Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Forwarded from Egeree Post
๐ŸŒˆTelegramii
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
JAALALA MILKEESSUUF MAAL GOCHUU QABNA?
โ˜†โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ˜†
โ–  Walitti dhufeenya jaalalleewwanii bu'a qabeessa taasisuu fi itti fufiinsa akka qabaatuf gochoonni nuti guyyaa guyyaan dalagnu murteessadha. 

Qabxiiwwan kan akka yeroo hunda miira jaalala keenyaa ibsuufii, ishee ykn isa gammachiisuf dhama'uun jaalala milkeessuf ga'ee guddaa qabu.
Jaalala keenya milkeessuuf maal maal gochuu qabna kan jedhuuf liinkii gadiin seenaa dubbisaa. Ykn marsariitii Kaku press irraa dubbisaa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://is.gd/YPrhRO
https://is.gd/YPrhRO
Namoonni Konkolaataa keessatti Firaashii duwwaa maruun dhukkubsataa Kalee fakkeessuun maallaqa walitti qabaa turan 4 toโ€™ataman

Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) โ€“ Namoonni Konkolaataa keessatti Firaashii duwwaa maruun ciibsanii dhukkubsataa Kalee fakkeessuun maallaqa Yaalaa walitti qabaa turan 4 toโ€™atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.

Namoonni kunneen Kutaa Magaalaa Addis Katamaa aanaa 1 naannawaa Siinimaa Raas jedhamuun wamamutti gochaa kana wayita raawwaataa turan toโ€™atamuu eerameera.

Firaasha duwwaa maruun namni Kalee dhukkubsate Konkolaataa keessa ciisee akka jiruu fakkeessuun maallaqa wayita walitti qaban eeruun ummataarraa argameen toโ€™atamuu ibseera.

Namoota rakkoo keessa jiran deeggaruun akkuma jirutti taโ€™ee hawaasni namoota hojii seeraan alaa raawwatan kanneen qulqulleeffachuu akka qaban Poolisiin magaalaa Finfinnee ergaa dabarseera.
https://t.me/Oduu_123
https://t.me/Oduu_123
Odeeffannoowwan waqtaawaa hordofaa
https://t.me/Oduu_123
Forwarded from Egeree Post
#Beeksis_haaraa

Vacancy Announcement:
============
Awash Bank invites competent and qualified candidates for different positions
_______
How to Apply
For more information on Positions, qualifications and more, please visit the below link to

๐ŸŒˆTelegramii
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Bilbila Jaalallee Keessanii Hordofuu Barbaadduu?
Teeknooloojiin waan ajaa'ibaa fideera bakka barbaaddetti mana kee teesse mobile keetiin waan jaalalleen kee hojjetu ykn hojjettu sagaleedhaan dhaggeeffachuu fi viidiyoo ilaaluu dandeessa. Applikeeshiniin kun kana hunda haala salphaadhan siif hojjataa Linkii kana tuquun install gochuun bilbila keetiin hordofuu dandeessu.
Applikeeshinii kana linkii kana Tuqa Install Godhadhaa.
        ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/phone-numbers-game-blocker-and-gps-tracker-app/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Password Wi-Fi kamiyyuu bilisaan fayyadamuu kanneen feetaniif appiin kun baay'ee isin gargaara, akkasumas carraa guddaa of keessaa qaba. Akka appii warra kaanii miti, future hedduu qaba. Passwordii wifi kamiyyuu maqaa fi password isaa waliin show isiniif godha.
Liinkii gadii tuquun buufadhaa fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/wi-fi-password-connecter-application/
https://best.3fnews.com/wi-fi-password-connecter-application/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Namni isin hin beekne bilbila keessan irratti bilbilee isin jeeqaa jiraa? Appii Nama isin maqaa isaa hin qabne, yeroo bilbila keessan irratti bilbilu maqaa namaa sanaa fi bakka inni jiraatu isinitti himu kana bilbila keessan irraa dhabuu hin qabdan, Appii Haaraadha.
Liinkii gadii tuquun buufadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/know-who-is-call-for-me-before-answering-phone/
https://best.3fnews.com/know-who-is-call-for-me-before-answering-phone/
๐ŸงฟUpdate

Addis Ababa Institute of Technology (AAiT) -Ethiopia แ‰ แˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแˆตแˆซ แˆ˜แ‹ฐแ‰ฆแ‰ฝ แ‰ แ‹œแˆฎแ‹“แˆ˜แ‰ตแŠ“แ‰ แˆแˆแ‹ต แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ
แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข

Position:
1: Safety Inspector
2: Site Engineer
3: Site Engineer-Plumbing
4: Site Engineer-Electrical
5: Site Engineer-Civil 
6: Site Inspector-Electrical
7: Site Inspector-Mechanical
8: Site Inspector-Civil
9: Quantity Surveyor
See full information join our telegram

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
๐Ÿ“šQualification and Education level
BSc. in COTM,BSc in Civil/Mechanical Engineering,BSc. in Electrical Engineering

