Egeree Post pinned «EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 40/23) Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals; 1.Job Title:- Branch Manager I Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field Experience:…»
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Lakkoofsa Bilbilaa Qofaa Fayyadamuun, Bakka jaalalleen kee yookaan ijoolleen keessan jiran hordofuu dandeessu. Kana gochuuf appii isin gargaaru link gadii tuquun seenaa buufadhaa.
👇👇👇LINK👇👇👇
https://kakupress.com/where-are-there-my-lover-location-shower-app/
👇👇👇LINK👇👇👇
https://kakupress.com/where-are-there-my-lover-location-shower-app/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Wi-Fi password cabsuun fayyadamuu.
Keessattuu Namoonni biyya hambaa fi biyyoota alaa jirtan Shamarran keenya hedduun Wi-Fi password waan hin laatamneef maatii isaanin Wal quunnamuuf baay'ee rakkatu. garuu app guyyaa har'aa isiniif fide Kun salphumatti bilbila keessaniin akka password Wi-Fi cabsitanii fayyadamtaniif sin gargaara.
Appii as tuquun download godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://kakupress.com/get-wi-fi-password-protector-app/

Forwarded from Egeree Post
#BeeksisaHaaraa
✅Baankii Oromiyaa
🔥Guyyaa #Beeksichi Dhoobame 04/08/2015
🚨Oromia Bank invites qualified and competent applicants for the following positions
#Guutummaa isaa liinkii banuun gitoota isin ilaallatu irratti dorgomaa adaraa #Share gochuun hiriyootaaf lammii keenyaaf qoodaa
liinkii Beeksisichaa banuun dorgomaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0qjbkofTqcBSJabW7SruMjFLUhWdXqcHCriQgfaj161NTCNABVNdsePDpu2BNjfp2l/?app=fbl

Daayaa Biraawuun shamaren ganna 18 yoo taatuu, Ameerikaa Joorjiyaa irraa koollejiiwwan hedduutti iyyata galfattee.
Waan gaarii dhagahuudhaaf abdataa turte. Gonkumaa kan waan saanduqa ishee keessa guute kana yaaddee hin beektu ture.
Innis koollejiiwwan 50 olii iyyannii ishee fudhatama argachuu ilaalchisee xalayyaa fi carraa isikolaarshiippii kennamuufin qaqqabe.
Yeroo weerara koronaa vaayirasii Daayaa Biraawuun akkuma barattoota sadarkaa lammaffaa addunyaa maraa miliyoonaan lakkaa'amanii mana teesseedhuma barnootashee toora interneetiin fudhachaa turte.
Mana barumsaa sadarkaa olaanaa West Lake Atlaantaa Joorjiyaatti barachaa turte.
Garuu sana booda kolleejjii itti barachuu barbaaddu tarreessuuf murteessite.
“Kanan ittiin miliquudhan, ofii koon: 'Netflix cufuun waan gochuu qabnu karoorfachuu haa jalqabnu,'' jechuun Biraawuun BBC'tti dubbatte.
Mana barumsaa sadarkaa lammaffaa keessatti jaalala gaazexeessummaa, walaloofi falmii qabdu kan argatte yoo ta'u, karoora daftee akka jalqabdu kan ishee gargaare hojiiwwan barnootaan ala ta'an irratti hirmaatte akka ta'e dubbatti.
''Addunyaan dhaabbattee jirti, garuu ammas egeree argachuu qabda jedheen hojii kanaatti fufe.”
Tarree manneen barnootaa ta'uu danda'an tolchuu waliin ta'uun, scholarship barbaaduu fi iyyachaa turte.
"Kolleejjiif kaffaltii kaffaluun anaaf filannoo ta'ee hin beeku," kan jette Biraawuun, warri ishee barnoota ishee deeggaruuf akka hin yaaddofne filannoo kennuu akka barbaaddu dubbatteetti.

