โ
Share gochuun hiriyyaa keessan bira akka gahu taasisaa.
Liinkii cuqaasuun bal'inaan ilaalaa
๐Telegram
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/michujobs
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Liinkii cuqaasuun bal'inaan ilaalaa
๐Telegram
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/michujobs
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Waliif health care share company Hojii duwwaa
Cuunfaa Bakka Hojii Duwwaa
โ Dhaabbata: Waliif Eegumsa Fayyaa S.c
Bakki: Harar
Adoolessa 11, 2022
โ Yeroo xumuraa: Adoolessa 23, 2022
โ Baayโina Gitoota Hojii: , 21 โ gitoota hojii EXP waliin
โ Ogummaawwan barbbaachisan:
ogeessa qoricha sammuu namaa hadoochu, baayoomedikaalii-injinariingii, teeknikaa-laaboraatoorii, teeknooloojii-laaboraatoorii-yaalaa, raadiyooloojii-yaalaa, deessistuu-narsii, narsii, ogeessa qorichaa, fayyaa hawaasaa.
๐Telegrami join godhaa
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
๐๐๐
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

TechnoServe vacancy Jobs
Position: HR-Intern
We are looking to employ an enthusiastic and driven HR intern to assist our HR department with administrative and HR-related tasks.
HR Intern Responsibilities:
Updating recruitment database by recording each and every progresses
Screening potential employeesโ resumes and application forms to identify suitable candidates to fill company job vacancies.
Organizing exams and interviews with shortlisted candidates.
Posting job advertisements to job boards and social media platforms
Removing job advertisements from job boards and social media platforms once vacancies have been filled
Work closely with hiring managers to ensure all recruitment paperwork is completed
Assisting the HR staff in day to day activities
Preparing and sending offer and rejection letters or emails to candidates
Coordinating new hire orientations
Responding to staff inquiries regarding HR-related matters.
Bachelorโs degree in Management, Business Management, HRM or related business field
Flexible, adoptable detail-oriented and eager to learn
Proficient in all Microsoft Office applications
Able to work as part of a team
Strong analytical and problem-solving skills
Excellent administrative and organizational skills
Effective communication skills
Qualified and interested applicants should click here to apply https://recruiting.ultipro.com/TEC1006TESER/JobBoard/18180d88-ced0-4361-bd09-d5eef66dab24/?q=&o=postedDateDesc and submit a cover letter resume as a single document (either Word or PDF) by September 30,2022. Applications will be reviewed and considered as received/on a rolling basis.
Please note that we are not accepting CVs that are not sent through the indicated link.
We encourage all qualified individuals who share TechnoServeโs vision of improving the lives of others through proven business solutions to apply.
With our commitment to diversity, we are proud to be an equal opportunity employer and affirmative action employer and do not discriminate on the basis of gender, race, color, ethnicity, religion, sexual orientation, gender identity, age, HIV/AIDS status, protected veteran status, disability and all other protected classes.
TNS has the right to cancel this advertisement

