๐๐๐๐
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
โฌ๏ธGaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti
๐Telegram BeeksisaaHojii
๐๐

#DirqamaIsinbarbbachisa
#Namni tokko waliigaltee tokko yeroo nama biraa waliin raawwatu sababa rakkoon cimtuun takka isa mudateef dirqama waliigaltee ulfaataa tokko irratti nama biraa waliin yoo waliigale furmaanni isaa maali? Seerri hoo maal jedha?
"#Sababa_rakkinaatif_dirqama_waliigaltee_ulfaataa_ofiitti_fudhachuu"
โ๏ธIlmi nama jireenya isaa keessatti wanta jireenya isaatif barbaachisu hunda ofii isaatii guutachuu kan hin dandeenyee fi wanta jireenya isaatiif barbaachisu gutachuuf immoo walii wajjiin walitti dhufeenya uumee tajaajiloota fi meeshaalee adda addaa bittaa fi gurgurtaan waliif dababrsuun jireenya isaa gaggeefata
โ Meeshaawwanii fi tajajiloonni adda addaa kan jireenya ilma namaatiif barbaachisu kunis nama tokko irra gara nama birooti kan darbu daldala namoonni taasisanii fi daldalli kun immoo waliigaltee kan buโuura godhateedha
โ Waliigalteen tooftaa ittiin namoonni mirga isaanii dabarsan, dirqamoota uumanii fi ittiin namoota biroo dirqisiisanidha
๐Seera hariiroo hawaasaa keewwata 1679 jalatti waliigalteen tokko fedhii guutuu gareewwaan waliigaltee walii isaanii jiddutti uuman irratti kan hundaaโu tahuu ifatti tumame jira
๐Haa tahu garuu namni tokko yeroo waliigaltee tokko nama biraa waliin raawwatu sababa rakkoon yeroo isa mudateef waliigaltee garee kan akka malee fayyadu kan isa immoo miidhu fudhachuu dandaโa
๐Sababni isaas rakkoon tun akki isin si goone hin jirtu akkasuma namni tokko waliigaltee silaa rakkina qabaachuu baate fedhii isaatin hin fudhanne rakkina yeroo san jalaa bahuuf nama biraa waliin waliigala
๐Fakkeenyaaf namni tokko midhaan nyaataa fixee maatin isaa beelahuuf deema garuu maalaqa waan bitatun yeroof harkaa hin qabu yeroo kana nama xaafii qabu bira deemee xaafii kuntaala tokko naaf kenni maalaqa booda siif kenna jedhaan Abbichi xaafiits maalaqa harkatti amma yoo naaf keennite xaafiin kuntaalli tokkichi qarshii kuma kudhan yoo booda naaf kennite qarshii kuma digdamii shan jedhan namichi kunis sababa rakkinaatif xaaficha qarshii kuma digdamii shaniti fira fudhatee deema
๐Namonnni waliigaltee ulfaataa akkanaa sababa rakkinaatiif nama biraa waliin raawatan kanaf seerri keenya furmaata bareeda isaaniif kaa'e jira
โKunis seera hariiroo hawaasaa keewwata 1710 jallatti waliigalteen tokko sababa garee kaan caalati fayyadeef kan hin diigamnee fi Haa tahuu garuu gareen tokko sababa rakkootiifi wallaalumaatiin garee kaani waliin yoo waliigaltee raawwate waliigaltichi kan diigamu taโu ifatti tumamee jira
๐MMWFDItis jildii 21ffaa irratti waliigalteen tokko hanqina fedhii fi hayyamaatiin raawwatame jedhamuun kan diigamu gareen diiggaa waliigalticha gaafatu haalota hanqina hayyamaa agarsiisuu qaba jechuun murteese jira.
๐Sababa hanqina hayyamaa fi fedhii kan waliigalteen tokko itti diigamu keessa sababa rakkinaatiif waliigaltee ulfaata ta'e fi garee kaan caalatti fayyadu raawwaachuun sababa isa guddaa dha
๐Sababa amma ibsine kanaan waliigaltichis erga diigame booda bu'ura seera hariiroo hawaasaa kewwata 1818 ttiin gareewwan waliigaltee iddoo duraan turanitti yeroo deebi'an gareen sababa rakkootiif dirqama waliigaltee ulfaata fudhate kun dirqama ulfaata san osoo hin tahin dirqama akka gatii magaalaa yeroo waliigalteen raawwatamu sanii fi dirqama madaalawaa qofa garee kaanif raawwata,yookin meeshaa isarraa fudhate san deebisaaf
๐Fakkeenyaaf namicha xaafii bitate kan armaan olitti ibsine kun yeroo namichi xaafii itti gurgure qarshii kuma digdamii shan gaafatu yokiin qophaa isaatti sababa rakkinaatiif xaafii kuntaala tokko qarshii kuma digdamii shanitti waanin irra biteef waliigltichi akka naaf diigamu jedhee mana murtiiti himannaa dhiyeefatee qarshii kuma kudhan gatii magaalaa kan xaaficha qofa namichaaf kafaluu ni danda'a
๐Yeroo amma qaala'insi jireenya hammatee namuu rakkate kanatti haawasni keenya kan baadiyyaatileen waan tokko yeroo waliif gurguru yoo gatiin booda kan kafalamu taโe maalaqa guddaa waliin gareen kan akka kafaluuf waltahanii waliigaltee kan raawwachaa jiraniidha.
๐ฅGuutusaaf #join godhaa dubbisaa
๐๐๐๐
https://t.me/+V5L1UWTBIw1hYjE0