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Location แก Addis Ababa
 
โŒDeadline แก แˆšแ‹ซแ‹šแ‹ซ 25/2015 แ‹“.แˆ

๐ŸŒˆTelegramii Join gochuun gitoota isin Ilaallatuu irratti dorgimaa Isin hin Ilaallatu yoo ta'e namoota hojii barbaadaniif #Share godhaa liinkii banuun Apply godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#flash_disk_akkamitti_password_dhaan_hidhuu dandeenya?
Daataa iccitii adda addaa flash disk irratti qabannee deemna! Daataa (faayiloota, viidiyoo, suuraa fi kkf) ofii keetii malee namni biraa akka hin argine barbaaddu flash disk irratti kuufta.
Kanaafuu, isin malee namni daataa iccitii keessan akka hin argine ykn akka hin fayyadamneef jecha jecha darbiitiin flash drive cufuu qabdu.
Ok, fayyadamtoonni Windows 10, tarkaanfii armaan gadii hordofuun flash drive keessan passwordiin cufuu dandeessu.
1-Flash drive gara kompitara keessanitti galchuun mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaasaa.
2- Yeroo mallattoo "This PC" jedhu lama cuqaastan, flash drive keessan saanduqa mul'atu keessatti ni mul'ata
3- Flash disk irratti mirga cuqaasaa
4- Yeroo flash disk "right click" goonu "Turn BitLocker on" filadhu.
5- Sana booda password galchi, password hin daganne galchitee "next" jedhii si gaafata.
6- Sana booda "Encrypt entire drive" filachuun "next" jedhi. Xumurameera.Flash driven passwordiin cufamee jira.
Kana booda namni biraa si malee flash fayyadamuu hin danda'u.
Yeroo flash drive fayyadamuu barbaaddan yeroo flash drive kompitara keessan irratti dachaa lama cuqaastan password akka galchitan isin gaafatee password galchuudhaan fayyadamuu dandeessu.
#Temarutn_Menstruang #Ati_Beekte #sammudha
#Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

๐Ÿšจ

Akkaataa bilbila Android keessaa vaayirasii balleessuu dandeenyu

Cache fi download keessan qulqulleessaa.

๐Ÿ‘‡Settings banuun gara Apps & notifications seenuun Chrome filadhaaโœ…

Meeshaa Android keessan haala nageenya qabuun irra deebi'aa Ilaalaa โœ…

Appilikeeshiniiwwan hamaa barbaadaa balleessa โœ…

Google Play Protec jedhu hojiirra oolchuun itti gargaarama โœ…

Software farra malware ta'e irratti fe'adhaa

#Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

Odeeffannoo Technology tiif join godhaa liinkii banuun
Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

Namaaf waan gaarii hin hawwiin gaarii malee โœ…

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Waliif qoodaa

Dear Examinees the schedule for exam is some how revised

โœ…Baankiin Oromiyaa Haala waamicha qormaataa #Waan fooyyeessef irra deebiin Ilaalaa

Check it well from the upload document her
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Egeree Post
Odeeffannoo dhiyeenyaa

Galmee qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa boru Ebla. 20/2015 Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa sa'aatii 11:30 irratti akka xumuramu beeksiseera.

Kaadhimamaa hanga ammaatti hin galmoofne hanga guyyaa boruutti akka galmaa'an tajaajilichi dhaamseera.

Qorattoonni sababa kamiinuu hin galmoofne "boru booda hin fudhadhu" jechuun beeksiseera.

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 yunivarsiitiiwwan keessatti kan kennamu yoo ta'u, galmeen erga xumuramee booda sa'aatiin qormaataa kan ifoomu ta'a.

Warri miseensa maatii keenya taatan guyyaan qormaataa hanga ammaatti akka hin beekamne beekuun odeeffannoo sobaa irraa fagaadhaa.
Odeeffannoo dabalataaf join godhaa hordofaa
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
Carra argame itti gargaaramaa Nama heedduu barbaada โœ…
Ethiopian Airlines Group แ‰ แˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แ‹จแˆตแˆซ แˆ˜แ‹ฐแ‰ฆแ‰ฝ แˆ แˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข
Position:
1: Assistant Inventory Auditor

2: SUPERVISOR RESERVATION

3: RESERVATION AGENT

4: SPA Attendant

๐Ÿ“šแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹“แ‹ญแАแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹ฐแˆจแŒƒ:/Qualification and Education level her
BA Degree in Hotel management/Food and Beverage Service/ Hotel Management/ Restaurant Management/Hotels and Tourism Management /Cooperative Business management /Property Management Management/Management/Marketing Management or any related field of study from a recognized TVET/College/university with a minimum of 6 yearsโ€™ work experience on similar areas at catering production/Operation/front desk/office area
Fore more Information about Vacancy join Our telegram
Telegrami join gochuun gitoota feetan irratti dorgomaa Waliifis qoodaa liinkii telegrami banuun
๐ŸŒˆTelegram ใ€‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Dargaggoota Barnoota Sadarkaa ol'aanaa xumurtanii hojii dhabdanii jirtanii fi namoota hojii dabalataa barbaaddaniif baga gammaddan jechaa Sa'atii tokko keessatti doolaara $5 hamma $100 karaa ittiin hojjettan isiniif fideera.
Ammuma carraa kanatti fayyadamaa. Liinkii gadiin seenaa galmaaโ€™aa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/make-money-by-your-profession-using-this-app/
https://best.3fnews.com/make-money-by-your-profession-using-this-app/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MรธMโค๏ธ)
Guyyaatti qar*shii 500n ol hojjechuuf appii kana buufadhaa. Namni jabaatee yoo hojjete ni milka'aa, rakkina ykn hojii hin qabu jechuun amala ta'e malee, hojiin nama jijjiiru baay'eetu jira. Kanaafuu jijjiirama yoo feete ammuma application kana buufachuun hojii eegali. LIINKII gadiirraa buufadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/
https://best.3fnews.com/earn-money-online-application/