Biiroo Eegumsa Naannoo Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Naannoo Ummataa Kibba Lixa Itoophiyaa
Guyyaan beeksisa #bahe Adoolessa 4, 2015 dha
โ Gitoota hojii 8 warra muuxannoo qabaniif
Odeeffannoo sana namoota hojii barbaadan biroof haa qoodnu. Gaarummaa jechuun ofii qofa osoo hin taane namoota biroos yaaduudha.
โฌ๏ธWarra odeeffannoo beeksisa hojii sirrii ta'e hordofuu barbaaddan qofti #telegrami keenya join godhaa โ
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
๐๐๐
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Guyyaan beeksisa #bahe Adoolessa 4, 2015 dha
โ Gitoota hojii 8 warra muuxannoo qabaniif
Odeeffannoo sana namoota hojii barbaadan biroof haa qoodnu. Gaarummaa jechuun ofii qofa osoo hin taane namoota biroos yaaduudha.
โฌ๏ธWarra odeeffannoo beeksisa hojii sirrii ta'e hordofuu barbaaddan qofti #telegrami keenya join godhaa โ
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
๐๐๐
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
WANTOOTA HOJII IRRATTI DHIIBBAA UUMAN
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ NAMAAN DORGOMUU?
โถ Hojii hojjettus taโee waan irratti bobbaatee jirtu irratti namaan dorgomuuf osoo hin taane ofii keen dorgomaa hojjechuutu irra filatamaadha. Akka ilaalcha kootti ofii keen dorgomuu yeroon jedhu si isa kaleessaa caalaa si isa harโaa hojjechiisuu jechuudha.
โช Fakkeenyaaf kaleessa waan hojjette tokkotti dhibbantaa digdamii shan taanan si isa harโaa immoo shantama
hojjechiisuu yaaluudha. Karaa biraan namaan dorgomuun kee rakkoo inni sitti uumuu dandaโu muraasan sii kaasa.
โช Namaan dorgomuun kee wantoota wanta ati qabattee jirtu irratti gufuu taโaniif si saaxiluu dandaโa. Innis hinaaffaa, jibba nama sana
cabsuuf karaa barbaaduu, kunimmoo gufuu kan inni sitti taโuu dandaโu silaa ati qooda hojii kee sammuu kee qulqulluun irratti xiyyeeffattu. wanta toora tokko ol si butuu hin dandeenye wantoota armaan olii keessatti kufta
jechuudha. Karaa biraan immoo waan humna keen olii akka ati hojjettuufis si saaxila. Fakkeenyaaf namni ati dorgomtuun sun dandeettii muka yaabuu qaba haa jennu. Yeroo inni muka yaabu atis muka yoo yaabde, yeroo inni buโu immoo irraa kuftee
caccabuu dandeessa. Muka yaabuun isaaf dandeettiidha yookiin kennaadha. Siif garuu
miti. Nama taatee waan dhalatteef namni biraan waan godhu hundumaa gochuu dandeessaa miti. Akkasuma wanta ati gochuu dandeessu
garuu inni gochuu hin dandeenyes ni jira. Kun immoo dandeettii garaagaraa qabaachuun keenya utuu iddoo biraa hin dhaqin bifa garaa garaa, hojjaa garaa garaa qabaachuun keenyayyuu fakkeenya dandeettii garaa garaa qabaachuu keenya isa hangafaati. kanaaf dorommiin kee isa dandeettii si fakkaatu qabu akkasuma bifa si fakkaatu qabu suma waliin
taโuu qaba.
โ HAMMA HOJJETTUU GADI HOJJECHUU
โถ Kun kan inni irraa madda jedhee yaadu, Inni angafaa dhibaaโummaa yeroo taโu inni itti aanu immoo wanta harโa hojjettu boriif kaawwachuudha jedheen yaada.
โช Maalif dhiboofta? Hojii hojjettu sana tarii humnaan itti galtee? Fakkeenyaaf dhiibbaa maatiin moo namummaatu hojjetee milkaaโeef atis seente.
Deebiin isaa kana lamaan keessaa tokko taโuu mala. Silaa hojii ati hojjechuu qabdu hojii
eenyummaa kee isa dhugaa taโee fi dandeettii kee madaalu taโuu qaba ture. Kana wallaaluun kee immoo isaan armaan oliif si saaxiluu mala. Silaa hojiin eenyummaa kee isa
dhugaa taโe kan gammachuu siif kennu kan ati akka bashannanaatti ilaaltudha. Malee kan ati itti dhibooftu taโuu hin qabu. Itti dhiboofta taanaan hojii eenyummaa kee ilaallatu mitii dhiisii waan si
ilaallatu hojjedhu! Namoonni baay'een dhaabbilee garaa garaa keessa hojjetan kan isaan baay'inaan hojii isaaniitti dhibaaโoo ta'aniif akka ilaalcha kootti wantoota armaan oliiti jedheen yaada. Horii yookiin qarshii ilaalee dhaqe yookiin
hojiinumti nan darbinii dhaqerraan ala waan isa
ilaallatu miti taโuu mala.
โช Namni kamuu immoo akkuman dura kaase dandeettii garaa garaa qaba. Dandeettii isaa wallaaluu isaatu akkana isa godhen jedha. Kanaaf dandeettii hojii hojjennuu haa barruun dhaamsa kooti.
#follow our page
๐๐๐๐
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT (Vacancy No. 96/22)
Debub Global Bank S.C wants to recruit the following professionals;
Hojiilee haaraa bahaan qulqqulinaan dorgomaa
๐๐๐
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
1.Job Title:
Senior Customer Service Officer I
Education (Minimum): BA in Accounting/Business Management/ Management or related field
Experience: 2 years of relevant banking experience
Number Required: 2 (Two)
Place of work: Addis Ababa
2.Job Title:
Controller I (Branch)

Number Required: 1 (One)

Application Dead line: 5 working days (September 14 - 19, 2022) starting from the date of announcement on the newspaper
Salary: Per Bankโs New Salary Scale (Very Attractive)
Interested applicants should submit their non-returnable applications along with CV and photocopies of other relevant documents through post office only.
Debub Global Bank S.C
Human Resources Management Depโt
P.O. Box 100743

List of Graduate Trainee Sinqee Bank for written Exam(1).docx
31.9 KB
Tarree Dorgomtoota Leenjifamtoota Eebbifamtootaa Qormaata Qormaataa barreeffamaan filataman Guyyaa : 11/01/2015 E.C
Bakka Qormaataa: Yuunivarsiitii Siivil Sarviisii Itoophiyaa(Daandii CMC irratti argama)
Sa'aatii: Sa'aatii 7:00 Sa'aatii biyya keessaa waaree booda

