Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#flash_disk_akkamitti_password_dhaan_hidhuu dandeenya?
Daataa iccitii adda addaa flash disk irratti qabannee deemna! Daataa (faayiloota, viidiyoo, suuraa fi kkf) ofii keetii malee namni biraa akka hin argine barbaaddu flash disk irratti kuufta.
Kanaafuu, isin malee namni daataa iccitii keessan akka hin argine ykn akka hin fayyadamneef jecha jecha darbiitiin flash drive cufuu qabdu.
Ok, fayyadamtoonni Windows 10, tarkaanfii armaan gadii hordofuun flash drive keessan passwordiin cufuu dandeessu.
1-Flash drive gara kompitara keessanitti galchuun mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaasaa.
2- Yeroo mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaastan, flash drive keessan saanduqa mul'atu keessatti ni mul'ata
3- Flash disk irratti mirga cuqaasaa
4- Yeroo flash disk "right click" goonu "Turn BitLocker on" filadhu.
5- Sana booda password galchi, password hin daganne galchitee "next" jedhii si gaafata.
6- Sana booda "Encrypt entire drive" filachuun "next" jedhi. Xumurameera.Flash driven passwordiin cufamee jira.
Kana booda namni biraa si malee flash fayyadamuu hin danda'u.
Yeroo flash drive fayyadamuu barbaaddan yeroo flash drive kompitara keessan irratti dachaa lama cuqaastan password akka galchitan isin gaafatee password galchuudhaan fayyadamuu dandeessu.
#Temarutn_Menstruang #Ati_Beekte #sammudha
#Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#flash_disk_akkamitti_password_dhaan_hidhuu dandeenya?
Daataa iccitii adda addaa flash disk irratti qabannee deemna! Daataa (faayiloota, viidiyoo, suuraa fi kkf) ofii keetii malee namni biraa akka hin argine barbaaddu flash disk irratti kuufta.
Kanaafuu, isin malee namni daataa iccitii keessan akka hin argine ykn akka hin fayyadamneef jecha jecha darbiitiin flash drive cufuu qabdu.
Ok, fayyadamtoonni Windows 10, tarkaanfii armaan gadii hordofuun flash drive keessan passwordiin cufuu dandeessu.
1-Flash drive gara kompitara keessanitti galchuun mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaasaa.
2- Yeroo mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaastan, flash drive keessan saanduqa mul'atu keessatti ni mul'ata
3- Flash disk irratti mirga cuqaasaa
4- Yeroo flash disk "right click" goonu "Turn BitLocker on" filadhu.
5- Sana booda password galchi, password hin daganne galchitee "next" jedhii si gaafata.
6- Sana booda "Encrypt entire drive" filachuun "next" jedhi. Xumurameera.Flash driven passwordiin cufamee jira.
Kana booda namni biraa si malee flash fayyadamuu hin danda'u.
Yeroo flash drive fayyadamuu barbaaddan yeroo flash drive kompitara keessan irratti dachaa lama cuqaastan password akka galchitan isin gaafatee password galchuudhaan fayyadamuu dandeessu.

๐Ÿšจ

Akkaataa bilbila Android keessaa vaayirasii balleessuu dandeenyu

Cache fi download keessan qulqulleessaa.

๐Ÿ‘‡Settings banuun gara Apps & notifications seenuun Chrome filadhaaโœ…

Meeshaa Android keessan haala nageenya qabuun irra deebi'aa Ilaalaa โœ…

Appilikeeshiniiwwan hamaa barbaadaa balleessa โœ…

Google Play Protec jedhu hojiirra oolchuun itti gargaarama โœ…

Software farra malware ta'e irratti fe'adhaa

#Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

Odeeffannoo Technology tiif join godhaa liinkii banuun
Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Waliif qoodaa

Dear Examinees the schedule for exam is some how revised

โœ…Baankiin Oromiyaa Haala waamicha qormaataa #Waan fooyyeessef irra deebiin Ilaalaa

Check it well from the upload document her
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Egeree Post
Odeeffannoo dhiyeenyaa

Galmee qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa boru Ebla. 20/2015 Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa sa'aatii 11:30 irratti akka xumuramu beeksiseera.

Kaadhimamaa hanga ammaatti hin galmoofne hanga guyyaa boruutti akka galmaa'an tajaajilichi dhaamseera.

Qorattoonni sababa kamiinuu hin galmoofne "boru booda hin fudhadhu" jechuun beeksiseera.

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 yunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu yoo ta'u, galmeen erga xumuramee booda sa'aatiin qormaataa kan ifoomu ta'a.

