Appilikeeshinii Bilbilaa 10n Gurguddoo
1. Hubachiisa Swipe gochuu
📱 Yaadannoo yeroo barbaadetti lola'u - yaadannoo daftee save gochuun karaa gabaabaa sochii qaamaatiin argachuu dandeessu.
Appii adda addaa fayyadamuun achitti yaadannoo fudhadhu
2. Yaadannoo
📱 Suuraalee jajjaboo, dullooman, miidhaman gulaaluu. Qulqullina fooyyessuu fi deebisuu.
Qulqullina suuraa jajjaboo guddisuuf
3. Dukkana
📱Wallpaper haala ifaa fi haala dukkanaadhaaf.
🔥 Kan nama ajaa'ibu bilbila keessaniif yeroo tokkotti wallpaper lama
4. Musee
📱sagalee / meeshaalee + sagalee / tempo kamirraayyuu battalumatti adda baasuu.
Jechootaa fi faaruu muuziqaa qofa addaan baasuu
5. Elektiroon
Ivegive odeeffannoo haala fayyaa baatirii keessanii fi kanneen biroo.
App baatirii bilbila keessaniif faayidaa qabu
6. Split Screen Launcher gochuu
📱Homescreen irratti app shortcuts uumuun app lama kallattiin split screen mode tiin eegaluu dandeessu.
✍Iskiriinii bilbila keenyaa lamatti qooduun app lama yeroo tokkotti fayyadamna
7. Protector tuqi
Kaayyoo adda addaatiif app disabling tuquu.
✍Iskiriinii bilbila keessanii cufuuf
8. Furtuu Jildii Hundumaa Danda'aa
SeHojiiwwan guyyaa guyyaa beekamoo hojjechuuf furtuu sagalee fayyadami. Saffisaa fi salphaa.
.
.
.
.
.
.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna

2nd Line App for Android
Faayidaan isaa gurguddaan:
✔ Ibsa bal'aa waa'ee Application kanaa dubbisuu fi buufachuudhaaf ykn download gochuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/application-kana-fayyadamuun-bilisaan-gara-biyyoota-alaatti-bilbiluu-fi-ergaa-erguu-dandeessu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Appilikeeshinii Ajaa'ibaa kana wajjin koottaa wal baraa, Application kun Maqaan isaa 2nd Line App - ykn 2nd phone number jedhama. Kana jechuunis Appii Sarara 2ffaa ykn lakkoofsa bilbilaa 2ffaa akka jechuutti hiikama.
Faayidaan isaa gurguddaan:
✔ Lakkoofsa bilbilaa Ameerikaa Tolaan Fudhattanii itti fayyadamuu fi akka nama ameerikaa jiruutti tolaan bilbiltanii ittiin nama wajjiin haasaa'uu dandeessu, akkasumas namni Ameerikaa keessa jiru kamiyyuu akka lakkoofsa idileetti irratti isiniif bilbiluu danda'u.
✔ Ibsa bal'aa waa'ee Application kanaa dubbisuu fi buufachuudhaaf ykn download gochuuf link gadiin seenaa ilaalaa.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/application-kana-fayyadamuun-bilisaan-gara-biyyoota-alaatti-bilbiluu-fi-ergaa-erguu-dandeessu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Viidiyoo isin bilbila keessan irraa qabdan seera qabeessaa fi seera qabeessaa ta'uu dhiisuu isaa waan ittiin adda baaftan beektuu?
✔ Akkasumas viidiyoo isin bilbila keessan irraa qabdan kan isiniif banuu dide Appilikeeshinii ittiin banattan app update ta'e qabannee isiniif dhufneerra appilikeeshinii kana Download Godhachuu fi ibsa bal'aa waa'ee Application kanaa dubbisuuf link kana gadiin seenaa ilaalaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/powerful-video-player-with-advanced-hardware-acceleration-and-subtitle-support/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Yeroo Social Media ykn Online fayyadamtan networkiin isin jeeqee, speed(ariitii) isin jalaa dhabee jiraa?
✔ Waa'ee application kana beekuu fi buufattanii itti fayyadamuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/yeroo-social-media-ykn-online-fayyadamtan-networkiin-isin-jeeqee-speed-ariitii-isin-jalaa-dhabee-jiraa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Online kanneen akka Facebook, Telegram, IMO, WhatsApp, Viber, TikTok, Fi social media fayyadamatan hunda, yeroo data ykn Wi-Fi banattanii fayyadamuuf jettanitti ariitii(speed) isin jalaa dhabee baay'ee kan isin rakkiseef furmaanni argameera.
Appilikeeshiniin kun speed data ykn Wi-Fi keessanii dabaluudhaan bilbilli keessanis busy akka hin taaneef isin gargaara.
✔ Waa'ee application kana beekuu fi buufattanii itti fayyadamuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/yeroo-social-media-ykn-online-fayyadamtan-networkiin-isin-jeeqee-speed-ariitii-isin-jalaa-dhabee-jiraa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii hir'isuu dandeenya?
✔
🖎 Step'n isaa akka armaan gadiiti.
🖎 Link gadiidhaan seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/social-media-garaa-garaa-wayita-fayyadamnu-akkamittiin-daataa-keenya-qusachuun-baasii-hirisuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔
Miidiyaa hawaasaa (social media) kanneen akka Facebook, Telegram, Messenger, WhatsApp, YouTube, IMO fi kanneen biroo yommuu fayyadamnu, ariitiidhaan daataa keenya nu jalaa saamee jira taanaan, itti fayyadamuun isaa baay'ee rakkisaadha. Kanaaf tokkoon tokkoo isaaf akkamiin daataa keenya qusannee baasii hamaa kana ofirraa ittisuu dandeenya kan jedhuuf, step armaan gadii kana hordofuun data keessan qusachuun, saantimaan illee fayyadamuu dandeessu.
🖎 Step'n isaa akka armaan gadiiti.
🖎 Link gadiidhaan seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/social-media-garaa-garaa-wayita-fayyadamnu-akkamittiin-daataa-keenya-qusachuun-baasii-hirisuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Application kana fayyadamuun bilbila keessan akka security cameratti itti fayyadamuu dandeessu.
✔
Link gadiidhaan seenaa dubbisaa, achumaan appicha buufadha.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/application-kana-fayyadamuun-bilbila-keessan-akka-security-cameratti-itti-fayyadamuu-dandeessu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔
Kana jechuunis CCTV Camera bitu isin hin barbaachisu jechuudha. Kunis bilbila keessaniin akka CCTV Cameratti fayyadamuun, mana keessan keessa teessaniis ta'e, bakka feetan fudhattanii deemuun gocha Nama hordofuu feetanii fi bakka to'achuu barbaaddan application kanaan osoo namni isin irratti hin beekiin dhoksaadhaan control gochuu Dandeessu.
✔ Haala Itti fayyadama isaaf:..
....
Link gadiidhaan seenaa dubbisaa, achumaan appicha buufadha.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/application-kana-fayyadamuun-bilbila-keessan-akka-security-cameratti-itti-fayyadamuu-dandeessu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Koottaa Appii hedduu barbaachisaa ta'ee fi video speed/ariitiidhaan download gochuuf nu gargaaru akkasumas, hojiilee dabalataa kan qabu tokko haa ilaallu.
🖎 Application kana waliin wal baruu fi akkasumas buufattanii itti gargaaramuuf, link gadiin seenaa ilaalaa, download godhadhaas.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/appii-hedduu-barbaachisaa-taee-fi-video-automatically-download-gochuu-nu-gargaaru-akkasumas-hojiilee-dabalataa-kan-qabu-tokko-haa-ilaallu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Appiin kun akka browseritti social media gara garaa ittiin fayyadamuuf nu gargaaraa.
Kana jechuun akkuma Opera, chrome, fi haala barbaanneen warreen akka: Facebook, Instagram, Twitter, Google search fi kkf achirratti ni fayyadamna.
✔ Waantoota barbaanne akka feenetti download godhachuuf hamma (size) barbaanneen buufachuu dandeenya.
