We are expanding our network routes throughout Ethiopia. Therefore, we are looking for suppliers to provide fiber testing and commissioning materials for our network. Bidders who meet the requirements can register by emailing bids@safaricom.et until Thursday, October 3, 2015 at 11:00 am.
clear
288 / 5,000
Translation results
star_border
Guutummaa Itiyoophiyaa keessatti daandii networkii keenya babal'isaa jirra. Kanaafuu, dhiyeessitoota meeshaalee qorannoo faayibaraa fi komishinii networkii keenyaaf dhiyeessan barbaanna. Dorgomtoonni ulaagaa guuttan hanga Kamisa Waxabajjii 3, 2015 sa’aatii 11:00tti bids@safaricom.et irratti email gochuun galmaa’uu ni dandeessu

🔥Bulchiinsa Nageenya Neetwork Odeeffannoo #Biyaalessaa bara 2013 irraa eegalee Qacaruu barbaada
🔥Gosa barnoota barbaadamu
♨️saayinsii kompiitaraa keessatti, .
♨️Injinariingii Sooftiweerii, .
♨️Teeknooloojii Odeeffannoo, .
♨️ Sirni Odeeffannoo Hooggansaa fi dameewwan barnootaa kanaan walqabatan barattoota digrii tokkoffaan eebbifaman qacaruuf beeksisa baaseera.
Yoo dandeettii ykn dandeettii addaa software development qabaattan link armaan gadii kana cuqaasuun CV odeeffannoo bu'uuraa keessan fuula lama /2/ hin caalle of keessaa qabu hanga Fulbaana 30, 2015tti gallmahuu dandeessu #guutummaa isaa liinki asi gadii Cuqaasuun #Odeeffannoo guutuu argadhaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://www.insa.gov.et/web/guest/vacancy

❌Of Eeggannoo #gochuu qabdu Namootni #AfaanKanaDhageessanMartinuu
⬇️Odeeffannoo #qacara Namoota #MiliyoonaTokko Jedhuuun Beeksifni hojii #TooraSocialMediaIrrattiGadiLakkifameera Sababa #Hojii barbaadduf utuu Aadda hin baafatin akka hin galmoofne #Adaraa
🔥Hojii Barbaaddota Guyyaa
♨️ Miiliyoona 1 Ol Barbaadaman!
Biiroon Qonnaa Zoonii Goondar Lixaa guyyaa guyyaan hojjettoota miliyoona tokkoo ol barbaaduusaa beeksise.
🔥Yeroon sassaabamaa fi midhaan biroo zoonicha keessatti sassaabuu waan gaheef, warreen hojjataa guyyaa ta'anii hojjachuu barbaadan fi naannawa jiraatan irraa waraqaa eenyummaa Kebelee qabatanii gara zoonii keenya dhufanii hojii irratti hirmaatan waamicha godheera.
ከ1 ሚሊዮን በላይ የቀን ሥራ ፈላጊዎች ይፈለጋሉ!
የምዕራብ ጎንደር ዞን ግብርና መምሪያ ከአንድ ሚሊየን በላይ የቀን ሠራተኞች እንደሚፈልግ አሳውቋል። በዞኑ የሰሊጥና ሌሎችም ሰብሎች የመሰብሰቢያ ወቅት ስለደረሰ የቀን ሥራ መሥራት የሚፈልግ ከሚኖርበት አካባቢ የቀበሌ መታወቂያ በመያዝ ወደዞናችን በመምጣት በሥራው መሳተፍ እደሚቻል ጥሪ አድርጓል።
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
🙏

