Forwarded from Egeree Post
Namoonni dhuunfaa maqaa Pirezidantii naannoo Oromiyaa #Obbo_Shimallis_Abdiisaatiin seeran ala waldaan gurmeessuun simintoo raabsaan jedhaman hidhaafi maallaqaan adabamuun oggeessi seeraa BBCn dubbise ibsan.
Namoonni adabbiin itti murtaa'e kunneenis maqaa Obbo Shimallisiin sanada sobaa qopheessuu fi waldaa seeraan ala simintoo raabsu ijaaruun miidhaa qarshii miiliyoona 29 olii qaqabsiisuutu himame.
Kanaanis namoota badii kanaan shakkaman saddeeti hidhaa cimaa waggaa tokkoofi walaakaatii hanga waggaa 20 gahuufi maallaqaan adabamun, Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaatti Daareektooreetii Dhimma Malaammaltummaa Diinagdeetti abbaan alangaa Obbo Gizaachoo
guutummaa isaa liinkii seenuun waan ajayibaa kana Odeeffadhaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0ev5Q2xZKzx98P7hXpyFAAdPP7L93RpDpYaG8Xs6sKkR99q1ZrxXLSoYrjT85UJ8Ul/

Baankiin Awaash gitoota hojii duwwaa armaan gadii irratti iyyattoota qacaruu barbaada.
β Gitoota hojii
π Hojjetaa eegumsaa
Sadarkaa barnootaa- Kutaa 8ffaa xumure
Umurii- yoo dandaβame waggaa 25-40 gidduutti
β Bakka hojii
Magaalaa Finffinnee
Mindaa- Akka iskeelii baankii
β Iyyattoonni ragaalee armaan olii irratti dabalataan iyyata harkaan barreeffame fi waraabbii Ragaa Ministeera 8ffaa hin mallatteeffamne dhiyeessu qabu.
π΄Guutummaa isaa liinkii banuun #dorgomaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0VpvHEgTCm4Q2D88xCi1M8iZwCCtnz6xFtyck3f4h8SFM9iuwZeGwUAixipnojkdsl/

Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Baasii tokko malee iddoo feetanitti bilbiluu akka dandeessan beektuu? Teeknolojiin dhi'eenya kana hojiirra oole kun baasii tokko osoo hin baasin, biyya feetan ykn iddoo feetanitti akka bilisaan bilbiluu dandeessan isin dandeessisa. Teeknolojii kanatti fayyadamuuf Application isaa liinkii gadiirraa buufadhaa itti fayyadamaa.
ππππLIINKIIππππ
https://kakupress.com/free-call-to-international/
https://kakupress.com/free-call-to-international/
ππππLIINKIIππππ
https://kakupress.com/free-call-to-international/
https://kakupress.com/free-call-to-international/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Interneetii irraa galii argachaa jirtumoo baasiidhaaf saaxilamaa jirtu? Egaa galii argachaa hin jirtan taanaan ammuma hojii kana eegalaa. aappii kana fayyadamuun torbanitti qarshii 3000 ol ittiin hojjechuu dandeessu. Akkamiin akka hojjetamuu fi itti fayyadamuudhaaf appii isaa liinkii gadiirraa buufadhaa.
πππLIINKIIπππ
https://kakupress.com/make-money-up-to-3000-birr-per-week/

Forwarded from JALO PICTURES
Waan ajΓ yibaa kana liinkii banuun dubbisaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid02baEEPhvWELtL7GTs4dYqVhWHbPSk8T19sCwH1qyDw87jjFgijqFjJexx8FKHJDChl/
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid02baEEPhvWELtL7GTs4dYqVhWHbPSk8T19sCwH1qyDw87jjFgijqFjJexx8FKHJDChl/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Umurii Nama Kamiiyyuu Suuraa isaa Qofa Fayyadamuun, umurii isaa isa sirrii baruun ni danda'ama! liinkii gadiin Seentanii Application Isaa buufachuun, suura qofaa itti galchuun beekuu dandeessu.
ππ LIINKIIππ
https://kakupress.com/age-checker-real-application/
https://kakupress.com/age-checker-real-application/
ππ LIINKIIππ
https://kakupress.com/age-checker-real-application/
https://kakupress.com/age-checker-real-application/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
100% Free scholarship for all 2023.
Namoonni Scholarship bilisaa barnootaaf ykn hojiif barbaaddan, Baga gammaddan jechaa carraa kanatti fayyadamuun bara kana bara 2023 gara biyyoota Awurooppaa deemuun barnoota barachuufis ta'e hojii hojjechuuf foormii kana karaa appii isaanii guutuudhaan scholarship kana milkaa'uu dandeessu ammuma liinkii gadiin seenaa buufadhaatii, apply godhadhaa.
πππLIINKIIπππ
https://kakupress.com/get-free-scholarship-by-using-this-app/

β
Guutummaa Maqaa keessanii #darbii cuqaasuun Ilaalladhaa
πLiinkii qofa banuun maqaa keessaniif guyyaa #Isaa qofaa baraa Ariifachiisaa
#Share godhaa waliif
#Waamicha Ariifachiisadha
ππππππ
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/563367552565781/

Forwarded from Sanyii Guddataa
Dorgommii badhaasa qabu kana na injifachiisaa #Like #Share gochuun
https://www.facebook.com/100070669717820/posts/256896370009352/?app=fbl

