#Share waliif godhaa
Haadha manaa mana fincaanii keessatti abbaa warraa isheetiin ajjefamte
Gooftaa nuuf dhiisi π
Abbaan manaa ishee kana dura nama ajjeesee mana hidhaa tureere isheen hin beektu turte Almaaz Esheetuu
Garuu abbaa manaa ishee waggoota dheeraaf eegdee osoo mana hidhaa deemtee gaafatattu turte
Erga wal fuudhanii booda jaalalaan waliin jiraachuu eegalan
yeroo tokko tokko
Yeroo manaa baatu ishee rukuttu
Yeroo isheen manaa baatee reebuun rakkisaa ture
Dhumarratti jaarsi dhiifamaaf carraa dhumaa akka nuuf kennu kadhatee araaramee ture abbaan manashee kun
Guyyaa araaraa guyyaa 21ffaa booda garuu manaashee keessatyi kukutee ajjeesee gate.
mana fincaanii keessatti bilbila ishee waliin dhokse maatiin akka hin barref xumura irratti
Mana amantaa deemtee kadhachaa jirti jedheetu
Ergaa dabarsaa ture
Garuu maatiin ishee yeroo manatti deebi'an #Almaaz mana fincaanii keessatti qaambi ishee kukutamee du'ee argan
ππ
VIA [Waazeemaa] β
ππππ
https://t.me/Oduu_123

#NamootniOdeeffannoofBeeksisaahojiiHordoftanMarti
β¨οΈHiriyaa keesaniif maatii keessan #Gara chaneela keenyatti #add gochuu hin dagatinaa β
#Sababnii isaas nutis isinirraa #Hamilee eegna yoo #Isin nu #Cinaa dhaabbatttan #AfaankeentaaniisKan isin rakkisulle #hiiknee isinihf #dhoobuun nu gammachiisa #garuu isin ni #faana hin jirtan taanaan nutis #yerooma nuuf mijate #Odeeffannoo isiniin geenya kanaaf #gaheen keessan #hirmaannaan keessan #murtteessadha namni #tokko hanga nama 50 yoo #add godhe maal isa dadhabsiisa nutiyyu #Odeeffannoo qabatamaa isiniin #baasiif yeroo qabnu irraa kutnee isin qaqabsiisnaati
#Add gochuun nu jabeessa namootni #yaada qajeelaa qabdan β
Kan jaraa #utuu tahee ....
ππ
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii gahaan taasifameera-BBO
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 irraa eegalee kennamuuf qophii gahaan taasifamuu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon ibsan.
Barana Naannoo Oromiyaatti barattoonni kuma 393 fi 981 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan fudhatan yoo ta'u, qormaatichis Yuunivarsiitiiwwanitti kan kennamu ta'uun walqabatee, hanga dandaβameen barattoonni naannichaa Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Oromiyaa keessatti argaman 14βn jiran kan naannawaa isaanitti dhiyootti akka ramadaman taasifamuu ibsaniiru.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 hanga Onkoloolessa 2, 2015 barattoonni Saayinsii Hawaasaaf, Onkololeessa 8-11, 2015 baratoonni Saayinsii Umamaaf akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksisuun kan yaadatamuudha.

Call for Written Exam
===========
Dear candidates,
Thank you for your interest to join Awash Bank .This is 3rd and 4th round of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative position to be invited for written exam, for those who applied on vacancy posted July 17,2022.It is recalled that candidates scored 3.8 and above were invited and tested on 1st and 2nd round.
In this 3rd and 4th round:-
1.Graduates of 2021 & 2022 with CGPA from 3.5 -3.79.
2. Age 27 years and below
3. Banking & Finance, Accounting & Finance, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration & Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & MIS fields are considered and invited on 7 October 2022,3rd round @9:00AM (morning),4th round @2:00PM (afternoon) at Addis Ababa Oromo Cultural Center, around Legehar.
4. For CGPA below 3.5, other rounds will be available.
N.B:-Candidates are strictly advised to have their ID card/passport when they appear for the test.

Baankii Siinqee Waamicha Qormaata Gaaffii Qomaa (Interview)
Kaadhimamtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame Gita hojii βgraduate Traineeβ
irratti Baankii Sinqeetti Qacaramuuf Qormaata Barreeffamaa fudhattanit qabxiilee argattan
irratti hundaaβun Gaaffii Qomaaf (Interview) kan dabartan taβuu beektanii, kaadhimamtoonni
tartibni maqaa keessanii 1-117tti jiru, Gaafa 02/02/2015,
kan tartibni Maqaa keessanii 118 β 234 tti jiru immoo gaafa 03/02/2015 Ganama saβaati 2:00 irraa jalqabdanii Waajjira Muummee
Baankii Siinqee kan Kaasanchis Gamoo Odaa irratti argamutti Gaaffii Qomaatif akka
dhiyaattan isini beeksisna.
Hub. Kaadhimamtoota guyyaa jedhameen alatti dhufan hin keessummeessinu
Join Our Telegram
πTelegram BeeksisaaHojii
ππ
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

Beeksisaa_hojii_haaraa
Awach SACCO qacara jira
Gitoota hojii β Ofisara IT Xiqqaa
Barnoota: Yuunivarsiitii Beekamtii qabu irraa Digirii jalqabaa Teeknooloojii Odeeffannoo, Saayinsii Kompiitaraa fi Injinariingii Elektirikii fi damee kanaan walqabatee
Muuxannoo: Muuxannoo hojii waggaa 0 fi isaa ol
GPA: 2.5 fi isaa ol.
Bara Eebbifame: 2019 hanga 2022tti
Dandeettiiwwan barbaachisan: 1.1.
Dandeettii Walqunnamtii gaarii fi dandeettii barreessuu
Beekumsa application Kompiitaraa gaarii
Dhiyeessii Mindaa : Hawwataadha
Bakka Hojii: Addis Ababa, Ethiopia
Yeroo Xumuraa: Onkoloolessa 10, 2022
Akkaataa Iyyatan
Iyyattoonni fedhii qaban ulaagaalee armaan olitti ibsaman guuttan kooppii CV hin deebine xalayaa iyyannoo fi waraabbii ragaa waliin Awach Saving and Credit Cooperative Society Ltdf teessoo emailiin dhiyeessuu ni dandeessu.
CV keessan kallattiin email: awachvacancy@gmail.com irratti ergaa
Filannoon kan raawwatamu gahumsa dhuunfaa fi carraa walqixa hundaaf bu'uura godhachuun!

β¬οΈGaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti