Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Biiroo Eegumsa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Naannoo Ummataa Kibba Lixa Itoophiyaa

Guyyaan beeksisa #bahe Adoolessa 4, 2015 dha

Gitoota hojii 8 warra muuxannoo qabaniif
Odeeffannoo sana namoota hojii barbaadan biroof haa qoodnu. Gaarummaa jechuun ofii qofa osoo hin taane namoota biroos yaaduudha.

⬇️Warra odeeffannoo beeksisa hojii sirrii ta'e hordofuu barbaaddan qofti #telegrami keenya join godhaa

Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
WANTOOTA HOJII IRRATTI DHIIBBAA UUMAN
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
■ NAMAAN DORGOMUU?
➶ Hojii hojjettus ta’ee waan irratti bobbaatee jirtu irratti namaan dorgomuuf osoo hin taane ofii keen dorgomaa hojjechuutu irra filatamaadha. Akka ilaalcha kootti ofii keen dorgomuu yeroon jedhu si isa kaleessaa caalaa si isa har’aa hojjechiisuu jechuudha.

➪ Fakkeenyaaf kaleessa waan hojjette tokkotti dhibbantaa digdamii shan taanan si isa har’aa immoo shantama
hojjechiisuu yaaluudha. Karaa biraan namaan dorgomuun kee rakkoo inni sitti uumuu danda’u muraasan sii kaasa.

➪ Namaan dorgomuun kee wantoota wanta ati qabattee jirtu irratti gufuu ta’aniif si saaxiluu danda’a. Innis hinaaffaa, jibba nama sana
cabsuuf karaa barbaaduu, kunimmoo gufuu kan inni sitti ta’uu danda’u silaa ati qooda hojii kee sammuu kee qulqulluun irratti xiyyeeffattu. wanta toora tokko ol si butuu hin dandeenye wantoota armaan olii keessatti kufta
jechuudha. Karaa biraan immoo waan humna keen olii akka ati hojjettuufis si saaxila. Fakkeenyaaf namni ati dorgomtuun sun dandeettii muka yaabuu qaba haa jennu. Yeroo inni muka yaabu atis muka yoo yaabde, yeroo inni bu’u immoo irraa kuftee
caccabuu dandeessa. Muka yaabuun isaaf dandeettiidha yookiin kennaadha. Siif garuu
miti. Nama taatee waan dhalatteef namni biraan waan godhu hundumaa gochuu dandeessaa miti. Akkasuma wanta ati gochuu dandeessu
garuu inni gochuu hin dandeenyes ni jira. Kun immoo dandeettii garaagaraa qabaachuun keenya utuu iddoo biraa hin dhaqin bifa garaa garaa, hojjaa garaa garaa qabaachuun keenyayyuu fakkeenya dandeettii garaa garaa qabaachuu keenya isa hangafaati. kanaaf dorommiin kee isa dandeettii si fakkaatu qabu akkasuma bifa si fakkaatu qabu suma waliin
ta’uu qaba.

■ HAMMA HOJJETTUU GADI HOJJECHUU
➶ Kun kan inni irraa madda jedhee yaadu, Inni angafaa dhibaa’ummaa yeroo ta’u inni itti aanu immoo wanta har’a hojjettu boriif kaawwachuudha jedheen yaada.

➪ Maalif dhiboofta? Hojii hojjettu sana tarii humnaan itti galtee? Fakkeenyaaf dhiibbaa maatiin moo namummaatu hojjetee milkaa’eef atis seente.
Deebiin isaa kana lamaan keessaa tokko ta’uu mala. Silaa hojii ati hojjechuu qabdu hojii
eenyummaa kee isa dhugaa ta’ee fi dandeettii kee madaalu ta’uu qaba ture. Kana wallaaluun kee immoo isaan armaan oliif si saaxiluu mala. Silaa hojiin eenyummaa kee isa
dhugaa ta’e kan gammachuu siif kennu kan ati akka bashannanaatti ilaaltudha. Malee kan ati itti dhibooftu ta’uu hin qabu. Itti dhiboofta taanaan hojii eenyummaa kee ilaallatu mitii dhiisii waan si
ilaallatu hojjedhu! Namoonni baay'een dhaabbilee garaa garaa keessa hojjetan kan isaan baay'inaan hojii isaaniitti dhibaa’oo ta'aniif akka ilaalcha kootti wantoota armaan oliiti jedheen yaada. Horii yookiin qarshii ilaalee dhaqe yookiin
hojiinumti nan darbinii dhaqerraan ala waan isa
ilaallatu miti ta’uu mala.