Ji'a afur booda xalayaa fudhatama argachuu ishee qaqqabuu eegalte.
"Fedhatama kolleejjii 50 ol argadheera, scholarship adda addaatiin doolaara miliyoona 1.3 ol argadheera."
Garuu dhaabbata baayyee jaalattu irraa xalayaan ishee qaqabnaan, kan dhiyaateef hunda dhiifte.
"Manneen barnootaa 70 olitti iyyadheera. Garuu ergan Yunivarsiitii Duke'tti fudhatama duraa argadheen booda hedduu isaanii irraa of baasuun (withdraw gochuu) narra ture."
Shamarreen ganna 18 kun Yunivarsiitii Duke irra gargaarsa maallaqaa waggaa tokkoo fudhattee, birraa bara 2023tti barnoota miidiyaatiin waggaa jalqabaa ishee ni jalqabdi.
Akkasumas ‘The Gates Scholarship’ kan ganna keessa barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xiqqaa US keessatti sadarkaa olaanaa qaban 300f kennamu irrattis dorgomtee xumuraati.
"Anaaf akka dhuunfaatti baayyee barbaachisaadha sababiin isaas scholarship biyyattii keessatti sadarkaa olaanaa qabu keessaa tokko waan ta'eef barnoota waggaa afuriif ni kaffalan," jetti.
Kanaaf, scholarship baay’ee guddaa akkasii argachuuf iyyachuun wanti baay’ee ulfaataa ta’e maali?
Kan nama ajaa'ibu Biraawuniif waraqaa hunda guutuu hin turre.
"Deebii eeguu natti fakkaata - sun hunda caalaa ulfaataa ta'uun isaa hin oolu. Garuu dhuma irratti obsuu na barsiise," jetti.
Amma Biraawuun barattoonni biroo galma barnootaa isaanii akka gahan gargaaruu barbaaddi.
"Dubartoonni biroo fi barattoonni biroo: 'yoo isheen gochuu dandeesse, ani nan danda'a' jedhanii akka dubbataniif kaka'umsa ta'uuf abdiin qaba," jetti.
Gorsa iyyata kolleejjii mo'achuu isan dandeesisu. Biraawuun wantoota sadii yeroo iyyattu ishee gargaaran gorsiti:
1. Gargarsa gaafachuu: "Gorsitootaa fi leenjistoota hojii waliin haasa'aa."Yeroo baayyee barattoonni qamoota beekumsa qaban isaan bira jiru gaafachuu sodaatu.Manneen barnootaa hunda keessa namoonni kan jiran yoo ta'u hojiin isaanii si gargaaruu qofa".
2. Qindaa'aa ta'uu qabda: "Kun adeemsa baayyee namatti ulfaatu, sodaachisaa fi kan jeequmsaa ta'uu danda'a."Waltajjii iyyannoo kee hunda itti tarreessitu uumi.Barreeffamoota walfakkaatan irra deebitee fayyadamuullee dandeessa. Garuu kolleejjii iyyattutti sirreessuu dandeessa."
3. Hojiiwwan barnootaan ala ta'anin of gurguruuf fayyadami: "Sochiiwwan barnootaan ala ta'an eenyu akka taate kolleejjii itti iyyattuuf ibsu gargaaru."Akka nama tokkootti si ilaaluu barbaadu.
Akkasumas, sochiiwwan kee fayyadamii waa'ee eenyummaa kee, fi maal gochuu akka barbaaddu caalaatti baruuf."
Biraawuun kolleejjii jalqabuuf yeroo qophooftu duubatti hin deebitu. Yeroo ammaa kana dhaabbata mataa ishee kan yeroo mana barumsaa sadarkaa lammaffaa turte uumuu dandeesse hojjechaa jirti.
Kaayyoon dhaabbata ishee walaloo, muuziqaa, aartii fi fiilmii dargaggoota umrii kurnanii fi dargaggootan uumaman beeksisuuf akka ta'e dubbatti.
"Yeroo tokko tokko 'Maaliif kana godha? jettee of gaafatta. Garuu yaadachiisi: ‘jireenya namootaa jijjiiruuf yaalaa jirta, sun immoo gaarii’ jechuudha.Dhiibbaan itti fufuu qabda."