🖎 Application kana waliin wal baruu fi akkasumas buufattanii itti gargaaramuuf, link gadiin seenaa ilaalaa, download godhadhaas.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/appii-hedduu-barbaachisaa-taee-fi-video-automatically-download-gochuu-nu-gargaaru-akkasumas-hojiilee-dabalataa-kan-qabu-tokko-haa-ilaallu/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
1st_Round_Customer_Service_Officer_I_Direct_Sales_Representative2.pdf
3.1 MB
Call for Interview Session
============
Dear Applicants,
Thank you for your interest to join Awash Bank. This is to inform you that interview session for those applicants of 1st round Customer Service Officer I & Direct Sales Representative Positions who have taken written exam and scored 25 and above out of 50 has been scheduled on Wednesday , 06 July 2022 to Wednesday, 13 July 2022. Note also that those who scored below average are not invited for interview session.
N.B. Candidates are strictly advised to bring the original documents when they come for the interview session.

Bilbilli keenya maalif charge nuuf hin qusatu?
Akkamiin charge akka inni fixuu dhiisu gochuu dandeenya?
Link gadiin seenaa dubbisaa, achumaan appicha buufadhaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/bilbilli-keenya-maalif-charge-nuuf-hin-qusatu-akkamiin-charge-akka-inni-fixuu-dhiisu-gochuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akkamiin charge akka inni fixuu dhiisu gochuu dandeenya?
✔ Mobaayilli keenya maalif charge fixa isa jedhuuf:
Sababoota ijoo ta'anii fi furmaata isaa qabannee isiniif dhufneerra. Akkasumas application baay'ee isin gargaaru waliin isiniif qabannee dhufneerra.
Link gadiin seenaa dubbisaa, achumaan appicha buufadhaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/bilbilli-keenya-maalif-charge-nuuf-hin-qusatu-akkamiin-charge-akka-inni-fixuu-dhiisu-gochuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akkamittiin maallaqa akkaawuntii baankii (Bank Account) keenya irraa mobile banking fayyadamuun gara Telebirr itti dabarsuu dandeenya?
Link gadiidhaan seenaa dubbisaa, itti gargaaramaa!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/akkamittiin-maallaqa-akkaawuntii-baankii-bank-account-keenya-irraa-mobile-banking-fayyadamuun-gara-telebirr-itti-dabarsuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Telebirr'n kaffaltii garaagaraa raawwachuuf, fakkeenyaaf: kaardii bilbilaa irraa guuttachuu fi dhimmoota garaagaraaf akka gargaaru baay'een keessan ni beektu. Haa ta'u malee jarreen kana raawwachuuf qarshii irraa qabaachuu qabna. Qarshii kanas ammoo akkaawuntii baankii irraa karaa ittiin gara akkaawuntii telebirr tti dabarsinu waliin ilaalla.
✔ Steeppiiwwan armaan gadii hordofaa.
Link gadiidhaan seenaa dubbisaa, itti gargaaramaa!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/04/akkamittiin-maallaqa-akkaawuntii-baankii-bank-account-keenya-irraa-mobile-banking-fayyadamuun-gara-telebirr-itti-dabarsuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Gaaffii Namoota Hedduu Irratti Hundaa'uun Haala salphaan Facebook Account ykn Instagram Account Kan nama barbaaddanii karaa cabsuu (hack) gochuu dandeessan bifa barreeffamaan isiniif qoodna.
Akeekkachiisa: waan kana gaafa fayyadamtan, gaarummaaf ykn beekumsaaf itti fayyadamaa malee nama miidhuuf itti hin gargaaraminaa!
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/akkamitti-haala-salphaan-facebook-account-ykn-instagram-account-kan-nama-barbaannee-cabsuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akeekkachiisa: waan kana gaafa fayyadamtan, gaarummaaf ykn beekumsaaf itti fayyadamaa malee nama miidhuuf itti hin gargaaraminaa!
Link gadiidhaan seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/akkamitti-haala-salphaan-facebook-account-ykn-instagram-account-kan-nama-barbaannee-cabsuu-dandeenya/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Ho'i bilbilaa dabaluu!
Bilbilli keenya maaliif ho'a?
✔ Sababoota bilbilli ( mobile phone) keenya gar-malee ho'uu danda'u hedduudha. Isaan keessaa muraasni kunooti:
Link gadiin seenaa dubbisaa.