➪ Namni kamuu immoo akkuman dura kaase dandeettii garaa garaa qaba. Dandeettii isaa wallaaluu isaatu akkana isa godhen jedha. Kanaaf dandeettii hojii hojjennuu haa barruun dhaamsa kooti.

#follow our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl
EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 96/22)
Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals;
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
1.Job Title:
Senior Customer Service Officer I
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field
Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 2 (Two)
Place of work: Addis Ababa

2.Job Title:
Controller I (Branch)
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field
Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 1 (One)
Place of work: Addis Ababa
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Application Dead line: 5 working days (September 14 - 19, 2022) starting from the date of announcement on the newspaper
Salary: Per Bank’s New Salary Scale (Very Attractive)
Interested applicants should submit their non-returnable applications along with CV and photocopies of other relevant documents through post office only.

Debub Global Bank S.C
Human Resources Management Dep’t
P.O. Box 100743
List of Graduate Trainee Sinqee Bank for written Exam(1).docx
31.9 KB
Tarree Dorgomtoota Leenjifamtoota Eebbifamtootaa Qormaata Qormaataa barreeffamaan filataman Guyyaa : 11/01/2015 E.C

Bakka Qormaataa: Yuunivarsiitii Siivil Sarviisii Itoophiyaa(Daandii CMC irratti argama)
Sa'aatii: Sa'aatii 7:00 Sa'aatii biyya keessaa waaree booda
𝗕𝗘𝗘𝗞𝗦𝗜𝗜𝗦𝗔
Namooni maqaan keessan arman gaddittii tarreeffame gita hojii arman gadii irratti galmooftani calallii isa dura darbitan qormaatni gaafa 𝟵/𝟬𝟭/𝟮𝟬𝟭𝟱 waan keennamuuf ganama 𝘀𝗮’𝗮 𝟯 irra eegalee waajjira Korporeeshiinii Ingiinariingii Oromiyaa tti gabaasa akka taasiftan isin beeksifna.

𝗥𝗲𝘀𝗶𝗱𝗲𝗻𝘁 𝗘𝗻𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗿 𝗥𝗘-𝟰
1. Lencho Geshuu
2. Chemere tolosa
3. Timketa adula
4. Girmaa kebebew
5. Adamo bifa
6. Wubishet getu

𝗢𝗳𝗳𝗶𝗰𝗲 𝗘𝗻𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗿 𝗢𝗘-𝟭

1. Surra Getachew
2. Daniel belete
3. Taye kumera
4. Shewaye gebeyehu
5. Haile babsa
6. Ibsa dibo

𝗦𝗶𝘁𝗲 𝗲𝗻𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗿 𝗦𝗘-𝟭

1. Dereje tamiru
2. Fantahun mekonon
3. Gemechis temesgen
4. Sagni fekede
5. Getahun shore
6. Tariku fikadu

Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa

👇👇👇

https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
🔥Beeksisa Hojii Yuunivarsiitii Jimmaa
⬇️
Share gochuun hiriyyaa keessan bira akka gahu taasisaa.
Liinkii cuqaasuun bal'inaan ilaalaa #gitoota feetan irratti dorgomaa

🌈Telegram
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/michujobs
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Yuunivarsitiin Jimmaa (JU) hojjattoota gitoota hojii duwwaa ta'an armaan gadii irratti qacaruu kan barbaadu yoo ta'u, bal'inaan armaan gaditti ibsameera.

Dhaabbata:
Yuunivarsiitii Jimmaa
Bakki: jimma
Guyya Dhoobame : Adoolessa 12, 2022
Yeroo xumuraa: Adoolessa 26, 2022

Baay'ina Iddoo Hojii: 17 positions 0 EXP
Ogummaawwan: herregaa,baankii,bulchiinsa-daldalaa,dinagdee,bulchiinsa-faayinaansii,bulchiinsa-kessummeessitootaa,bulchiinsa-qabeenya-namaa,loojistikii,hoggansa,bulchiinsa-ummataa,bulchiinsa-dhiyeessii,tuurizimii .

Akkamitti iyyachuu dandeenya?
Beeksisa iddoo duwwaa jiru sirriitti dubbisaa.
Bal'ina iddoo duwwaa ulaagaa guutuu waliin ilaali.

CV ykn Ibsa Iyyannoo keessan qopheessaa.
Dhumarratti akkaataa qajeelfama abbaa taayitichaatiin iyyachuu.

Gitoota hojii armaan olii kanaaf iyyattoonni fedhii qaban CV isaanii ragaalee barbaachisoo ta’an waliin kallattiin Yuunivarsiitii Jimmaa, Mooraa Guddaa Humna Namaa akka ergitan affeeramtaniittu

Waajjira Daayirektoreetii Bulchiinsaa fi Misooma, P. O. Box: 378, Jimma

Share gochuun hiriyyaa keessan bira akka gahu taasisaa.
Liinkii cuqaasuun bal'inaan ilaalaa

🌈Telegram
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/michujobs
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
❇️MOO'ATTOOTAA FI MOO'AMTOOTA

Moo'attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. Moo'amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu.

Moo'attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa qabu. Moo'amtoonni garuu sagantaa dhabuu isaaniif sababa garaagaraa dhiheessu.

Moo'ataan "siifan hojjedha" siin jedha. Moo'atamaan garuu "kun hojii koo miti, ana hin ilaallatu" siin jedha.

Moo'ataan rakkoo kamiifiyyuu furmaata barbaada. Moo'atamaan garuu furmaata kamiifiyyuu hanqina yookin mudaa barbaada.

Moo'ataan "ulfaachuu danda'a garuu hojjechuun ni danda'ama" siin jedha. Moo'atamaan immoo, "Gochuun ni danda'ama garuu ulfaataadha" siin jedha.

Moo'ataan wayita dogoggoru "nan dogoggore" jedha. Moo'atamaan immoo "Dogoggora koo miti" jedha.

Moo'ataan waan hojjechuu qabu ni murteeffata. Moo'atamaan garuu yeroo biraa akka hojjetu waadaa siif seena.

Moo'attoonni mul'ata qabu. Moo'amtoonni hawwii qabu.

Moo'attoonni "hojjechuun qaba" jedhu. Moo'amtoonni immoo "hojjetamuu qaba" siin jedhu.

Moo'attoonni garee tokkotti makamanii waliin hojjechuu ni danda'u. Moo'amtoonni garuu hin danda'an.

Moo'attoonni waan argatan yaadu. Moo'amtoonni immoo waan dhaban yaadu.

⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl
⬇️Dubbisaa

#HAALAWWAN_ULFA_ADDAAN_KUTUUN_SEERAAN_HAYYAMAME

➤ Akka Qajeelfama Ulfa Addaan Kutuu (kana booda, QUAK) Ministeera Eegumsa Fayyaatiin bara 1998 bahee fi bara 2006 fooyya’een, “ulfa baasuu jechuun guyyaa dubartiin ulfaa laguu idilee dhumaa (last normal menstrual period) argitee kaasee, ulfa torban 28 gadii addaan kutuudha. Yeroon laguun dhumaa argame hin beekamne immoo daa’ima ulfaatina giraama kuma tokkoo gadiirratti kan raawwatudha” Jedheera.

➤Ulaagaan daangaa yeroo dhumaa ulfa addaan kutuun itti hayyamamu kun muuxannoo biyyoota addunyaa keessatti garaagarummaa qaba.

➤ Biyyootni addunyaa haala qabatamaa biyya isaanii keessa jiru bu’uureffachuun sababootni ulfa addaan kutuuf hayyaman; lubbuu haadhaa baraaruuf, fayyummaa haadhaaf, ulfa sababa dirqisiisanii gudeeduun ykn wal quunnamtii saalaa firoota gidduutti raawwatameen uumame, rakkoo hir’ina uumama ulfaa, rakkoo diinagdee ykn hawaasummaa fi fedhii ykn gaaffii dubartittii qofaan akka ta’edha.

➤ Akka Seera Yakkaa RDFI’tti immoo, ulfa
baasuun akka qajeeltootti yakkadha. Haa ta’u malee, haalotni addaa seera yakkaa kew. 551 jalatti teechifaman yoo jiraatan ulfa addaan kutuun ni danda’ama. Sirna raawwiiisaa fi adabbiin sirnicha cabsuun hordofsiisu kew.552 jalatti tumameera.