Telegram
Odeeffannowwan
Youโve been invited to join this group on Telegram.
โจ๏ธHawwii Maatiwoos:
Muuxannoo Gidaamii hanga biyya Indiyaa dorgommii bareedinaa injifachuuf gumaache
Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa dorgommii โMiss Tourism Oromiaโ jedhuun dorgommmii bareedinaa waggaa waggaadhaan qopheessaa jiruun dorgommii baranaa kan injifatte Shamarree Hawwii Maatiwoosi.
๐ฅDorgommii kana injifachuusheetiin badhaasa Birrii kuma 200 argattees jirti.
Hawwiin waaโee Dorgommii bareedinaa kanaa fi muuxannoo jireenyashee ilaalchisuun addatti BBC waliin turtii taasiftee jirti.
๐ฅO๏ปฟfii Hawwiin eenyu?
Godina Qellam Wallaggaa Gidaamiitti akka dhalatte kan himtu shamarreen Hawwiin, daaโimummaarraa kaasuun kan guddatte garuu Magaalaa Finfinneetti.
#GidaamiiBegiiBaabbooJaarsooNajjooGimbiNaqamteAmbooFinfinnee โ โ #Wallaggakaa dhuftuun #Hawwii Addunyaaf biyyashee #Gidaamii beeksifte
โDhaladhee waggaa tokkottin Finfinneetti Gale.
Kanin baradhes kanin guddadhes Finfinneedhumatti. Kutaa 12 fixee Yunvarsiitii Jimmaattin ramadame.
Achitti waggaa tokko akkuman baradheen qabxii olaanaa waanin Fideef carraan barnoota biyya alaa naaf kennameโ jetti.
Bara 2010 irraa eegaluun waggoota Afuriif biyya Indiyaatti ogummaa Faarmaasii barattee gara biyyaatti deebiโuun Finfinneetti dhaabbata qoricha omishu tokko keessatti qacaramtee hojjechaa akka jirtus himti.
Waggoota afur biyya hindii turte kanattis afaan warra Indiyaa akka gaariitti dubbachuu fi dhagahuu akka barattes dubbatti.
Afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingilizii akka gaariitti akka dandeessuu fi Afaan Kooriyaa ammoo akka dhageessu himti.

#Share waliif godhaa
Haadha manaa mana fincaanii keessatti abbaa warraa isheetiin ajjefamte
Gooftaa nuuf dhiisi ๐ญ
Abbaan manaa ishee kana dura nama ajjeesee mana hidhaa tureere isheen hin beektu turte Almaaz Esheetuu
Garuu abbaa manaa ishee waggoota dheeraaf eegdee osoo mana hidhaa deemtee gaafatattu turte
Erga wal fuudhanii booda jaalalaan waliin jiraachuu eegalan
yeroo tokko tokko
Yeroo manaa baatu ishee rukuttu
Yeroo isheen manaa baatee reebuun rakkisaa ture
Dhumarratti jaarsi dhiifamaaf carraa dhumaa akka nuuf kennu kadhatee araaramee ture abbaan manashee kun
Guyyaa araaraa guyyaa 21ffaa booda garuu manaashee keessatyi kukutee ajjeesee gate.
mana fincaanii keessatti bilbila ishee waliin dhokse maatiin akka hin barref xumura irratti
Mana amantaa deemtee kadhachaa jirti jedheetu
Ergaa dabarsaa ture
Garuu maatiin ishee yeroo manatti deebi'an #Almaaz mana fincaanii keessatti qaambi ishee kukutamee du'ee argan
๐๐
VIA [Waazeemaa] โ
๐๐๐๐
https://t.me/Oduu_123

