gamoo poolisiif rakkisaa ta'e keessatti socho'uudhaan hojii poolisii bakka bu'a jedhameera.

Sareen roobootii kun meeshaalee adda addaa adda baasuu fi urgaa'uu kan qabu yoo ta'u, naannoo poolisiin dhaqqabuu hin dandeenyetti bobbaafama.

🌈Telegramii join godha
👇 #Share
https://t.me/michujobs
Akkaawuntiiwwan Google yeroo dheeraaf itti hin fayyadamne haleellaa saayibariif saaxilamuu danda'u
********

Akka imaammata haaraa kanaan, Google yeroon akkaawuntii dhuunfaa Google kan akkaawuntii sochii hin qabneef waggaa lama qofa akka daangeffamu beeksiseera.

Jijjiiramni imaammataa kun nageenya toora interneetii fooyyessuuf kan kaayyeffate ta’uu Google dubbata.

Akkaawuntiiwwan yeroo dheeraaf hojii malee turan haleellaa saayibariif saaxilamoo ta’uu isaanii himama, keessumaa kanneen jechoota icciitii laafaa fi yeroon isaanii darbee fi fooyya’iinsi nageenyaa dabalataa hin qabne.
🌈Telegramii join godha
👇 #Share
https://t.me/michujobs
Harargee Galamsootti Warabessii Lilmoo Waranateee Oduu ajab Addunyaa jechisiisu
👇dubbisaa Liinkii banuun

👇
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02XiNZSeBFvkRn2419rwGWEAq9FS8ndPzJwcRRSVBdzVdQj7V3s6AedRGuENfPFJxql/?app=fbl
Forwarded from Egeree Post
Harargee Galamsootti Warabessii Lilmoo Waranateee Oduu ajab Addunyaa jechisiisu
👇dubbisaa Liinkii banuun

👇
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02XiNZSeBFvkRn2419rwGWEAq9FS8ndPzJwcRRSVBdzVdQj7V3s6AedRGuENfPFJxql/?app=fbl
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Hojii online hojjetaman keessaa hojiin kun Ulaagaa Tokko malee nama Hundaaf ni Hojjata, Hojiin isaa baay'ee Salphaadha. Kana malees Haala Salphaan Galii Guddaa Irraa Argattu. Namoota Jalqaba Seenaniif Bonus hamma dollar 56 tti Kenna, namoonni hojii kana hojjechuu feetan liinkii gadiin seenuun application isaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa haala salphaadhaan itti fayyadamaa. Hojii gaarii isiniif haa ta'u.
👇👇👇👇👇👇
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Osoon areeda baasee maalan fakkaadha jettanii yaaddanii beektuu? Mee dhiirris, dubarris suura keessan itti galchuudhaan ilaalladha. Akkasumas gaafa dullomtan maal akka fakkaattan, osoo dhiira ykn dubara taatetta ta'ees maal akka fakkaattu ittiin ilaalladhu. Liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://best.3fnews.com/suura-keessan-irratti-fuula-keessan-akka-barbaaddanitti-edit-kan-isiniif-godhu-appii-kana-buufadhaa/
Vacancy Announcement
_________________________
Positions
1. Branch Manager Class IV Branch
2. Customer Service Manager I
_______________________________
Term of Employment: Permanent for all Positions
How to Apply
For more information on qualifications and more please visit the below link to our website:
https://www.awashbank.com/vacancy/
Egeree Post pinned a photo
Vacancy Announcement

🧿Awash Bank New Job Vacancy

Positions
Branch Manager Class IV Branch
Customer Service
Term of Employment: Permanent for all Positions
How to Apply
For more information on qualifications and more please visit the below link to
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs

🌈Telegramii join godha dorgomaa gitoota Isin Ilaallatu Irratti

👇
#Share

https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Skip to content

Top job portal in Ethiopia

All jobs in one place

 Menu

Ethiopian Airlines Group

Home » Ethiopian Airlines Group

Ethiopian Airlines Group

Full Time

Addis Ababa

Posted 4 hours ago

Ethiopian Airlines Group would like to announce a new vacant position in the capacity of Jr. Data Entry & Administrative Clerk and Reservation Agent
Position 1 – Jr. Data Entry & Administrative Clerk
Qualification Requirements
👇