👉A. Ulfa sababa dirqisiisanii gudeeduutiin ykn walquunnamtii saalaa firoota gidduutti raawwatamuun uumamu (Kew. 551(1) (A): Ulfi sababa dirqisiisanii gudeeduutiin ykn walquunnamtii saalaa firoota gidduutti raawwatamuun uumamu addaan kutuun haalawwan ulfa addaan kutuun itti hayyamamu keessaa tokko dha.
Ulfi gochoota armaan oliin uumamu jecha miidhamtuun kennitu qofaan mirkanaa’a. Kunis, akka ragaatti galmee yaalaa miidhamtuu irratti galmeessama.Yeroo kana,miidhamtuun akkaata raawwii gochichaa fi eenyummaa nama gochaa kana raawwatee ibsuun ishee hin barbaachisu

👉B. Fayyummaa Haadhaa ykn Daa’ima Ulfaa’amee (Kew. 551/1B):
ulfichi kan itti fufu yoo ta’e lubbuu haadhaa fi ulfichaa irratti ykn fayyaa haadhaa irratti balaa kan hordofsiisu yoo ta’e, ulficha addaan kutuun ni eyyamama. Fayyummaan haadhaa, fayyummaa qaamaa ykn
sammuu ta’u danda’a. Miidhaan kun jiraachu ogeessa fayyaan mirkana’a. Ogeessi dubartii ulfaa kana qorannoo barbaachisaa akkaataa madaalli beekumsa fayyaa fi qajeelummaadhaan (good faith), itti fufuun ulfichaa haadha ykn
daa’ima ulfaa’ame irratti miidhaa fiduu akka danda’u mirkaneessuu
qaba.

👉C. Ulfichi Hanqina Qaamaa Fayyuu hin Dandeenye Qabaachuu (Kew. 551/1C): Kunis ogeessa fayyaan, qorannoo barbaachisaan erga godhame booda ulfichi hir’ina qaamaa ykn rakkoo jeenetikii akka qabu yoo mul’ate, ulficha addaan kutuun ni danda’ama.

👉D. Dubartiin Ulfoofte Hir’ina Fayyaa Qabaachu ykn Ijoollee Ta’uu (Kew. 551/1D): Dubartiin ulfoofte hir’ina qaamaa ykn sammuu qabaachuun, gaa’ilaaf kan hin geenye ta’uun daa’ima dhalatu guddisuuf
qophii sammuu ykn qaamaa kan hin qabne yoo taate, ulficha addaan kutuu dandeessi. Ulaagaan namni tokko hir’ina qaamaa ykn sammuu qabaachuu kan madaalamu hojii idilee guyyaa guyyaan raawwatamu
dubartiin kun hojjechuu yoo dadhabdedha. Kunis, qorannoo ogeessa yaalatiin qulqulla’a. Umuriin shamarree 18 gadi ta’u immoo, umurii kaardii yaala ishee irratti guutame qofaan mirkanaa’a.

👉E. Balaan ulfaataafi yeroo hin kenninee fi maqsamuu hin dandeenye yoo mudatu (hojii wal’aansa yaalaa ariifachiisaa osoo hin dabalatiin)(Kew. 551/2): Tajaajilli yeroo kana kennamu akka haala dirqisiisaa
humnaa olii (Necessity) kew. 75 tti kan fudhatamuu fi si’ayinaan akkuma
dubartiin kun fedhii kenniteen raawwatamuu akka qabu QUAK
tumeera.

Sirna Qajeelfama Ulfa Addaan Kutuu Ministeerri Eegumsa Fayyaa baase
armaan olii namni cabse kamiyyuu adabbii maallaqaa qarshii kuma tokko hin
caalleen yookiin hidhaa salphaa ji’a sadi hin caalleen akka adabamu Seerri yakkaa kew.552 (3) tumeera .

⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#New
Heineken Ethiopia is looking for female fresh graduates

Heineken Ethiopia is looking for candidates who are Female Fresh Graduates that are ambitious, driven, energetic, eager, and open to relocating to different sites and learning for the 2022 Graduate Trainee Program. The Graduate trainee program is an exciting career platform where each trainee goes through a rigorous 18-monthly performance and development plan to ensure they are ready to take on their final landing roll.