#NamootniOdeeffannoofBeeksisaahojiiHordoftanMarti
โจ๏ธHiriyaa keesaniif maatii keessan #Gara chaneela keenyatti #add gochuu hin dagatinaa โ
#Sababnii isaas nutis isinirraa #Hamilee eegna yoo #Isin nu #Cinaa dhaabbatttan #AfaankeentaaniisKan isin rakkisulle #hiiknee isinihf #dhoobuun nu gammachiisa #garuu isin ni #faana hin jirtan taanaan nutis #yerooma nuuf mijate #Odeeffannoo isiniin geenya kanaaf #gaheen keessan #hirmaannaan keessan #murtteessadha namni #tokko hanga nama 50 yoo #add godhe maal isa dadhabsiisa nutiyyu #Odeeffannoo qabatamaa isiniin #baasiif yeroo qabnu irraa kutnee isin qaqabsiisnaati
#Add gochuun nu jabeessa namootni #yaada qajeelaa qabdan โ
Kan jaraa #utuu tahee ....
๐๐
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii gahaan taasifameera-BBO
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 irraa eegalee kennamuuf qophii gahaan taasifamuu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon ibsan.
Barana Naannoo Oromiyaatti barattoonni kuma 393 fi 981 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan fudhatan yoo ta'u, qormaatichis Yuunivarsiitiiwwanitti kan kennamu ta'uun walqabatee, hanga dandaโameen barattoonni naannichaa Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Oromiyaa keessatti argaman 14โn jiran kan naannawaa isaanitti dhiyootti akka ramadaman taasifamuu ibsaniiru.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 hanga Onkoloolessa 2, 2015 barattoonni Saayinsii Hawaasaaf, Onkololeessa 8-11, 2015 baratoonni Saayinsii Umamaaf akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksisuun kan yaadatamuudha.

Call for Written Exam
===========
Dear candidates,
Thank you for your interest to join Awash Bank .This is 3rd and 4th round of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative position to be invited for written exam, for those who applied on vacancy posted July 17,2022.It is recalled that candidates scored 3.8 and above were invited and tested on 1st and 2nd round.
In this 3rd and 4th round:-
1.Graduates of 2021 & 2022 with CGPA from 3.5 -3.79.
2. Age 27 years and below
3. Banking & Finance, Accounting & Finance, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration & Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & MIS fields are considered and invited on 7 October 2022,3rd round @9:00AM (morning),4th round @2:00PM (afternoon) at Addis Ababa Oromo Cultural Center, around Legehar.
4. For CGPA below 3.5, other rounds will be available.
N.B:-Candidates are strictly advised to have their ID card/passport when they appear for the test.

Baankii Siinqee Waamicha Qormaata Gaaffii Qomaa (Interview)
Kaadhimamtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame Gita hojii โgraduate Traineeโ
irratti Baankii Sinqeetti Qacaramuuf Qormaata Barreeffamaa fudhattanit qabxiilee argattan
irratti hundaaโun Gaaffii Qomaaf (Interview) kan dabartan taโuu beektanii, kaadhimamtoonni
tartibni maqaa keessanii 1-117tti jiru, Gaafa 02/02/2015,
kan tartibni Maqaa keessanii 118 โ 234 tti jiru immoo gaafa 03/02/2015 Ganama saโaati 2:00 irraa jalqabdanii Waajjira Muummee
Baankii Siinqee kan Kaasanchis Gamoo Odaa irratti argamutti Gaaffii Qomaatif akka
dhiyaattan isini beeksisna.
Hub. Kaadhimamtoota guyyaa jedhameen alatti dhufan hin keessummeessinu
Join Our Telegram