Of eeggannoo bilbila keessaniif gochuu qabdanis achumaan dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keenya-maaliif-hoa-furmaanni-isaahoo-maali/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbilli keenya maaliif ho'a?
✔ Teempireecharri bilbila keessanii haala qilleensaa naannoo sana jiru irratti hundaa'a. Bilbilli keessan gar-malee yoo ho'e rakkoo adda addaa fiduu danda'a. Yoo cufame carraan deebi'ee hin banamne guddaadha.
✔ Sababoota bilbilli ( mobile phone) keenya gar-malee ho'uu danda'u hedduudha. Isaan keessaa muraasni kunooti:
Link gadiin seenaa dubbisaa.
Of eeggannoo bilbila keessaniif gochuu qabdanis achumaan dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keenya-maaliif-hoa-furmaanni-isaahoo-maali/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Cyber Attack jechuun maal jechuudha?
✔ Namoonni hedduun waa'ee cyber attack kana baruuf baay'ee isin barbaachisee garuu nama irraa bartan dhabdanii Karaa keessa inbox nuuf gochuu keessaniin deebii isaa isiniif qabannee dhufnee jirra.
✔
Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/cyber-attack-jechuun-maal-jechuudha-what-is-cyber-attack/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Namoonni hedduun waa'ee cyber attack kana baruuf baay'ee isin barbaachisee garuu nama irraa bartan dhabdanii Karaa keessa inbox nuuf gochuu keessaniin deebii isaa isiniif qabannee dhufnee jirra.
✔
Cyber Attack jechuun yeroo namoonni ykn dhaabbanni tokko Eeyyema(hayyama)........
Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/cyber-attack-jechuun-maal-jechuudha-what-is-cyber-attack/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbilli keessan ykn kan namoota isin beektanii isin/isaan jalaa badee beekaa?
Akkamitti Bilbila Bade kana Argachuun danda'aa jettanii yaaddanii beektummoo?
✔ Egaa homa itti hin dhiphatinaa bilbila isin jalaa bade akkamiin akka deebifachuu Dandeessan isiniif qabannee dhufneerra?
✔
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keessan-ykn-kan-namoota-isin-beektanii-isin-isaan-jalaa-badee-beekaa-akkamitti-bilbila-bade-kana-argachuun-dandaaa-jettanii-yaaddanii-beektummoo/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akkamitti Bilbila Bade kana Argachuun danda'aa jettanii yaaddanii beektummoo?
✔ Egaa homa itti hin dhiphatinaa bilbila isin jalaa bade akkamiin akka deebifachuu Dandeessan isiniif qabannee dhufneerra?
✔
Bilbila isin jalaa hatame karaa ittiin argachuu dandeessan muraasni ni jiru, isaan keessaa kan namoonni hedduun itti fayyadamanii fi hedduu jaallatamaa kan ta'e kana waliin haa ilaallu.
✔ Utuu bilbilli keenya nu jalaa hin hatamiin haal-dureewwan guutamuu qaban:
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keessan-ykn-kan-namoota-isin-beektanii-isin-isaan-jalaa-badee-beekaa-akkamitti-bilbila-bade-kana-argachuun-dandaaa-jettanii-yaaddanii-beektummoo/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbilli keessan Storage isaa gadii bu'ee isin rakkiseera?
✔ Appilikeeshinii kana fayyadamuun storage bilbila keessanii hamma GB 100 dabaluu dandeessu.
✔
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keessan-storagen-isaa-gadii-buee-isin-rakkiseeraa-furmaata-isaaf-app-gadii-kana-buufadhaa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔ Appilikeeshinii kana fayyadamuun storage bilbila keessanii hamma GB 100 dabaluu dandeessu.
✔
Appilkeeshiniin kun haalli itti fayyadama isaa baay'ee salphaadha. Link gadiin seenaa maalummaa appichaa gadi fageenyaan dubbisaa, achumaanis buufadhaa itti gargaaramaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/bilbilli-keessan-storagen-isaa-gadii-buee-isin-rakkiseeraa-furmaata-isaaf-app-gadii-kana-buufadhaa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Cabsa daataa biraawzaroota waliin walqabatee dhufu akkamitti ittisuu dandeenya?