APPLY HERE https://docs.google.com/forms/d/10TudZWdwzYTJ3KmeXM905k0hWdVxE5GzwZgH4Pr2So4/viewform?ts=6311a3dc&edit_requested=true
The applicant should be Female 2021 and 2022 University graduates with the below qualifications per department:

Supply Chain Department – Fresh Graduate with a BA Degree in Chemical/Electrical/Industrial/Mechanical Engineering and other relevant Business and Engineering fields

Finance Department – Fresh Graduate with a BA Degree in Accounting and Finance, Accounting, Economics, and other relevant fields

Marketing Department – Fresh Graduate with a BA Degree in Marketing Management, Management, Economics, Business Administration, or other relevant Business fields

⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#New
Job by Gift Real Estate PLC

1. Junior Marketing Officer

Location: Addis Ababa, Addis Ababa

Fresh Graduate)

Employment Type:Full time

Job Description

· Creating marketing goals related to client acquisition, lead generation, and revenue

· Conducting field market, research competitors to augment marketing efforts

· Conduct heavy field sales by drawing successful field sale strategy as assigned by division leader and producing business

· Concentrate efforts on the company’s target clients as directed by the division leader

· Producing and editing content like social media posts, videos, e-books, infographics, presentation decks and webinars

· Cultivating relationships with potential customers such as prospects and lead-to build the company’s clientele

· Monitoring social media traffic to measure the public’s perception of the company’s brand

· Testing the quality of emails, social media posts, and the company’s landing page

· Analyzing the results of campaigns and making changes to outlast competitors

· Report to the senior marketing officer

Job Requirements

· Bachelor’s degree is preferable

· Basic Computer skills required

· Stellar written and oral communication skills

· Willingness to try, create and develop innovative marketing skills

· The ability to learn new knowledge, adapt and apply to operations is mandatory. This will be evaluated on an interview.

2. Junior Sales Officer

Location: Addis Ababa, Addis Ababa

Fresh Graduate

Employment Type: Full time

Job Description

Engaging with new prospective customer and representing the company.
Meeting site targets and working closely with Marketing and Sales by methodically working on and following up on a variety of Sales activity.
Identifying potential new clients.
Collect market information, identify competitors and report on their activities
Fulfill given sales target
Contacting clients to inform them about new development in the company’s products
Build a strong customer relationship to be the customer’s choice
Propose areas for improvement in the service offerings, sales tactics, marketing strategy, and promotional activities
Marketing campaigns and social media

Report to the senior sales officer

Job Requirements

· Bachelor’s degree is preferable

· Basic Computer skills required

· Stellar written and oral communication skills

· Willingness to try, create and develop innovative marketing skills

· The ability to learn new knowledge, adopt and apply to operations is mandatory. This will be evaluated on an interview.

· Digital marketing Knowledge is essential

How to Apply

Application Procedure: Interested applicants are invited to submit their application, CV and non-returnable copies in person OR E-MAIL via: giftrealestatehr2020@gmail.com within 10 working days from the date of this announcement to Gift Real Estate PLC, Head Office, located on Bole Road, In front of Getu Commercial Center, Behar Building 8th floor, Room No 803. Tel. 0114655580

Deadline
Sep 17, 2022


⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Ethiopian Center for Disability and Development Vacancies 2022 New job vacancy

Job Description for Volunteer
Transfer data from paper formats into computer files or database systems
Maintain and update the database during the assignment period
Organize data for reporting requirements

Establish and maintain an accurate and up-to-date filing system for the documents, keeps information and project-related material in a manner that allows easy retrieval;
Assist with programs, events, and activities like workshops, seminars, training sessions, meetings, etc. organized by coordinators of various projects under the six program priorities
Provide operational support to the project coordinators for the smooth implementation of the specified programme component·
Support accounting processes, work with spreadsheets and financial performance metrics and reports, support on requests and settlements of financial expenses.
Work cooperatively as a reliable team member to complete given assignments

Understand the ethical and legal responsibilities involved and maintains strict confidentiality of organizational records, privacy of staff of ECDD as well as that of beneficiaries and partners
Facilitation:
The volunteer will be facilitated with office space, a desktop/laptop with Internet and transport allowance monthly.
He/ She will be expected to work Monday to Friday from 8.00 am to 5.00pm in an office environment
Job Requirements
Essential skills required:
Education: BA/BSc Degree in Accounting & Finance and Business administration.
Excellent written and verbal communication skills, including strong writing skills
Experience in IT and data entry in databases
Good typing skills0 Basic understanding of Microsoft applications

🔥How to Apply
Interested and qualified individuals should send their applications through ECDD online application form by clicking the following link: https://forms.gle/6ngUfiizEjxoiztf7 or hand-delivered to the ECDD Office – Meskel Flower Road behind Dreamliner Hotel, Tel: +251-114-165859, or via p.o. box 1530 code 1250, Addis by filling out the ECDD Job Application Form by clicking on the link http://www.ecdd-ethiopia.org/vacancy-list/384-ecdd-application-form.html

Note:

Persons with Disable and Female applicants are highly encouraged to apply.

