Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Bilbilli keessan Storage isaa gadii bu'ee isin rakkiseera?

Appilikeeshinii kana fayyadamuun storage bilbila keessanii hamma GB 100 dabaluu dandeessu.

Appilkeeshiniin kun haalli itti fayyadama isaa baay'ee salphaadha. Link gadiin seenaa maalummaa appichaa gadi fageenyaan dubbisaa, achumaanis buufadhaa itti gargaaramaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keessan-storagen-isaa-gadii-buee-isin-rakkiseeraa-furmaata-isaaf-app-gadii-kana-buufadhaa/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Cabsa daataa biraawzaroota waliin walqabatee dhufu akkamitti ittisuu dandeenya?
Intarneetii argachuuf Internet Explorer, Safari, Chrome, Firefox, ykn Opera fayyadamna. Biraawzaroota kunneenis hanna odeeffannoo fi haleellaa daataa fayyadamtootaan raawwatamu ittisuuf filannoowwan ni kennu.
Yoo fayyadamaa Chrome taate, Advanced Settings fayyadami; Sajoo Filannoo Firefox; , Internet Explorer, fi Safari fayyadamtoonni filannoowwan cuqaasuun qindaa'inoota nageenya isaanii saaguu danda'u. Haala kanaan, filannoowwan nageenyaa fayyadamtoonni daawwannaa deetaa nageenya qabuuf hojiirra oolchuu qaban keessaa:
1. Filannoo 'Browsers' keessatti kaa'ame hordofuun setting icciitii fi nageenya keessan sirreessaa.
2. Filannoowwan nageenya kompitara keessanii fooyyessuuf gargaaran hojiirra oolchuu. Amaloota hojii irraa oolchuu
3. Jecha icciitii browser keessan keessatti hin save Browser Jecha icciitii hin save gochuun mijataa ta'uu danda'a garuu balaa nageenyaa uuma.
4. Plug-ins browser irratti install gootan of eeggannoodhaan filadhaa
5. Update Browsers Yeroo hunda akkuma software birootti updaten yeroo hunda ni kennama. Fooyya’iinsi qaawwa sooftiweerii guutuuf kan ooludha. Kanaafuu fayyadamtoonni yeroo hunda fooyya’iinsa nageenyaa fayyadamuu qabu.
6. Filannoo nageenyaa fayyadamtootaaf jiran buufachuu fi haaromsuu
'Browser' kun mana keessan ykn bakka hojii keessan keessatti balaa hin barbaachifne akka hin uumneef filannoowwan armaan olii hojiirra oolchuu keessan mirkaneessaa.

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#OfEeggannoo

Of-eeggannoodhaaf: Kabajamtoota Maamiltoota Keenya Namoonni tokko tokko akka waan Badhaasni isin qaqqabeefi Baankii keenyarra isiniif bilbilan fakkeessuun namoota burjaajessuun maallaqa gaafachaa akka jiran beekuun danda'ameera. Kanaafuu Maamiltoonni Baankii keenyaa ergaa barreeffamaanis ta'e bilbila biluun Baankii Awaashirraa Badhaasni isin qaqqabeera namoonni isiniin jedhan yoo isin qunnaman Dameewwan baankii Awaash dhiyeenya keessanitti argamu gafattanii ykn lakkoofsa Bilbila Tajaajila Qunnamtii Maamilootaa 8980 irratti bilbiltanii utuu hin qulqulleeffatiin namoota kaayyoo hannaa qabaniin akka hin gowwomfamne isin beeksisna.
Storage'n Bilbila Keessanii Faayilaa Wal Fakkaatoo Ta’aniin akka qabamee jiru beektuu? Yoo kan hin beekne ta'e systema kana fayyadamaa ilaalaa.

Appilikeeshiniin kun bilbila ‘Android’ hundarratti kan hojjetudha. Tajaajilli isaas bilbila keenya keessaa Faayiloota wal fakkaatoo ta’an, check godhee yoo feetan immoo ittii balleessuudhaan iddoo kuusaa (Storage) keenyaa dabala.

App kana Buufachuu fi maalummaa appii kanaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/storage-bilbila-keessanii-faayilaa-wal-fakkaatoo-taanii-guutee-jira-taanaan-app-kana-fayyadamaa/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Maaliif Bilbilli Keenya Baay’ee Suuta Jedhee Deema. Yeroo Bilbila Keessan Fayyadamtan Maaliif Suuta Deema Ykn Dhaabbata?

Sababoonni suuta hojii hojjechuu bilbila keenyaa kanneen armaan gadii kanadha.

Bilbilli tokko waan lamaan hojjeta. Software fi Hardware dha. Yoo bilbilli keessan yeroo itti fayyadamtan saffisa isaa hir’isaa jiraate, sababa dhimma software irraa kan ka’e ta’uu danda’a, kanaaf bilbila keessan set up gochuu dandeessu.

✔️ Software keessan fooyyessuuf “System Update” ykn “Software Update” cuqaasaa. Eeyyee jechuu keenyaan dura, kana gochuu qabna:.......

Link gadiin seenaa dubbisaa, itti fayyadamaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/maaliif-bilbilli-keenya-baayee-suuta-jedhee-deema-yeroo-bilbila-keessan-fayyadamtan-maaliif-suuta-deema-ykn-dhaabbata/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Facebook 'n iccitii keessan akka beeku quba qabduu?
Namni 'Facebook' qabu kam iyyuu guyyaa itti fayyadama eegalee kaasee kanneen armaan gadii kana 'Facebook'n akka beeku quba qabaachuu qaba.

Icciitii keenya kan Facebook beeku kun mal fa'i?
Erga beeke immoo akkam nu godha?


Link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/facebook-n-iccitii-keessan-akka-beeku-quba-qabduu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Root Jechuun maal jechuudha?
Faayidaan isaammoo maali?


Faayidaa bilbila 'root' gochuu. Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii (Android) keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.

Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.



https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/06/root-jechuun-maal-jechuudha-faayidaan-isaa-maalidha/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Yeroo Mobile Bitachuu Barbaaddan Ulaagaalee barbaachisaa ilaaluu qabdanii fi Oomishni Mobile tokkoo Oomisha duraa ykn Original ta’uu akkamitti beekuu dandeenya?

Maloota kanaan duraa sana caalaa malli baayee Salphaa fi Sirriin kan asii gaditti tarreeffaman kana ta’uu 100% amansiisaadha.

Maloota kanas akka armaan gadiitti dha......


Link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/06/yeroo-mobile-bitachuu-barbaaddan-ulaagaalee-barbaachisaa-ilaaluu-qabdanii-fi-oomishni-mobile-tokkoo-oomisha-duraa-ykn-original-tauu-akkamitti-beekuu-dandeenya/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Magaalaan Addunyaa Guddittii Onkoloolessa bara 1997 akka irra deebiin misoomsuu Paarkii Bashannanaa Addunyaa Guddittii duraaniitti xumuramte.

Yeroo jalqabaaf banamu suuqii guddaa OG (bara 2003 cufame), sinimaa Golden Village, mana murtii nyaataa Food Junction, suuqii guddaa Cold Storage fi manneen daldalaa addaa 130 ol qaba ture. Sinimaan Golden Village galma IMAX yeroo gabaabaaf turuu fi yaada sinimaa sadarkaa olaanaa Singaapoor jalqabaa Gold Class kan of keessaa qabu isa jalqabaa ture.

Bara 2018tti, suuqiin kun hojii haaromsaa gurguddaa jalqabaa banamuu buufata MRT Addunyaa Guddittii fi misooma haaraa naannoo sanatti argamuuf qophaa’uudhaan kan raawwate yoo ta’u, xumura bara 2020tti xumuramee ifatti deebi’ee baname.

Hojiin haaromsaa haala keessaa irra deebi’anii qindeessuu, kan akka qabaachuu "dual level retail pods" atrium isaa tokko keessatti, fi daandii deemsa bal'isuun dhaqqabummaa fooyyessuu.
Food Junction gara Sadarkaa 3tti geeffamee, bakka duraan Amaazooniyaa keessa ture keessaa kutaa tokko fudhate.
Amazonia, dirree tapha mana keessaa ijoolleef ta'us yeroo kana keessatti haaromfamee Mudde 2019tti deebi'ee baname.

Sanduuqa suuqii gurguddaa Jaappaan Meidi-Ya Basement 2 keessatti baname, kunis bara 2019tti suuqii gurguddaa Cold Storage amma jiru dabaluudhaaf.

Maalichi hojii haaromsaa hunda banaa ta'ee ture, naannoo tokko tokkotti jeequmsa qabaatus. Malli kun bara 2022tti yeroo tokko banamee booda seensa buufata MRT Great World waliin kan walqabatu ta'a.

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Password Cabsuu jechuun Maal Jechuudha?

Mee gaaffii salphaa kana isin gaafanna password cabsuu jechuun maal jechuudha?
Namni osoo isin gaafatee maal jettanii deebistuuf?

Deebii isaa Link gadiin seenaa dubbisaa.



https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/password-cabsuu-jechuun-maal-jechuudha/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Google Account ykn Gmail Account ykn Email Account Qabaachuun Maalif akka isin fayyadu beektuu?

Faayidaalee isaa hedduun namaa ni beeka. Garuu namoota faayidaa isaa hagas mara hin beekneef deebii gabaabduu fi muraasa isiniif qoodna. Kanaaf faayidaan Google Account Muraasni maal fa'i?

Isin fayyada, Link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/google-account-ykn-gmail-account-ykn-email-account-qabaachuun-maalif-akka-isin-fayyadu-beektuu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Waantoota Bilbila keenya miidhuu danda'anii fi Hackeroota ykn Saamtota irraa akkamiin of eeguu dandeenya?

Dhimmi kun, dhimma hunda keenya ilaallatuu fi dhimma hunda keenya barbaachisudha. Keessattu namoota barreeffama kana dubbisaa jirtan hedduu isin fayyada. Sababiin isaa barreeffama kana kan dubbisaa jirtu bilbila kee fayyadamteetu waan ta'eefidha. Kanaafuu dhimmi bilbila keef immoo of eeggannoo gochuun baay'ee si barbaachisa.

Kanaafuu waa'ee waantota bilbila keenya miidhuu danda'anii fi isaan irraa immoo akkamiin akka of eeguu dandeenyu fi Hackeroota irraa akkamiin akka of eegnu barreeffama kana dubbisuun ittiin of eeggadhaa.

Guutuu isaa dubbistanii hubannoo argachuuf link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/waantoota-bilbila-keenya-miidhuu-dandaanii-fi-hackeroota-ykn-saamtota-irraa-akkamiin-of-eeguu-dandeenya/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akkamitti Pattern ykn Password Daganne tokko osoo file tokko hin ballessin banuu?

Kan jechuunis akka tasaa osoo itti hin yaadin, pattern ykn password bilbila keenyaa yoo daganne, videos, photos, documents adda addaa fi file garagaraa kan bilbila keenya irra jiru waliin yoo nu jalaa cufame, osoo file tokko hin balleessin Karaa ittin pattern bilbila keenyaa banuu fi file keenya oolfachuu Karaa ittin dandeenyu isiniif qoodna, hamma xumuraatti xiyyeeffannoodhaan dubbisaa.

Link gadiin seenaa dubbisaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/akkamitti-pattern-ykn-password-daganne-tokko-osoo-file-tokko-hin-ballessin-banuu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Application Kana Fayyadamuun Bilbilli Keessan Akka Isin Jala Hin Miidhamne Fi File Keessaniif Eeggannoo Isiniif Godha.

Ibsa bal’aa waa’ee application kanaa link gadiin seenaa dubbisaa, faayidaa hedduu qaba, aappiin kun ZIP dha.

Seenaa dubbisaa, wal baraa.

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/application-kana-fayyadamuun-bilbilli-keessan-akka-isin-jala-hin-miidhamne-fi-file-keessaniif-eeggannoo-isiniif-godha/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Video Waraabdanii Haala bareedadhaan, Edit Godhachuuf jettanii Computer dhabdanii dhiistaniittuu?

Marree Kanaaf furmaata kan ta'u, application baay'ee jaallatamaa fi fudhatama guddaa qabu tokko isiniif fidneerra, aappiin kun Bilbila Keenya irratti dalaga, video haala barbaaddaniin akka nama computer ykn PC(Personal Computer) fayyadamee edit godheetti, bilbila keessaniin edit godhachuu dandeessu.

Application kun baay'ee isin fayyada. Keessattuu namoota youtube hojjechuu barbaaddaniif hedduu gargaara! Warreen kaanis editing baruu yoo feetan aappii kanaan bilbila keessan irratti shaakaluu dandeessu.


Maalummaa Appilikeeshinii kanaa baruu fi achumaan download godhachuuf link gadiin seenaa, dubbisaa.

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/application-kana-fayyadamuun-video-haala-barbaaddaniin-akka-nama-computer-fayyadamee-edit-godheetti-bilbila-keessaniin-edit-godhadhaa/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
App'n kun hojii Appilikeeshiniin sadii hojjetu, dalaga.

Application kana fayyadamtanii Wi-Fi Private ta'e, kan cabuu hin dandeenye cabsuu dandeessu.

Akkasumas app'n kun VPN ofirraa qaba, VPN ajaa'ibaati.

kana malees Kaartaa biyyoota offline (offline Maps) fayyadamuu dandeessan ni qaba.

Appii kana seenaa ilaalaati, buufadhaa. Na amanaa Application kanatti baay'ee gammaddu, ani gama kiyyaan baay'ee jaalladheera.


App tokkoon hojii sadii dalaguu jechuudha. Osoo isa kaaniiti, app sadii buuftanii itti fayyadamtu. Kanaafuu link gadiin seenaa dubbisaa, achumaan buusaa itti gargaaramaa.

👇👇👇👇👇👇👇👇
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/07/appiin-kun-wi-fi-password-akka-feetanitti-connect-godhachuuf-isin-gargaara-akkasumas-vpn-of-irraa-qaba-kana-malees-map-biyyootaa-of-irraa-qaba-wi-fi-passwords-offline-map-and-secure-vpn-to-access-fa/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Vacancy
• Senior Legal Compliance Officer
• Legal Compliance Officer
• Attorney
==================
The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the positions of Senior Legal Compliance Officer, Legal Compliance Officer and Attorney.
Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0


Interested and qualified applicants should apply through CBE career website
( https://vacancy.cbe.com.et ) from July 11– July 21, 2022.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/vacancy_Attorny_68d90d1dea.pdf
Suuraalee garaagaraa edit gochuudhaaf akkasumas Logo bareedaa ta'e hojjechuu barbaaddaniittu App kana fayyadamaa.

App'n kun baay'ee jaallatamaa kan ta'ee fi namoota Miiliyoonotaa shantamaa oliin kan fayyadamamaa jirudha.
Keessattuu faayidaan App kanaa suuraa irratti barreefamoota haala bareeda ta'en 3d dabalatee barreessuu fi logo bareedaa ittiin hojjechuuf isin gargaara. Kana malees Waan baay'ee of keessaa qaba.


Appicha buufachuu fi app kana waliin wal baruuf link gadii kanaan seenaa dubbisaa, buufadhaas.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/09/suuraalee-garaagaraa-edit-gochuudhaaf-akkasumas-logo-bareedaa-tae-hojjechuu-barbaaddaniittu-app-kana-fayyadamaa/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Beeksisa Bakka Duwwaa:
==========================
Baankiin Awaash gitoota hojii armaan gadiitiif dorgomtoota gahumsaa fi gahumsa qaban affeera.
1. Olaanaa - Xiinxalaa Poortiifooliyoo
Gahumsa & Muuxannoo:
Digirii BA Herregaa, Hooggansa, Diinagdee ykn naamusa kanaan walqabatee jiru dabalataan yoo xiqqaate muuxannoo waggaa 6 walqabatee industirii faayinaansii keessatti qabaachuun barbaachisaadha.
2. Xiinxalaa Poortiifooliyoo
Gahumsa & Muuxannoo:
Digirii BA Herregaa, Hooggansa, Diinagdee ykn naamusa kanaan walqabatee jiru dabalataan yoo xiqqaate muuxannoo waggaa 4 walqabatee industirii faayinaansii keessatti qabaachuun barbaachisaadha.
Yeroo Hojii: Gitoota Hojii hundaaf Dhaabbataa
Dandeettii Barbaachisu: Beekumsi hojii kompiitaraa qabaachuun dirqama
Mindaa fi Faayidaa: Akka Paakeejii Iskeelii Mindaa fi Faayidaa Baankiitiin
¬Iyyattoonni fedhii qaban, ulaagaa armaan olii guutan, karaa Sirna Iyyannoo Hojii Toora Interneetii qofaan akka iyyatan affeeramtaniittu; https://hojii.waashbaankii.com. guyyaa jalqabaa gaazexaa irratti beeksifni kun bahee kaasee guyyoota walitti aansuun 7 keessatti.
N.B
¬Iyyannoowwan guutuu hin taane hin ilaalaman.
Guyyaa Beeksisa Bakka Duwwaa - July 10, 2022

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0