Intarneetii argachuuf Internet Explorer, Safari, Chrome, Firefox, ykn Opera fayyadamna. Biraawzaroota kunneenis hanna odeeffannoo fi haleellaa daataa fayyadamtootaan raawwatamu ittisuuf filannoowwan ni kennu.
Yoo fayyadamaa Chrome taate, Advanced Settings fayyadami; Sajoo Filannoo Firefox; , Internet Explorer, fi Safari fayyadamtoonni filannoowwan cuqaasuun qindaa'inoota nageenya isaanii saaguu danda'u. Haala kanaan, filannoowwan nageenyaa fayyadamtoonni daawwannaa deetaa nageenya qabuuf hojiirra oolchuu qaban keessaa:
1. Filannoo 'Browsers' keessatti kaa'ame hordofuun setting icciitii fi nageenya keessan sirreessaa.
2. Filannoowwan nageenya kompitara keessanii fooyyessuuf gargaaran hojiirra oolchuu. Amaloota hojii irraa oolchuu
3. Jecha icciitii browser keessan keessatti hin save Browser Jecha icciitii hin save gochuun mijataa ta'uu danda'a garuu balaa nageenyaa uuma.
4. Plug-ins browser irratti install gootan of eeggannoodhaan filadhaa
5. Update Browsers Yeroo hunda akkuma software birootti updaten yeroo hunda ni kennama. Fooyya’iinsi qaawwa sooftiweerii guutuuf kan ooludha. Kanaafuu fayyadamtoonni yeroo hunda fooyya’iinsa nageenyaa fayyadamuu qabu.
6. Filannoo nageenyaa fayyadamtootaaf jiran buufachuu fi haaromsuu
'Browser' kun mana keessan ykn bakka hojii keessan keessatti balaa hin barbaachifne akka hin uumneef filannoowwan armaan olii hojiirra oolchuu keessan mirkaneessaa.
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Intarneetii argachuuf Internet Explorer, Safari, Chrome, Firefox, ykn Opera fayyadamna. Biraawzaroota kunneenis hanna odeeffannoo fi haleellaa daataa fayyadamtootaan raawwatamu ittisuuf filannoowwan ni kennu.
Yoo fayyadamaa Chrome taate, Advanced Settings fayyadami; Sajoo Filannoo Firefox; , Internet Explorer, fi Safari fayyadamtoonni filannoowwan cuqaasuun qindaa'inoota nageenya isaanii saaguu danda'u. Haala kanaan, filannoowwan nageenyaa fayyadamtoonni daawwannaa deetaa nageenya qabuuf hojiirra oolchuu qaban keessaa:
1. Filannoo 'Browsers' keessatti kaa'ame hordofuun setting icciitii fi nageenya keessan sirreessaa.
2. Filannoowwan nageenya kompitara keessanii fooyyessuuf gargaaran hojiirra oolchuu. Amaloota hojii irraa oolchuu
3. Jecha icciitii browser keessan keessatti hin save Browser Jecha icciitii hin save gochuun mijataa ta'uu danda'a garuu balaa nageenyaa uuma.
4. Plug-ins browser irratti install gootan of eeggannoodhaan filadhaa
5. Update Browsers Yeroo hunda akkuma software birootti updaten yeroo hunda ni kennama. Fooyya’iinsi qaawwa sooftiweerii guutuuf kan ooludha. Kanaafuu fayyadamtoonni yeroo hunda fooyya’iinsa nageenyaa fayyadamuu qabu.
6. Filannoo nageenyaa fayyadamtootaaf jiran buufachuu fi haaromsuu
'Browser' kun mana keessan ykn bakka hojii keessan keessatti balaa hin barbaachifne akka hin uumneef filannoowwan armaan olii hojiirra oolchuu keessan mirkaneessaa.