All travel and recruitment-related costs should be covered by the applicant.

Only short-listed applicants will be contacted.

Deadline: 5 days following the posting of this announcement


⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Beeksisa Bakka Duwwaa ogeessota fayyaa muuxannoo gaarii qabaniif:-

Beeksisa Hojii

Dhaabbata: Sagantaa Nyaata Addunyaa (WFP) .

Gitoota hojii: Narsii EMAT

🔥Barnoota: BSc fi isaa ol #narsii / #fayyaa_uummataatiin muuxannoo barbaachisaa ta'een

🔥Bakki Hojii :
#Jijigaa
#Diree Dawaa
#Adamaa
#Deesii
#Gonder fi Semera
Baay’ina barbaachisu: 6
Yeroo xumuraa:
Adoolessa 29, 2022

Liinkii banuun dorgomuu dandeessu
👇👇👇👇
👉 Vacancy Details
https://bit.ly/3Ql2eIF


⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Job Description

We invite applications from Medical Professionals to explore opportunities at Selam Dental Clinic, Jigjiga.

Position: General Dentist

Candidates should have minimum 2 years of work experience in General Dentist and license holder with COC can apply.

Interested medical professionals can forward your updated profile to @Redeemed_Fitsum telegram address.

Mobile No- 0911567596
                     0913843938

⬇️Page keenyas #follow godhaa

our page
👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
ጁኒየር ሴክሬቴሪ/ካሸር
#global_insurance_company
#business
#secretarial_admin_and_clerical
#cashier_and_secretary
Addis Ababa
ዲፕሎማ በአካውንቲንግ፣ ሴክሬቴሪያል ሳይንስ እና ኦፊስ ማኔጅመንት
Quanitity Required: 1
Minimum Years Of Experience: #0_years
Deadline: September 21, 2022
How To Apply: ከላይ የተጠቀሰውን መስፈርት የምታሟሉ አመልካቾች ማመልከቻና የማይመለስ የትምህርት ማስረጃ ኮፒ በመያዝ ሱማሌ ተራ በሚገኘው የኩባንያው ዋና መ/ቤት በመገኘት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡ ለበለጠ መረጃ +251111565850/ +251111565853 ደውሎ መጠየቅ ይቻላል
🔥Isin #gargaara
👇👇👇👇
Meeshaaleen itti fayyadama dhuunfaaf gibira irraa bilisa ta’anii biyya alaatii galfamuu danda’an maal fa’i?

- Sigaaraa | ➤ giraama safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 200

- Sigaaraa | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga hayyamamu ➤ 20

- Tamboo ilbiisota ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 250

- Dhugaatii alkoolii Safara ➤ Liitira | Hamma hayyamamu ➤ 2

- Urgooftuu lallaafaa | Safara ➤ mililiitira | Hanga hayyamame ➤ 500

- Urgooftuu | Safara ➤ mililiitira | Hanga hayyamame ➤ 500

- #Mobaayila | ➤ lakkoofsaan safaruu | Gargaarsa Ol’aanaa ➤ 2 (#lama) .

- #Laaptooppii | Lakkoofsaan➤ safaruu | Baay'ina hayyamame 1 (#tokko) .

- #Kaameeraa_Suuraa | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- #Wiilcheerii | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- #sa'aatii_harkaa | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- Qeensa ykn rifeensa haaddachuu ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- Rifeensa goggogsuu | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- Rifeensa Murachuu | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga Hayyamamu ➤ 1.

- Qorichoota fi meeshaalee yaalaa imaltuun itti fayyadamu Safartuu ➤Lakkoofsa | Hanga hayyamame ➤ Hanga nama tokkoof barbaachisu irratti hundaa’uun

- Uffata, miila, fi meeshaalee mana fincaanii imalaafi mana keessaa | ➤ lakkoofsaan safaruu | Hanga hayyamame ➤ Maatii tokkoof barbaachisu kan hin caalle

Meeshaalee Dhuunfaa Fooyya'an - Gumuruuka

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

👇👇👇👇
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8