Safuudha jennema dhiisudhakaa
🙈Kopheen Maayikil Joordaan doolaara miiliyoona 2.2 tti gurgurame
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid02aLhN6CDDzMkzg3KZYLYmpfdA7MbxsKQBrsc67mJBeAWeBLHfNTAcrzyrBT3rcrqjl/
🙈Kopheen Maayikil Joordaan doolaara miiliyoona 2.2 tti gurgurame
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid02aLhN6CDDzMkzg3KZYLYmpfdA7MbxsKQBrsc67mJBeAWeBLHfNTAcrzyrBT3rcrqjl/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Suura keessan haala ajaa'iba ta'een akka argaa jirtan kanatti ofii isaatii Edit gochuun kan isiniif jijjiruu fi akka barbaaddanitti suura keessan bareechuuf appii ajaa'ibaa kana install godhaa itti fayyadamaa. Ni jaallattu. Liinkii gadiirraa buufadhaa.
👇👇👇LIINKII👇👇👇
https://kakupress.com/best-photo-quality-increaser-coloring-application/

Nama Aabjuu isaa ganamaa utuu hin raawwatin hin hafu jedhu kana waliin wal baraa
✅Hawwiin koo aangoo gadhiisee gaazexeessaa ta'uudha'- #Pool_Kaagaamee
📌Hiiktuu Isuma Presidantii ta'uu #Interview gochuun hojiin Ganama hawwu fi Aabjuukoo ta'e sana arguun fedha kan jedhan itti dhihaadhaa
👇Pireezidantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen turtii waggaa 23n booda
Liinkii banuun dubbii nama jabaa kana dubbisaa irraas baraa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid036SCfTS967q4xyCoJeM4TUoE3T3W8WHDY7q4FdBWk6gNYs8yBBvE6rg2PdjUSHXxel/?app=fbl

Mobaayila keenya bilbila qofaaf osoo hin taane akka madda galiitti akka itti fayyadamnu beektu? Data ykn Wifi qofaan osoo hojii ulfaataa hin hojjetin ji'atti hanga qar*shii kuma afurtamaa 40.000 argachuu dandeessu. Intarneetii Data ykn Wi-Fi fayyadamuun eegalaa. Akkamittan hojjedha jettaniis hin yaadda'inaa video isaas hojjenneerra. Ammuma liinkii gadiin eegalaa.
Liinkii Download👇👇
https://kakupress.com/cash-earning-application/
✅ ANDROID APK ✅👇👇

✅ IPHONE APK ✅👇👇
https://kakupress.com/cash-earning-application/
Liinkii Download👇👇
https://kakupress.com/cash-earning-application/
✅ ANDROID APK ✅👇👇
https://kakupress.com/cash-earning-application/
✅ IPHONE APK ✅👇👇
https://kakupress.com/cash-earning-application/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Biyyoota Akka Australia🇦🇺 , New York🇺🇸 , canada🇨🇦 fi kanneen biroo Deemuu Barbaadduu? Maarree Dhaabbanni Free Visa jedhamu Namoota Biyya Keessaas ta'u, biyya bakkee jiraatan walitti qabee baasii tokko malee biyyoota kanneen geessee carraa hojii uumaafii jira. Kanaaf isiniis carraa kanatti fayyadamtanii ofiis, maatii keessaaniis jijjiiruu dandeessu. Liinkii Kana Tuqaa Iddoo Jiraattanii fi Maqaa Keessan Guutuun galmaa'aa.....
👇👇LIINKII👇👇
https://kakupress.com/canada-job-bank-apply/ https://kakupress.com/canada-job-bank-apply/