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Telegram
Egeree Post
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
#OfEeggannoo
Of-eeggannoodhaaf: Kabajamtoota Maamiltoota Keenya Namoonni tokko tokko akka waan Badhaasni isin qaqqabeefi Baankii keenyarra isiniif bilbilan fakkeessuun namoota burjaajessuun maallaqa gaafachaa akka jiran beekuun danda'ameera. Kanaafuu Maamiltoonni Baankii keenyaa ergaa barreeffamaanis ta'e bilbila biluun Baankii Awaashirraa Badhaasni isin qaqqabeera namoonni isiniin jedhan yoo isin qunnaman Dameewwan baankii Awaash dhiyeenya keessanitti argamu gafattanii ykn lakkoofsa Bilbila Tajaajila Qunnamtii Maamilootaa 8980 irratti bilbiltanii utuu hin qulqulleeffatiin namoota kaayyoo hannaa qabaniin akka hin gowwomfamne isin beeksisna.

Storage'n Bilbila Keessanii Faayilaa Wal Fakkaatoo Ta’aniin akka qabamee jiru beektuu? Yoo kan hin beekne ta'e systema kana fayyadamaa ilaalaa.
✔
App kana Buufachuu fi maalummaa appii kanaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/storage-bilbila-keessanii-faayilaa-wal-fakkaatoo-taanii-guutee-jira-taanaan-app-kana-fayyadamaa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
✔
Appilikeeshiniin kun bilbila ‘Android’ hundarratti kan hojjetudha. Tajaajilli isaas bilbila keenya keessaa Faayiloota wal fakkaatoo ta’an, check godhee yoo feetan immoo ittii balleessuudhaan iddoo kuusaa (Storage) keenyaa dabala.
App kana Buufachuu fi maalummaa appii kanaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/storage-bilbila-keessanii-faayilaa-wal-fakkaatoo-taanii-guutee-jira-taanaan-app-kana-fayyadamaa/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Maaliif Bilbilli Keenya Baay’ee Suuta Jedhee Deema. Yeroo Bilbila Keessan Fayyadamtan Maaliif Suuta Deema Ykn Dhaabbata?
➕
✔️ Software keessan fooyyessuuf “System Update” ykn “Software Update” cuqaasaa. Eeyyee jechuu keenyaan dura, kana gochuu qabna:.......
✔ Link gadiin seenaa dubbisaa, itti fayyadamaa.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/maaliif-bilbilli-keenya-baayee-suuta-jedhee-deema-yeroo-bilbila-keessan-fayyadamtan-maaliif-suuta-deema-ykn-dhaabbata/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
➕
Sababoonni suuta hojii hojjechuu bilbila keenyaa kanneen armaan gadii kanadha.
➡ Bilbilli tokko waan lamaan hojjeta. Software fi Hardware dha. Yoo bilbilli keessan yeroo itti fayyadamtan saffisa isaa hir’isaa jiraate, sababa dhimma software irraa kan ka’e ta’uu danda’a, kanaaf bilbila keessan set up gochuu dandeessu.
✔️ Software keessan fooyyessuuf “System Update” ykn “Software Update” cuqaasaa. Eeyyee jechuu keenyaan dura, kana gochuu qabna:.......
✔ Link gadiin seenaa dubbisaa, itti fayyadamaa.
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/maaliif-bilbilli-keenya-baayee-suuta-jedhee-deema-yeroo-bilbila-keessan-fayyadamtan-maaliif-suuta-deema-ykn-dhaabbata/
✔ Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Facebook 'n iccitii keessan akka beeku quba qabduu?
Namni 'Facebook' qabu kam iyyuu guyyaa itti fayyadama eegalee kaasee kanneen armaan gadii kana 'Facebook'n akka beeku quba qabaachuu qaba.
Icciitii keenya kan Facebook beeku kun mal fa'i?
Erga beeke immoo akkam nu godha?
Link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/05/facebook-n-iccitii-keessan-akka-beeku-quba-qabduu/

Root Jechuun maal jechuudha?
Faayidaan isaammoo maali?
✔ Faayidaa bilbila 'root' gochuu. Hundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii (Android) keenya daangaa hedduu qabu; daangaa kana kan kaa'ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha.
Guutuu isaaf link gadiin seenaa dubbisaa.
⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵⤵
https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/06/root-jechuun-maal-jechuudha-faayidaan-isaa-maalidha/