Warri miseensa maatii keenya taatan guyyaan qormaataa hanga ammaatti akka hin beekamne beekuun odeeffannoo sobaa irraa fagaadhaa.
Odeeffannoo dabalataaf join godhaa hordofaa
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
Carra argame itti gargaaramaa Nama heedduu barbaada โœ…
Ethiopian Airlines Group แ‰ แˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแˆตแˆซ แˆ˜แ‹ฐแ‰ฆแ‰ฝ แˆ แˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข
Position:
1: Assistant Inventory Auditor

2: SUPERVISOR RESERVATION

3: RESERVATION AGENT

4: SPA Attendant

๐Ÿ“šแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹“แ‹ญแАแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹ฐแˆจแŒƒ:/Qualification and Education level her
BA Degree in Hotel management/Food and Beverage Service/ Hotel Management/ Restaurant Management/Hotels and Tourism Management /Cooperative Business management /Property Management Management/Management/Marketing Management or any related field of study from a recognized TVET/College/university with a minimum of 6 yearsโ€™ work experience on similar areas at catering production/Operation/front desk/office area
Fore more Information about Vacancy join Our telegram
Telegrami join gochuun gitoota feetan irratti dorgomaa Waliifis qoodaa liinkii telegrami banuun
๐ŸŒˆTelegram ใ€‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Dargaggoota Barnoota Sadarkaa ol'aanaa xumurtanii hojii dhabdanii jirtanii fi namoota hojii dabalataa barbaaddaniif baga gammaddan jechaa Sa'atii tokko keessatti doolaara $5 hamma $100 karaa ittiin hojjettan isiniif fideera.
Ammuma carraa kanatti fayyadamaa. Liinkii gadiin seenaa galmaaโ€™aa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/make-money-by-your-profession-using-this-app/
https://best.3fnews.com/make-money-by-your-profession-using-this-app/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Guyyaatti qar*shii 500n ol hojjechuuf appii kana buufadhaa. Namni jabaatee yoo hojjete ni milka'aa, rakkina ykn hojii hin qabu jechuun amala ta'e malee, hojiin nama jijjiiru baay'eetu jira. Kanaafuu jijjiirama yoo feete ammuma application kana buufachuun hojii eegali. LIINKII gadiirraa buufadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Afaan Engiliffaa yeroo gabaabaatti baruu feetu?
Dandeettii afaan Ingiliffaa kee Cimsachuu fi Guddifachuuf karaa salphaa fi baasii tokko hin qabneen waan argameef irraa fayyadamaa ta'aa. Bilbiluma keenyaan afaan Ingiliffaa turtii Ji'a 5 hin caalletti barachuu dandeenya. Akkasumas afaanota dabalataa biroo hedduu Barachuuf isin gargaara. Kanaafuu Afaan Ingiliffaa fi afaan biroo salphumatti barachuuf ammuma liinkii gadii kanaan seenaa buufadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://is.gd/mDrzHj
https://is.gd/mDrzHj
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Website irraa namoonni muraasni qar*shii xiqqaa isaa 8,000 fi qar*shii guddaa hamma 100,000 ol ji,aan dalaganii jireenya isaanii gaggeessaa jiru. Isinis kana irratti hirmaachuun intarneetii madda galii keessan godhachuun, jireenya ofii keessanii, maatii keessanii fi Biyya keessan jijjiiruu dandeessu. Website mataa keessanii kan isiniif uumu appii kana link gadii tuquun seenaa buufadhaa.
         ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
           https://is.gd/YS8KmQ
           https://is.gd/YS8KmQ
           https://is.gd/YS8KmQ
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Bilbila keessan hattuu irraa kan isiniif eeguu danda'u App ajaa'iba yeroo namni bilbila keessan kisii keessan keessa fudhachuuf yali godhu fi bakka isin keessanii yeroo namni bilbila keessan kaasuuf yaalu iyyee kan isin beeksisu App barbaachisa kana download godhadhaa hedduu itti gammadu. Liinkii gadiirraa buufadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://is.gd/DqVz3q
https://is.gd/DqVz3q
https://is.gd/DqVz3q
https://is.gd/DqVz3q
Forwarded from Egeree Post
Dhugaa dubbachuuf Namni Kun namoota hojii barbaadan gara chaneela #Odeeffannoo Beeksisa hojii qabatamaatti dabaluunsaa yaadaa qajeeladha Sababni isaa nuti #qarshii keenyaaf yeroo keenya #Aarsaa goonetu Odeeffannoo isin biraan geenya Isin immoo gaarumma Obboleessa/Obboleetti keessaniif yaaduun fedha keessan malee dirqama miti namni #Beeksisa hordoftaniif Odeeffannoolee garaa garaa qabatamaa feetan

โœ…Jijjirraa bakka hojii
โœ…Qaxara Muuxannoo malee

โœ…Qacarrii muuxannoo waliin akkasumallee Odeeffannoo Technlogy Bussiness wal qabatu hordofuu feetan #Hiriyaa jaallattan gara #Chaneela kanaatti afeera #Add godhaa Utuu mana Keessanii hin bahiin Bakka deematanii dorgomataniif Ulagaa Beeksisoota Aadda baafadhaa #Dadhabbii malee Mana keessan ta'aa waan feetan follow godha