Biraazil keessatti bara 2022tti namoota 1,933 kaansarii qaama saalaatiin qabamanii fi namoota qaamni saalaa irra kutame 459 galmaa'aniiru.
Lakkoofsi sodaachisaan kunis jalqaba baatii Fulbaanaarrati, fayyaa dhiirotaa kan yeroo baayyee dagatamu ilaalchisuun, Waldaa dhukkuboota ujummoo fincaanii hordofuufi Ministeera Fayyaa biyyattiin gadhiifame.
"Kaansarii dhiibee ittifamuu danda'u keessaa isa tokko. Dhiironni guyyaatti al lama fiixee qaama saalaa qulqulleessuu ykn tibba saal qunnamtiitti kondomii fayyadamuu qabu,” jedha Joozee de Ribamar, hogganaan ogummaa Wallaansa Kaansarii Qaama Saalaa Waldaa Urooloogii Biraazil.
Gosti kaansarii kun akka waan baay’ee hin argamneetti kan ilaalamu yoo ta’u, tarkaanfiiwwan qulqullina barbachisaa gochuufi imaammata mootummaa gaariidhaan salphaatti ittifamuu danda’a jedhu.
Akka ogeeyyiin BBCitti himaniitti, wanti baay’ee xiyyeefannaa nama hawwatuf sababii dhukkubni kun dargaggoota irra caalaa kan miidhu ta’eefiidha.
"Umuriin dhibeen kun irratti mul'atus dargaggoota waggaa 28 hanga 35 gidduutti argaman irratti. Bara 1980 keessa dhiirota umuriin isaanii waggaa 60 fi isaa ol ta'e turan", jechuun ibsu ogeessi.
Kaansarii qofas miti. Dhukkuboonni daddarboo biroo qaama saalaa dhiirotaa miidhuu waan danda’aniif xiyyeeffannoo argachuu qabu jedhan.
Yeroo hunda kondomii fayyadamuu, akkasumas ogeessa fayyaa bira deemuun qorannoo gochuun rakkoo baay’ee irraa nama oolchuu danda’a jedhu.
Kaansarii qaama saalaa dhiiraa maali?
Kaansariin qaamaa saala dhiiraa irra caalaa hanqina qulqullinaafi vaayirasii HPV irraa kan maddudha.
Dhiironni yeroo baayyee qulqullinsaanii hin eegne carraan rakkoo kanaan qabamuu isaanii olaanadha. Sababiin isaas dhangala’aan qaama isaanii keessa jiru ‘smegma’ jedhamu fi kan gagaa adii wajjin wal fakkaatu, sirnaan waan hin baafamneef carraa dhukkuba kanaan qabamuu ni dabala.
Dhiitoon (Tumour) kun madaan akka jiraatuf madda ta'u kan danda’u yoo ta’u, innis dhiitoo itti fufiinsa qabuun kan walqabatu. Kunis tishuu neekroosii fi dhangala’aa, dhiigaa fi foolii fokkisaa kan of keessaa qabu ta’uu danda’a.
Rakkoon fakkaa kunis diimachuu ykn madaa xiqqoo irraa jalqaba.
Haata'u malee dafanii adda baafamuun gara wallaansa fayyaa deemamnaan carraa fayyuu guddaa qaba.
Kana malees, sadarkaa olaanaatti dhukkubni kun qaama saalaa guutuu waan miidhuuf, qaamni walhormaataa gartokkoon ykn guutummaatti akka kutamu haalli itti taasisuu irra gahamu jiraachu danda'a.
Sadarkaa jalqabaa isaarratti yoo bira gahame ammoo, dhibee kana bakka madaan xixiqqoo jirutti qaama osoo hin miidhiin tishuu, baqaqsanii hodhuufi dibata hakiimaan ajajamuun balleessuun ni danda'ama.
Yeroo haalli gara hamaatti jijjiiramee ammoo qaamni walhormaataa guutummaatti dhukkubichaan miidhame ogeeyyiin akka namarraa kutamu akka gorfamu himu oggeessoonni fayyaa.
Adeemsa kana booda dhukkubsataan jireenya saalqunnamtii fi fincaanii idilee hin qabaatu.
Fincaan baasuuf, hakiimonni ujummoo fincaanii tafa keessaan banaa tolchanii, namichis utuu taa’uu fincaa'uu jalqaba.
Akka oggeessi kun jedhutti, dhibee kana ittisuuf rakkoon guddaan hanqina barnootaati. "Hubannoonni fayyaan ummataa gadi bu'aa jira.”
Dhukkuba kana ittisuuf wanti hundarra gaariin namni tokko qulqullina qaama saalaa haalaan eeggachuu shaakaluufi yeroo daa’imummaatti ammoo talaallii human papillomavirus (HPV) jedhamu fudhachuun murteessaadha jedhu.
Dhukkuba gubaa qaama saalaa
Balanoposthitis gubaa gogaa qaama saalaa yoo ta'u, yeroo baayyee kan dhufu fangasii Candida albicans jedhamun.
Dhukkuba kana irraa of eeguuf malli gaariin naannawa kofaa ykn qaamaa wal hormaataa yeroo hunda gogooggaa fi qulqullinaan eeguudha jedhu oggeessoonni.
"Qilleensi akka galu gochuun ni gorsina. Kan garmalee jiidhuu yoo ta'e ammoo fooxaadhaan haxaa'uun qilleensa qabbanaawaa fayyadamuudha,” jedha ogeessi fi piroofeesarri Mana Barumsaa Fayyaa fi Saayinsii Jireenyaa Yunivarsiitii Poontifikaal Kaatolikii Paaraanaatti (PUCPR) Fernaando Meyer.

