Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Beeksisa_Hojii

Vacancy – Attorney
==================

The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of Attorney for Head Office and District Offices.

Interested and qualified applicants should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from June 29 to July 8, 2022.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/ATTORNEY_VACANCY_41ee2c2156.pdf
Egeree Post pinned a photo
Forwarded from Ayyuu Tube
♡Wi-Fi Map♡

Appiin kun Jecha Darbii (Password) Wi-Fi tokkoo salphaatti akka argannuu fi Wi-Fi naannoo keenya jiru akka fayyadamnu kan nu dandeessisudha. Jecha darbii(password) Wi-Fi dhaabbata fayyadamuu barbaanne tokko argachuuf, Appii kana banuudhaan Kaartaa nuuf dhufu irraa Biyya Itoophiyaa filannee, ykn namoonni Biyya alaa jiraattanis, maqaa biyya jiraattanii filattu, itti aansuun magaalaa keessa jirru filanna. sana booda Wi-Fi Magaalota sana keessa jiran hunda Jecha Darbii[password] isaanii wajjiin nuuf fida.

Haaluma kanaan Wi-Fi naannoo keenya jiru filannee Jecha darbii isaa itti galchuun salphatti akka fayyadamnu nu taasisa.


Appii kana buufachuu fi maalummaa appii kanaa beekuuf link gadiin seenaa dubbisaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/password-wi-fi-dhaabbataa-ykn-kan-nama-dhuunfaa-kamiiniyyuu-salphaatti-argattanii-fayyadamuuf-appii-isin-dandeessisu/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
IDM–Download Manager

Appiin kun Kanaan dura Koompiitara keenya irratti faayiloota saffisaan buufachuuf (download) gochuuf kan nu gargaaru yoo ta’u, amma immoo bilbiloota Android irrattis faayiloota kanneen akka video clips, audios/musics, photos, pdf/documents fi kanneen biroo saffisa ol'aanaadhaan akka buufannuuf nu gargaara.

Appii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadiin seenaa dubbisaa, buufadhaas!

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/interneeta-irraa-muuziqaa-viidiyoo-audio-ykn-sagalee-fi-suuraa-adda-addaa-qulqullina-olaanaadhaan-buufachuuf-appiin-kun-baayee-filatamaadha/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
Forwarded from Ayyuu Tube
📱Bilbila jaalallee kee ykn bilbila kan nama barbaaddee fageenya irra teessee xalafuu yookiin hordofuu yoo barbaadde appilikeeshinii kana gadii fayyadamuu qabda.

Akkuma beekamu namni kam iyyuu icciitii dhoksaa kan jaalallee isaa ykn kan jaalallee ishee akkasumas maatiin hayyama isaaniin alatti icciitii ijoolleen isaanii maatii dhoksuun raawwatan, to'achuu fi hordofuu ni barbaaddu maarree app' n kunis kanaaf baay'ee isin gargaara.

Appilikeeshina kanaan waanti isin hordofuu dandeessan sagalee namni sun haasa'ee, message ykn ergaa barreeffamaa namni sun namaaf ergee ykn kan nama biroo irraa ergamee fi suuraa namni sun guyyaan ka'aa oolu dabalatee waan danuutu jira.


Appii kana buufachuu fi ibsa bal'aa waa'ee appii kanaa yoo feetan link gadiidhaan seenaa dubbisaa, buufadhaa!

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/06/30/app-bilbila-jaalallee-kee-ykn-kan-nama-barbaadde-fageenya-irra-teessee-xalafuuf-kan-si-gargaaru/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+TBjZ-OPlDnPQSpde
#FIAS

Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera.

Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika Faayinaansii Obbo Indaalee Asaffaa akka ibsaniitti, ‘yeroo gabaabaa keessatti bu’aa qabeessa isin taasisna’ jechuun miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun, qaamoleen hojii burjaajessuu raawwatan dabalaa dhufuun, Dhaabbata Odeeffannoo fi Tikaa Biyyaalessaa waliin ta’uun hojiileen garagaraa hojjetamaa tureera.

