Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
⬇️ #Kennuun dhimma qalbii malee dandeettii miti.

Sooressi addunyaa kanaa gaaffii fi deebii taasifame irratti eenyutu si caala jedhamee gaafatame?
Namni si caalu jiraa?

"Eeyyee namni na caalu jira." Namni na caalu tokko qofa.

Waggoota hedduu dura gara Niiwu Yoorkitti deemuun qaba ture.
Yeroon xiyyaara gara Niiw Yoorkitti deemu gaazexoota adda addaa harka daldaltoota gaazexaa keessa jiran arge. Gaazexaa arge keessaa tokko jaalladheen bitachuuf yaade, garuu yeroon kiisa koo keessa harka koo galchu qarshii sana waanan dhabeef, osoo hin bitin deebisee kaa'e.

Akka tasaa mucaan gurraacha gaazexaa gurguru tokko dhufee gaazexaa sana naaf kenne. Anis qarshii hin qabu hin fudhadhu jedheen, rakkina hin qabu, bilisaan fudhadhaa jedhee bilisaan naaf kenne.

Ji'a sadii booda, duubatti deebi'ee daandiin xiyyaaraa sana keessa darbuun narra ture, yeroon daandiin xiyyaaraa sana keessa darbu akka tasaatti mucaa gurraacha gaazexaa gurguraa ture sanaan wal arge. Ammas gaazexaa bilisaa naaf kenne.
Ani bilisaan akkan si hin fudhanne itti himeen, "Ani dhimma hin qabu, bu'aa koo irraa hir'isa, fudhadhu" jedheen bilisaan naaf kenne.

Waggaa 19 booda, yommuun sooressa taʼe, gurbaa sana barbaaduuf kanan murteesse siʼa taʼu, jiʼa tokkoo fi walakkaa erga barbaadeen booda isa argadhe. Sana booda na beektaa jedheen gaafadhe.

"Eeyyee si beeka" jedheen, "ati Billgate beekamaa miti." Waggoota hedduu dura yeroo lama gaazexaa bilisaa naaf kennite.
Tola sana deebisuu waanan barbaaduuf waan barbaadde siif kenna, kanaaf na gaafadhu.

Namni gurraachi sun beenyaa tokkollee naaf kennuu hin dandeessu jedhe
Maaliif jedheen
Hiyyummaa koo keessaa bahee yeroon hiyyeessa ture siif kenne.
Ati garuu gaafa sooressa turte naaf kennuuf dhufte. Lamaan kana akkamitti walitti makuu dandeessa?
Billgett, dargaggeessi gurraacha sun na caalaa sooressa ta'uun isaa hin oolu.

Kennuuf hanga sooressa ykn dureessa ta'utti hin eegin. Kennuun dhimma qalbii malee dandeettii miti.

Waan dubbistaniif galatoomaa
🌈Telegramii keenyas join godhaa Odeeffannoo argadhaa
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
♨️ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ አዲስ የስራ ማስታወቂያ

Deadline:- March 02, 2023 – March 11, 2023

Commercial Bank of Ethiopia would like to invites interested job seekers for the following positions.

1👇Team Leader Cleaning and Waste Management
2👇Senior Mechanical Engineer
3👇IT Engineer
4👇Office Engineer
5👇Electromechanical Engineer
6👇Senior Attorney
7👇Senior Legal Advisor
8👇Main Chef

Place of Work: Head Office
How to Apply??
👇👇👇👇
https://md4.bbcko.com/commercial-bank-of-ethiopia-new-job-vacancy-2023/
የኢትዮጵያ ቀይ መስቀል ማህበር ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Senior Procurement & Marketing Research Officer

ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
Second/ First Degree in Supply (Chain) Management, Management, Procurement Management, Materials Management, Marketing Management, Business Administration
https://md4.bbcko.com/ethiopian-red-cross-society-ercssenior-procurement-marketing-research-officer/

Daily Information about Vacancy
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
ንብ ኢንተርናሽናል ባንክ በሚከተሉት የስራ መደቦች ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
Nib International Bank New job vacancy 2023
Position: -
1Customer Relationship Manager

2Branch Manager III

3Branch Manager ||

4Branch Manager |

5Principal Credit Appraisal Officer

6Senior Credit Appraisal Officer

7Credit Appraisal Officer

8Senior Digital Systems Devt & Integration Officer

9Digital Systems Devt & Integration Officer

ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
BA Degree in Accounting, Finance, Economics, Management Business
Administration, Banking & Finance or related fields of study,BSc Degree in Computer Science, Information Technology Computer
Engineering, MIS, or related fields of study.
https://md4.bbcko.com/nib-international-bank-nib-new-jobs-vacancy-2023/
Hanga GB 1000 tola bilbila irratti fayyadamuuf