Naannoon qaama saalaa kondomiin miidhamunis rakkoo akkanaa fidu danda’a. Kanaaf dhiironni kondomii alarjii hin qabne akka fayyadaman gorfamu.
Wal’aansi isaas dibata farra fangasii fayyadamuufi naannawa sana qulqulluu fi goggogaa gochuun eegu hammata.
Akkasumas uffata furdaa fi baayinaan mi’eessituu fayyadamuu irraa of qusachuun gorfama. Sababiin isaas sukkaarri fincaan keessaa yaa'uu waan danda’uuf, fangasiin akka baayyatuuf daran haala mijeessa.
Dhukkuba Phimosis jedhamu
Gogaa dabalataa qaama saalaa uwwisu, kan mataan/fiixeen qaama saalaa akka hin mul'anne godhuun beekama.
Yeroo ijoollummaatti mul'atu ogeessi fayyaa daa'immanii haala kana qorachuu fi yaala akka dibata kortikooyidii ajajuun gogaan akka salphaatti fiixee irra akka siquuf taasisa.
Ijoollee dhiiraa waggaa shan ol ta’aniifis shaakali gogaa kana fiixee irra deebisuu taasifamuu danda’a.
Yeroo tarkaanfiiwwan kun hin hojjenne, ogeeyyiin gogaa qaama saalaa balleessuuf baqaqsanii hodhuu akka godhan gorsuu danda’u.
Ijoollummaatti kan baay’atu ta’us, haalli kun ga’eessota keessattis uumamuu danda’a, kunis infekshinii naannoo sana jiruun kan dhufudha.

Dhukkuba paraphimosis jedhamu
Dhukkuba dhiirri gogaa qaama saalaa gadi harkisee bakka isaatti deebi'uu dadhabnaan uumamuudha.
Yeroo kun ta’u, haalli gubaa guddaan jira, kunis balaa necrosis fida. Necoris kan uumamu yeroo seelonni qaamaa yookaan tishuun baay’ee ykn hundi sababa dhukkuba, miidhamuu ykn dhiyeessii dhiigaatiin du’an.
Haala dhukkubbii qabuu fi, yeroo tokko tokko, sochii fayyadamuun gogaa bakka isaa deebisuu ni danda’ama.
"Humnaafi gahumsa xiqqoo fayyadamtee qubni kee dhiibdee bakka isaatti deebisuu qabda." jedha ogeessi uroologii Hospitaala Marcelino Champagnat, Curitiba keessatti argamu Mark Neumaier
Haata’u malee, gogaa bakka jalqabaatti deebisuun harkaan yoo milkaa’uu baate, baqaqsanii hodhuu hatattamaa barbaachisa
liinkii banuun Odeeffannoo fayyaas hordofaa
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

Fayaa keessan mana keessan ta'aa eeggadhaa