Gochaan oonlaayinii ‘Fiyaas’ jedhamuus miidiyaalee hawaasummaa fi oonlaayinii gargaaramuun qaamolee hojii burjaajessuu hojjetan keessaa tokko ta’uu akka danda’uu eeraniiru.

Gochaa kana qaamoleen raawwataan abdii hinjirre nama keessatti uumuun namoota burjaajessaa jiraachuu eeranii, hawaasnis seera qabeessummaa isaa utuu hinmirkaneeffatiin hawwatamuun, yakkichi akka babal’atu taasisaa dhufuu ibsaniiru.

Namoonni ‘Fiyaasiin’ burjaaja’an eeruu kennaniin, daandiilee kaffaltii garagaraa fayyadamuun kanneen maallaqa walitti qaban, haalichi hanga adda baafamutti herregni baankii isaanii akka hinsochoonee haalli itti taasifamu ni uumama jedhaniiru.

Waliigalaan adeemsi qorannoo yakkaa kun jalqabbiirra jiraachuu eeranii, dhimmichi qulqullaa’ee hanga xumuramutti odeeffannoo guutuu kennuun akka hindanda’amne ibsaniiru.

Hawaasni, miidiyaalee hawaasummaa fayyadamuun hojiilee hojjetaman irratti wayita hirmaatanii fi qaamoleen waliin hojjetan Ityoophiyaatti beekamtii seera qabeessaa, sirrummaa, eenyummaa fi teessoo isaanii mirkaneefffachuu akka qaban eeruu isaanii EBC’n gabaaseera.

https://t.me/michujobs
Egeree Post pinned «#FIAS Tooftaa burjaajessa oonlaayinii “Fiyaas (FIAS)” jedhamuun namoonni maallaqa isaanii dhaban qaamolee seera kabachiistotaaf eeruu kennuun tumsa akka taasisan Tajaajilli Tika Faayinaansii waamicha dhiyeesseera. Daayrektarri Kominikeeshinii Tajaajila Tika…»
Namoonni bilbila yeroo dheeraa fayyadamtan hundi, ifti bilbila keessanii ija keessan akka hin miineef applicationiin ajaa'ibaa kun baay'ee isin gargaara.

Application kun fayyadamuuf baay'ee salphaadha. Itti fayyadamni isaa ifa bilbila keessanii, kan duraa irra gadi buustanii gargaaramuu fi ija keessaniif of eeggannoo akka gootaniif appiin kun yaadachiiftuudha.

👌Application kun yeroo, halkan bilbila keessan fayyadamtan ifni bilbila keessanii akka isin hin miineef gargaara.

👌Appicha erga buufattanii booda hamma inni isinitti agarsiisu sanaa gadi hir'isuun start kan jedhu cuqaastu, yoo irraa balleessuu feetan isa stop jedhu cuqaastu.


Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appilikeeshinii kana dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/iji-keessan-ifa-bilbila-keessaniin-akka-hin-miidhamneef-appilikeeshinii-kana-fayyadamaa/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbila Keessan Yoo Akka Tasaa Iddoo Keessan Dagattan, Appilikeeshinii Kun Furmaatadha.

Mana keessan keessatti, iddoo hojiitti ykn lafa ta’etti Bilbila keessan iddoo keessan dhabdanii beektuu?Eeyyeen kun baratamaadha. Haala kamiin barbaaddanii argattu ree?
Kanaafuu furmaanni Appilikeeshiinii kana Bilbila keessan irratti fe’achuudhaan salphatti arachuuf isin gargaara.


Appilikeeshinii kana buufachuu fi maalummaa isaa dubbisuuf link gadii tuquun seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbila-keessan-yoo-akka-tasaa-iddoo-keessan-dagattan-appilikeeshinii-kun-furmaatadha/

Hiriyyaa keef Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Yeroo baay’ee bilbilli keenya biizii of gochuudhaan fayyadamuu dhiisuu hamma geenyutti, yommuu nu geessisu ni mul’ata, ykn immoo struck ta'uun baay'ee nu rakkisa!