🔥WAAQAYYO GALGALA TOKKOTTI SEENAA KEE JIJJIIRA!
✅Garuu atis jabaadhu hojjedhu #abdii hin kutin
Namichi isin argitan kun nama biyya Taanzaaniyaati.Maqaansaa 'Saninu Laizer' jedhama.
♨️Albuuda baasuudhaan maatiisaa jiraachisa.Hojii kanas waggaa hedduu hojjeteera.
♨️Lubbuusaa balaarra buusuudhaan holqa gaaraa seenee albuuda barbaada.Ijoollee baayyee waan qabuufis hojiin inni hojjetu qoonqoo maatiisaarra hin darbu ture.
♨️Garuu guyyaa tokko abdii kutee hin beeku! Jireenyasaa fooyyeeffachuuf jedhee sobee,hatee,hinaafee hin beeku.
♨️Lafa qotaa,albuuda barbaada.Waaqayyo gaaf tokko jireenya koo jijjiira jedhee abdata.
♨️Maarree abdiinsaa abdii qofa tahee hin hafne.Akkuma abdate taheef.Utuuma albuuda barbaaduu albuuda gati jabeessa lama bakka tokkotti argate.
♨️Albuudotnni kun lamaan walummatti kiiloo 15 ulfaatu.
Albuudnni hamma kana ulfaatu Taanzaaniya keessatti argamee hin beeku ture.
♨️Albuuda argate kanas borumtaasa gabaaf dhiyeessee doolara Ameerikaa miliyeena 3.4tti gurgurate.
♨️Galgala tokkotti miliyeeneri tahee jiruu maatisaa fi jiruu hawwaasasaa sadarkaa guddaatti ceesisuuf carroome.
♨️Agartee Waaqayyoo yoo barbaade akkas godha! Isatti amani! Dafqiimmoo hojjedhu! Namni bulee sitti jijjiirama,Waaqayyommoo bulee si jijjiira!
Milkaa'ina kee namarraa eegdaa? Lakkii! Abdiin karaa namaa fagoo si hin geessisu.
🔥Namni tarii har'a si eebbisee borimmoo si abaara.
Tarii har'a si kabajee borimmoo si salphisa.
♨️Har'a si wajjiin kolfee bor nyaara sitti guura.Har'a waadaa sif galee borimmoo si haala.
♨️Waaqayyoon yoo abdatte garuu karaan kee fagaatus galma kee in geessa.Abidda keessatti waadamtee warqee taata.
♨️Nama Waaqayyoon abdatuutti aduun hin dhiitu."Naaf dhumeera...kanarra karaan hin jiru" gaafati jettu,"lakkii kan kee ganaadha,sichiin jireenya si jalqabsiisa'siin jedha Waaqayyo.Ameen!!!
🌈Telegrami Beeksisaa join gochuun hiriyaa keessaniifis #qoodaa

Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

Egeree Post pinned «🔥WAAQAYYO GALGALA TOKKOTTI SEENAA KEE JIJJIIRA! ✅Garuu atis jabaadhu hojjedhu #abdii hin kutin Namichi isin argitan kun nama biyya Taanzaaniyaati.Maqaansaa 'Saninu Laizer' jedhama. ♨️Albuuda baasuudhaan maatiisaa jiraachisa.Hojii kanas waggaa hedduu hojjeteera.…»
⬇️Yaala feetuu manuma kee keessaa qabda
#Faayidaa_Qurunfullii aanan wajjiin
1💧Qulqullina afaaniif.
2💧Madaa afaanii ni hir'isa.
3💧Dhibee onneef.
4💧Dhibee garaa laleeysaaf.
5💧Utaalloo fi qufaasisaaf.
6💧Dhiiguu foon ilkaanii nurraa qolata.
7💧Hanga cholesterol qaama keenyaa ni to'ata.
8💧Dhukkuubbii jilbaaf, (klove oil )zeyti isaa dibbsiisa.
9💧Bokoka garaa irraa nu fooyessa.
10💧Foolii afaanii gaarii akka qabaannuuf
11💧Marsaa dhiigaa (blood circulation)
12💧Dhibee garaachaaf.(gastirc)
13💧Dhukkubbii ilkaaniif.
14💧Dadhabbina ijaatiif
15💧Dhibee kaansarii namarraa ittisa
16💧Dadhabbina sammuutii fi waa hubachuu dhabuu irraa nu fooyyessa.
Akkamitti fayyadamta
Qurunfullii maankaa tokko aanan kubbaayyaa tokkotti dabaltee dhugdaa ✅

Jilli Keeniyaa Ayyaana Ireechaaf kiiloo meetira 1180 qaxxaamuree magaalaa Arbameenchi seenanii jiru.
Ayyaana Ireechaa baranaa irratti hirmaachuuf jilli Keeniyaa irraa dhufe artistootaafi daawwattoota biroo of keessaa kan qabu km 1180 imaluun magaalaa Arbaminc yeroo seenan simannaa taasifameefii jira. Jila kana keessaa Baandii Muuziqaa Limarti isa tokkoo dha.
Maddi: Visit Oromia
✅Oduu hordofaa
https://t.me/Oduu_123

✅Guutummaa isaa join gochuun argattu
🔥waliif #qoodaa ✅
⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaa #Irratti
🌈Telegrami join gochuun #Dadhabbii malee #mana kessan ta'aa #baasiif osoo hin saaxilamiin gitoota feetan irrattis #dorgomaa
👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti
🌈Telegram BeeksisaaHojii
👇👇