โœ…Fakkenyummaakee heedduu dinqisiifanna #JXV namoota #add gochuukeef ๐Ÿ™

liinkii banuun #bakka ๐Ÿ‘‡Add jedhu Tuquun #Addmember โœ… Cuqaasuun #Hiriyaa jaallatan chaneela ka atti dabalaa ๐Ÿ™๐Ÿ™

https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Gitoota hojii haaraa waggaa 0/ Zero irraa kaasee hanga Sadarkaa Ol'aanatti

โ–ช๏ธ Carraa sagantaa scholarship bilisaan biyyoota adda addaatiin kennaman Apply gochuu
Yookaan/ Visa bilisaa biyyota garaa garagaraa hojiif barbaadu

โ–ช๏ธ Yeroo boqonnaa keessanitti galii dabalataa argachuuf carraa barbaaduu/ Biyya keessaf biyya alaatti Partime
๐ŸšจBarnoota Computera dabalatan akka argattan basic Computer
๐ŸงฟEmail banachu
๐Ÿงฟ Online Mana teessani apply gochuu
๐ŸงฟFile Keessan utuu qarshii mana internetitti hin baasin pdfn Convert godhachuu
๐ŸงฟScani ofii keessaniif akka godhattaniif barnoota kan isiniif laannu ta'aa
๐ŸŒˆTelegram Join gochuun
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8 Waan feetan hordofuu dandeessu Mana keessaniif iddoo hojii kessanii ta'uun

Carraa kanatti fayyadamuuf teessoo Telegram armaan gadii kanaan nu waliin ta'uun hawwii keessan dhugoomsaa
๐ŸŒˆTelegram Join gochuun
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Beeksisa waamicha qormaata barreeffamaa

Akka beeksisa gaazexaan Addis Memda Mudde 12, 2015 maxxanseetti, Ethiopian Electric Power hojjettoota IT application 1ffaa qacaruuf jira.Qormaata barreeffamaa waajjira guddicha inistiitiyuutichaa gamoo 20ffaatti akka dhiyaattan isin dhaamna.

โœ…maqaa keessan liinkii telegramii banuun Ilaalladhaa
๐ŸŒˆTelegram ใ€‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Ethiopian Electric Power call for written test

According to the announcement published by Addis Meleda newspaper on Tihsas 12, 2015, Ethiopian Electric Power is recruiting IT application 1st position workers. We urge you to attend the exam as the written exam will be held on the 20th floor
โœ…maqaa keessan liinkii telegramii banuun Ilaalladhaa
๐ŸŒˆTelegram ใ€‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
#WOW Biyyoota Akka Australia๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡บ , New York๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ , canada๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ fi kanneen biroo Deemuu Barbaadduu? Maarree Dhaabbanni Free Visa jedhamu Namoota Biyya Keessaas ta'u, biyya bakkee jiraatan walitti qabee baasii tokko malee biyyoota kanneen geessee carraa hojii uumaafii jira. Kanaaf isiniis carraa kanatti fayyadamtanii ofiis, maatii keessaaniis jijjiiruu dandeessu. Liinkii Kana Tuquun appicha buufadhaatii Iddoo Jiraattanii fi Maqaa Keessan Guutuun galmaa'aa.....
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/41JFRBW
https://bit.ly/41JFRBW
https://bit.ly/41JFRBW
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Bilbila Jaalallee Keessanii Hordofuu Barbaadduu? Teeknooloojiin waan ajaa'ibaa fideera bakka barbaaddetti mana kee teesse mobile keetiin waan jaalalleen kee hojjetu ykn hojjettu sagaleedhaan dhaggeeffachuu fi viidiyoo ilaaluu dandeessa. Applikeeshiniin kun kana hunda haala salphaadhan siif hojjataa Linkii kana tuquun install gochuun bilbila keetiin hordofuu dandeessu. Applikeeshinii kana linkii kana Tuqaa Install Godhadhaa.
        ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/phone-numbers-game-blocker-and-gps-tracker-app/
Forwarded from Egeree Post
๐ŸšจVPN Update ta'eedha itti gargaarama Caalmmaa qaba Vpn bira irraa Waan hundaaniyyuu

โœ…Android 5.0+ required

Most are free to use, you can click the flag and change server as any times as you want.

Why choose Secure VPN?
โœ… Large number of servers, high-speed bandwidth
โœ… Choose apps which using VPN (Android 5.0+ required)
โœ… Works with Wi-Fi, 5G, LTE/4G, 3G and all mobile data carriers

โœ… Strict no-logging policy
โœ… Smart choose server
โœ… Well-designed UI, a few ADs
โœ… No usage and time limit
โœ… No registration or configuration required
โœ… No additional permissions required
โœ… Tiny size, more safer and Open link dawnload her
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://apk.3fnews.com/update-secure-vpn-safer-and-lightning-fast-vpn-2023/
Egeree Post pinned a photo
Egeree Post pinned Deleted message