Kana malees Bilbila keenya Qinqanii (virus, malware & etc) yoo qabaate, kana irraa eeguudhaaf systema fayyadamuun dirqamadha. Kanaafuu Qiinqanii ykn virus yeroo ammaa sadarkaa ol'aanaadhaan bilbiloota keenya miidhaa jiruuf furmaata guddaa kan ta'u qabannee isiniif dhufneerra.

Appi kana buufachuu fi ibsa waa'ee isaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/313/

Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Bilbilli Isin Hin Beekne irra deddeebiin, isinitti Bilbilamee Kan Isin Jeequu fi bilbila haaraa isinitti bilbilameef Maalummaa Nama Sanaa Beekuuf Aappii Kana Fayyadama.

Namni eenyummaan isaa hin beekamne gara bilbila keessanitti bilbilee kan isin rakkisu yoo ta’ee furmaanni isaa appiliikeeshinii kana buufachuun salphaatti maalummaa fi eenyummaa nama sana beekuu dandeessu.

Namni kamuu gara bilbila keenyaatti yoo nuuf bilbilu Marsaalee hawaasummaa (Social media) inni bilbila ittiin nuuf bilbile sanaan bakka namni sun jiru Kan nutti agarsiisuu fi odeeffannoo guutuu waa'ee nama sanaa nu agarsiisa.


Appilikeeshinii kana buufachuu fi ibsa waa'ee appichaa dubbisuuf link gadiin seenaa ilaalaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/bilbilli-isin-hin-beekne-yoo-isin-irratti-bilbilame-maalummaa-nama-sana-beekuuf-appii-kana-fayyadama/

Hiriyyaa keessaniif Share godhi.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Waa’ee VPN (Virtual Private Network) Hammam Beektu?

VPN: Maqaan kun Cimdaa Yaada Nam-tokkee” ykn Neetwork Dhuunfaa kan qaamaan hin raawwatamne jechuutti hiikama. Tajaajila Toora(online) irratti kennamuudha.

VPN fayyadamtoota isaaf tajaajila ijoo sadii kenna.

Tokko eegumsa cimaadha.

Inni lammataa qofaa fayyadamuu isaan dandeessisa,

Inni sadaffaan bilisummaadha.


Waa'ee VPN Gadi fageenyaan beekuu fi VPN isa kam irra caalaatti akka isin fayyadu beekuuf link gadiin seenaa ilaalaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/01/waaee-vpn-virtual-private-network-hammam-beektu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Cable/shiboo malee akkamittiin faayila Kompiitara irraa gara bilbilaatti dabarsuu dandeenya?

Sirni kun sirna baay'ee salphaa ta'edha. Akka isa cable fayyadamnee, gara bilbilaatti dabarsinuu baay'ee hin ulfaatu. Ariitiidhaan dabarsuu fi file hedduu al tokkotti mark goonee daqiiqaa Muraasa keessatti dabarsuuf baay'ee nu gargaara.

Systema kana fayyadamuu fi Appilikeeshinii akkamii akka nu barbaachisu beekuuf step gadii kana hordofaa.


Link gadiin seenaa dubbisaa, aappichas buufadhaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/cable-shiboo-malee-akkamittiin-faayila-computer-ykn-laptop-irraa-gara-bilbilaatti-dabarsuu-dandeenya-%f0%9f%92%bb%f0%9f%93%b2/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Application Xender qofa fayyadamuudhaan Video gara Audio tti jijjiiruu akkamitti dandeenya?

Mala baay'ee salphaadha itti fayyadama.
Internetis ta'e process biraa isin hin barbaachisu.

Step armaan gadii kana haalaan eegadanii yoo raawwattan salphaatti jijjirrattu.