Hanga GB 1000 tolaan bilbila keessan irratti fayyadamuu kan isiin dandeessisu app haaraa kan bara kana 2022 bufadha itti fayyadama kuno free dha!
Amma duratti App tera box Gb 1024 qabachuu danda’u isiniin barsiisne akka turre ni beektu haa ta’uyyu malee har’aas kun App haaraa 1TB STORAGE secure cloud isin agarsiisu barbanne jira Sababiin isaas hedduu tokko itti fayyadamuuf namaaf salphaata akkasumas immoo file keessan offline fayyadamu akka dandeessan gochuu kan danda’udha! App kanatti fayyadamuuf Email qofti ga’adha al takka email keessaniin signup gonaan yeroo barbaadan kamittiyyuu bakka barbaadan teesanii file keessan Online danga tokko malee to’achuu ni dandeessu kan isin irraa eegamu Email fayila keessan argachuuf Email jalqaba ittiin signup gotaniin login gochu qofadha.
buufadha itti gargaaramaa Mobile kiyyatu guute jechuu dhiisaa
liinkii banuun
https://md4.bbcko.com/store-and-access-files-at-anytime-from-anywhere-with-the-cloud-drive-app/
Eenyu profile kee Yeroo yeroon hordofaa? si jalaa Hack gochuufis yaala? Maaliif Profilekes sakkata'aa

Eenyutu piroofaayila kee ilaalaa Oola
Suuraa piroofaayilii kee eenyutu Ilaalaa Olas
Haala kee eenyutu hordofas
Eenyuutu info profile kee Tag godhas
Eenyuutu si block godhe ?
Guutummaa isaa banuun App kana buufadhaa itti gargaaramaa liinkii banuun
https://md4.bbcko.com/best-who-viewed-my-profile-free-app-2021-find-out-who-visited-your-profile/
#Dhukkuba_SAAYINESII (#SINUSITIS)
☆☆☆☆☆
Dhukkubni kun kutaalee qilleensaan guutamaniifi keessoo funyaan keenyaa marsuun kan argaman saayineesota kan jedhaman akka dhiita'an taasisa.
Saayineesonni kun bakkeewwan banaa ija keenya lamaan gidduu, lafee maddii keenyaa duubaan, lafee adda keenyaarratti kan argamanidha.
Saayinesoonni kunis keessoon funyaan keenyaa jiidhina akka qabaatu kan taasisuufi dhangala'oo kan maddisiisanidha.
Dhangala'oon kunis dhukkee, alerjiiwwaniifi faalama garagaraa kan dhorkanidha.
Saayineesonni fayyaan qilleensaan kan guutamanidha; garuu, gaafa cufaman dhangal'oo kuusachuun yeroo baay'ee sababa vaayirasiin infeekshiniin akka uumamu godha.
Baakteriyaan illee infeekshinii saayinesii fiduu danda'a.

#Maaltu_infeekshinii_saayinesiif_nama_saaxila?

📌Utaalloo
📌Alerjii saayinesii kan waqtiirratti hundaa'u
📌Sigaaraa xuuxuu ykn kan xuuxu bira ooluu
📌Rakkoo uumama saayineesotaa(structural prblms)
📌Rakkoo funyaanii ykn saayinesii (polyp,...
📌Dandeettiin dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa hir'achuu ykn qorichoota immunity hir'isan fayyadamuu.

#Mallattoolee_infeekshinii_saayinesii

🔷️Funyaan cufamuu
🔷️Dhukkubbii lafee fuularraa
🔷️Mataa dhukkubbii
🔷️Dhukkubbii qoonqoo
🔷️Qufaa
🔷️Foolii afaanii balleessuu

#Yaala_infeekshinii_saayinesii

📎Dhukkuboota saayinesii muraasaaf qorichoota farra baakteeriyaa fayyadamuun ni danda'ama; garuu, hedduu isaaniif barbaachisaa miti.
📎Baay'eensaa ofumasaa kan itti wayyaa'udha.
📎Ogeessa fayyaa mariisisuun qoricha ajajamuuf fayyadamuun gaariidha.

#Dhukkuba_saayinesii_mana_keessatti_akkamitti_yaalla?