๐๐๐๐๐ฆ๐๐๐ฆ๐
Namooni maqaan keessan arman gaddittii tarreeffame gita hojii arman gadii irratti galmooftani calallii isa dura darbitan qormaatni gaafa ๐ต/๐ฌ๐ญ/๐ฎ๐ฌ๐ญ๐ฑ waan keennamuuf ganama ๐๐ฎโ๐ฎ ๐ฏ irra eegalee waajjira Korporeeshiinii Ingiinariingii Oromiyaa tti gabaasa akka taasiftan isin beeksifna.
๐ฅ๐ฒ๐๐ถ๐ฑ๐ฒ๐ป๐ ๐๐ป๐ด๐ถ๐ป๐ฒ๐ฒ๐ฟ ๐ฅ๐-๐ฐ
1. Lencho Geshuu
2. Chemere tolosa
3. Timketa adula
4. Girmaa kebebew
5. Adamo bifa
6. Wubishet getu
๐ข๐ณ๐ณ๐ถ๐ฐ๐ฒ ๐๐ป๐ด๐ถ๐ป๐ฒ๐ฒ๐ฟ ๐ข๐-๐ญ
1. Surra Getachew
2. Daniel belete
3. Taye kumera
4. Shewaye gebeyehu
5. Haile babsa
6. Ibsa dibo
๐ฆ๐ถ๐๐ฒ ๐ฒ๐ป๐ด๐ถ๐ป๐ฒ๐ฒ๐ฟ ๐ฆ๐-๐ญ
1. Dereje tamiru
2. Fantahun mekonon
3. Gemechis temesgen
4. Sagni fekede
5. Getahun shore
6. Tariku fikadu

๐ฅBeeksisa Hojii Yuunivarsiitii Jimmaa
โฌ๏ธ
โ Share gochuun hiriyyaa keessan bira akka gahu taasisaa.
Liinkii cuqaasuun bal'inaan ilaalaa #gitoota feetan irratti dorgomaa
๐Telegram
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/michujobs
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Yuunivarsitiin Jimmaa (JU) hojjattoota gitoota hojii duwwaa ta'an armaan gadii irratti qacaruu kan barbaadu yoo ta'u, bal'inaan armaan gaditti ibsameera.
โ Dhaabbata:
Yuunivarsiitii Jimmaa
Bakki: jimma
Guyya Dhoobame : Adoolessa 12, 2022
โYeroo xumuraa: Adoolessa 26, 2022
โ Baay'ina Iddoo Hojii: 17 positions 0 EXP
Ogummaawwan: herregaa,baankii,bulchiinsa-daldalaa,dinagdee,bulchiinsa-faayinaansii,bulchiinsa-kessummeessitootaa,bulchiinsa-qabeenya-namaa,loojistikii,hoggansa,bulchiinsa-ummataa,bulchiinsa-dhiyeessii,tuurizimii .
โ Akkamitti iyyachuu dandeenya?
Beeksisa iddoo duwwaa jiru sirriitti dubbisaa.
Bal'ina iddoo duwwaa ulaagaa guutuu waliin ilaali.
CV ykn Ibsa Iyyannoo keessan qopheessaa.
Dhumarratti akkaataa qajeelfama abbaa taayitichaatiin iyyachuu.
โ Gitoota hojii armaan olii kanaaf iyyattoonni fedhii qaban CV isaanii ragaalee barbaachisoo taโan waliin kallattiin Yuunivarsiitii Jimmaa, Mooraa Guddaa Humna Namaa akka ergitan affeeramtaniittu
โ Waajjira Daayirektoreetii Bulchiinsaa fi Misooma, P. O. Box: 378, Jimma

Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
โ๏ธMOO'ATTOOTAA FI MOO'AMTOOTA
โ Moo'attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. Moo'amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu.
โ Moo'attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa qabu. Moo'amtoonni garuu sagantaa dhabuu isaaniif sababa garaagaraa dhiheessu.
โ Moo'ataan "siifan hojjedha" siin jedha. Moo'atamaan garuu "kun hojii koo miti, ana hin ilaallatu" siin jedha.
โ Moo'ataan rakkoo kamiifiyyuu furmaata barbaada. Moo'atamaan garuu furmaata kamiifiyyuu hanqina yookin mudaa barbaada.
โ Moo'ataan "ulfaachuu danda'a garuu hojjechuun ni danda'ama" siin jedha. Moo'atamaan immoo, "Gochuun ni danda'ama garuu ulfaataadha" siin jedha.
โ Moo'ataan wayita dogoggoru "nan dogoggore" jedha. Moo'atamaan immoo "Dogoggora koo miti" jedha.
โ Moo'ataan waan hojjechuu qabu ni murteeffata. Moo'atamaan garuu yeroo biraa akka hojjetu waadaa siif seena.
โ Moo'attoonni mul'ata qabu. Moo'amtoonni hawwii qabu.
โ Moo'attoonni "hojjechuun qaba" jedhu. Moo'amtoonni immoo "hojjetamuu qaba" siin jedhu.
โ Moo'attoonni garee tokkotti makamanii waliin hojjechuu ni danda'u. Moo'amtoonni garuu hin danda'an.
โ Moo'attoonni waan argatan yaadu. Moo'amtoonni immoo waan dhaban yaadu.
โฌ๏ธPage keenyas #follow godhaa
our page