Warreen application Xender hin qabnes achumarraa buufattu, link gadiin seenaa ilaalaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/application-xender-qofa-fayyadamuudhaan-video-gara-audio-tti-jijjiiruu-akkamitti-dandeenya/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Pattern(security) bilbila keenyaa yoo daganne haala salphaa ta'een baasii tokkoo malee mala ittiin sirreeffachuu dandeenyu beektuu?

Furmaata isaaf baasii tokko malee step armaan gadii kana hordofuun ofii keessan sirreeffachuu dandeessu. Dubbisaa irraa fayyadama.

Osoo mana Elektirooniksii geessitanii, baasiidhaaf saaxilamtu, amma garuu Karaa salphaa ta'een ofii keessan sirreeffattu.


Link gadiin seentanii dubbisuun, itti fayyadamaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/patternsecurity-bilbila-keenyaa-yoo-daganne-haala-salphaa-taeen-baasii-tokkoo-malee-mala-ittiin-sirreeffachuu-dandeenyu-beektuu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Akkamitti Email or Gmail Account Haaraa banachuu dandeenya?
How To Create New Email or Gmail Account?


Namoonni hedduun email account ofii isaamiitii, create godhachuu ykn osoo namni hin baniniif ofii isaaniitii banachuu barbaadu. Garuu systema ittiin banamuu fi akkamiin akka banamu hin beekan. Nus hawwii namoota email account banachuu barbaadanii irraa ka'uun bifa barreeffamaan, haala ittiim Email or Gmail Account Create ittiin gochuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaanneerra. Marree barreeffama kana yoo dubbistan, akka kana duraa namaan Email naaf bani jettanii hin sossobdan, ofiima keessan create godhattu.

Email ykn Gmai Account kana banachuuf Step armaan gadii kana seenaa hordofaa. Akkasumas Appilikeeshinii akkamii akka isin barbaachisu ilaalaa.


https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/02/akkamittiin-email-or-gmail-account-haaraa-banachuu-dandeenya/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Vacancy Announcement
_____
P
ositions
1. Manager, Reward Management Team
•Duty Station: Head Office
•Place of Registration: Human Capital Management 📍 Africa Avenue (Bole Road), Dembel City Center 4th Floor (Kindly use lift number 6)
2. Human Capital Outsourcing Expert
•Duty Station: Head Office
•Place of Registration: Human Capital Management 📍 Africa Avenue (Bole Road), Dembel City Center 4th Floor (Kindly use lift number 6)
3. Customer Support Officer /Customer Advisory Officer
•Duty Station: Head Office
•Place of Registration: Human Capital Management 📍 Africa Avenue (Bole Road), Dembel City Center 4th Floor (Kindly use lift number 6)
4. Manager, Operation Management I
•Duty Station: Kali Branch 📍 Jigjiga
•Place of Registration: Dire Dawa District Office 📍Dire Dawa Town, Biftu Adugna Mall
5. Customer Service Officer (Maker/Checker)
•Duty Station: Branches under City District (Central Finfinne District, East Finfinne District, North Finfinne District, South Finfinne District and West Finfinne District)
-Registration Place: Human Capital Management 📍 Africa Avenue (Bole Road), Dembel City Center 4th Floor (Kindly use lift number 6)

• Duty Station: Branches under Adama District
-Registration Place: Adama District Office📍Adama Town

• Duty Station: Branches under Assela District
-Registration Place: Assela District Office📍Assela Town

• Duty Station: Branches under Bale District
-Registration Place: Shashamane District Office📍Shashamane Town

• Duty Station: Branches under Chiro District
-Registration Place: Chiro District Office📍Chiro Town

• Duty Station: Branches under Dire Dawa District
-Registration Place: Dire Dawa District Office📍Dire Dawa Town

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

• Duty Station: Branches under Hossana District
-Registration Place: Hossana District Office📍Hossana Town

• Duty Station: Branches under Hawassa District
-Registration Place: Hawassa District Office📍Hawassa Town