✅️Funyaan akka hin cufamneef nasal decongestants ykn nasal spray kan jedhaman fayyadamuu
✅️Bishaan danfisanii aarasaa ulachuu
✅️Dhangala'oo baayisanii dhuguu
✅️Qaawwaa funyaanii of eeggannoon qulqulleessuu
✅️Mataa siree irra ciisanii ol qabuu ykn boraatii fayyadamuu
✅️Qorichoota ogeessa fayyaan hin ajajamne fayyadamuu dhiisuu qabu
✅️Yeroo furrii baafatan suuta jechuun baafachuu; qaawwaa funyaanii keessaa dabaree dabareen baafachuudha.
🙏Fayyaa nutti hin waakkatiin🙏💓
Telegramii keenyas join gochuun Odeeffannoo Waktawaa argadhaa

https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
Egeree Post pinned a photo
Barsiisotni Magaalaa Finfiinnee baga gammaddan

Abbaa Carraa manaa ta'uuf carraan akka mijaa'e beeksifameera

Roobii, Fulbaana 22, 2015 (Addis Maleda) Gaaffii mana jireenyaa barsiisonni manneen barnootaa mootummaa bulchiinsa magaalaa Addis Ababa jalatti bulfaman kaasan hordofuun, bulchiinsi magaalichaa haala barsiisonni of gurmaa’anii mana ijaaruu danda’an haala mijeessee jiraachuu dhaga’ameera.
Haaluma kanaan barsiisonni mana dhabanii fi mana waldichaan gurmaa’e ijaaruu barbaadan mana barumsaa isaanii keessatti unka fedhii mana jireenyaa isaanii beeksisuu argataniiru.
Guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
https://md4.bbcko.com/baga-gammadan-barsiisotni-magaalaa-finfiinnee/
♨️እናት ባንክ በሚከተሉት የስራ መደቦች ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Enat Bank New Job Vacancy

Position: -
1🎴IT Support Officer

2🎴Senior Credit Analyst

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
Bsc in Computer science, Information Technology, Information system, Computer Engineering and other related fields,MBA/MA in Economics, Accounting, Management, Business Administration and any other related fields.

🇪🇹 Location Work ፡ Addis AbabaDistrict Office, Bahir Dar District Office, Hawassa District Office.

🔔Use the next link to see and apply for full information about the job
https://md4.bbcko.com/enat-bank-s-c-new-job-vacancy-2023/

♻️Namootaaf qoodaa Gaarummaa gootaniif milkiin kan keessani
መረጃውን #Share /ሼር/ #Forward በማድረግ ለሌሎችም በስራ ፍለጋ ለሚገኙ ወገኖቻችን እናካፍል። Don’t forget to share for your friends.


🌈Join Our telegram For daily New Vacncy

https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Egeree Post
Ramaddiin sagantaa sirreeffamaa barattotaa ifoomeera.

Bara barnootaa 2014tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii qabxii darbiinsaa argattanii sagantaa sirreeffama yunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran irratti hirmaachuuf filannoowwan armaan gaditti tarreeffaman keessatti
guutummaa isaa liinkii banuun dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://md4.bbcko.com/ramaddiin-sagantaa-sirreeffamaa-ifoomeera/
ማስታወቂያ

የRemedial ፕሮግራም ምደባ ይፋ ሆኗል።

በ2014 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ማጠቃለያ አገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች የ Remedial ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://md4.bbcko.com/ramaddiin-sagantaa-sirreeffamaa-ifoomeera/
Forwarded from Egeree Post
Awash Bank SC New job vacancy
♨️Post date feb 27/2023
Qualification: BA Degree in Human Resource Management, Business Administration, Management & Public Administration and Development Management / BSC Degree in Civil Engineering/Construction Technology & Management / BA Degree in Marketing, Accounting, Management, Economics or related discipline
Find More Details here
👇👇👇👇👇👇
https://md4.bbcko.com/awash-bank-new-job-vacancy-feb-27-2023/
Forwarded from Egeree Post
#New
CCECC Ethiopia Construction PLC New Job Vacancy 2023

1 -  Lead Architect Engineer
2 - Lead Building Management System (BMS) Design Engineer
3 - Lead Building Safety & Security Systems Design Engineer
4  - Lead Water Supply & Sanitary Systems Design Engineer
5 -  Lead Plumbing Design Engineer
6 - Lead Electrical and Power system Design Engineer
7 - Lead Mechanical Design Engineer
8 - Lead Structural Design Engineer
9 -  Land Scape Design Engineer
10 - Interior Design Engineer
11 - Lead Architect Engineer
♨️Find More Details here
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://md4.bbcko.com/ccecc-ethiopia-construction-plc-new-job-vacancy-2023/