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 40/23)
Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals;
1.Job Title:- Branch Manager I
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field
Experience: 5 years of banking experience; 2 of which in accountant positions
Number Required: 3 (Three)
Place of work: Bale Goba, Chiro & Ambo
1.Job Title: - Accountant I (Branch)
Education (Minimum):- BA in Accounting/Business Management/ Management or related field
Experience:- 3 years of relevant banking experience
Number Required:- 3 (Three)
Place of work:- Bale Goba, Chiro & Ambo
2.Job Title: - Senior Customer Service Officer I

Experience:- 2 years of relevant banking experience
Number Required:- 3 (Three)
Place of work: - Bale Goba, Chiro & Ambo
3.Job Title:- Customer Service Officer

Experience:- 1 years of relevant banking experience
Number Required:- 3 (Three)
Place of work:- Bale Goba, Chiro & Ambo
Application Dead line:- 5 Working days (April 10-14, 2023) starting from the date of announcement on the newspaper
Salary: Per Bankβs Salary Scale
Interested applicants should submit their non-returnable applications along with CV and photocopies of other relevant documents in person to Debub Global Bank S.C. Head Office, Human Capital Management Department located at National Tower Building 9th floor behind Ethiopia Hotel.
Debub Global Bank S.C
Human Capital Management Depβt
P.O. Box 100743

Egeree Post pinned Β«EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 40/23) Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals; 1.Job Title:- Branch Manager I Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field Experience:β¦Β»
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Lakkoofsa Bilbilaa Qofaa Fayyadamuun, Bakka jaalalleen kee yookaan ijoolleen keessan jiran hordofuu dandeessu. Kana gochuuf appii isin gargaaru link gadii tuquun seenaa buufadhaa.
πππLINKπππ
https://kakupress.com/where-are-there-my-lover-location-shower-app/
πππLINKπππ
https://kakupress.com/where-are-there-my-lover-location-shower-app/
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MΓΈMβ€οΈ)
Wi-Fi password cabsuun fayyadamuu.
Keessattuu Namoonni biyya hambaa fi biyyoota alaa jirtan Shamarran keenya hedduun Wi-Fi password waan hin laatamneef maatii isaanin Wal quunnamuuf baay'ee rakkatu. garuu app guyyaa har'aa isiniif fide Kun salphumatti bilbila keessaniin akka password Wi-Fi cabsitanii fayyadamtaniif sin gargaara.
Appii as tuquun download godhaa.
ππππππππ
https://kakupress.com/get-wi-fi-password-protector-app/

#BeeksisaHaaraa
β Baankii Oromiyaa
π₯Guyyaa #Beeksichi Dhoobame 04/08/2015
π¨Oromia Bank invites qualified and competent applicants for the following positions
#Guutummaa isaa liinkii banuun gitoota isin ilaallatu irratti dorgomaa adaraa #Share gochuun hiriyootaaf lammii keenyaaf qoodaa
liinkii Beeksisichaa banuun dorgomaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0qjbkofTqcBSJabW7SruMjFLUhWdXqcHCriQgfaj161NTCNABVNdsePDpu2BNjfp2l/?app=fbl

Daayaa Biraawuun shamaren ganna 18 yoo taatuu, Ameerikaa Joorjiyaa irraa koollejiiwwan hedduutti iyyata galfattee.
Waan gaarii dhagahuudhaaf abdataa turte. Gonkumaa kan waan saanduqa ishee keessa guute kana yaaddee hin beektu ture.
Innis koollejiiwwan 50 olii iyyannii ishee fudhatama argachuu ilaalchisee xalayyaa fi carraa isikolaarshiippii kennamuufin qaqqabe.
Yeroo weerara koronaa vaayirasii Daayaa Biraawuun akkuma barattoota sadarkaa lammaffaa addunyaa maraa miliyoonaan lakkaa'amanii mana teesseedhuma barnootashee toora interneetiin fudhachaa turte.
Mana barumsaa sadarkaa olaanaa West Lake Atlaantaa Joorjiyaatti barachaa turte.
Garuu sana booda kolleejjii itti barachuu barbaaddu tarreessuuf murteessite.
βKanan ittiin miliquudhan, ofii koon: 'Netflix cufuun waan gochuu qabnu karoorfachuu haa jalqabnu,'' jechuun Biraawuun BBC'tti dubbatte.
Mana barumsaa sadarkaa lammaffaa keessatti jaalala gaazexeessummaa, walaloofi falmii qabdu kan argatte yoo ta'u, karoora daftee akka jalqabdu kan ishee gargaare hojiiwwan barnootaan ala ta'an irratti hirmaatte akka ta'e dubbatti.
''Addunyaan dhaabbattee jirti, garuu ammas egeree argachuu qabda jedheen hojii kanaatti fufe.β
Tarree manneen barnootaa ta'uu danda'an tolchuu waliin ta'uun, scholarship barbaaduu fi iyyachaa turte.
"Kolleejjiif kaffaltii kaffaluun anaaf filannoo ta'ee hin beeku," kan jette Biraawuun, warri ishee barnoota ishee deeggaruuf akka hin yaaddofne filannoo kennuu akka barbaaddu dubbatteetti.