• Duty Station: Branches under Jimma District
-Registration Place: Jimma District Office📍Jimma Town

• Duty Station: Branches under Nekemte District
-Registration Place: Naqamte District Office📍Naqamte Town

• Duty Station: Branches under Shashamane District
-Registration Place: Shashamane District Office📍Shashamane Town

_____
For m
ore information on qualifications and more, please visit our website: https://coopbankoromia.com.et/jobs/
💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧
Akkaataa App Locker Apps Cufame Kamiyyuu Unlock Dandeessan

Tarkaanfiiwwan kana hordofaa 👇👇

Dura setting sana galchina

Sana booda gara Apps (Manage Apps) seenuun App locker barbaadnee al tokko tuqna

Sana booda gara Storage deemnee Clear Data jennee waamna

Amma wanti App Locker sana keessa cufame hundi ni banama

Dabalataaf Telegram irratti nu waliin ta'aa

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Appilikeeshinii Bilbilaa 10n Gurguddoo

1. Hubachiisa Swipe gochuu

📱 Yaadannoo yeroo barbaadetti lola'u - yaadannoo daftee save gochuun karaa gabaabaa sochii qaamaatiin argachuu dandeessu.

Appii adda addaa fayyadamuun achitti yaadannoo fudhadhu

2. Yaadannoo

📱 Suuraalee jajjaboo, dullooman, miidhaman gulaaluu. Qulqullina fooyyessuu fi deebisuu.

Qulqullina suuraa jajjaboo guddisuuf

3. Dukkana

📱Wallpaper haala ifaa fi haala dukkanaadhaaf.

🔥 Kan nama ajaa'ibu bilbila keessaniif yeroo tokkotti wallpaper lama

4. Musee

📱sagalee / meeshaalee + sagalee / tempo kamirraayyuu battalumatti adda baasuu.

Jechootaa fi faaruu muuziqaa qofa addaan baasuu

5. Elektiroon

Ivegive odeeffannoo haala fayyaa baatirii keessanii fi kanneen biroo.

App baatirii bilbila keessaniif faayidaa qabu

6. Split Screen Launcher gochuu

📱Homescreen irratti app shortcuts uumuun app lama kallattiin split screen mode tiin eegaluu dandeessu.

Iskiriinii bilbila keenyaa lamatti qooduun app lama yeroo tokkotti fayyadamna

7. Protector tuqi

Kaayyoo adda addaatiif app disabling tuquu.

Iskiriinii bilbila keessanii cufuuf

8. Furtuu Jildii Hundumaa Danda'aa

SeHojiiwwan guyyaa guyyaa beekamoo hojjechuuf furtuu sagalee fayyadami. Saffisaa fi salphaa.

.
.
.
.
.
.

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
2nd Line App for Android

Appilikeeshinii Ajaa'ibaa kana wajjin koottaa wal baraa, Application kun Maqaan isaa 2nd Line App - ykn 2nd phone number jedhama. Kana jechuunis Appii Sarara 2ffaa ykn lakkoofsa bilbilaa 2ffaa akka jechuutti hiikama.

Faayidaan isaa gurguddaan:

Lakkoofsa bilbilaa Ameerikaa Tolaan Fudhattanii itti fayyadamuu fi akka nama ameerikaa jiruutti tolaan bilbiltanii ittiin nama wajjiin haasaa'uu dandeessu, akkasumas namni Ameerikaa keessa jiru kamiyyuu akka lakkoofsa idileetti irratti isiniif bilbiluu danda'u.

Ibsa bal'aa waa'ee Application kanaa dubbisuu fi buufachuudhaaf ykn download gochuuf link gadiin seenaa ilaalaa.

https://ag.ethiojob.info/blog/2022/07/03/application-kana-fayyadamuun-bilisaan-gara-biyyoota-alaatti-bilbiluu-fi-ergaa-erguu-dandeessu/

Hiriyyaa keessaniif Share godha.
👉 Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0